Hay jiraa jirtuu akkam Mee fayyaa Keessan jireenyii Mal fakkata ?
Forwarded from DHUGAA | SAAYIKOLOOJII 💡
#Aaga Dhaga'aa
🔵 Baankiin Gadaa tajaajila Baankii hunda giddu-galeessa godhatee fi tajaajila foyya'aa kennuudhaan kaayyoo misoomaaf onnatee hundeessummaa abbootii aksiyoonaa kumaatamaan lakka’amanii fi Namoota Milliyoonota lakkayaman fayyadamaa baankii taasisuuf hundeeffamaa irra jira.
Kanumaan walqabatee Manuma keessan teessanii galii dabalataa akka argattaniif bot telegiraamaa tokko isiniif saaqnee jirra. Irratti hirmaachuun galii dabalataa argadhaa.
⛔ Galii Dabalataa Kana Argachuuf Dursa Channel Keenya Kana Gareewwaan 10 (10 Group) Keessatti Share Gochuu Qabdu.
@Baankii_Gadaa
@Baankii_Gadaa
♨️ Isa booda deebi'uudhaan Bot Kana START Gochuun eegalaa.
👉 @Gadaa_birr_bot
🎁 Nama 1 Afeerraan Birrii 1 ETB Isiniif Galma'a.
‼️Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa.
📶 Baankii Dhaloota Haaraa

Forwarded from Elelanajobs.com
🎴Ethiopian Ministry of Revenue🎴
🚩For Fresh & Exp
▪️Required No - 74
▪️Professions:accounting,banking, business administration, Business management,Economics, Marketing, Finance management,cooperative accounting, Information system, Information technology, public finance management,Insurance,development economics,management, auditing, public administration, purchasing, sales, child care, supplies management & other related fields of study.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://bit.ly/3yDlYQs
▪️Share & Forward For Your Beloved Freinds
@Elelanajobs || @Elelanajobs
▪️Deadline: October 20/22

Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Akkamiiti #biizinaasii keessa seenuu dandeenya.? Biizinaasii jeechuun maalii.?
Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajaafi, humna, beekumsaan isiin of jirachuu hundii biizinaasii jedhamaa. /Employee, Self Employed, Business Owner and Investors/ of keessaa qaba.
Biizinaasii jalqabuun dura karoora dhimmoota ilaalamuu qaban. Yaada biizinaasii bilchaataa qabaachuu, Beekumsaa fi dandeettii qabachuu,Gabaa fi fedhii jiru qorachuu, Baasii ittin jalqaban, Dorgomii, bakka biizinaasii filachuu fi humnaa nama teeknooloojii fayadamuu.fkk
➦ Qarshii qabaachuuf hojjachuun dirqama, hojjachuuf ammoo dandeettiif tooftaan barbachisaadha.
➦ 'Biizinasii tokko hojjachuuf tooftaalee 【10】:
【1】Iccitii itti namaa waliin hojjettu malee iccitii hojii keetii gonkumaa namaaf hin himin!
【2】Waan si harka hin geenye abdattee hin gammadin, yoo dhabde ni miidhamta.
【3】Hojii gosa tokko qofa hojjechuun bakka yaadde hin geessu, waan dandeessu hundaa hojjedhuu!
【4】Waan xiqqoo hojjatteen mul'achuuf hin ariifatin, hojiin kee iyyu sii mul'isaati.
【5】 Amma dura hojiin kee yoo siif hin milkoofne san yaaddee of hin jeeqin sababa kufaatii keetii san irraa baradhu malee!
【6】Yoo dandeesse nama gargaari malee maallaqa liqeessuu hin heddummeessin, maallaqa kees dhabdee nama sanas dhabdaati.
waan hojjattu hunda irratti nama fakkeenya godhattu qabaadhu! akka isaa/ishee ta'uuf osoo hin taane isa/ishee caaluuf hojjadhu!
【7】 Waan guddaa bor hojjattu ilaaltee xiqqoo har'aa hin tuffatin yookiin hin balleesin! maaliif seete, xiqqoon kun guddaa san bira gahuuf riqicha ce'uumsaati.
【8】 Waan hojjechuuf yaadde dursitee hin odeessin! Namni qabeenyaan si caalu suma irraa dhaga'ee si dursuu danda'aati.
【9】 Yoo dandeesse abbaa ogummaa waan tokkoo ta'uuf yaali! Maaliif seete? Ogummaan akka qarshii miti, argattee kaatee hin dhabdu.
【10】 Kaayyoon kee yoo galma siif gahe of qofaaf hin jiraatin! Lammii keetiif waan gochuu dandeessu hunda godhi maaliif seete:-
●️ Dandeettii osoo qabuu kan carraa dhabetu jira, karaa itti argisiisi!
●️ Maallaqa osoo qabuu kan nama (hiriyaa) dhabetu jira, amanamiif!
●️ Waan hunda hojjechuu osoo danda'uu kan roorroon itti heddummatetu jira waan ta'eef siif jira jedhii aantummaa kee mul'isiif!
➊. Hojii hojjettuuf jaalala addaa qabaadhu!
■ Hojii kamiyyuu hojjechuu dandeessa.
➛ Qajeelfamni inni jalqabaa hojii hojjettuuf iddoo guddaa kenni!
➛ Fedhii kee guutuudhaan jaaladhu!
➛ Humna kee guutuudhaan hojjedhu!
➛ Shakkii of keessaa balleessi!
■ Hojii kee yoo jaalatte, hojii kee fakkaatta.
➛ Maammilli kee akka sitti gammadu goota.
➛ Hojii keetiif ni amanamta.
➛ Namoonni sirraa fayyadamuu isaaniitti akka gammadan taasifta.
■ Barsiisaan barsiisuu isaatti gammadee fuula ifaadhaan yoo barsiise, barattoonni isa dhaga'u. Akka isaatti barsiisuufillee hawwiin keessatti uumama.
■ Kanaaf hojii hojjettu kamiyyuu gammachuudhaan raawwadhu!
Yaada maammiltoota keetii xiinxali! Namoota waliin yoo hojjettu sirna hojii waan baay'ee barataa adeemta.
#Dargaggoonni keenya hojii osoo hin tuffanee biizinaasii xixiqqaa, giddu galeessaa hangaa gurgudaa keessaa seenuuf ilaalcha biizinaasii irratti qabu horachuu qaba.
Sanyii Guddataa Finfinnee irraa
@segnigudeta @wabisegni

Forwarded from ስጦታ ኢትዮጵያ
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/5rkQRRXj
Forwarded from ስጦታ ኢትዮጵያ
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/5rkQRRXj
Forwarded from ስጦታ ኢትዮጵያ
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/ArkWlOMu
Forwarded from ስጦታ ኢትዮጵያ
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/ArkWlOMu
Forwarded from Denis
MY telegram has been stolen so anything to get to you is not what i wrote and don't click the app to reach you
Forwarded from EthopiaGifts
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/JrkFOlvY
Forwarded from EthopiaGifts
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/WrkBqN7m
Organized society changes the idea to practice pinned «ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/WrkBqN7m»
Forwarded from EthopiaGifts
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/YrlqOAn8
Forwarded from EthopiaGifts
ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/Qrll1WuJ
Organized society changes the idea to practice pinned «ስጦታ ያግኙ https://cutt.ly/Qrll1WuJ»