Qoosaa (kottaa kolfaa😁🀭)
43.4K subscribers
293 photos
35 videos
15 files
104 links
Welcome to our Telegram channel!
We share jokes and daily humor to make you smile and laugh.

Want to promote your business or channel?
πŸ“© Contact us for promotion: @Joshlna or 0909328693

https://t.me/josh12as

Share @josh12as
@josh12as
Download Telegram
Qoraannon akka jadhuutii ilmi nama yoo hirribnii qabee ni raafa jadhaπŸ˜‰πŸ€²
😁31❀8🀯2😍2😘1
Dhalooota kaalsi lukatti godhatu waliin jirra😒😭
😁27πŸ₯°5πŸ‘2πŸ€”1😘1
Kiisii duwwaa deemuu hin wayyu jedheetan ,harka Koo kiisii keessa godheen deemaa oole😫
😁25❀6πŸ‘3πŸ₯°2😘2🀯1😍1
Telen immo Mal Tate "kabajamo mamilaa kenyaa" Nan jetem nama guddan itti fakkadheyi qoi😁😁
😁19❀4πŸ‘2πŸ₯°2πŸ”₯1
Sooreessi addunyaa kanaa Bilgate, Telebirr ykn CBE isa irra qarshii homaa hin qabu. Anis akkasuma.
Akkasitti yoo yaadde malee, jireenyi mataatti si baati. πŸ˜‚ Technologyia
😁21❀7πŸ₯΄2😍2😘2πŸ‘1
Jireenya Qonnaan bulaa keessaa kan na ajaa'ibu

√Isuma inni lafa amanee sanyii isaa gadi itti naqudha!
🀣12πŸ”₯8❀3πŸ₯°3πŸ‘2😁1😘1
πŸ˜„Anaa Fi barsiiftuu

Barsiiftuu:πŸ—£ yeroo hundaa maalif yeroon barsiisu raftaa ati?

Ana:πŸ—£Sagalee keessantu bareeda hirriba na qabsiisa barsiiftu.

Barsiiftuu:πŸ—£Erga akkas ta'ee barattoonni kaan maaliif hin rafanree?

Ana:πŸ—£Isaan si hin dhaggeeffatankaa kanaafi.
😁24❀7πŸ‘4πŸ₯°2πŸ™‰1😘1
Chaanaalii kana irratti turtii hammamiitiin isiniif maxxansinu?
Anonymous Poll
80%
Guyyaadhan
6%
Torbaniin
2%
Ji'aan
12%
Hin maxxansinaa
❀11🍾5πŸ₯°4πŸ‘3🀣2😘2
Intaalan maf hin heerumtu jeenan kaabalamuf mo kaabajamufi jette jedhan jedhani🀣🀣🀣🀣🀣🀣🀭
😁16❀5😍2πŸ₯°1😘1
Kana beektuuπŸ˜‰πŸ˜‰
Suuqii tokko deemtanii kaardii abbaa 15 bittanii,ammas deebitanii suuqii gara biraa deemtanii kaardii abbaa 25 naa keennaa jettanii yeroo isaan isinitti kennani sobddanii abba 15 naa laatan jettanii kaardii isa jalqaba bittan itti laattanii abbaa 25 ammas akka fudhattan

Dhguma seetanii qilinxoo akka hin seenne an nan qoose
😁25❀8πŸ‘2😘2😍1
Qoosaa (kottaa kolfaa😁🀭) pinned Β«Page kana irratti waan barbaaddan maxxansuu ni dandeessu? β€’ Beeksisa - kan tajaajilaa - kan oomishaa - kan garee - kan chaanaalaa - kan youtubii fi kkf Akkasumas waan kamuu beeksifachuu yoo barbaaddan qarshii 100 irraa kaasee nu biraa argattu. @joshlna irratti…»
Akkoon koo, β€œNama ol malee gad hin ta’in” naan jettee na eebbiste. Kunoo, university dha, gamoo dhumaa (5ffaa) na ga’e πŸ₯Ήβ€οΈ
😁22πŸ₯°7😘2
Akkamitti balbala hospitalaa irratti baga nagaan dhuftanii jedhamee
barreeffama?πŸ₯΄ Naga Yoon qabadhe achi maalin fuudhaπŸ₯Ή
😁22❀4πŸ₯°2😘1
Duur utuu sin abaarsa nutti hin fidiin jeedhe abbaanko
Re'ee 🐐 birrii 3 bine googashemo
Birrii 7guurgura jedhe
Maal jeedhama amma kuni😳🀣
😁18❀4πŸ₯°2😍2🀣1πŸ™‰1😘1
Isa dur ayyaanatti huccuu
Bitannu yaadeen imimmaan
Qabachuu dadhabem😩😭😭😩😩
😁17❀4πŸ‘3😘1
Shiroonimmoo
Bakka oolan irra bakka bulan wayyaa Nan jecha jira🀭πŸ₯ΊπŸ₯Ί
😁17❀4πŸ‘1πŸ‘1πŸ€”1
Hin bareddi garuu maqaashetuu taabotee tahee bade malee😁
😁9πŸ₯°5😍1
Eedaa meeqati raftee jedha na gaafadhameπŸ₯Ή

hin rafneπŸ₯ΉπŸ₯Ή
😁14πŸ‘4😘2❀1πŸ₯°1😱1
Isa:"akkas naa jedhanii yoomaan lammaaffaa waajjira kana keessa hojeedhe"
Ana: maal siin jedhanii
Isa:"Ari'amteeta naan jedhanπŸ˜‚
❀7😁4πŸ₯°1
Joorgeen mana hinjirtu
miimmii malee
Rifeensi irra hin jiru
wiiggii malee,πŸ˜ƒ
😁10❀3πŸ‘3😍1