Life Is Short🥹
4.39K subscribers
55 photos
1 video
2 files
371 links
Channalii bareedaa waan hedduu irraa barattan gorsa hadisa seenaa jechoota dinqisiisoo fi kkf
Join hiriyyoota keessaniif Share godhaa
بارك الله فيكم
yaadaaf
@Muzaa6899...irratti nu qunnamaa
Download Telegram
#lakkoofsi_Shan maali, Oromoo biratti #akkamitti_ilaalama
#Oromoon_Gadaa shan qaba
1-Gadaa Birmajjii
2-Gadaa Duuloo
3-Gadaa Meelbaa
4-Gadaa Michillee
5-Gadaa Roobalee.
#Oromoon_hortee shan qaba.
1-Maccaaf Tuulama
2-Ituuf Humbannaa
3-Raayyaaf Asaboo
4-Sabboof Goona
5-Sikkoofi Mandoo
#Oromoon_bokkuu shan qaba.
1-Bokkuu Biifaa
2-Bokkuu Dikaa
3-Bokkuu Horaa
4-Bokkuu kallachaa
5-Bokkuu Roobaa.
#Oromoon_Yaayyaa shan qaba
1-Bannoo Galeessa
2-Boruu Biloo
3-Galleen Annoo
4-Golloo Goboo
5-Mannee Leeqaa Jaarsoo
#Oromoon_Odaa shan qaba
1-Odaa Bisil
2-Odaa Bulluq
3-Odaa Bultum
4-Odaa Nabee
5-Odaa Roobaa
#Oromoon_seera Walaabuu shan qaba
1-Seera Tajoo
2-Seera Faanoo
3-Seera Innoo
4-Seera Irroo
5-Seera Latoo
#Oromoon_Waayyuu shan qaba.
1-Dhaha-dhooftuu
2-Ekera-dubbistuy
3-Huchuu
4-Mallima
5-Qaalluu.
#Amantiin_Oromoo Waaqeffataan daandii shan qaba.
1-Damboomsa
2-Haaromsa
3-Gaaromsa
4-Namoomsa
5-Hundeessa
#Oromoon_mulannoo shan qaba
1-Badhaadhummaa
2-Gaarummaa
3-Gammachuu
4-Mo'aa
5-Namummaa
#Oromoon_ayyaana mo'aa shan qaba.
1-Aarsaa
2-Booranticha
3-Gijaaree
4-Gindiika
5-Urgooftuu Mo'aa.
#Oromoo-biratti mo'aa ta'uun waan shan of keessaa qaba.
1-Arjummaa
2-Dhugaa jaallachuu
3-Gootummaa
4-Haayyummaa
5-Obsa
#Oromoon_seera Gadaa shan qaba
1-Seera Safuu
2-Seera Asaasaa
3-Seera Dhowwaa
4-Seera Basaqqeessaa
5-Seera Gooroo
#Horri_Oromoo kutaa shan qaba
1-Ittisa
2-Baqassaa
3-Faxxaana
4-Naanniga
5-Qaawwaa Eelaa
#Manni_Oromoo kutaa shan qaba
1-Goorduba
2-Dinqa
3-Gola mirgaa
4-Gola bitaa
5-Bakka Ibiddaa