Forwarded from RAFIIQUL ISLAAM ๐ธ๐ฉ
Macaafni Qulqulluun Waa'ee Dhufiinsa Nabi Muhammad ๏ทบ Dubbachuu Isaa Quba Ni Qabduuโ
โMacaafni Qulqulluun (Bible) dhufuu Nabi Muhammad (SAW) irraa ni dubataa?โ Deebiin isaa, eeyyen Macaafni Qulqulluun dhufuu Nabi Muhammad irraa raga ni qabaata jechuun kan amanan Muslimootaa. Amma bakka Qurโaana irratti hundoofnee fi Macaafa Qulqulluu irraa raga qabatamaa tuquun isiniif ibsa.
โ 1. MACAAFA MOOSAA โ Deuteronomy 18:18
> โAni isaan keessaa raajicha akka si ta'e isaanitti nan kaadha; jechoota koo afaan isaatti nan kaa'a, inniis waan ani isa ajaje hunda isaanitti haasa'a.โ
(Deuteronomy 18:18)
๐ Qabiyyee:
Waaqayyo Museetiin akka raajicha biraa kaasu waadaa gale.
โIsaan keessaaโ jechuun saba biraa, Bani Israaโel osoo hin taane Bani Ismaaโiil irraa akka taโe Muslimoonni ni amanu.
โJechoota koo afaan isaatti nan kaaโaโ jechuun Qurโaanni akka Rabbi irraa dhufe agarsiisa.
๐ Seenaa keessatti: Yesuus Yihuudii keessaa ture (Bani Israaโel), kanaaf โakka si taโeโ jechuun Museetiin akkuma taโe sabni Ismaaโiil keessa Muhammad jechuun filannoo ishee taโuu dandaโa.
โ 2. MACAAFA YOHAANIS โ Yohannis 14:16, 15:26, 16:7
> โAni Abbaa kadhadha; inniis Fayyisaa biraa isiniif kenna, inni isiniin wajjin bara baraan jiraatu.โ
(Yohannis 14:16)
โYoo Fayyisaan sun dhufe, isa Abbaa biraa isiniif nan ergaโฆโ
(Yohannis 15:26)
โDhugumaan isinitti nan hima, ani yoo deemuu baadhullee Fayyisaan isiniif hin dhufu; yoo deeme garuu nan erga.โ
(Yohannis 16:7)
๐ Qabiyyee:
โFayyisaa biraaโ ykn "Comforter" jechuun Ahmad maqaa biroo Nabi Muhammad (SAW) jedhama.
Qurโaanni ni jedha:
> Yeroo Iisaa Ibni Maryam "yaa Banii Israa'iil! Ani Ergamaa Rabbii kan waan Tawraatiin keessatti na dura bu'e dhugoomsuufi ergamaa na booda dhufu kan maqaan isaa Ahmad ta'een (isin) gammachiisu ta'ee gara keessan ergame" jedhe [yaadadhaa]Yeroma inni ragaawwan ifaan isaanitti dhufes "kun 'sihrii' (falfala) ifa galaa dha" jedhan.
As-Saf 61:6
๐ Yesuus raajicha boodarra dhufu beeksisee jira, Muslimoonni Fayyisaa/Comforter kana Muhammad (SAW) akka taโe amanu.
โ 3. MACAAFA ISAAYYAS โ Isaayyaas 42:1โ4
> โKun ilma koo isa ani jajjabeesse, isa ani filadhe. Namaan koo isa keessa jira... sabaaf seera ni dhufa... Seera gara addunyaa fageetti dabarsa.โ
(Isaayyaas 42:1โ4)
๐ Qabiyyee:
Raajicha haaraa seera haaraa fidu Qurโaana.
โUmmata fageenya keessa jiruโ โ Qurโaanni bakka Makkah fi Madinah irraa gara addunyaa fageetti seera haaraa fide.
Raajichi (Muhammad) saba Moosaa keessaa osoo hin taane saba garbaa (Ismaaโiil) irraa dhufe.
โ 4. MACAAFA GEESISUU (Song of Songs) 5:16 (Ibraniyaan)
> โHis mouth is most sweet, he is altogether lovely. This is my beloved, this is my friend...โ
(Song of Songs 5:16)
๐ Qabiyyee (Ibraniyaan):
Jechi โMachmadimโ jedhu maqaa Muhammad isa Ibraniyaa keessatti fakkaataadha.
Kitaabni kun osoo Afaan Ibraniyaa dubbifamee maqaan โMuhammad-imโ ni dhagaโama. Jechi -im jechuun kabaja (plural of respect) ibsa.
โ 5. MACAAFA HABBAGUUK โ Habakkuk 3:3
> โWaaqni Temaan irraa dhufe, Qulqulluun Mountain Paaraan irraa dhufe.โ
๐ Qabiyyee:
โPaaraanโ jechuun Naannoo Makkaa (waaโee Ismaaโiil keessatti) waan taโeef Muslimoonni Macaafa kana dhufuu Nabi Muhammad irraa raga jedhu.
โ 6. MACAAFA ISAAYYAS 21:13-17
> โYaadannoo keessaati! Lallabbiin Dhiibbaa Kedaar keessa dhagaโameโฆโ
๐ Kedaar: ilma Ismaaโiil โ abbaa saba Arabaa. Nabi Muhammad (SAW) saba Kedaar irraa dhalate.
๐ XUMURA
Macaafni Qulqulluu keessatti:
Deuteronomy 18:18
Yohannis 14:16-17
Isaayyaas 42
Habakkuk 3
Song of Songs 5:16
Kessatti dhufuu Nabi Muhammad (SAW) akka raajii fi fakkii keessatti ilaallamu Muslimoonni ni amanu.
โช๏ธ Qur'aanni immoo dhufuu Muhammad (SAW) Isaayyas, Muusaa, fi Iisaa (Yesuus) irraa akka raga argate ni beeksisa.
(Suurat As-Saff 61:6)
Lammiiwwan Keenya Kiristaanaa Dhugaan Afaan Qaban Funyaaniin Dubbata Jedhanii Kanaafuu Dhugaa Jirtu Dhoksuuf Hin Yaalinaatii Kottaa Amantaa Nabiyyoota Hundaa #Islaamummaa Qabadhaa Isin Simannaa!!
Amantaa Islaamaa Alatti Amantii Fudhatama Qabu Hin Jiruu.
Qopheessaan:
ใ๏ปฟ๐๐๐๐ข๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ ุฑููู ุงูุฅุณูุงู ใ
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1993
Forwarded from RAFIIQUL ISLAAM ๐ธ๐ฉ
Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamu. Aakhiraattis inni warra hoongaโan irraayi. [3:85]
Amantiis Islaama isiniif jaaladheera. [5:3]
Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti [fudhatama qabu] Islaama qofa. [3:19]
Qopheessaan:
Obboleessa Keessan
ใ๏ปฟ๐๐๐๐ข๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ ุฑููู ุงูุฅุณูุงู ใ
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1995

Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ข๐ง-๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐๐
๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฌ๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐จ๐ญ๐๐
๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐๐๐จ๐ซ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐
๐๐๐๐ง๐๐ข๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐๐๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐
Forwarded from Dhugaan Dhufe
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Wol Marii Ajaa'ibaa Mata Dureen Isaa:
NABI MUHAMMAD ๏ทบ MOO PHAAWULOOSII?
Ustaaz Awel Kasim Fii Barsiisaa Tibbeessoo Gidduutti Taasifame.
Guyyaa Marii: Monday June 1/2025
Video Isaa
Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa Facaasaa barnoota guddaa qabaa
Odeeffannoo Dabalataaf๐๐
@Dhugaan_Dhufe
@Rafiiqul_Islaam
KAMTU BARSIISA DHUGAA BARSIISEE?

Marii aja'iba kanaatti hirmaadha.
Dhugaan Dhufe
Wol Marii Ajaa'ibaa Mata Dureen Isaa:
NABI MUHAMMAD ๏ทบ MOO PHAAWULOOSII?
Ustaaz Awel Kasim Fii Barsiisaa Tibbeessoo Gidduutti Taasifame.
Guyyaa Marii: Monday June 1/2025
Sagalee Isaa
Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa Facaasaa barnoota guddaa qabaa
Odeeffannoo Dabalataaf๐๐
@Dhugaan_Dhufe
@Rafiiqul_Islaam
KAMTU BARSIISA DHUGAA BARSIISEE?
NABI MUHAMMAD ๏ทบ MOO PHAAWULOOSII?
Ustaaz Awel Kasim Fii Barsiisaa Tibbeessoo Gidduutti Taasifame.
Guyyaa Marii: Monday June 1/2025
Sagalee Isaa
Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa Facaasaa barnoota guddaa qabaa
Odeeffannoo Dabalataaf๐๐
@Dhugaan_Dhufe
@Rafiiqul_Islaam
๐1
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ข๐ง-๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐๐
๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฌ๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐จ๐ญ๐๐
๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐๐๐จ๐ซ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐
๐๐๐๐ง๐๐ข๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐๐๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0

๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐จ๐ญ๐๐๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ข๐ฅ๐๐
๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐๐๐จ๐ซ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐
๐๐๐๐ง๐๐ข๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐๐๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐
Forwarded from RAFIIQUL ISLAAM ๐ธ๐ฉ
Nabiyyoota 25n Qur'aana keessatti maqaa dhahaman hundaaf, ragaa Qur'aana irraa fi Macaafa Qulqulluu (Torah/Injiil) irraa, akka isaan Tokkichummaa Rabbii (Tawhiid) barsiisaa turan agarsiisu.
Mee Lammiiwwan Keenya Kan Kiristaanaa Isa Nabiyyoonni Islaamaa Miti Jettanii Falmitan Raguma Tokko Fidadhaa
Kutaa 2ffaa
โ 11. Yuusuf (A.S)
Qurโaana: Yลซsuf 12:39
Yaa hiriyoota kiyya lamaan kan mana hidhaa! Sila gooftota adda addaa baayโee moo Rabbii tokkicha hunda moโataa taโetu caala?
Torah: Uumama 41:38 โ โMootiin Gibxii ergasii hojjetoota isaatiin, "Nuyi nama hafuurri Waaqayyoo keessa jiru akkasii kana argachuu in dandeenyaa?" jedhe.โ
โ Uma. 41:38
โ 12. Shuโayb (A.S)
Qurโaana: Hลซd 11:84
Gara Madyanis obboleessa isaanii Shuโaybiin (erginee jirra)โYaa ummata kiyya! Rabbiin gabbaraaIsa malee dhugaan gabbaramaan biraa isiniif hin jiruSafaraafi madaala hin hirโisinaaAni qabeenya keessattin isin argaaraDhugumatti ani adabbii guyyaa marsaa taโeen isin irratti sodaadha
โ 13. Ayyuub (A.S)
Qurโaana: แนขฤd 38:41
Gabricha keenya Ayyuubiinis yeroo inni Gooftaa isaatti lallabee โshayxaanni rakkinaafi adabaan na tuqee jiraโ (jedhe) dubbadhu
Torah: Kitaaba Ayuub 1:1 โNamni maqaan isaa ''Iyoob'' jedhamu tokko biyya Uz keessa ture; namni kun hir'ina kan hin qabne, nama yaada qajeelaa, nama Waaqayyoon sodaatu, hamaa irraas kan gore ture.โ
โ 14. Dhul-Kifl (A.S)
Qurโaana: Al-Anbiya 21:85
Ismaaโiil, Idriisiifi Zalkifliis (yaadadhu); hunduu obsitoota irraayi.
โ 15. Musa (A.S)
Qurโaana: Al-A'raf 7:158
Jedhi: "Yaa namootaa! Dhugumatti, ani ergamaa Rabbii Isa mootummaan samiifi dachii kan Isaa taโe irraa gara hunda keessaniitti (ergamee dha)Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruNi jiraachisa; ni ajjeesasRabbiifi ergamaa Isaa, kan nabiyyii hin dubbifneefi hin barreessine taโee Rabbiifi jechoota Isaatti amanutti, amanaaAkka qajeeltaniif jecha isa hordofaa."
Torah: Seera Baโuu 20:2-3 inni, "Ani Waaqayyo, gooftaa kee isa mana garbummaa biyya Gibxii keessaa si baasee dha. "Waaqayyolii kan biraa tokko illee ana bukkeetti hin qabaatin!
โ 16. Haaruun (A.S)
Qurโaana: แนฌฤ Hฤ 20:90
Dhugumatti, sana duras Haaruun โYaa ummata kiyya! Inni (kun) waan isin ittiin mokkoramtaniidhaGooftaan keessan immoo Rahmaani; ana hordofaa; ajaja kiyyas tole jedhaaโ isaaniin jedhee ture.
โ 17. Daawuud (A.S)
Qurโaana: แนขฤd 38:26
Yaa Daawuud! Nuti dachii keessatti bakka buโaa si taasifnee jirraKanaaf gidduu namootaatti dhugaan murteessiKaraa Rabbii irraa si jallisaa fedha lubbuu hin hordofinDhugumatti, isaan karaa Rabbii irraa jallatan, waan guyyaa herregaa dagataniif isaaniif adabbii cimaa taโetu jira
Torah: Faarfannaa 18:31
โGoofticha malee Waaqayyo eenyu ree? Waaqayyo keenya malees kattaa jabaan eenyu ree?โ
โ 18. Sulaymaan (A.S)
Qurโaana: An-Naml 27:40
Inni beekumsi kitaaba irraa taโe isa bira jiru tokko immoo ni jedhe: โAni [libsattee] odoo ijji kee sitti hin deebinen siif fida.โ [Suleymaan] yeroma isa biratti raggaโee argu ni jedhe: โkun tola Gooftaa kootii irraayyiAkka ani Isa galateeffadhuufi Isatti kafaru na mokkoruuf [kana godhe]Namni Isa galateeffate, kan inni galateeffatu lubbuma isaatiifNamni kafares [isuma irratti]Dhugumatti Gooftaan kiyya dureessa, arjaadhaโ [jedhe]
Torah: 1 Mootota 8:23 โ"Yaa Waaqayyo gooftaa Israa'el! Ol waaqa irra yookiis gad lafa jala kan akka keetii Waaqayyo kan biraa hin jiru; ati garboota kee warra garaa guutuudhaan fuula kee dura deddeebi'aniif kakuu kee in eegda, gaarummaa kees isaan in argisiifta.โ
ใ๏ปฟ๐๐๐๐ข๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ ุฑููู ุงูุฅุณูุงู ใ
Itti Fufaa.........
Group kana join taasisaa ๐๐
https://t.me/+Q71DwpWQs9k4Yjk0
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2155

Telegram
RAFIIQUL ISLAAM CHAT ๐ธ๐ฉ
ใ๏ปฟ๐๐๐๐ข๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ ุฑููู ุงูุฅุณูุงู
ใ invites you to join this group on Telegram.
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐ข๐ข ๐๐จ๐ฅ ๐๐ข๐ซ๐ ๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ง ๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ ๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐จ๐ข๐ง ๐๐จ๐๐ก๐๐๐ก๐๐.
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐ฆ๐ข๐ข ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐ฎ๐ฎโ๏ธ
๐๐๐ฌ: ๐๐
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
๐๐จ๐ฉ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง: ๐๐
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
Forwarded from RAFIIQUL ISLAAM ๐ธ๐ฉ
โ
Gaaffilee 10 โ Islaamaa irraa Kiristaanaaf
1๏ธโฃ Yesuus eenyu dha? Waaqa moo ergamaaโ
Yesuus yeroo hundumaa Waaqa jedhee of yaame moo "ergamaa" ykn "nama" jedhee of ibseโ
2๏ธโฃ Waaqa tokko yoo taโe, maaliif saditti qooddamaaโ
Inni Tokkicha taโe akkamiin abbaa, ilma, afuura jedhee saditti adda baafamaaโ
3๏ธโฃ Macaafni qulqulluun guutuu guutuutti kitaaba Waaqaa ta'uu mirkaneessuu danda'aaโ
Macaafni keessan yeroo jalqabaaf kan barreeffame Yesuus booda waggaa meeqa booda? Jecha Yesuus guutuu keessatti qabateeโ
4๏ธโฃ Yesuus Waaqa taโee yoo duโe, eenyu samii bulchaa tureโ
Yesuus du'ee yoo dhugaa ta'e, yeroo du'aa fi lafa jiru sana Waaqa samii bulchaa jiru eenyu tureโ
5๏ธโฃ Waaqa dhugaa tokko hin beekne Yesuus akkamitti Waaqa isin jedhanโ
Markos 13:32 keessatti Yesuus akkana jedha: โGuyyaa sana eenyullee hin beeku... Ilmis hin beeku...โ
โ Waaqa taโee wanta hin beekne ni jiraaโ
6๏ธโฃ Kiristaanummaa keessatti nyaata haraama (sogidda, daakuu, alkolii...) seeraan eeyyamameโ
Yesuus nyaata haraamaa nyaachuu eeyyame moo kitaabni keessan dhorkeeโ
7๏ธโฃ Yesuus Waaqaa taโee akkamiin hafuura Waaqa biraa argataโ
Mattewoos 3:16 keessatti: โHafuura Waaqaa akka gurraacha buโee irra taaโe.โ
โ Hafuura biraa argachuun akka ilma namaa mitiiโ
8๏ธโฃ Maaliif kitaabni keessan Yesuus ofumaan Waaqa jechuu isaa galmeessuu dhabeโ
Mee iddoo tokkicha Qurโaana keessatti โAni Ergamaaโ jedhu akkanatti balโinaan dhufeera. Maalif Macaafa keessatti โAni Waaqaa dhaโ jedhamee hin galmoofneโ
9๏ธโฃ Yesuus akkamiin waaqa taโee waaqa kadhateโ
Luqaas 6:12: โYesuus gara gaaraa ol baโee halkan guutuu Waaqatti kadhate.โ
โ Waaqni Waaqatti kadhataโ
๐ Waaqa biraa malee nama, raajii, fi sanama kadhachuun sirrii mooโ
Yesuus akka namaatti sagadamee fi kadhate. Isin immoo Yesuus akka Waaqaatti kadhattu. Kun akka Macaafaatti sirrii dhaaโ
Group Kana Join Gochuudhaan Nama #Add Itti Nuuf Godhaa!!
https://t.me/+Q71DwpWQs9k4Yjk0
Qopheessaan Gaaffii:
Obboleessa Keessan:
ใ๏ปฟ๐๐๐๐ข๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ ุฑููู ุงูุฅุณูุงู ใ
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/2187

โค1
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ข๐ง-๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐๐
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐จ๐ญ๐๐๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ข๐ฅ๐๐
๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐๐๐จ๐ซ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐
๐๐๐๐ง๐๐ข๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐๐๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐
Forwarded from ๐๐๐๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐ฆ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
๐๐ฌ๐ฌ๐๐ฅ๐๐๐ฆ๐ฎ ๐๐ฅ๐๐ฒ๐ข๐ค๐ฎ๐ฆ ๐๐จ๐ซ๐๐ก๐ฆ๐๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐๐๐ก๐ข ๐๐จ๐๐๐ซ๐๐ค๐๐๐ญ๐ฎ๐ก๐ฎ๐ฎ
๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐ข๐ซ๐ฆ๐๐๐๐ก๐ข๐ฌ๐๐
๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐๐n ๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ (๐๐ข๐ฌ๐๐)๐ง ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐๐ง๐๐โ
๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐๐๐ฅ๐ข๐ขโ

โค2
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐ ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ข๐ง-๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐๐
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐จ๐ญ๐๐๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ข๐ฅ๐๐
๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐๐๐จ๐ซ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐
๐๐๐๐ง๐๐ข๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐๐๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐
Forwarded from RAFIQUL ISLAM PROMOTION
๐๐๐๐๐ง ๐๐๐๐ง๐ฒ๐๐๐ง ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฎ๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง๐๐ฌ๐ฌ ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐ข ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ? ๐๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐จ๐จ ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐๐ง ๐๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐'๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ง ๐๐ฎ ๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!!
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ฅ๐ ๐๐ข๐ข๐๐ก๐๐ ๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐ง ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐๐ง ๐๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ข๐ข๐ง๐ค๐ข๐ข ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ช๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐!!
Ads: ๐๐
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
https://t.me/+Tp9uTd-k1IFkMzA0