JECHOOTA HAYYOOTAA
33.7K subscribers
412 photos
1 file
390 links
Above 33,000 FOLLOWERS
JOIN USπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ’―

πŸ‘‰ Jechamoota Hayyootaa biyya alaa FI keessaa
πŸ‘‰ Love Diary
πŸ‘‰ Saayikoolojii
πŸ‘‰ Seenaa HAYYOOTAA
πŸ‘‰ Taateewwan dinqisiisoo
⚑ Beekumsa Walii Galaa
πŸŽ—οΈ GORSA adda addaa

https://telega.io/c/Jechamoota

@Jechamoota
Download Telegram
Daangeffamni sammuu keenya qofa keessa jiraata. Garuu yaada keenyatti yoo fayyadamne carraan keenya daangaa hin qabaatu.

- Jamie Paolinetti 
━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀29
Waan dogoggora ta'uu danda'u sodaachuu dhiisii ​​waan sirrii ta'uu danda'u yaadi.

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀48πŸ₯°4🀯1
Bu'aa fooyya'aa hin hawwin, bu'aa fooyya'aa argachuuf hojjedhu.

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀43πŸ₯°5
Namni amala badaa qabu lubbuma ofii miidha.

β€”Al Ghazali
━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀42🀯2
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
❀6⚑2
Jaalalli fi gaarummaan namoota kaaniif yommuu nutti dhagaΚΌamu, namoonni kaan akka jaallataniifi akka kunuunfaman akka itti dhagaΚΌamu gochuu qofa utuu hin taΚΌin, gammachuu fi nagaa keessoo akka guddifannu nu gargaara.

- Tenzin Gyatso
━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀30
Ati nama biraa fakkaachuuf hin dhalanne. Addummaan kee hanqina kee osoo hin taane, humna kee ta’uu danda’a. πŸ’―

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀33
Namoota kaan yeroo komattu fi qeeqxu waa'ee kee dhugaa tokko tokko irraa fagaachaa jirta.

━━━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀34
Yeroo kee warra haalduree tokko malee si jaallatan irratti dabarsi. Warra yeroo haalli isaaniif mijatu qofa si jaallatan irratti hin qisaasessin. πŸ™‚βœ¨

━━━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀36πŸ₯°6πŸ“1
Hin Murteessin

Namni waan salphaa dabarsaa jiru hin jiru, namni hundi rakkoo qaba. Namoonni maal keessa akka jiran gonkumaa hin beektu. Kanaafuu namoota birootti murteessuu, qeequu ykn qoosuu jalqabuu kee dura, Namni hundi Lola isaa lolataa akka jiru yaadadhu.

━━━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀51
Waaqayyo cubbamaa ati taate fayyisuu danda'a malee qulqulluu ati of fakkeessitu miti.

β€”Anthony Bloom
━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀29
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuufπŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
❀10
Namni tokko tokko akka Tiitisaati. Madaa kee keessa si qotuu jaalata.

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀45
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami

https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
❀15
Madaan kee waan si balleessuuf yaadame irraa akka hafte ragaadha. Fuulduratti tarkaanfachuu itti fufi. Gaaf tokko seenaan kee namoota biroof kaka'umsa ta'a.

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀41
Nama siif hin dhimmamne qabattee of hin dhabin. πŸ’—

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀43πŸ‘5πŸ₯°3πŸ‘2😒1
Amma pilaaneetii kana irratti hiriyaa koo argachuu akkan hin dandeenye amanuu jalqabee jira.

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀52
Osoo beektee Ani iddoo boqonnaa kan keeti.

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀31😁11
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
❀7
Si jaalala si kuffisa.
Ana hirribatu na kuffisa.

Anaaf Si tokkoo miti Bro.

━━━━━━━━━━━
πŸ–Œ@Jechamootaβœ…οΈ
❀38πŸ₯°10