Yeroo kee warra haalduree tokko malee si jaallatan irratti dabarsi. Warra yeroo haalli isaaniif mijatu qofa si jaallatan irratti hin qisaasessin. πβ¨
βββββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€36π₯°6π1
Hin Murteessin
Namni waan salphaa dabarsaa jiru hin jiru, namni hundi rakkoo qaba. Namoonni maal keessa akka jiran gonkumaa hin beektu. Kanaafuu namoota birootti murteessuu, qeequu ykn qoosuu jalqabuu kee dura, Namni hundi Lola isaa lolataa akka jiru yaadadhu.
βββββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
Namni waan salphaa dabarsaa jiru hin jiru, namni hundi rakkoo qaba. Namoonni maal keessa akka jiran gonkumaa hin beektu. Kanaafuu namoota birootti murteessuu, qeequu ykn qoosuu jalqabuu kee dura, Namni hundi Lola isaa lolataa akka jiru yaadadhu.
βββββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€51
Waaqayyo cubbamaa ati taate fayyisuu danda'a malee qulqulluu ati of fakkeessitu miti.
βAnthony Bloom
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βAnthony Bloom
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€29
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuufππ https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
β€10
Namni tokko tokko akka Tiitisaati. Madaa kee keessa si qotuu jaalata.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€46
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
β€16
Madaan kee waan si balleessuuf yaadame irraa akka hafte ragaadha. Fuulduratti tarkaanfachuu itti fufi. Gaaf tokko seenaan kee namoota biroof kaka'umsa ta'a.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€42
Nama siif hin dhimmamne qabattee of hin dhabin. π
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€43π5π₯°4π2π’1
Amma pilaaneetii kana irratti hiriyaa koo argachuu akkan hin dandeenye amanuu jalqabee jira.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€52
β€32π11
Si jaalala si kuffisa.
Ana hirribatu na kuffisa.
Anaaf Si tokkoo miti Bro.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
Ana hirribatu na kuffisa.
Anaaf Si tokkoo miti Bro.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€38π₯°10
Wanti hundi akka ati yaaddutti ulfaataa miti.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€29π2π₯°1
Jaalalli guyyaa tokkotti hin du'u, garuu kabajni ni du'a.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€21
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuufππ https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
β€4
Namoota wantoota gatii guddaa qaban naaf kennan nan jaalladha. π
Garuu wantoonni kun maallaqaan hin bitaman; kabaja, amanamummaa, yeroo, kakaβumsa, dhugaa dubbachuu fi miira qulqulluu dha. β€οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
Garuu wantoonni kun maallaqaan hin bitaman; kabaja, amanamummaa, yeroo, kakaβumsa, dhugaa dubbachuu fi miira qulqulluu dha. β€οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€19
Namni tokko waan garaa kee madeesseef adabbii akka argatu abdii kutachuu dhiistee abdachuun yeroo kee yoo dabarsite, sammuu kee keessatti yeroo lammaffaaf akka si miidhu isaaf carraa kennite jechuu dha.
β Shannon L. Alder
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β Shannon L. Alder
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€12π2
Of jaallachuun ofittummaa miti. Of kunuunsuun, madaa kee irraa fayyuu fi guyyaa guyyaadhaan fooyyaβaa taβuun imala jireenyaa kee keessaa isa guddaa dha. π
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
β€16
Wanta siif malu argachuuf of hin salphisin; bakka ati hin barbaadamne keessatti of hin dirqisiisin.
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
βββββββββββ
π@Jechamootaβ οΈ
π3β€1