This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ዕድለኛ ሆኖ የተረፈው.....
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
የብልፅግናው ቡድን ሠራዊት እየተፍረከረከ ይገኛል.....
#Duulli_Adda_Waraanaa_Kuma
#Duulli_Adda_Waraanaa_Kuma
Forwarded from Save Oromia 💪
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
የኦሮሞ ህዝብ መሰረታዊ ጥያቄ
"የራስን ዕድል በራስ መወሰን" Self Determination ነው። ይህ ደግሞ በህዝብ የማመን መርህ ነው።

#Eeruu
Leenji gahaa fi technology addaa garaa fayyadamuun bifa Maraatuuf Kadhattuun 4 kiiloon durfamtu, Magaalaa Naqamtees namni 5 seenteetti akka jirtuu odeessi gahaan nu dhaqqabee wan jiruuf qeerroon hordoffii kee jabeessi.
Leenji gahaa fi technology addaa garaa fayyadamuun bifa Maraatuuf Kadhattuun 4 kiiloon durfamtu, Magaalaa Naqamtees namni 5 seenteetti akka jirtuu odeessi gahaan nu dhaqqabee wan jiruuf qeerroon hordoffii kee jabeessi.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ይህ መልዕክት መከላከያ ውስጥ ላለህ በከንቱ ደምህ ደመከልብ የሚሆነው ስማው ይጠቅምሀል....
(Ibsa ABO-WBO
Mil’uu Pirojektoota Abiy Ahmad Yeroo Ammaa Oromiyaarratti Qabu Keessaa (Ibsa ABO-WBO)
Gochi yakkaa fi kijibaa, bara bittaa Abiy Ahimad keessatti waanuma akka tasaa uumamu osoo hin taane, ibsituu sirnichaa fi meeshaa cunqursaa ta’uun ifatti erga mul’atee bubbuleera.
Sirnichi yeroo yeroon aangoo dadhabaa lafa qabachuu dide eeguuf waraana, dirqisiisuu fi jeequmsaatti gargaaramaa tureera.
Ammas sirni OPDO-PP olaantummaa isaa eeguuf jecha shira haaraa fi gocha suukanneessaa Oromiyaa keessatti raawwachuuf sochii taasisaa jira, kunis akka biyyaattii fi naannolee ollaa isheetti dhiibbaa guddaa qabaachuu danda’a.
1. Haleellaa Saba irratti hundaa’e Hammeessuu
Sirnichi diraamaa Mudde 2024 of eeggannoodhaan hojjete kan “Shaneen harka kennate” jedhee dhiyeesse hordofuun, yakki sirnichaan namoota nagaa irratti xiyyeeffate ji’oota muraasaaf hir’atee ture.
Haa ta’u malee, jalqaba baatii Bitootessa bara 2025 irraa eegalee gochi nama nagaa butuu Shawaa Kaabaa, Salaalee (naannawaa Garba Gurraachaa, Sulutaa fi Qarre Gowaatti) deebi’ee ka’uuni fi Horroo Guduruu Wallaggaatti ajjeechaan gara jabinaa raawwatamuun mul’ateera.
Yakkoonni nama nagaa butuu kun miseensota gareewwan yakkaa akka falmattota bilisummaa fakkeeffamanii dhihaataniin kan raawwatamaa jiran tahuu ragaaleen tokko tokko ni mirkaneessu.
Ammatti, hariiroo sirnichi yakkaa kana waliin qabuu fi hirmaannaa isaa ilaalchisee ragaan shakkiidhaa olitti mirkaneessu qorannoo garee biliisaa dabalataa kan barbaadu ta´us, sirnichi itti gaafatamummaa jala hin bahu.
Kun immoo, sirni Abiy lammilee eeguuf dirqama seeraa kan sadarkaa duratti irraa eegamu ni ba’ata jennee irraa eeguu keenya (abjuu akkanaa erga dhiisnee turreerra) osoo hin taane, gochoonni badii kanaa bakka humnoonni nageenyaa mootummaa heddumminaan argamanitti yeroo hundaa raawwatamuu isaati.
Haleellawwan kunis bakkoota walfakkaataa keessatti bifa walfakkaataa hordofuun raawwatamuun isaanii, gochoonni kun mootummaadhaan kan hinraawwatamne osoo tahee ittifamuu waan danda´aniifi.
Ragaan waggoota torban darban keessa kuufamaa dhufes ni jira.
Gochoonni yakkaa kun mala ogummaa fi qindoominaan horii argachuuf raawwatamaa kan jiran yoo tahu, kaffaltiin immoo karaa baankiitiin biyyattii guutuu keessatti raawwatamaa jira.
Waggaa lama dura, imbaasiin biyya alaa Finfinnee jiru tokko, gabaasa nama butuu WBO’n ittiin himatame ilaalchisee dhimma jiru hubachuuf gaaffii nuuf dhiyeessanii turani. Gorsi nuti kenninee turre “maallaqicha faana dhahaa” kan jedhu ture.
Qorannaa bifa kanaan godhamee ture akka mul’sutti gara lakkoofsa baankii to’annaa tika raayyaa ittisa biyyaa jala jiru tokkotti nugeesse.
Yakkoonni kun mootummaan kan deggeraman tahuu isaaniif ragaan kun haqa qabeessa fi mormii hin qabnedha.
Bifuma walfakkaatuun sirnichi Horroo Guduruu keessatti karaa garee yakkamaa “Fanno Wallaggaa” jedhee of waamu yakka raawwachaa jira.
Jalqaba garee yakkamaa kana leenjisee, hidhachiisuun WBO akka lolaniif kan bobbaasee Abiy Ahmad yoo tahu, gareen kun godina kana kanatti ajjeechaa jumlaa akka raawwatu dandeessiseera.
Miseensonni garee ajjeechaa qindaa’aa raawwatu kanaa, ergamni isaanii osoo hin jijjiiramin, lammiilee nagaa Oromoo irratti ajjeechaa jumlaa itti yaadamee raawwatamuu fi qe’eefi lafa akaakilee isaanii irraa buqqisu ta’ee itti fufeera.
Yakkamtoonni ummata keenya duguugaa jiran kun ajandaa bal’aa sirnichaa keessatti, galma milkeessuuf qabatan kan mataa isaanii qabchuun akkuma jirutti ta´ee, duulli akkanaa itti yaadamee godhamu kun sirnichaaf tajaajila tarsiimoo lama kenna. Isaanis:-
Seenessa walitti bu’iinsa sabummaa kan saba Oromoo saba Amaaraa irratti kakaasu bocuu fi
Muddama Nageenyaa Oromiyaa keessatti ofumaa uumanitti dhimma bahuun, qabata Amaarri sitti dhufe jedhuun Oromoo dirqamsiisanii deeggarsa siyaasaa irraa argachuu dha. Sirnichi haala ifa ta’een, tarsimoo diigumsaa hordofa.
Gochi Salaaletti (Kaaba Shawaatti), lammiileen Amaaraa nagaan butuu fi ajjeechaa raawwatame sun-yakka itti yaadame humnoota Oromoo ittiin yakkuuf qophaa’e dha.

Haaluma walfakkaatuun Horroo Guduruu Wallaggaatti sirnichi “Fannoon Wallaggaa” akka Oromoo fixuuf hayyamee otoo jiruu quba isaa Amaaraatti qaba.
Kun tiyaatira roga lamaa qindoomina olaanaan walitti bu’iinsa sabummaa saboota gidduutti dhalchuuf taasifamu.
2. Wallagga Akka Wolqaayit Taasisuu
Abiy Ahimad jalqabumaa Oromoo fi Oromiyaa diigee balleessuuf boqonnaa fudhatee hin beeku.
Lafa irrattii yaaliin hedduun kan ture yoo tahu, Wallagga lafa wal falmii (disputed terrirtory) taasisuuf sochiitti jira.
Tooftaa hamaa jibbiinsa of keessaa qabuun sabootaa lamaan gidduutti waldiddaa jabaa uumuuf boba’aa balaa ta’uu danda’u itti afarsaa jira—kunis ragaa quubsaa fi mamii hinqabneen kan mirkaanaa’e yoo tahu, sirni kun sodaa fi waldiddaa haaraa uumuuf takkaa laafee hin beeknu.
Abiy akkuma koree eenyummaa Amaaraa Wolqaayit, kan waldhabdee Tigraay fi Amaaraaf ka’umsa tahe saniitti, qaama “Wallaggatti koree Mirga Amaaraa leellisu” jedhamee of ibsuuf beekkamtii kenneera.
Walgarreeffannaan kanaan dura hawaasa lamaan kana gidduu ture akkuma jiruttuu yaaddessaa tahus, kun fedhii sirnichi jeequmsaaf qabu guutuufii waan danda’e hin fakkaatu.
Ammayyuu sirnichi haala safuun ala ta’een, ajandaa diigumsaa caalaatti hammaataa ta’e qabatee, hariiroowwan hawaasummaa duraanuu dadhaboo ta’an addaan cicciruuf hojjechaa jira.
Garee “Fannoo Wallaggaa” ofiin jedhu akka bakka bu’aa waraanaa hawaasa gama tokkootti ilaalanii kunuunsuuni fi gochi hammeenyaa qindoomina olaanaan Horroo Guduruutti dhiheenya raawwatame sun kopha-kophaatti baafamee waan ilaalamu otoo hin taane akeekuma sirnichaan walqabata.
Gochoonni kun lamaan qaama karoora bal’aa fi yaada hamaa of keessa qaban ta’anii jeequmsa too’annaa sirnichaa jala jiru kan sirnichi itti ummata lamaan too’atuun dhimmoota walqabatanidha.
Gochi akkanaa itti yaadame bifuma Wolqaayit fakkaatuun Oromoo Wallagga irraa buqqisuuf; akkasumas saboota lamaan jidduutti Oromiyaa keessatti walgaarreffannaa dhalchuuf taasifamu kun Oromoo fi Amaaraa biratti haala walfakkaataan itti dammaqamuu qaba.
Hammeenyi itti yaadamee amma hojjetamu kun rakkoo ammatti uumurra darbee waan fulduratti balaa irra caaluuf saaxiluu fi waldhabdee dhaabbataa mootummaadhaan hanqaaqame tahee rakkoo siyaasaa dabalataa uumuu danda’a.
Rakkoon sirnichaan oomishamaa jiru kun, bakka duubatti deebisuun hin danda’amnerra osoo hin geenya, qooda fudhattoonni naannoo Gaanfa Afrikaa fi hawaasni idl-addunyaa xiyyeeffannoo itti kennuu qabu.
3. Duula Odeeffannoo Sobaa Biraa
Sadarkaa kaadiree gadiitti sirnichi kitilayyootasaa biyya keessaa fi diyaaspooraatti dhimma bahuun waan Oromoon sirnicha deeggaru fakkeessuuf dammaqinaan hojjechuurratti argama. Sirnichi garee garaa garaa walitti qabee burjaajii uumuuf hojjechaa jira.
Isaanis: murna deeggartoota diyaaspooraa miseensota WBO duraanii hanqina naamusaatiin ari’amuun yeroo amma dantaa sirnichaa tajaajilaa jiran, aktivistoota Qeerroo duraanii faayidaadhaan qabamanii orbiitii sirnichaa keessa galan, akkasumas ayyaanlaallattoota partii morkattoota siyaasaa Finfinnee jiran keessaan waan bubuutuu barbaaddatan kan of keessatti hammate.
Maqaa ‘Waltajjii Qeerroo’ (Qeerroo Forum) jedhuun koonfaransii jalqabuuf karoora akka qaban bira gahame jira.
Hojiin isaanii inni jalqabaa mallattoo fi hambaa sochii Qeerroo ofitti maxxansuudhaan Qeerroo Sobaa ijaaranii Oromiyaa keessatti Abiy Ahmadiif deeggarsa ummataa fakkeessaa uumuudha.
Dabalataanis, kaayyoon isaanii hawaasuma Oromoo gidduuttis qoqqoodinsa gadi fageessu dha.
4. Paartii “Moormituu” Kijibaa Bixxiluu
Karoorri dhoksaatti, gareelee Bilxiginnaa akka mormituu siyaasaattii ijaaruuf carraaqamus bira gahameera.
Amanamtootaa akka gorsituutti, akka xinxaltootaatti akkasumas warra duddubaan sirnichaaf imaammata bocan irraa walitti babahe; kan maqaa mormitootatiin siyaasa ittiin daldalan ijaaruuf qophiin ni jira.
Piroojektiin siyaasa kun galmoota tarsiimoo sirnichi kaa’ate bifa galmaan gahuu danda’uun waan lama milkeessuuf akka tahe himama:

(1) Waltajjii “marii biyyoolessaa” fudhatamummaa dhabe, Oromiyaa irraa mormitoonni hirmataniiru jechuudhaan fudhataamummaa marii biyyoolessaa jedhamuuf argamsiisu fi (2) Gara fuula duraatti tarii filmaanni yoo jiraatef, akka mormituutti sochosuudhaan dorgommii siyaasaa fakkeessaa gochuu.
Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO Ebla 19, 2025
Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO Ebla 19, 2025
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም 20/04/25 በማዓከላዊ ዞን ውስጥ የኢምፓየሪቱ መከላከያ ሠራዊት አባላት በቁጥር 18 የሚሆኑት ለጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ከነሙሉ ትጥቃቸው ዕጃቸውን በሰላም ሰተዋል...
You are invited to a Zoom webinar!
When: Apr 20, 2025 08:00 PM Oromia, Finfinnee time
Topic: የአብይ አህመድ ወቅታዊ ፕሮጀክት እና የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት "ዘመቻ ሺህ ግንባር"
Join from PC, Mac, iPad, or Android:
https://us02web.zoom.us/j/84276559278?pwd=g7yZ72n4oJi1mBlgY5kkrRYFBOnIM4.1
Passcode:300235
Phone one-tap:
+17193594580,,84276559278#,,,,*300235# US
+13462487799,,84276559278#,,,,*300235# US (Houston)
Join via audio:
+1 719 359 4580 US
+1 346 248 7799 US (Houston)
+1 669 444 9171 US
+1 669 900 9128 US (San Jose)
+1 253 205 0468 US
+1 253 215 8782 US (Tacoma)
+1 305 224 1968 US
+1 309 205 3325 US
+1 312 626 6799 US (Chicago)
+1 360 209 5623 US
+1 386 347 5053 US
+1 507 473 4847 US
+1 564 217 2000 US
+1 646 558 8656 US (New York)
+1 646 931 3860 US
+1 689 278 1000 US
+1 301 715 8592 US (Washington DC)
Webinar ID: 842 7655 9278
Passcode: 300235
International numbers available: https://us02web.zoom.us/u/kbTaAa71ix

Tikoonni #Dambii_Doollootti bobbatattee 3 qacam godheera Leencichi.
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦ሰሞኑን በተደጋጋሚ ስንዘግብና ስናስጠነቅቅ የነበረው #በደምቢ_ዶሎ ከተማ በልዩ ሁኔታ የሠለጠኑ የተባሉ ደህንነቶች ተሠማርተው እንደነበረ ገልጸናል ዛሬ ሦስቱ በጀግኖቹ ቁጥጽር ሥር ውለዋል.....ከቻይና አይደለም ከማርስ ብታመጡ አትሸውዱንም ሆማ ኮሲ!

#Injifannoo
#Riisaa#Qaajeelcha. poolisii Magaalaa #Biishooftuu. Wajjira pooliisii magaalaa #Duukaam. #Riisaan. Humna. #Tiikaa. Fi #Pooliisii. Idilee sakaata'aaf gad ba'uuf deemaa jirtu balbaala wajjira poolisichaa irraatti Taarkaanfii haalellaa#Boonbiin. Nama 7 irraatti fudhaateen du'aafi madoon Adabee jira!
OROMIYAAN BIYYA
#መረጃ፦ ንሥሮቹ ማምሻውን ማለትም በ20/04/25 በምሥራቅ ሸገር ዞን #ቢሾፍቱ ከተማ አስተዳደር ፖሊስ መምሪያ እና #በዱከም ከተማ አስተዳደር ፖሊስ መምሪያ ላይ የተቀናጀ በተመሳዳይ ሰዓት እርምጃ ወስዷል....ህዝባችን መንገድ ላይ ያላችሁ ጥንቃቄ እንድትወስዱ እንመክራለን!