Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ)
24.8K subscribers
15.3K photos
2.8K videos
68 files
3.97K links
OLA/OLF
Download Telegram
#መረጃ፦የቫቲካን ካቶሊክ ቤ/ክ ፖፕ ፍራንሲስ ከዚህ ዓልም በሞት ተለይተዋል፤ ፖፑ ካለፈው የፈረንጆች አዲስ አመት ጀምሮ ህመማቸው ጸንቶባቸው እንደነበረም ታውቋል ለእምነቱ ተከታዮች በሙሉ መጽናናትን ተመኘን....
#Tiikootni. Pp fi #Ilmaan .#Niqqiluu . Magaalaa #Furii. Keessa oliif gad fiigaa jirtaan sun #Raadeeriin. #Riisaa. Isiin argeera essa iyyuu hin geessu. QBON of eggaannoo godhaa.
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ20/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር በምዕራብ ሸገር ዞን ቶኬ ኩታዬ ወረዳ ልዩ ስሙ ባቢች አባ ሀቃ በተባለ ሥፍራ ላይ በወሰደው እርምጃ አንድ መቶ አለቃን ጨምሮ 15 የፋሽስቱን ሠራዊት ቀርጥፍዋልም ተብሏል የነዚህን የሟች ሬሳ ጅባት ወረዳ ሸነን ከተማ አስተዳደር ውስጥ መድኃኒያለም ቤ/ክ የተቀበሩ ስሆን ከ20 በላይ ቁስለኞችን በሦስት 3f መኪና ጭነው ሄደዋል....
#Odeessa_Gantuu

Gidaami ganda 02 keessatti waraanni RIB ijoollee niqqiluun fudhate galee 2 du'an adabdeetti.

#መረጃ፦ ዛሬ ማለትም በ20/04/25 በቄሌም ወለጋ ዞን ጊዳሚ ወረዳ 02 ቀበሌ መከላከያ ሁለት የንቅሉን ልጆች በማረድ በሞት ቀጥቷል....የገንቱ መጨረሻ!
#መረጃ፦ዛሬ አሁን ከመሸ ማለትም በ20/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር በምዕራብ ወለጋ ዞን ሀሩ ወረዳ ዱሌ ቀበሌውን ጽ/ቤት ህዝባችንን ሲያሰቃዩበት የነበረውን ከነገባው አንድዶታል....
#Eruu_sochii_Diina

Waraanii pp Amaan tana toora sa,atii 10:30 tti Gujii lixaa kamphii Arraaba irraa konkoolaata 10 n ta,un Bulee horaa darbee Jira hordoofi Qeroofi qareeni
Zoonii madda Albudaa irraa qunciseera  Bireena ,Snipera , dabalatee meeshaan hedduun hiikameera,hidhamaa guutummaan guutuutti baaseera
IUOf

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ22/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በመደ አልቡዳ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር የፋሽስቱን ብልፅግና ሠሬዊት ድባቅ መቷል....
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
አናብስቶቹ የወርቂቱ ልጆች ከምርቃት በኋላ.....
"Hattuu Kashlabbee kana irraa of eega


Ummatni Oromoo kun Garlaaffesaa bar Hattuun cuftinuu Ani Waraanaa Bilisummaa Oromoot jedhee itti himatee siif madaa'ee siif wareegamaa ture jedhee inni dubbannaan amanee fudhachuu qofa osoo addaa hin baafatin kanaaf yeroo hedduu karaa Hedduun saamama jira

Mucaan asi gaditti argitan kun gara Naayiroobii kana jira
Ani Bergedii Laga Dambiit Cibraa Biiftuu bariit madaa'ee asi jira naa gargaara jechuun Ummata keenya Oromoo kan biyya Ambaa keessa jiraatu Sobe Qarshii irraa saama ture

Kanaafuu Namni kun Waraanaa Bilisummaa Oromoo akka hin taane jalaa sarare isiinitti himu fedhaa Maqaa jaarmiyaan dhaabaatu sirritti hin beeku dhugaa dubbachuuf

Gargaarun rakkoo hin qabu garuu yeroo kamiyyuu addaa baafadhaa wanti Hundinuu karaa seera qabeessa ta'een yoo deeme bareedaa"
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
~Bobbaa Duula Waraanaa Addaa Kumaatiin Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Madda Albuudaa Bireena hiikuun hidhamtoota siyaasaa gadhiisise

ONM-ABO Ebla 22/2025

Abdii fi gaachanni uummata Oromoo WBO'n Zoonii Madda Albuudaa godina Boorana Bahaa Aanaa Gooroo Doolaa ganda Qaraaroo Daarimuutti guyyaa har'aa Ebla 22  mooraa waraana faashistii PP irratti tarkaanfii duula waraana Adda Kumaatiin fudhateen loltoota PP 25 ajjeesee 20  madeessuun  mooraa keessaa ar'ee injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Tarkaanfii boonsaa kanaanis meeshaalee
PKM 2
Isnaayipperii 1
AKM 10
Boombii hedduu,
Rasaasota PKM fi AKM hedduu, akkasuma Meeshaale akka Uffata waraana, qorichaa fi galaa  diina irraa hiikkachuun hidhamtoota siyaasaa mooricha keessatti hidhamanii jiran namoota 40 hidhaa keessaa baaseera.

Injifannoon Uummata Oromoof!!!!
እንኳን ደህና መጣህ.....
እያልን ሌሎቻችሁም ከዚህ ትልቅ ትምህርት እንድትወስዱ ምክራችን ነው!
Moraa dinaa lagaate karaa sirrii qabaatee hin gabiitaree
#Baga_nagaan_gara dandii haqaati dhuftee
የነገ የኦሮሚያ የነፃነት የዴሞክራሲና የሰላም ዘቦች.....
እንኳን ደስ አለን ደስ አላችሁ.....
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ሚሊሻ በከተማ እና እዚህ ልዩነቱ...
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibba Baha Oromiyaa tarkaanfii laaleessaa waraana faashistii PP irratti fudhachuun adabe

ONM-ABO Ebla 23,2025 Irree fi gaachanni sabaa WBOn godina Arsii Bahaa aanaa  Sirkaa ganda Soojjii Saddee iddoo  addaa Gaalamaa jedhamu keessatti guyyaa har'aa Ebla 23 waraana maafi’aa PP maqaa sakattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun  bobbaate haleeluun loltoota sirna dulloomaa tiksuuf jecha dhamaatu 10 ajjeesee 6 madeessuu kara magaalaa irraa bobbaatetti deebisee jira.



Injifannoon ummata Oromoof!