Islamic pic & Qouets
563 subscribers
370 photos
13 videos
1 file
68 links
Odeefanno dabalataf: @yaa_adnani

yadaaf: @Islamic_pic_bot
Download Telegram
Champions league Europe daawwachu jiran fakkata mii? Wly akkasi miti maali nibeyta wanni isaan laalu jiran? Hin Beytu eekha? Waldorgommii Qur'aana tan biyya Taanzaaniyaatti gaggeyfamte irratti namni dilli kun hirmaate. Maashaa Allah jatte naffakaata. Gaarii gooti waan hundaafu Rabbin nasrii dhugaa nuuf haafidu. Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna hordofi.
KFO,ABIYYI FI IZEMA maal irratti haasawaa jiran? #Media @Riyaduljanna join godhun dubbisi. Arra Dhimma Xoophiyaa haasawu eegalle. Sababni isaas Haaji fi Ustaaz Hamza sababeyfanne.
Oduu simbirtuu

Sagantaan guddoon magaalaa Harar galma Calanqootti gaggeyfamuuf ture maalif dhoorkame? Konkolaataan Sh Amiin Ibro maalif hidhame? Ballina isaa eeggadha.

#Media @Riyaduljanna

-Manni murtii gurraacha Alii Sufiyan maalif qeeqa? Odeyfannon biraatis jira.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Adeero Nuuhoo manzuma isaa kessattille miidhaa oromo dubbata hanga kana caqasaame 🦻
#Media @Riyaduljanna
Hiriira jummaa arraa godhame irratti namni du'ee jira.

Media Riyaadul Jannaa
Ramadana 28/1443

Guyyaa arraa Hiriirri nagayaa kan gocha gareen shoorarkeysitoota Fanno Gondar kessatti rawwatani balaaleyfatu bahamee jira. Hiriirri kun Magaaloota heddu kessatti kan godhame yoo tahu Magaalaa Dirre Dawa fi Shaashamannetti tarkaanfii qaama mootummaatin lubbun namaa badde jirti.
@Riyaduljanna Diin keenyaaf Qabsaa'u qabna.
Heddummina nama bakka takkatti iida salaatuun; makkaa fi madiinatti aanee Finfinneen akka addunyaatti 3ffaa tahuun galmoytee jirti Allaahu Akbar.

#Media @Riyaduljanna
Goofata kana share godhi.

Gaaf tokko maraataan tokko ibidda 🔥 qabatee mana citaa tokko cinaa daddeemu jira. Ummanni laalaniiti osoo inni humaa hin balleessin maraataan kun manuma kana gubuu baatu ja'an. Hogga kana maaraataan kuniis waan isaan ja'an dhagahee anumaahu yaadachiiftan ja'ee ibidda saniin mana citaa san gube.😃😃

Adeeroo anaa fi atiis yaada namaa osoo hin beyne hamtuu inni quba hin qabne yaadachiisuurraa if eegu qabna. Buhaartiif #Media @Riyaduljanna
WAAN HIN FAKKAANNE GARUU DHUGAADHA.

1-Shimbirroon hin fincaantu.

2-Goondɑɑn hin rɑfu,sombɑas hin qɑbu hojjetɑɑn wɑggɑɑ 7 Giiftiin Goondɑɑ wɑggɑɑɑ 15 jirɑɑtu.

3-Shɑɑrki ɑbɑdan hin dhukkubsɑtu.

4-Fɑrdi dhɑɑbbɑtee mɑlee ciisee hin rɑfu.

5-Kɑnniisni gɑrɑɑ lɑmɑ qɑbdi kɑn Dɑmmɑɑ fi kɑn nyɑɑtɑɑ.

6-Shɑɑrki ɑdii guddɑɑn osoo hin nyɑɑtiin ji’ootɑ 3f turɑ.

7-Goondɑɑn ɑddunyɑɑ kɑnɑrrɑɑ hundi nɑmɑ ɑddunyɑɑ kɑnɑ hundɑɑf osoo hirɑmee Goondɑɑ miliyoonɑ 1 nɑmɑ tokko dhɑqqɑbɑ.

8-Hɑrreen yeroo takkatti Miillɑ isii ɑfrɑn ɑrkuu dɑndeessi.

Atiis #Media @Riyaduljanna yoo hordofte bashannanaa baratta.
Oduu namni hundi dhagahuu qabu atiis ammuma dhagahi.
.
.
.
.
.
.
Odeeyfanno Islaama saffisaan arkachuuf @Riyaduljanna dadhabbii tokko male buhaaraa barachuf @Riyaduljanna sagantaale itti gammaddu dhagahuuf @Riyaduljanna waan hundaafu filannoon kiyyaa fi kee @Riyaduljanna tahu isaa mirkaneeysuuf ammuma join godhi laali.
Allaahu Akbar
Oduu Gammachiisa

Hooggantoota Majlisa Fedraalaa tahanii
warra muudaman #Sheek_Hajjii_Ib
raahim_Tufaa
pirizdaantii Majlisa fedraalaa.
#Abdalkariim_Sheek_Badraddiin
itti aanaa pirizdaantii Majlisa fedraalaa
Alhamdulillaahi
isaaniis warra tokkummaa muslimaa irratti
hojjatu rabbiin isaan haa taasisu.

Odeeffanno islaama saffisan arkachuf @Riyaduljanna join godhi.
-Goofataa fi Buhaartii halaal arkuuf👇

@Riyaduljanna khoottu

-Odeeffannoo Islaamaa saffisaan arkachuuf 👇


@Riyaduljanna hordofi

-Oduu dinqisiisoo fi dhaamsa babbareedaaf 👇

@Riyaduljanna filadhu

-Da'awaa haala yeroo arkachuuf 👇

@Riyaduljanna seeni

-Walaloo fi seenaale mimmiooytuu dhagahuuf 👇

@Riyaduljanna bani

-Waan hundaafu ammuma join godhii miseensa Media @Riyaduljanna tahi.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (Ani)
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_5764450951 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift