Akkuma olitti eerame, Dhaabaa Alamuu ergama itti kennameen qonnaan bulaa obboo Warqinaa Beekaa “Shaneedha” jedhee nama nagaa ajjeesee waan irratti beekameef, dhoksuun dadhabamee akka hidhamu ta’ee amma mana hidhaa karachallee Amboo jira. Habtaamuu Mulunee garuu Koyyee Facceetti ramadamee hojiidhuma walfakkaataa gubbaa jira.
Ajjeechaa Barsiisaa Gaalib Abbaa Sambii ilaachisee, ani kanin qoradhee, dhugummaa isaa itti amane kana. Barsiisaa Gaalib Rabbio Jannataan haa qananiisu.
Hub: Waa’ee garee Team Bakakkaa kanaafi yakkoota raaw’atamn biroo barreeffama biroon walitti deebina.

🖕3❤1😁1
"Itoophiyaaf Oromiyaan Tasa Waliin Jiraachuu Hin Danda'an. Diinni guddoon oromoo itoophiyaadha. Sababoonni gurguddoon saba Oromoo fi Itoophiyaan akka wal-simatanii hin jiraanne godhan danuudha.
1ffaa. Seenaa fi Hundee Uumama Impaayeerichaa (Historical Foundation)
Itoophiyaan kan ijaaramte saba Oromoo fi saboota biroo humnaan cabsuu, koloneeffachuu fi eenyummaa isaanii balleessuu irratti.
Itoophiyaan ammayyaa harka caalaan isaa Oromiyaa humnaan weeraruu fi saamuun ijaarame. Kun immoo saba Oromoo biratti Itoophiyaan akka Mootummaa itti dhufe (imposed state) malee, akka biyya ofiitti akka hin ilaallatne godhe.
Sirni Gadaa inni dimookiraatawaa ta’e, sirna abbaa irree (monarchy/centralism) Itoophiyaatiin waan diigameef, hariiroon sun akka Diinaa fi Cunqurfamaatti jalqabe.
2ffaa. Gaaffii Abbaa Biyyummaa (Sovereignty & Autonomy)
Itoophiyaan saba Oromoo akka lammii qofaatti malee akka Abbaa Biyyaatti (Sovereign people) fudhachuu hin barbaaddu. Kanaaf itoophiyaa waliin akka oromoon jiraachuu hin dandeenye sirnaan hubachuuf beekuu feesisa. Oromoon biyya mataa isaa, daangaa mataa isaa fi sirna mataa isaa qaba, kanaaf kolonii itoophiyaa jalaa of baasun biyya isaa walaba taate keessa jiraachuf qabsootti jira.
Mootummoonni impaayera Itoophiyaa hundi (haile-silasee irraa kaasee hanga PP'tti) Oromiyaa giddu-galeessa (Finfinnee) irraa ajajuu barbaadu.
Federaalizimiin amma jiru barreeffamaan mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu (Self-determination) jedhus, hojiidhaan garuu Oromiyaan ammas kolonii impaayera itoophiyaa jala jirti.
3ffaa. Saaminsa fi Miidhaa Dinagdee (Economic Injustice)
dhimmi qabeenyaa (resources) bu’uura walitti bu’iinsaati. Qabeenyi Oromiyaa (Buna, Maallaqa, Albuuda, Lafa) guutummaatti Giddu-galeessaan (impaayera itoophiyaan) saamamaa jira. Oromoon qabeenya isaa irratti abbaa akka hin taane godhame. Kanaaf har'as ppn gaangistara mataa ofii ijaarrattee abbootii qabeenyaa oromoo fi sabboontota oromoo laaffisuuf dhabamsiisutti bobbaatee saamicha,ajjeechaa fi gochoota uummata haamilee cabsan ija uummataa duratti dalagaa oolti.
Magaalaan Finfinnee bal’achuun qe’ee Oromoo barbadeessuu fi qotee bulaa Oromoo hiyyummaaf saaxiluun Itoophiyaa fi Oromiyaa gidduutti diinummaa cimaa uumeera.
4ffaa. Falmii Eenyummaa fi Aadaa (Identity Conflict)
Yaad-rimeen Itoophiyaawummaa jedhu afaan, aadaa fi seenaa Amaaraa saba biratti dirqiin fe’uu irratti hundaa’a. Oromummaan immoo eenyummaa ofii kabachiisudha. Kanaaf itoophiyaaf oromiyaan waliif maal akka taate nii hubattu jedheen yaada.
Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa akka hin taane dhowwuun, saba Oromoo akka lammii lammaffaatti ilaalu. Kana jechuun lafa oromoo irra jiraachaa, eenyummaa kee ajjeesaa deemu jechuudha.
5ffaa. Gara-jabummaa fi Dhiitannaa Mirga Namoomaa.
gochaawwan PP’n raawwachaa jirtu dhimma ammaa qofa osoo hin taane, fakkii Itoophiyaan saba Oromoo ittiin bultuuti. Ajjeechaan, hidhaan fi reebichi saba Oromoo irratti raawwatamu Itoophiyaan Oromoo akka diinaatti malee akka sabaa( Biyyaatti)akka hin ilaalle ragaadha.
Biyyi Itoophiyaa jedhamu kun uumamuma isaan faulty design (caasaa dogoggoraa) qaba. Saboota wal-qixa keessummeessuu hin danda'u.
Tokkummaa Itoophiyaa jedhu duuba saaminsa fi ajjeechaa jiru adda baasanii hubachuun dammaqiinsa ifa ta'edha. Falaasamni Ethiopia is one jedhuun dhiiga Oromoo dhangalaasuun gocha Emotional Appeal fayyadamanii dhugaa jirtu ukkaamsuuf yaaluudha.
Oromoon dammaqee biyya isaa fi sirna isaa deeffachuuma qaba. Kanaa achi waan oromoo keessa jechumti itoophiyaa jedhuyyuu jira taanan milkiin hin jiru! Itoophiyaan diina guddoo oromooti.
Oromiyaan Biyya.! "

❤11🖕3👌2
Yakk-oota Saaxilamaa jiraan duuba gaafatamni jiraachuun dirqama, yoo gaafatamni hin jiraanne booda yakkoo-nni kana caalaan "modern" ta'uun raawaatamu!!
Bara 2019 kufaatii wayyaane dura yakkoo-nni hedduun, yakki dimokiraasii fi yakki namoomaa gurguddaan uummata keenya irratti raawwatamaa turaniiru. Yakkoo-nni kun bifa garaa garaatiin uummata irratti hojjetamaa ture. OPDOn yeroo sana naannoo Oromiyaa bulchaa ture akkuma har'aa caasawwan hedduu bifa dhokataa fi walxaxaa ta'een ijaaree yakka hojjechiisaa ture. Namoonni hameenya OPDO fi wayyaanee yeroo sanaa morman hedduun isaanii manneen hidh-aa karchalleeti hanga Ma'ikalaawwiitti hidh-amuun dara-raa argaa turan, mormiin yakk-aaf yakk-amaa mormuudha. Namoonni yeroo sana yakka ajjee+chaa fi qorqalbii miidh-uu uummata irratti raawwataa turan caasaa hunda irraayyuu gaafatama hin fudhataniin hafan. Kun immoo sababoota mataa isaa qabateera.
Namoonni yeroo sana wayyaanee waliin uummata irratti yakk-oota raawwataa turan dogoggora tarsiimoo qabsoo keenyaatiin qabsaa'aa fi abbaa qabsoo ta'anii as bahan.(warra har'a maafiyaa hundesssee fi maafiyaa)! Yeroo kana miseensa isaaniitiif wabiif gaachana ta'an. Gaafatamni yakk-a kaleessaa hafeet, ofiiyyuu abbaa haqaa ta'an. Miidh-amaan akka yakk-amaa fi shakkamaatti ilaalamuutti ka'e. Yakk-amaan abbaa qabsoo ta'ee, uummati harka isaaniitti miidh-ame yakk-amaa ta'e. Kun hanqina tarsiimoo fi gundunfamuu hanqachuu qabsoo keenya irraati dhufe.
Hanqinoonni kun immoo maddi isaa eessa jennee yoo ilaalle, jaarmiyaalee fi qabsaa'ota Oromoo biraati. Jaarmiyaalee fi qabsaa'oti walitti dhufanii wixinee gara fuulduraa tolfachuu hanqataniitu. Hunduu miiraa wayyaane buqqisuu jedhu qofa qabatee fuulduratti wal fiigse. Wayyaane buqqifnee hoo maal gochuutu nurraa eegama kan jettu matumaayyuu hin turre. Tuuti tokko Wayyaaneen haa buqqaatu malee inni hafe salphaadha jedhee mataa raase. Tuuti biraa immoo egeree qabsoo itichuu irratti yaadda'uu hin oolle. Inni wayyaaneen haa buqqaatu jedhes, inni egeree qabsoo itichuuf yaadda'ees, inni xumuratti maal goona jedhee guungumes walitti dhufee egeree wixinachuu hin dandeenye. Wal mari'annee hojjechuu dhiifnee, akka imaanaatti warruma abbaa maafiyaa har'aatti qabsoo kennanne. Bulee egereen warruma yakk-amaa dhidhiibuutti deebi'ame. Silaa yakk-amaa gaafatamaa taasisu malee dhidhiibuun hin turre. Ta'us dubbiin yeroo san dubbatamte gurra keessa na jirti. Jawar Mohammed gaaffii akkana jedhamu tokkotu gaafatame. "Amma egaa qabsoo kana asiin geenyee jirra, inni itti aanu maali jedhamee gaafatame, Jawar yeroo sani akkana jedhee deebise, jaarmiyaalee Oromoo ABOs ta'e KFOn biyya kana bulchuuf qophii miti, kanaafuu warruma wayyaanee keessa taa'anii jijjiirama kana tumsaa turan itti fufsiifna" kan jedhu deebise. Eeyyee kun yeroo sanatti akka yaada furmaataatti fudhatamee irra darbame. Maaliif jennaan jaarmiyaaan dursee walitti dhufee xumura warraaqsaa booda maaltu ta'uuti qaba jedhee lafa kaa'ee yookan ifoomse hin turre. Namuu wayyaaneen laamsha'uu argee gammachuun hoyi hoyiin biyya keessa guute, hootelaa fi galma cufatti affeerraa tolchee sirbee geeraruu itti fufe. Gadi taa'ee wal ta'ee hin mari'anne. Keewaata seeraa ittiin yakk-amaa adab-u lafa hin keenye, wixineen ittiin Oromoon walta'ee Oromiyaa tasgabbeessee nageenya ishee mirkaneessuu, daangaa ishee sararu, siyaasaa fi dinagdee ishee waaltessu hin tolfamne. Utuu kun hin tolfamiin yakk-amaan wal guuree teessoo aarsaa qaaliin dhufe irratti lafa dhahe. Gaafatamni isaa hafee, abbaa qabsoo ta'ee as bahe. OPDO gara boodarra erga aangoo, humna tikaa, fi waraa+naa to'ataniin booda caasaa isaanii warra isaan keessa taa'ee qabsoo qeerroo fi qarree tumsaa turan sakatta'ee baasuutti ka'e. Erga sakatta' ee baaseen booda yeroof of harka tursee bakka hojii itti jijjiiruudhan, erga maqaa OPDO jedhu gara badhaadhinaatti ofirraa jijjiireen booda caasicha tuqaa irratti qabate of keessaa tufe. Tufuun dura namoota kana iyyuu of dura qabee yakk-oota gurguddaa uummataaf qabsaa'ota irratti dalagsiise. Erga kana godheen booda badhaadhina jedhee gad of dhaabe.

❤2👍1👏1
Badhaadhina keessatti caasaalee amma saaxilamaa jiran kana hundeeffate. Caasaan kun garee maafiyaa haa jedhaman iyyuu malee, maafiyummaan isaanii kan sirnaati. Sirna utubu, sirnaaf gatii baasu, kan isaan tuqe sirna badhaadhinaa tuqe. Isaan diig-uun badhaadhina diig-uudha. Kun manifestoo isaanii keessa jira. Kitaaba ida'amuu keessatti "qaama si mormu saa-mi, barb-adeessi, hiyyoomsi" kan jedhu fuula isaa yoon yaadadhuu baadheyyuu jira. Kana caasaan tikaafi waraa-naa sirnaan dhimma itti bahe. Kana jechuun sirnaaf gareen maafiyaa tumsa waloo sirnaati.
Dhimmi koo inni ijoon akkuman duratti kaase waa'ee gaafatummaa fi egeree qabsoo Oromooti. Gareen saaxilamaa jiru kun saaxilamuun baay'ee gaariidha. Itti fufee saaxilamuuti qaba. Garuu gaafatamni seeraa kan keewwata waaltawaan tumameen gaafachiisu qophaa'uuti qaba. Akkuma kana duraa saaxillee dhiisuun nurra hin jiraatu. Nii yaadattu yoo ta'e bara 2019 dura yakk-oota akkanaa hedduu saaxilaa turreerra. Garuu gaafatamni fudhatame hin turre. Warri yeroo sana saaxilaman sababa hanqinoota tumaatalee seeraa akka sabaatti hin qabneef, sababa tokkummaa waltawaa jaarmiyaaleef seeraa hin qabneef of haaromsanii yakk-oota dabalataa hojjechuu itti fufan. Yakk-oota kana hundeerraa xiqqeessuuf boru illee heeraaf seera waltawaa ittiin yakk-amaa akka sabaatti nu mii-dhe gaafannu tumannee qabaachuu nu barbaachisa. Kun waan dirqamaati. Yoo ulee seeraa akka sabaatti ol hin kaawwanne boru abbuma argetu si saa-ma, si ukkaa-msa, si ajjee-sa, achii booda sabni akka mana cidhaa sirbee gala jechuudha!
Egereen qabsoo Oromoo fi qabsaa'otaa hoo maal ta'uu qaba? Egereen qabsoo keenyaa tokkummaa irratti kan hundaa'e ta'uuti qaba. Waan argannu waliin, waan dhabnus waliin ta'uuti qabna. Jaarmiyaaleenii fi qabsaa'onni Oromoo illee yaada waltawaa tokko irratti waliif galanii adeemuuti qabu. Yaadi waaltawaan sabichaaf galtee aara galfiiti.
Yakk-amaaf tumaa heeraaf seeraa akka sabaatti qabaachuuti qabna. Tumaa heeraaf seeraa yoo hin qabne dhimmi nuti yakk-amaa saaxillee deebinuuf hjn jiraatu. Saaxillee biraa deebi'uun yakk-atti jajjabeessinee deebi'uufi mad-aa miidh-amtootaa tuttuqnee deebi'uudha. Kanaafuu ulee heeraaf seeraa murree yakk-amaaf ol kaa'uuti qabna. Uleen heeraaf seeraa yoo hin jiraanne ulee yakk-amaan ittiin nu dhaan-ee galutu heddumata!!
Yoon dogoggore na oofkolchaa!
Galatoomaa!

❤11🙏3👏1🤮1
Siyaasa Siidaa Warqee!!
Warqee wallaggaa saamanii biyyoota alaatti gurgurataa siidaa warqee gurguramee uummataaf dhaabuun siyaasa dabaati.
Siyaasa siidaa warqee duuba akka kaamettii dubartiitti magaalaa babbareechatan. Kun jiruuf jireenya hawwaasaa waliin kan wal simu miti. Siidaa warqee ija uummataa dura dhaabanii itti sirbuun dura bu'aa achirraa argamuun uummatichaaf waan barbaachisu gochuutu irra ture. Siyaasa siidaa ol kaawwattanii manneen barnootaa fooyya'insa qabu, mana yaalaa fooyya'aa fi kkkfn hojjechuutu ture.
Eeyyee magaalittiin akkuma Finfinnee dhagaa rogaan kaa'amtee fi ifaa dimlaayitiin nii bareedu. Achuma cina gara Waachaa mikaa'eelii ibsaanuu hin jiru, bishaanni hin jiru, gadi yoo buute Diggaa, Arjoo, haroo folaa, guutee, haala wal fakkaatuun rakkoo keessa jiru. Warri siidaa dhaabee itti sirbu manni isaa naannoo Finfinneeti. Ofii pileeniin dhaqee caccabsaaf coroorsaa nyaatee gala.
Uummati Finfinnee gahee deebi'uufu geebija gahaa hin argatu. Warri siyaasa siidaa nutti lallabu, warqee biyya alaatti gurguree ofii viillaa ijaarrataa, ijoollee isaa manneen barnootaa qulqulluutti barsiiftaa siidaa dhaabee siyaasa siif dalaga. Uummanni wallaggaa fayyadummaa wallaale miti.
Qabeenya isaa saamanii chaayinaa fi Biyyoota Arabaatti gurguruun qaww-een afaan qabachiisanii siyaasa siidaan mataa gadi isa qaban. Yoo dubbate inaaftuu fi farra misoomaa jedhama.
Uummata siyaasa siidaa fi karaa qulqulleessuun ibsaa dandii irraatiin gomsitan waan hin jirre!

🤮6❤3👍2🙏1
Komii komataa komate! ~~~~
🕳️ Ijaaramtee Biyyookee tikfachuu sodaatta taanan Roorroo jaalattee simatte waan ta'eef godaannisasaa kulkulfachuu hin qabdu.
🕳️ Tokkummaa dhalootaa kanaa balfita taanan duutee awwalcha dhabuu keef nama hin komatin.
🕳️lafarratti Namaan walii galuu hin dandeessu taanan Lafti si nyaachuf malee si baachuf akka qophii hin ta'in jabeessi hubadhu.
🕳️Sababa Oromoo Tokkummaa dhorke barbaadda yoo ta'e kaa'uumsa waan kanaaf namni jalqabaa Suma mataakee akka ta'e qalbifadhu.
Oromoon waan waliin dhabe malee waan irratti wal dhabe hin qabu waan ta'eefi.
🕳️Gabrummaaf roorrifamuun jaarmiyaa jabaa(humna)dhaba keessaa akka dhalatu, Bilisummaaniis Tokkummaa jabaa keessaa akka dhalatu sammuukee hin dhoksin. Sababnisaa laafinakeetti duultee Utubaa gaaddisa Tokkummaa akka uktuuf si gargaara waan ta'eef!
🕳️Nyaattee garaa Guuttachuu akka Bilisummaatti ilaalta taanan sammuunkees garaankees udaaniin guutamee akka jiru of dhoksin.
🕳️Rakkoo keessa ciiftee birmannaa waaqaa eeggatta taanan duuteerta waan ta'eef bakkuma jirtu sanatti boolla awwaalchaa qotadhu.
Sababnisaa dirreen namoonni Ciisanii itti boqatan sana booda qofa jira waan ta'eef!

👍8❤6🖕6😁4🔥2
~Uummanni Cunqurfamaa Oromoo Gaaga'ama Maraammartoo Kufaatii Impaayeraan Akka Hin Miidhamnetti Tolchee Of-Eeguun Fardiidha!
👉Sanada caalbaasii doolaara miliyoona 500'n, Baankii biyyoolessaa fi raafama qaala'iinsa jireenyaa Impaayeera mudachuuf deemu, maal quba qabdu? Kunooti:-🫵
Baankiin Biyyoolessaa Impaayeera Xoobbiyaa caalbaasii gurgurtaa sharafa maallaqa alaa addatti gaggeesseen raafamaafi naasuu guddaa sektara maallaqaa irratti geessisuu ifoomse. Baankichi gurgurtaa sanadaa sharafa maallaqaaf caalbaasiin dhiheesse qarshii doolaara miliyoona 500 malee, hammi baankonni daldalaa waliigalatti dabalataan gaafatan qarshii doolaara biliyoona 1.06 gaheera. Haalli kun ammoo Impaayeerattii gaaga'ama dinagdeefi qaala'iinsa jireenyaa akka maleef saaxiluu danda'a jedhame.
Impaayeerri dullattii masaraa cubbamtuu qofa yaadaa ooltu akkaaf akkaataa jiruuf jireenya hawaasichaa quba hinqabdu. Uummanni impaayeerattii keessa jiraatu tola Waaqaa yoona gahe. Impaayeerri gamoo fi daandii masaraa cubbamtuutti geessu miidhagsuu malee jiruuf jireenya lammiilee fooyyessuu hinbarbaaddu.
Ammatti, Impaayeerri maraammartoo siyaasaa fi gaaga'ama dinagdee hamaan butamtee jirti. Kunneen ammoo qaala'iinsa jireenyaa hamaaf lammiilee saaxiluutti jira. Impaayeerri maallaqa kaazenaa keessaa daguugdee meeshaa waraanaa bituu malee beelaaf dheebuu hawaasichaa quba hinqabdu. Kanatti qarshii fixxee ammatti qaala'iinsa jireenyaan uummaticha gidirsuu irratti argamti.
👉Impaayeerri maraammartootti jirtu akka irratti hinkufneetti tolchee of eeguun dirqama cunqurfamaa Oromooti. 🚫

🖕8❤2👍2
Ogeessonni International Monetary Fund torbee tokkoof Finfinneetti Gamaggamaa fi Audit irra turan.
Macro-Economic Policy waggaa 2’n baranaa Mootummaan Itiyoophiyaa gaggeesse sana gamaggamaa turan.
Akkaataa Qajeelfama isaaniitiin kamtu hojiirra oole kamtu hanqate kan jedhu Odiitii gochaa turan.
Liqaan kennan maal irra oolee fi liqaa hafe gadhiisuuf haaldureewwan jiran xiinxalanni jechuudha.
Akka Gabaasni adda addaa agarsiisutti ogeessonni IMF Policy Mootummaan Itiyoophiyaa fudhate gahaa akkan taane eeraniiru.
-Gibira dabaluu
-Gatii Birrii gadi buusuu/devaluation
-Gabaa bilisa gochuu/Free market economy
-gosa gibiraa babal’isuu/Expanding Tax base
-Mootummaan deeggarsa Uummataaf godhu/Subsidy dhaabuu akka qabufaa akeekkachiisanii galan jedhan.
Mee Data armaan gadii kana ilaalaa:
Bara 1965 Hailessillassie —~~~ 1 Dollar =2.10 Birr ture
1983 Dargue —-~~. 1 $ =. 2.07 Birr
2004 Meleszenawiv~~~~1$=. 17.70 Birr
2010 Hailemariam~~1$=. 27.28 Birr
2018 Abiy Ahmed~~~1$=. 180 Birr.
Waggaa 8 gidduutti Dollar 1 gara birrii 153 oliitiin dabale jechuudha.
Kanas guddina jedha Faarsee Bulaan, Digital Milishaan, Digital Ciisanayaan, Arrogant fi ignorant’n.
Biyyi tokko Kan Currency ishii Devaluate gootu yoo Oomisha hedduu waan Biyya alaatti ergitu Oommishtedha.
Export yoo Import irra caale. Positive Balance of Payment yoo qabaatte.
biyyi balatsage akkasitti 😁😁

2010 Hailemariam
2018 Abiy Ahmed