Info-Tech Computer Training Institution Channel
1.37K subscribers
3.05K photos
10 videos
30 files
213 links
This channels are used for Education.
Info-Tech Branch
1. Bale Goba
2. Bale Robe
3. Bale Ginnir
Download Telegram
Dhaabbannii leenjii koompitaraa infoo-teekii eebbifamtootaa marsaa 11ffaa waliin gafaa guyyaa 02/13/2016 sa'ati 12:00 irraa jalqabe ka'umsa isa magaala robee irraa gochuun gara garreewan baaleti tripi dhaaf waan deemnuuf barattoonii demsaaf galmooftanii fi hojjattoonnii dhaabbatichaa ulaagale jiraan gutachuun akkaa qophoftan isini ibsina.

ulaagaleen
1. Uffata qorraa
2. Nyaata ciree fi laaqana
3. Dhugaatii lalaafa
4. Jabinaa qamaa
sababnii isaas imaala lafaa wan qabuf.


መስፈርቱ
1. የክረምት ልብሶች
2. ቁርስ እና ምሳ
3. ለስላሳ መጠጦች
4. አካላዊ ጥንካሬ
የመሬት ጉዞ ስላለው።

hubachisaa:nama galmaa'en alatii demuun hin dandaa'amu
3
29/12/2016
Eebbifamtoonnii marsa 11ffaa Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii Damee Goobbaa fi Roobee document kessaan guyyaan ittii fudhaatan 07/01/2017 irraa jalqabee waan ta'ef leenjitonii eebbiifamtan maqaa kan hin barresini fi photo hin galchiin akkaa gachiitan gamanumaan isini ibsinaa.

የ11ኛ ዙር ተመራቂዎች ጎባ እና ሮቤ ቅርንጫፍ በሙሉ ዶክመንታችሁን የምትወስዱበት ቀን 07/01/2017 ጀምሮ ስለሆን ስማችሁን ያልፃፋችሁ እና ፎቶ ያላስገባችሁ እንድታስገቡ ከወዲሁ እሳስባለን::


Call.📱📱📱

+251953703597
+251983674755
+251948999640

For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@info_photographer
Facebook
@Infotech computer training center
👍1
Beeksisaa
30/12/2016
Baga Bara 2017f isiin gahe jechaa, Leenjiitotaa dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii dame gobbaa fi roobee hundaaf leenjiin bara 2017 sagantaa Idileetiin(Regular) kan jalqabu Fulbaana 13/2017 akkaasumaas sangantaa Weekenditin leenjiin kan jalqabu Fulbaana 11/2017 wan ta’ef leenjitoonii ogumaalee adda addaatin leenjiitaan hundi kessaan guyyaa jedhameetii gara Leenjii kessaniitii akkaa deebitaan kabajaan isini ibsinaa.

እንኳን ለ2017 ዓ.ም አደረሳችሁነ እያልን ለኢንፎ-ቴክ የኮመፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም ጎባ እና ሮቤ ቅርንጫፍ ሰልጣኞች በሙሉ የ2017 ዓ.ም ስልጠና በመደበኛ ፕሮግራም የሚጀምረዉ መስከረም 13/2017 ሲሆን በ Weekend ፕሮግራም መስከረም 11/2017 ስለሆነ በተለያዩ ሞያዎች የምሰለጥኑ ሰልጣኞች በተባለዉ ቀን ላይ ወደ ስልጠናችሁ እንድትመለሱ በአክብሮት እንገልጻለን፡፡
Call.📱📱📱

+251953703597
+251983674755
+251948999640

For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@info_photographer
Facebook
@Infotech computer training center
Share share share……
2👍1
Dawwaannaa Garreen Baalee gaafaa guyyaa 02/13/2016
Ka"umsii :::Magaala robee Infoo-Teekii

Yeroon ka'umsaa:::ganama sa’ati 12:00 wal argaan Infoo-Teekii dame roobeetii
Leenjiitoonnii fi hojjaatoonnii demsaaf galmooftaan hundii kessaan yeroo jedhamee kessaatii akka argaamtaan.

Hubachiisaa: namaa barfatee gannee kan demnuu yoo ta'uu galmaa'ee kan hafeef immoo qarshiin kan hin deebinee ta'a.

በ 02/13/2016
ጉዞ ወደ ባሌ ተራራዎች
መነሻ :: የሮቤ ከተማ ኢንፎ ቴክ

የመነሻ ሰአት::12:00 ሰአት በሮቤ ኢንፎ-ቴክ ቅርንጫፍ::
የተመዘገቡ ሁሉም ሰልጣኞች እና ሰራተኞች በሰዓቱ እንድትገኙ።

ማሳሰቢያ፡ ያረፈደን ሰው እንተዋለን እና ተመዝግቦ የቀረ ምንም አይነት ብር ተመላሽ አይደረግም።
👍4
02-13-2016
Part 1
Dawwaannaa Garreen Baalee Tulluu diimtuu eebbifamtootaa marsa 11ffaa fi hojjaatootaa Infoo-Teekii dame goobbaa fi roobee walin guyyaa garii dabarsiinee jirraa. Baga nagaya gara mana ofitii deebiitan.

Part 2...
👏10🥰4👍21
Part 2
Dawwaannaa Garreen Baalee Tulluu diimtuu eebbifamtootaa marsa 11ffaa fi hojjaatootaa Infoo-Teekii dame goobbaa fi roobee