20/12/2018
Eebbifamtootaa Marsa 13ffaa Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii Hundaaf Guyyaan Gawanii,Rivani fi Bayindary kan ittii fudhattaan 21/12/2018 sa'ati 8-12 akkasumas 22/12/2018 hangaa sa'ati 2-6 qofa ta'u isaa beektaanii eebbifamaan hundii guyyaa jedhaamee kessaattii Qr.500 gawaaniif kan qabsiistaan yammuu ta'u gaafa guyyaa 25-26/12/2018 gaawanii yeroo deebistaan Qr.500 kan isiini deebi'uu ta'a.
Hubachiisaa:- Guyyaan Gaawanii ittii Deebi'uu gaafa guyyaa 25-26/12/2018 qofa ta'a.
ለ13ኛ ዙር የኢንፎ-ቴክ የኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም ተመራቂዎች በሙሉ፦
ጋዋን፣ ሪቫኒ እና ቤይንዳሪ የምትቀበሉበት ቀን 21/12/2018 ዓ.ም. ke 8-12 and 22/12/2018 ke 2-6 ብቻ መሆኑን እንድታውቁ እናሳውቃለን።
ሁሉም ተመራቂዎች በተጠቀሰው ቀን 500 ብር ለጋዋን በዋስትና ያስያዛሉ። ከዚያም 25-26/12/2018 ዓ.ም. ጋዋኑን ሲመልሱ 500 ብር ይመለስላችኋል።
⚠️ ማስታወሻ
ጋዋን የሚመለስበት ቀን 25-26/12/2018 ዓ.ም. ብቻ ነው።
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et

❤4👏1
21/12/2018
Baga Jala Bultii Eebbaa Marsaa 13ffaa Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekiidhaaf nagayaan isiiniin gahee jechaa Guuyyaa Boruu 22/12/2018 ganama sa'atii 2:00 -3:00ti Infoo-Teekii Damee Roobeetii wal arguun demsaa kenyaa gara Kolleejjii Barsiisootaati gochuun Galmaa Eebbaa kenyaa kan sirreesinuu ta'a.
Hubaachiisaa:- Leenjiitoonnii Eebbifamtaan Yeroo Dhuuftaan T-shirti keessaan uffattanii akkaa dhuftaan kabajaan isiin beeksiisnaa.
ነገ 22/12/2018 ዓ.ም. ከጠዋቱ 2፡00 እስከ 3፡00 ሰዓት በኢንፎ-ቴክ ሮቤ ቅርንጫፍ ተሰባስበን በእግር ጉዞ ወደ መምህራን ኮሌጅ በመሄድ የምረቃ አዳራሻችንን የማስዋብና የማዘጋጀት ሥራ እናከናውናለን።
ማሳሰቢያ፦ የሚመረቁ ሰልጣኞች በሚመጡበት ጊዜ ቲሸርታቸውን ለብሰው እንዲመጡ በአክብሮት እናሳስባለን።

❤4👏2
Info-Tech Computer Training Institution
13th Round Graduation Ceremony
Class Of 2026
Date:-23/12/2018
Venue:- Robe Teachers College
Time:-2:00 AM(Local Time)

❤6
Ergaa Baga Gammaddanii Hogganaa Dhaabbata Infoo-Teekii
Kabajamtoota Eebbifamtoota Marsaa 13ffaa, Maatiiwwan isaanii, fi Hojjattoota Dhaabbata Infoo-Teekii:
barnootaa fi leenjii cimaa booda, har'a milkaa'ina guddaa fi guyyaa gammachuu eebbaa marsaa 13ffaa keenya kabajachuu keenyaaf gammachuu guddaatu natti dhaga'ama. Dhaabbata Infoo-Teekii bakka bu'uudhaan eebbifamtoota dhiiraa fi dubaraa barumsa keessan xumurtanii har'a sadarkaa kanaan gahuu dandeessan hundaaf baga gammaddan, baga gammadne!
Mul'anni dhaabbata keenyaa beekumsa fi teeknoolojiin dhaloota boruu qaruudhaan guddina biyyaatiif gumaachuu dha. Hojii aarsaa guutuu kaffaltaniin injifannoo har'aatiif gahuun keessan dhaabbata keenyaaf boonni guddaa dha. Beekumsi fi dandettiin asitti argattan gara fuulduraatti hojii uumuudhaan, rakkoo hawaasaa furuudhaan fi sektera teeknoolojii teessisan irratti jijjiirama gaarii akka fidu abdii guddaa qabna.
Guddisuufi deeggaruu irratti kan hin dadhabne maatiiwwan eebbifamtootaa fi beekumsa dabarsanii leenjisaa turan barsiisota keenya hundaaf galata guddaa fi kabaja guddaan qaba. Eebbifamtoota keenyaaf gara fuulduraatti muuxannoo fi milkaa'ina guddaa isiniif hawwaa.
Baga Gammaddan!

23/12/2018
🎓🌟 BAGA GAMMADDAN! – EEBBAA MARSA 13FFAA 🌟🎓
Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Info-Tech irraa, eebbifamtoota Marsaa 13ffaa, maatii isaanii fi hirmaattota keenya hundaaf Baga gammaddan! Baga geessan! jechuun gammachuu keenya ibsina. 🎉🎓
Akkasumas, milkaa’ina Eebbaa Marsaa 13ffaa kanaaf gumaacha keessan kan gootan Leenjistoota Dhaabbatichaa, Hojjettoota Deeggarsaa, Koree Eebbaa, Sponsaroota Kabajamoo, Koree Naamusa, akkasumas qaamolee nu cinaa dhaabbatan hundaaf galata guddaa qabna. 🙏❤️
Gumaachaa, deeggarsaa fi tumsa keessaniif baay’ee galatoomaa! 🙏
🌟 Baga Eebbifamtan! Baga Gammaddan!
🎓 Congratulations, Class of 2026! 🎓
Info-Tech Computer Training Institution
"If You Think You Can, You Can!"

👏1

❤1