Sareen Baayiden Meejar ji’a tokko dura Waayit Hawusiitti waan nama ciniineef leenjiif gara Delaweeritti ergamee erga deebi’ee guyyooti muraasa booda ammas nama ciniineera.
Dubbi himaan Giifti duree Jiil Baayiden “of eeggannoo guddaa taasisuuf” namni ciniiname kun hojiitti deebi’uun dura gartuu meedikaalaa Waayit Haawus birratti ilaalamuu himaniiru.
Meejor saroota Baayiden gosa Jarman Sheepardi ta’an lamaan keessa isa quxisuu yoo ta’u, seenaa Waayit Haawusii keessatti saree bakka wiirtuu saroota baraaramanii irraa dhufe isa jalqabaadha.
“Saree garraamiidha,” jedha Pirezdaant Baayiden.
Maayikel LaRoosaa, dubbi himaan Giiftii duree, Wiixata wanta uumame kanaratti yemmuu dubbatan Meejar “ammayyuu naannoo isaa haaraa kanatti baruu yaalaa waan jiruuf utuu deemaa jiruu nama tokko ciniine,” jedhaniiru.
CNN hojjataan Tajaajila Paarkii Biyyooleessa bakka Sawuuz Lowuun jedhamurratti ciniinee wal’aansa argachuuf hojii dhaabe ture jedhuun gabaaseera. Dhimma kana irratti Tajaajila Paarkii Biyyaaleessa irraa deebii argachuuf yaaliin CNN taasise hin milkoofne.
Bitootessa 8 irratti erga jalqaba nama ciniinee booda sarootni Baayideen lamaan, Meejari fi Chaamp, umurii ganna 13, gara mana maatii Baayidan Wilmiingitan, Delaaweer jirutti geeffamanii turani...

..Maddi eenyumaan isaa hin ibsamne akka CNN’tti himetti, yeroo sanatti Meejar hojjattoota Waayit Haawusii fi eegdootatti utaalaa, dutaa fi itti fiigaa ture.
Pirezdaant Baayidan akka jedhanitti Meejar namoota haaraa hedduu naannoo isaa jiranitti baruuf yaalaa jira.
''Achii siiqxee yoo deemtu namni haaraa ati hin beekne lamatu jira, isaan yeroo socho’an innis eeguumsaaf itti adeema,” jechuun Baayiden sagantaa ABC Good Morning America’tti himeera.
“Namootni %85 ta’an [Waayit Haawus jiran] isa jaallatu. Eegee isaa mirmirsaa isaan arraabaa oola. Garuu… namootni tokko tokko, jalqabumaan saroota akka sodaatan naaf galeera.”
Baayiden saree ganna sadii kan ta’e Meejariin kan guddifachaan fudhate, buchullaa ta’ee bara 2018tti dhaabbata bineensota kunuunsu 'Delaware Humane Association' irraati.
Saree inni tokko Chaamp yeroo Baayidan itti anaa pireezdaantii turetti Waayit Haawusii keessa jiraateera, Ammajjii bara kanaatti gutummaatti achi seenuun dura
@information_center1
@infirmation_center1

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa dhimma xiyyaara fee'umsaa isaa tokko kan dogongoraan buufata xiyyaaraa Zaambiyaa ijaarsi isaa hin xumuramiin qubate anga'oota Zaambiyaan waliin qorachuufi.
Buufatni xiyyaaraa dhiyeenya magaalaa guddittii Lusaakaatti argamu kun, kan ijaarsarra jiruufi hin xumuramnedha.
To'attoonni tiraafika qilleensarraa biyyattii akka himanitti, wayita paayilatiin xiyyaarichaa qubachuufin jedha jechuun isaanitti himutti, nuti si argaa hin jirru jechuun itti himuu isaanii miidiyaatti himan.
Buufatni xiyyaaraa itti qubate kun, irra qubachuun kan irra turerraa km 15 fagaatee argama.
''Qubachuuf wayita jedhu raadaarii wajjin walqunnamaa ture. Isaanis 'Si argaa hin jirru,' jechuun itti himan,'' jechuun barreessaan ministeera geejjibaa Misheck Lungu, AFPtti Wiixata himan.
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa akka jedhetti, paayilatoonni isaa waa'ee buufata haarayaa kanaa akka itti hin himamne ibsuun, daandiin itti qubataniifi irraa ka'an kan amma jiruun kallattiinsaa walfakkaata jedhe.
Dubbi himaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa ergaa email AFPf ergeen "hubachiifni NOTAM (notice to airmen) kan balaliistotaaf kennamu jiraachuu dhabuu fi buufataaleen xiyyaaraa lamaan walitti dhiyoo jiraachuun dogoggora uumameef sababa ta'uu hin oolle" jedhe.
Buufatni haaraan xiyyaarichi dogoggoraan qubate kan 'Copperbelt' jedhamu Chaayinaan kan ijaaramaa jiru yoo ta'u, bara 2020 xumurama jedhamee ture.
Haa ta'u malee ijaarsi isaa sababa koronaavaayirasii harkifatee hanga ammaa hin xumuramne.
Boodarras xiyyaarri Itoophiyaa kun bakka silaa qubachuu malutti deebi'ee balali'eera

Baha Itoophiyaa daangaa Afaarii fi Somaaleetti dhuma torban darbee walitti bu'insa uumamee tureen lubbuun namoota baay'ee darbuu bulchitootni naannolee lamaanii himan.
Naannoo Afaaritti gaafa Sanbataa darbe 25/2013 guyyaa sa'a sagalitti godina 3, aanaa Haarukaatti haleellaa dhaqqabeen lubbuun namoota 30 yoo darbu namootni 50 ol madaa'uu isaanii itdubbi himaan mootummaa naannichaa Obbo Ahimad Halooyitaa himaniru.
Har'a barii sa'a 11 irraa jalqabee godina 3 aanolee Haarukaa, Gel'aaluu, Gawaanee jedhaman keessatti haleellaan raawwatamee manneen gubachuus himaniiru.
Naannoon Somaalii ibsa baaseen, Jimaata darbe gaafa Bitootessa 24 /2013 gandoota Da'awaadii fi Qarafaa jedhaman irratti haleellaan raawwachuun ''horsiisee bultootni 25 ol yoo ajjeefaman, namoota 30 tahan irra ammoo miidhaan qaamaa gahuun qabeenyi isaaniis manca'eera'' jedhe.
Har'a [Kibxata] ganamas gandoota naannoo Somaalii afur jechuun Da'aawadii, Gewuraan, Qalaalee fi Danlehee jedhamanitti haleellaan raawwachuun yeroodhaaf lakkoofsi isaanii kan adda hin baane namootni baay'een ajjeefamuu himaniiru.
Naannoleen lamaan haleellicha kan raawwatan jechuun miseensota poolisii humna addaa walii isaanii himatu.
Walitti bu'iinsa naannolee Affaariifi Somaaleef xiyyeeffannaan gaafatame
Qabiinsi hidhamtootaa Naannoo Somaalee 'daran yaaddeessaadha'
Dabalataan naannoon Somaalii humni addaa naannoo Afaar humna shororkeessaa ittiin jedhu [UGUGUMA] jedhamu waliin tahuun haleellicha raawwate jechuun himate.
Dubbi himaan mootummaa Afaar Obbo Ahimad ammoo Indefoo, Adaayitoo fi Gadaamaayituu bakkkeewan jedhamanitti daldala seeraan alaa ittisuuf tarkaanfiin fudhatame hordofuun humni addaa naannoo Somaalii horsiisee bultoota irratti tarkaanfii ajjeechaa fudhate jedhan.
Obbo Ahimad akka jedhanitti haleellaa gaafa Sanbataa raawwate irratti hirmaachuun kan qabaman miseensonni humni addaa naannoo Somaalii jiru.
Naannoo Somaalii fi Afaar gidduutti araarri akka bu'uuf yaaliin taasifamaa ture akka hin milkoofne kan himan Obbo Ahimad, hanga ammaatti bakkeewwan rakkoon itti mudate kanneen humni federaalaas tahe raayyaan ittisaa akka hin dhaqqabne himan.
Naannolee lamaan gidduutti walitti bu'insa daangaa ture yeroo yerootti irra deddebiin ka'uun lubbuu galaafataa jira.
Amma dura akkaataa Boordiin filannoo buufataalee filannooo gandoota naannoleen lamaan irratti wal dhaban daangaarratti argaman keessa jiran itti caasesse ilaalchisee naannoon Afaar komii dhiyeessee kan ture yoo ta'u boordiin filannoo komii sana fudhachuun sirreeffama godhee ture.
Mootummaan naannoo Somaalii ammoo sirreeffama Boordii filannoo kana naannoo Afaariif kan looge jechuun iyyate.
Walitti bu'iinsi ammaa kallattiin dhimma iyyata Boordii filannoo kanan kan walqabatu ta'uun hin beekamne.

Dubaay keessatti gareen dubartoota alatti qullaa suura ka’aa turan 'safuufi duudhaa hawaasaa cabsan' jechuun poolisii himataman.
Viidiyoon Sanbata miidiyaa hawaasaa irratti maxxansaan dubartoonni Yuukreen qullaa suuraa tariirratti ka’aa yoo jiran, argisiisa.
Wajiiri Yuukreen akka BBCtti himeetti, dubartootii lammii Yuukreen 11, namoota qaban kan keessa jiru. Miidiyaaleen Raashiyaa, dubartiin Raashiyaa tokko keessa jiraachuu himan.
Gocha akkanaaf, hidhaa ji’a ja’aafi adabbii Dirham 5,000 ($1159) itti murteeffamuu danda’a.
Seerawwan biyyoota Arabaa hedduun, seera Shariyaa hordofu waan ta'eef namoonni iddoo namoonni itti baayʼatanitti jaalala wal-argisiisuufi namoonni hariiroo saala walfakkaatuun qabu duraan hidhamuun beekama.
Dubartooti qullaa suuraa aanaa Mariinaa Dubaayiitti ka'an tun, kudhani lama ga’uu ibsan. Wajiirri Yuukreen kan Dubaay jiru, Kibxata dhimma dubartoota tanaa ilaalaa jedha.
Gabaasa duraan miidiyaan Raashiyaa dubartoota Raashiyaa 8 qabanii jedhuu didanii, garuu ejjensiin oduu Riya jedhamu, aanga’oota waabbefachuun, namni Raashiyaa kan qabame, nama sagantaa sana qindeesse.
Hidhaa hanga ji’a 18tti itti murtaa'uuf deema
Poolisoonni Dubaay namoonni fakkiiwwan fedhii saalqunnamtii kakaasaniifi fakkiwwan amala hawaasa miidhuu maxxansan, hidhaafi adabbi akka itti murtaa’u akeekkachiise ture.
“Amalli akkanaa kan fudhatamaa hin qamneefi kan safuu hawaasaa Emireetiin walsimuu miti,” jedha ibsi poolisii.
Namni kammiyuu yeroo garas imalu, aadaafi seera biyya Dubaayiitti jirachuu qaba, seerri tuuristiif addatti hin jiru.
Oduun tuuristii osoo boqonna irra jiranii Dubaayiitti qabaman kun hedduu ifaatti ba'ee beekame.
Bara 2017 keessa dubartiin lammii Biriitish tokkoo, namicha itti hin heerumunitti saalqunnamtii raawwachuuf hidhaan waggaa tokkoo itti murtaa’ee ture. Akka hariiroon isaanii beekameen, namichi erga doorsisaa itti erge jennaan isheen aanga’ootaatti himatte.

Wantoota ilma namaatirra nama ajaa'bsiisu keessa
"Akka nama umrii zalaalam jiraatutti hogguu carraaquufi,
Akka nama jiraatee hin beeynetti hogguu waan takka osoo hin dalagin du.udha
@zakuuz 👍☝️

Gamtaan Awurooppaa haal-dureewwan guutamuu qaban irratti qondaalota Itoophiyaa waliin waliigaluu dhabuu isaa irraa kan ka'e taajjabdoota filannoo Itoophiyaatti erguuf ture akka haqe ibse.
Gamtichi kana kan jedhe ibsa Wiixata 3,2021 kenne irratti yoo tahu, bakka bu'aa ol aanaan gamtichaa Jooseef Booreel taajjabdoota erguuf ulaagaaleen barbaachisan akka hin guutamne himan.
Gamtaan Awurooppaa taajjabdoota filannoo gara Itoophiyaatti erguuf jecha haaldureewwan guutamuu qaban irratti qondaalota mootummaa waliin hojjetus, waliigaltee irraa gahuu dhabuusaan taajjabdoota akka hin ergine ibsa baaseen hime.
Itoophiyaan Waxabajji 5,2021 filannoo biyyaalessaa kan gaggeesitu yoo tahu, haal-dureewwan hin guutamne, kanaaf bobbiin taajjabdoota filannoo haqamuu qaba jedha ibsichi.
Qindoominni ergama taajjabdoota filannoo deeggarsa dimokiraasii Awurooppaaf dhagaa bu'uuraati.
Gamtaan Awurooppaa ulaagaaleen taajjabdoota bobbaasuuf taa'an guutamuu dhabuun kan isa gaabbisise tahuu ibse. Walabummaa ergamichaa fi meeshaalee komunikeeshinii nageenya taajjabdootaaf murteessoo tahan gara biyyatti galchuu dhabuun ulaagaalee guutamuu dhaban keessatti ibseera.
Haalli kun qophii filannoo dabalatee galmee filattootaa irrattis dhiibbaa qaba.
Gamtaan Awurooppaa deeggarsa qabatamaa gaaffii uummatni Itoophiyaa dimokiraasii irratti qabuuf taasisuuf jedhee deeggarsa barbaachisaa dhabuu isaatiif gaddi itti dhagahamus ibseera.
Gamatichi qondaalonni Itoophiyaa lammiileen biyyattii mirga siivilii fi siyaasaa isaanii akka fayyadaman deeggaruu akka qabu waamicha dhiyeessaniiru.
Gamtichi filannichi galma isaa akka gahuufi fudhatama akka qabaatuuf yeroo qophii filannootti boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaaf Yuuroo miliyoona 20 akka deeggarus ibseera.
Gama kaaniin seenaataroonni Ameerikaa shan filmaatni Itoophiyaan torbanoota booda gaggeessuuf deemtu, haala amma jiruun ulaagaalee idiladdnuyaa hin guutu jechuun torban darbe xalayaa barreessanii turan.
Miseensonni Senetii Ameerikaa kunniin kana kan jedhan, xalayaa Ambaasaaddar Jofrii Feltamaaniif barreessaniini - Aabba Feltimaan dhiyeenya kana bulchiinsi Joo Baayidan ergamaa addaa Gaanfa Afrikaa gochuun muudeera.
Xalayicha irratti filannoo Itoophiyaan gaggeessuuf deemtu haala amma jiruun ulaagaa filannoo idil addunyaa haqa qabeessa, walaba taheefi ifa tahe hin guutu jedhan senaaterootni Ameerikaa.
Kanaaf akka sababaatti kan eeran ammoo hoggantoota siyaasaa fi deeggartootni isaanii hedduun mana hidhaa jiraachuu fi paartileen siyaasaa tokko tokko gamanumaan filannicha keessaa bahuu isaaniiti.
Namootni siyaasaa hidhaa jiran gariin mirga seeraan murtii argachuu dhabanii kaan ammoo dararamaa jiru jedhe xalayichi.
Osoo haaromsi barbaachisu hin guutamiin filannichi kan gaggeeffamu yoo tahe, wal dhabdeen saboota gidduu jiruufi rakkoon siyaasaa biyyattii keessaa daran hammaachuu akka danda'u sodaa qaban ibsuun barreessan.
Seenaataroonni kunneen ergamaa addaa Gaanfa Afrikaa kan tahan Jefrii Feltmaan araaraa fi nageenya buusuuf akka hojjetan dhaaman.
Kana malees rakkoo kanneen furuuf marii biyyaalessaa sabaa fi paartilee siyaasaa hunda hammate akka gaggeeffamuuf hojjechuu akka qaban dhaaman.
Boordiin filannoo Itoopiyaa sababa nageenya fi dhibboota biroo waliin walqabatee yeroo galmee filattootaa torbee lamaafi sadiin dheeressuun isaa ni yaadatama.

#Subhaanallaah
#Dubartii_ijoollee_sagal_lakkuu_deesse
Guyyaa kaleessaa/Tuesday #morocco keessatti dubartiin takka umriin ishee waggaa 25 tan taate maqaan ishee "#Haliimaa_siissee tan jedhamtu erga ogeeyyiin fayyaa daa'imman torba garaa keessaa qabdi jedhanii booda ijoollee sagal lakkuu deesse argamte jedhan.
Ministeerri fayyaa #maalii akka gaabaastetti, "ijoolleen kunneen shan dubra yoo ta'an, afur immoo dhiira, hunduu fayyaa guutuudhaan jiraachaa jiru" jette.
Ijoolleen sagala lakkuu dhalachuun baay’ee nama dinqisiisa, garuu hujiin Rabbii keennaa yeroo kamuu sammuu namaa akkaan dadhabsiisaa.
ما فعل الجليل فهو جميل.
Maddi
Aljaziiraa
Join👇
@infirmation_center

As wr wb
Nagaaf rahmanni rahmaanii kiyyaa isinirratti haa jiraatu jechaa oduuf odeeffannoo hardhaa isiniin gahuf jennaa
~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Guyyaa hardhaa 01/09/2013 afxirri abiyoot addabaabayi jedhamutti qophaaha jedhaamee ture muslimmonnif koreeleen asiif achi jedhaa ture laakin polisin fedraala dhufuun yeroo amma kana hawaasa muslimaa garas imalaa jiran ugguree jira maaltu yaadameen gaafii keessa nu galcha "kan gamanatti akkana na goote gamatti akkam na gooti " she ibsaa hasan ( qilleensi nasrii bubbise )
@ information_center

Nama ajab dirree maraataaf wallaalaan irra shaallalaa oolu hardha muslimni uggurame
Osoo jiru mirga isaa sarbame
Beekaa mirga abba biyyummaa muslimaa irra mulquuf yaada abboonni jaraa lafa kaahanii darban mirkaneessa jiran
Ay carraa keenna ay carraa keenna
@information_center

Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (ⓐNãsìr)
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN
Abbaan qabsaayaafi hayyuu seenaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal gama ganda aakiraa godaanuun dhagayame.
RABBIIN dhangaa jannata isaatiin isaan haa qananiisu,Rahmata isaa keessaa karra araaramaa haa banuuf.
@Alrisala1

Dhiiratu argamsiise
Sagantaa ifxaaraa guyyaa dheengadda dhorgana jajjabeen foolleen nabi muhaammad harka miccirtee guutuu baasii mootummaan guyya hardha iddoma sanatti akka ta'u hayyamsiistee jirti ALLAAHU AKBAR .