Forwarded from Zeew
Obbolleessi Kenya Hamza Naik kitaaba Isaa kan "BARIISAA" ja'uu dhaloota lafaa olka'uuf Kan tahu, bifa bareedaadhaan Hadiisaa fi Qissaa ( seenaa) barreedduu kan ofkeessaa qabu Eeybissuuf haalduree isaa xumuree jira. Koottaa waliin Eeybifnaa.
Iddoon : Hotel B- Capital
Sa'aa: Sa'aa booda, Sa'aa 9:00 irraa jalqaba.
Guyyaan:- Sabtii
5/11/2017 E.C 12/07/2025 GC.
Iddoon : Hotel B- Capital
Sa'aa: Sa'aa booda, Sa'aa 9:00 irraa jalqaba.
Guyyaan:- Sabtii
5/11/2017 E.C 12/07/2025 GC.
❤21👍3🥰1
As wr wb
الحمد لله رب العالمين
Share fi Like godhuun hawaasa ballaa biraan naa gaha JZK
Waggaa Dabre kessa " Nashiida ( music ) dibbee " qabdu gargaarasa rabbiitiin irraa dhaabachu khiyya ifa isiniif godhuun ni yadatama .
Guutumaa Guututti dhiisuu osoo hin Tahin akkuma Gaafa Dura jalqabnu hojjacha Baane Nashiidaa Qulqulluu khilaafarraa walaba Taate Albuma Guutuu gargaarsa Rabbiitiin Laffaatii waggaa tokkootiin Booda qabadheetiin isiniif Dhufe .
Akka Hawaasni Irraa fayyadamuus Abdi Guddoon Rabbirraa qaba Insha Allah .
Albumni Haarawni Isin biraan Gahuuf Deemu wanni If kessatti Hammatu , Yaadachiisa , dhaamsa , du'aii , Galata rabbif galchu , k.k fkn , of kessatti Hammata .
Albuma kana wanniin Hojjadheef Duniyaa Tanarrattis Namuu Waan Rabbiin Isa dandeeysiseen Diin Islaam khaddama waan Taheef Aniis Waan Rabbiin kiyya na dandeeysise kessaa Tokko Nashidaa waan Taheef Nashidaadhaan Dhaamsa kiyya dabarfadhe Isiniis dhaamsa kiyya akka dhageefattan abdiin qaba share godha jzk

❤35🥰17👏5👍2🔥2💋1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa Haarawa yeroo dhihootti Insha Allah
❤27💯6
Nashiidaalee Aruuza 4 isiniif gadhiiseetiin jira seentanii dawwachuu dandeessan
https://youtu.be/0fqh8sr5JmI?si=E2WA_oT4xdGjtqIg
https://youtu.be/0fqh8sr5JmI?si=E2WA_oT4xdGjtqIg
YouTube
Nashiidaa Afaan oromo aruuzaa Playlist #wedding #neworomoo #nashiida #nashiidaruuza #nashiidaoromo
00-3:47 barakkallah
❤7
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaa December 7
Iddoon - B-Capital Hotel
Sa'a - ganama sa'aa 3 irratti
Isin hundi afeeramtan galatoomaa
Iddoon - B-Capital Hotel
Sa'a - ganama sa'aa 3 irratti
Isin hundi afeeramtan galatoomaa
❤15👍3
Follow the Ibsa Abdi channel on WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029Vb7mfZ6EquiJiyreik3k
WhatsApp.com
Ibsa Abdi
Channel • 0 followers
❤8
https://youtu.be/7Bh3_wfIGSk?si=XIh07aJQ5vAFaEz0
Nashiida Haarawa Ballama isiniif seenne Ture gadhiifamu isaa isin beeysisu barbaanna Galatooma Link as olitti arkamtu tana fayyadamuun laalu dandeessan
Nashiida Haarawa Ballama isiniif seenne Ture gadhiifamu isaa isin beeysisu barbaanna Galatooma Link as olitti arkamtu tana fayyadamuun laalu dandeessan
YouTube
Nashiidaa Haarawa ( NA QABI ) Official Video Clip #Ibsaabdi #nashida #neworomooNashida #Naqabi
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
❤11🥰10
Ramadan 1- 10
Ramadan 17 - shawwal 3
Full package 📞 0915168744
Ramadan 17 - shawwal 3
Full package 📞 0915168744
❤11🥰2