Muaz Mohamed Official Tg
273 subscribers
232 photos
56 videos
2 files
196 links
Videolee Barsiisaa,Booharsaa akkasuma da3waalee gara garaa argachuuf argachuuf Channel keenya 🌻join🌻 godhaa !
Download Telegram
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI!UUN😭😭😭

Aalimni guddaan godina wolloo magaalaa daseetti waggaa 4O oliif diin barsiisaa turan. #sheekh_umar guyyaa har'aa #2O2O/1O/22 gama fuula Rahmaan deemanii jiru.😭 yaa rabbii rahmata godhiif. Garee ulamaa tan #mu'aaz_bin_jabaliin hoogganamtu keessa oolchii. Qabrii isaani caffee jannatattiin bareechiif😭😭😭

Yaa Rabbii ! Balaa ulamaa'aan nu eegalte tana IjaπŸ‘€Rahmataatiin nu laali mee 😒😒😒😒😒😒😒😒😒

JOIN πŸ‘‡πŸ‘ŒπŸ˜­
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123