Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
162 subscribers
61 photos
5 videos
3 files
111 links
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
Download Telegram
{{ SEENAA AJAA'IBAA }}

{ mata dureen isii gurbaa fi intala } โ†’โ†’โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“โ†“โ†โ†

#Gurbaan tokko intala dubraa tan islaamaa takka janajjanee shawwadee itti taphachuudhaaf haasawa wajjiin eegale !!

โˆš GURBAAโ€ฆ hi akkami ja'een ?
โˆš INTALAโ€ฆ Alh ngy jatteen
โˆš GURBAAโ€ฆ jaalallee ni qabdaa ja'een ?
โˆš INTALAโ€ฆmaalif nagaafatte jatteen !
โˆš GURBAAโ€ฆsiin jaaladha ja'een !
โˆš INTALAโ€ฆni salaattaa jatteen ?
โˆš GURBAAโ€ฆhin salaatu garuu maalif nagaafatte ja'een ?
โˆš INTALAโ€ฆYaa obbaleessa ati kan rabbii si,uumeehuu hin jaalanne ana tan rabbiin uume jaalattaa jatteenii deebisaa ajaa'ibaa deebisteef duba !!
Duba rabbiin SW akkana jaalata waan ta'eef shamarran islaamaa cufa tana dara warra deebisaa quubasaa deebisan nuuf haagodhu

@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
Boru Ajandaan Guddaan tora Facebookii fi soshaal-Midiyaa hundaan Namni Hundi kan irratti xiiyyeefatu EID MUBARAK wan Taheef๐Ÿ˜, Anis Gama kootin asuman Nama Hunda Dura Obolleewwan kiyya warreen Amantaa
Muaz Mohamed ๐Ÿ‘‰ Official
๐ŸŒน Channel kana kessatti Gorsa gara garaa argachuf channel kenya saffisaan ๐Ÿ€ Join ๐Ÿ€ godha jzk kheyran
https://t.me/httpsmuazmohamed
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
Nashiidaa haaraya al istiqama DG Dhaggeefadhaa isin afeeree
Nashiida muaz habiib albama gize ja.u dhaggeefadhaa jzk