Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Manni Murtii dhaddacha har'a ooleen Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama FI Adabbii Maallaqaa qarshii 5,000 akka adabaman murteesse!
Maddi:-
#chaanaala tgm @lawstudentsunion
#Toora fb Yoobsan Jr
#Toora fb BBC Afaan Oromoo
#Toora fb OMN
Deetaan Ministeera Nagaa duraaniifi miseensi Caffee Oromiyaa obbo Taayyee Danda'aa Labsii Bulchiinsa fi To'annoo Meeshaa Waraanaa 1177/12 keewwata 4 (1) fi 22 (3) meeshaa waraanaa heeyyama hin qabne kilaashiin tokko, kaazinaa kilaashii lama fi rasaasa kilaashii 60 mana isaanitti argameera kan jedhudha.
Dhimmi isaanii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti ilaalamaa erga turee booda keewwatuma jalatti himataman jalatti bu'uura s.d.f.yakkaa kwt 149/1 tiin balleessaa qabu jechuun Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa dhaddacha guyyaa har'aa gaafa guyyaa 26/03/2018 Ooleen himatamaa hidhaa Cimaa waggaa 7 fi Ji'a 2 fi adabbii maallaqaa qarshii kuma shaniin akka adabamanu murteessee jira.
Maddi:-
#chaanaala tgm @lawstudentsunion
#Toora fb Yoobsan Jr
#Toora fb BBC Afaan Oromoo
#Toora fb OMN
❤1