👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇#LAFA_NAMAA_IRRATTII_MANA_IJAARUU
✅ Lafa qabiyyee nama biroo irrattii namnii mirga hin qabnee tokko abbaan qabiyyee osoo mormuu yookiin iddoo inni hin jirreetti yookiin abbaan qabiyyeedha yoo osoo hin mormiin calliisuu fi hayyamuun mana ijaaramuun wal qabsiisee irrattii seerri maal jedha❓
✍️ Seerri biyya teenyaa nama qabiyyee nama irrattii mana ijaarrate ilaalchisee SHH kew.1170 fi 1179 irratti dubbatee jira.
Namni tokko lafa qabiyyee isaa hin ta'in yookiin kan nama biraa irratti mana ijaarachuu hin danda'u.Mirgii itti fayyadamuudha kan abbaa qabiyyeeti jedha.
✍️ Namnii osoo abbaan qabiyyeedhaa ykn lafaa laftii kan kootii irratti hin ijaarrattu jechuun mormuu lafa nama irrattii mana ijaarrate furmaata lamaatu jira.
1-Baasii inni mana ittii ijaaree osoo hin kaffaliin mana keessaa baasuu ni danda'a.
2-Namichii lafa nama irraatti mana ijaare baasii isaatiin mana irraa diiggatee akka deemuu hayyamuufi.
Abbaan lafichaa yeroo namni biraa lafa isaa irraatti mana ijaarutti iddoo san yoo hin jirree fi ijaaramuu isaa yoo quba hin qabannee, yeroo dhagayetti ykn beeketti manicha akka gad dhiisee deemuu godhuu ni danda'a.
✍️ Namni lafa isaa irrattii nama biraatin manni ijaaramuu osoo arguu ykn beekuu yoo hin mormiin ykn akka hin ijaarreef dhoorkuuf yaalii hin godhiin hayyamee ta'e,
Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Jildii 6ffaa lakk galmee 30101fi jildii 20ffaa lakk galmee 105125 irrattii manni kan abbaa ijaarrateeti abbaan qabiyyee namicha mana irrattii hojjatee gatii baasii mana itti ijaare kaffallee keessa baasuu fi irraa fudhachuu hin danda'u jechuun murtii kennee ture.
👉 Qabxiin inni biraa #Namni qabiyyee Lafa magaalaa bitatee Mana irratti ijaare baasii ijaarsaaf baase abbaa qabiyyee (gurgurataa) gaafachuu danda'aa❓
⚖️ Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Jildii 22ffaa Lakkoofsa Galmee 141606 ta'e irratti "qabiyyee Lafaa tokko waliigaltee bittaa fi gurgurtaa seeraan alaatiin argame ta'uu yoo mirkanaa'e,gareen laficha bitatee Mana irratti ijaare eeyyama gurgurtaatiin kan ijaareedha jedhamee tilmaamni seeraa fudhatamu kan hin jirre waan ta'eef, bitataan mana ijaare baasii isaatiin kaasee qabiyyicha abbaa qabiyyeetiif(gurgurataaf) gadi lakkisuu akka qabu" hiikoo dirqisiisaa kennee ture.
⚖️ Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Jildii 22ffaa Lakk.Galmee 128650 ta'e irratti "namni laficha bitee Mana irratti ijaare qabeenya laficha irratti ijaarame baasii isaatiin kaasuu malee baasii gurgurtaa (abbaa qabiyyee) gaafachuu akka hin dandeenye" hiikoo kennee ture.
Itti fufa.....

#LAFA_NAMAA_IRRATTII_MANA_IJAARUU
✅ Lafa namaa qabiyyee biroo irrattii namnii mirga hin qabnee tokko abbaan qabiyyee osoo mormuu yookiin iddoo inni hin jirreetti yookiin abbaan qabiyyeedha yoo osoo hin mormiin calliisuu fi hayyamuun mana ijaaramuun wal qabsiisee irrattii seerri maal jedha❓
✍️ Seerrii biyya teenyaa nama qabiyyee nama irrattii mana ijaarratee ilaalchisee SHH kew.1170 fi 1179 irratti dubbatee jira.
Namni tokko lafa qabiyyee isaa hin ta'in yookiin kan nama biraa irratti mana ijaarachuu hin danda'u. Mirgii itti fayyadamuudha kan abba qabiyyeeti.

✍️ Namni lafa isaa irrattii nama biraatin manni ijaaramu osoo arguu ykn beekuu yoo kan hin mormiin ykn akka hin ijaarreef dhoorkuuf yaalii hin godhiin hayyamee ta'e
#Dhaddachi_Ijibbaataa_Mana_Murtii_Waliigalaa_Federaalaa_Jildii_6ffaa_lakk_galmee_30101_fi_jildii_20ffaa_lakk_galmee_105125 irrattii manni kan abbaa ijaarrateeti abbaan qabiyyee namicha mana irrattii hojjatee gatii baasii mana itti ijaare kaffallee keessa baasuu fi irraa fudhachuu hin danda'u jechuun murtii kennee ture.
https://t.me/Ijooseera

#Lafa!
Himannaan Lafa Bu'uuraan Daangaa Bulchiinsa Baadiyyaa Jala Tureefi Boodarra immoo Daangaa Bulchiinsa Magaalaa Jala Galeen Wal Qabatee Dhiyaatu Bu'uura Seera Lafa Magaalaatiinmoo Bu'uura Seera Lafa Baadiyyaatiin Furmaata Argata?
======✓✓[[[[[]]]=====✓✓✓✓[[[[]]]]]
Lafti magaalaa bu'uuraan lafa baadiyyaa kan ture ta'ullee, falmiin yemmuu ka'utti dhimmichi kan ilaalamuu qabu wayita himannichi dhiyaatu lafichi kan magaalaatimoo kan baadiyyaati? Seerri dhimmichaaf rogummaa qabuhoo seera lafa magaalaatimoo baadiyyaati? kan jedhu ta'uu osoo qabuu, lafichi Bulchiinsa Magaalaa jala erga galee booda waliigaltee kennaa Lafa Baadiyyaa yeroo lafichi ganda Baadiyyaa jala ture raawwatame bu'uureffachuun himannaa; manni ijaarame diigamee, lafti falmiif sababa ta'e akka gadi lakkifamuuf iyyattootaan gaafatame ta'ee osoo jiruu, murtiin seera lafa baadiyyaa irratti hundaa'ee kenname dogoggora bu'uura seeraa mirga bu'uuraa qabeenya horachuu daangessudha jedheera.
(Murtii dirqisiisàa Dhaddachi Ijibbaataa MMWF, Lakk.Ga.210072 ta'e irratti kenne. Murtiin kun murtiilee Daani'eel Fiqaaduutiin walitti qabamaniifi hin maxxanfamne keessaa kan fudhatamedha)
❓Tajaajilli lafichaa jijjiiramuun ('Land Conversion') dura waa'een mirga qonnaan bultootaa ykn namoota biroo (garee 3ffaa) Lafa Baadiyyaa irraa mirga argatanii furmaata argachuu hin qabu turee? Seerri Lafa Magaalaa, kan qabiyyee duriiyyuu sirna liiziitti galchuuf qorannoo eegaa jiru lafa baadiyyaa kallattiidhaan ni simataa? (Labsii Lakk.721/2004 Kwt 6 ilaali)
❓Seerri adeemsa lafti itti daangeeffamuu tarreessu (Seera lafa Magaalaa keessattis ta'e lafa Baadiyyaa) haala itti mirgoonni duraan uumamanii turan itti keessummeeffaman ykn hafaa itti ta'an (ukkaamfaman) ilaalchisee maal akka jedhe addatti ilaaluun hin barbaachisu jechuudhaa?
👁️Hubachiisa:
Labsiin Bulchiinsaafi Itti Fayyadama Lafa Baadiyyaa Oromiyaa, Lakk.248/2015 Kwt 2(13) jalatti "Lafa Baadiyyaa" jechuun lafa daangaa bulchiinsa ganda baadiyyaa keessatti argamu ta'ee, lafa akkaataa Labsii kana keessatti tumameen daangeffamee pilaanii magaalaa jala galee walharkaa fuudhinsi hin taasifamne hunda kan dabalatuudha jedha.
https://t.me/http_Ijooseeraa

Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
❤1👍1