murtii jala irraa immoo qabiyyichaa irratti kaartaa dursee oliyyaataf kan kennamee turee ta’utu mirkanna’ee jedhee.
☑️Kanaaf taarkaanfiin kaartaa oliyyaata kana haquu sababan kan hin deeggarame fi aangoo garmalee fayyadamuun waan taheef taarkaanfiin kun gocha jeequmsatti.
☑️Kanaaf gochichi jeequmsa erga jedhame jeequmsi akka dhaabbatuu fi sababa kanan kaartaa haqame ture bakka duraan turtetti akka deebi’uu jechuun murtii kenname amaala dhimmicha fi SHH kewt.1149(1) bu’uureffate kan kennamee waan taheef dogongoraa kan qabu miti jechuun murteesseera.
☑️Kanaaf dhaddachi ijjibaata murtii kana keessatti haala adda ta’en gosa fi hiikoo gocha jeequmsa bal’isee kan xiinxalee ta’un isaa ni hubatama.
Kan dogongore sirreessa kan hafe itti guuta!!
https://t.me/http_Ijooseeraa
1
Forwarded from Law School Media (Tilahun Silesh)
#ክፍት የስራ ቦታ ማስታወቂያ

Qualification: LLB in Law
Job: Junior legal officer and contract Adminstration service officer

ተጨማሪ መረጃዎችን ከላይ ከተያያዘው ምስል ይመልከቱ።

Join Us Your Trusted Legal Info Centre
@Law_school_media
@Law_school_media
@Law_school_media
DhIMMWF lakk.galmee 201427 ta'e irratti gaafa 23/07/2014 kennee jirun:-falmii qabiyyee lafa baadiyaa irratti namni himatamaa ta’e jiru tokko darbiinsa yeroo akka mormii SD dhiyeessuuf qabiyyee lafichaa karaa seera qabeessaan kan argatee ta’u isaa ykn immoo eeyyama himataatiin kan qabatee ta’u isaa dursa hubachiisu akka qabu murtii sagalee caalmaan 4 fi 3 murtii kanaan dura jildii 24ffaa lakk.galmee 178927 ta'e irratti kennamee jiru foyyeessun kennamee
https://t.me/http_Ijooseeraa
Waamicha Eeeggataa  Gargaaraa Abbaa  Seeraa  
-------------------------------
(Sadaasa 11,2018 MMWO, Caffee Araaraa, Finfinnee)- Gargaartota Abbaa Seeraa leenjii akka galan murtaa'e keessaa dhiironni dabalataa 3 leenjii otoo hin galiin kan hafan ta'uu Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa nu beeksisee  jira. Waan ta'eefis eeggattoota dorgomtoota dhiiraa kan turtan  1ffaa-Abduuba Gaayoo Huqqaa 2ffaa-Didhaa Naggasaa Xaafaa fi 3ffaa-Umar Abdallaa Jamaa   leenjii akka eegaltan waan murtaa'eef  waajjiraalee AA dhiyeenya keessanitti argamtti argamuun wabii erga guuttanii booda unkaa wabummaa   itti guuttan waraabbii 1 fi xalayaa nama wabii isniif ta'ee waraabbii 1 qabattanii hanga gaafa 15/3/2018tti Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti argamuun leenjii akka jalqabdan ni beeksifna.
Ragaa jijjiirachuun mirga. MM gareen kaan akka beeku gochuu irraan kan hafe dhoorkuu hinqabu.
Dh Ijb MMWF glme Lkk 45984 (Jld 9ffaa
https://t.me/http_Ijooseeraa
1
DhIMMWF lakk.galmee 201427 ta'e irratti gaafa 23/07/2014 kennee jirun:-falmii qabiyyee lafa baadiyaa irratti namni himatamaa ta’e jiru tokko darbiinsa yeroo akka mormii SD dhiyeessuuf qabiyyee lafichaa karaa seera qabeessaan kan argatee ta’u isaa ykn immoo eeyyama himataatiin kan qabatee ta’u isaa dursa hubachiisu akka qabu murtii sagalee caalmaan 4 fi 3 murtii kanaan dura jildii 24ffaa lakk.galmee 178927 ta'e irratti kennamee jiru foyyeessun kennamee
https://t.me/http_Ijooseeraa
1
Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Labsii fi Dambiii.pdf
8.2 MB
👉Labsii Liizii Fedaraalaa Lakk. 721/2004
👉 Dambii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lafa Magaalaa Liiziin Bulchuuf Bahe Lakk. 155/2005
👉Qajeelfama Lafa Magaalaa Naannoo Oromiyaa Liiziin bulchuuf Bahe lakk 9/2005
(Iddoo tokkootti)
1
#Qabiyyee_Lafa_Dhaalaa_Irratti_Dhaalaan_Mana_Ijaare_Mirga_Akkamii_Qabaata
==========================
⚖️ Heera Mootummaa kwt 40(3,7), SHH kwt 1179(2), 1180, Murtii Mana Maree Federeeshiinii glme Lkk 106/15 ta’erratti gaafa 28/10/2015 kennamee fi Murtii Haaraa Dha Ijb Mana Murtii Waliigala Federaalaan galmee Lkk 242314 ta’erratti gaafa 30/11/2017 kenname
==================================
⚖️ Namni qabiyyee lafaa nama biroo irratti eeyyama abbaa qabiyyeetiin ykn abbaan qabiyyee otuu hinmormin ijaarsa raawwate/ mana ijaare qabiyyicha irratti mirga akka argatu SHH kwt 1179 jalatti tumamee kan jiru yoo ta’u Dhaddachi Ijb MMWFtis yeroo adda addaatti murtiilee adda addaa kennaa turee jira.
Fkn, glme Lkk 22563 ta’erratti dhaaltuu Lafa Dhaalaa irratti mana ijaaree ykn falmii dhaaltota giddutti ka’uuf tumaan SHH kwt 1179 raawwatiinsa akka hinqabne kan murtaa’e yoo ta’u glmee Lkk 96628 ta’erratti murtii kenneen immoo bakka Manni mormii dhaalchisaa malee ykn eeyyama dhaalchisaan ijaarame irra qubate qofa ilaalchisee SHH kwt 1179 raawwatiinsa akka qabu hiikkoo kennee ture.

⚖️  Glme Lkk 30101 ta’erratti immoo mormii malee ykn eeyyama dhaalchisaatiin ykn abbaa qabiyyeetiin mana ijaarame irratti mirga akka argatu kan murteesse yoo ta’u Manni Maree Federeeshiinii gama isaan glmee Lkk 106/15 ta’erratti hiikkoo kenneen lafti qabeenya mootummaa fi ummataa ta’uu fi namni dhuunfaa mootummaa irraa karaa seeraan yoo argate malee lafa Nama biroo irratti ijaarsa raawwateef baasii baase gaafachuu irraan kan hafe laficha irratti mirga argatu hinqabu jechuun Heera Mootummaa kwt 40(3) waliin tumaan SHH kwt 1179 walsimee hiikamuu  akka qabu hiikkoo heerawaa kennee jira.

⚖️ Murtii Mana Maree Federeeshiinii kana bu’ura gochuuni fi hiikkoowwan walhinsimnee fi ifa hintaane garaagaraa galmeewwan olitti caqafaman irratti kennee ture akka walsimuu fi ifa ta’u gochuuf jecha Dh Ijb MMWF galmee Lkk 242314 ta’erratti murtii haaraa gaafa 30/11/2017 kenneen dhaalaan Lafa Dhaalaa irratti eeyyama dhaalchisaatiin ykn mormii dhaalchisaa malee mana ijaara ijaarsa raawwate qofa ilaalchisee SHH kwt 1179n kan ilaalamu ta’uu fi sanaan alatti Lafa irratti mirgi akka hinjirree fi tumaan SHH kwt 1179-1180 jiru mirga abbaa qabiyyummaa lafaa dabarsuu ilaalchisee raawwatiinsa akka hinqabne abbootii seeraa Nama torbaan hiikkoo dirqisiisaa haarawa kennee jira.
       Credit to:: Jemal K Keweti

https://t.me/http_Ijooseeraa
Namni Qabeenya Hin Sochoone Murtiin Abbaa Idaarraa Waliigalteedhaan Biteen Jira Jedhu Waliigalticha Osoo Hin Galmeessisin Akka Ittisaatti Murtiin Abbaa Mirgaa Irratti Kaasuu Ni Danda'aa?

===✓✓=====✓✓✓======✓✓✓✓✓

Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa dhaddacha gaafa 22/01/2011 ooleen Lakk.Ga.150157 ta'e irratti kenne keessatti:

👉Namni qabeenya hin sochoone murtiin abbaa idaarraa waliigalteedhaan biteen jira jedhu bittaa isaa akka ittisa seera qabeessaatti murtiin abbaa mirgaa qabeenyicha irratti raawwachiifachuu barbaadu irratti kaasuuf waliigalticha bu'uura SHH kwt 2878tiin galmee qabeenya hin sochoonee keessatti galmeessisuu qaba jedheera.
👉Dhaddachichi murticha keessatti waliigalteewwan bittaa bu'uura SHH kwt 2878tiin akka galmeeffaman kan taasifamaniif gareewwan 3ffaan akka beekaniifi of eeggannoo barbaachisaa ta'e akka taasisaniif ta'uu ibseera.
👉Kana malees, qabeenyichi maqaa murtiin abbaa idaatiin galmaa'ee jiraachuufi haala kanaan galmaa'uun isaa immoo akkaataa SHH kwt 1195tiin tilmaama seeraa abbummaa kan uumu ta'uu ibseera.
👉Dabalataan, namni bitate bakka bu'ummaa fudhatee ijaarsa raawwachuun isaa abbaa idaa manichi maqaa isaatiin galmaa'ee jiru caalaatti mirga fooyya'aa ta'e hin kennisiisuuf jedheera.
👉Gama tokkoon, waa'een seera qabeessummaa waliigaltee bitataafi gurgurataa gidduutti jiruu (kwt 1723) fi gama birootiin immoo gocha bitataan garee 3ffaa irratti akka ittisaatti kaasuuf raawwachuu qabu (kwt 2878) manneen murtii adda baasuun ilaaluu kan qaban ta'uu ibseera.

Murticha gadi fageenyaan dubbisuu yoo barbaaddan Pdf olitti dhoobame banaa.

    

         Desalegn B.

https://t.me/http_Ijooseeraa
1👍1
➡️ DhIMMWF 𝑳𝒂𝒌𝒌 𝒈𝒂𝒍𝒎𝒆𝒆 218470 irratti gaafa guyyaa 28/11/2014 ooleen iyyata keessa deebii murtii(review  of judgment) ilaalchisee murtii kennamee!
Ragaan haraa argamuu qofti bu'uura S.d.f.h.h. keewwata 6 tiin iyyata keessa deebii murtii(review  of judgment) dhiyeeffachuuf gahaa miti.
Bu'uura S.d.f.h.h. keewwata 6(1) jalatti tumamee jirun  iyyata keessa deebii murtii ilaalamu kan dandahu murtiin dura kennamee jiru  ragaa barreeffamaa sobaan qophaa’e ykn jecha ragaa sobaan mana murtiitti namaan kenname ykn ragaan dhihaatee dhagaahame sun mattaa’aa fudhateera yoo ta’e  ykn dhiibbaan seeraan alaa karaa kamiin iyyuu irraan geessifamee jiru bu'uura  godhachuun kan kennamee jiru yoo ta'e dha.
ሰ/መ/ቁ. 218470 አዲስ ማስረጃ መገኘት በፍብ/ሥ/ሥ/ሕ/ቁ. 6 መሠረት የዳግም ዳኝነት ጥያቄ ለማቅረብ በቂ አይደለም።
በፍብ/ሥ/ሥ/ሕ/ቁ. 6(1) ላይ ዳግም ዳኝነት ሊታይ የሚችለው የተሠጠው ፍርድ በሀሰት የተዘጋጀ ሠነድ ወይም ሀሰተኛ የምስክርነት ቃልን ወይም መደለያን ወይም ወንጀል ጠቀስ የሆነ ተግባርን መሠረት ያደረገ ከሆነ ብቻ ነው።
https://t.me/http_Ijooseeraa
Sirrummaan waraqaa ragaa mirkaneessa abbaa qabeenyummaa qabeenya hin sochoonee shakkisisaa ta’uun isaa yoo beekkame, qaama dhimmi ilaalu irraa ibsaa fi ragaa barbaachisu osoo hin gaafatin murtiin kennamu sirri akka hin taane, MMWFDHI Jild. 5ffaa lakk.galmee 27548 ta’e irratti murtii dirqisiisaa kennee jira.

የማይንቀሳቀስ ንብረት ባለቤትነት ማረጋገጫ ደብተር አጠራጣሪነቱ በታወቀ ጊዜ ከሚመለከተው አካል ተገቢውን ማብራሪያና ማስረጃ ሳይጠየቅ የሚሰጥ ውሣኔ ተገቢነት የሌለው መሆኑ የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በቅፅ 5 የሰ/መ/ቁ  27548 አስገዳጂ ዉሳኔ ሰቷልːː

https://t.me/http_Ijooseeraa
DHIMMWF galme Lakk:241349  tahe dhaddacha gaafa 07/2/2017 ooleen   waliigaltee foormii seeraa hin guunne keessatti  ciroo adabbii (penality clause) waliigaltoonni himmachifatan  seeraan raawwatamuu fi dhabu isaa ilaalchise  SHH kwt-1731 hiikuun murtii dirqisiisa kannera.
=======================
Waliigalteen gurgurtaa manaa bu'uura SHH kwt-1723tiin qaama aangoo qabu duratti raawwatamu baatus gareen qabiyyee waliigalteen hin haalle garu gareen sababa hanqina foormii  waliigalteetiin waliigaltichi akka diigamu taasise keewwata adabbii qofaa  raawwachiisuun fi  gareen waliigalticha diigee qarshii 500,000 kafala jechuun irratti waliigalame ture kana manni murtii  raawwachiisuu akka qabuu fi gareen waligalticha diige adabbii waligalticha keessatti hammatame raawwachuuf  ni dirqama.
=======================
Seera  qabeessummaa waliigaltee adabbii   ilaalchisee  gareen waliigalticha diige qarshii 500,000 akka adabamu  irratti waliigaluun kan  mirkanaa’e  fi iyyataan jiraachuu waliigalticha kan hin haalle akkasumaas kaffaltii dursaa qarshii 350,000  akka fudhate mirkanaa’eera bakka jirutti  waliigalteen haadhoon foormii sababeeffachuun kan diigame tahuus  adabbiin waliigalteen irra ga’ame manni murtichaa keewwata adabbii hojiirra oolchuu qaba jechuun murtii dirqisiisa kanneera.
https://t.me/http_Ijooseeraa
1
DHIMMWF lakk galmee 208397 tahe dhaddacha gaafa 30/08/2014 ooleen kanne irratti, dhimmi haadhoon Murtii dhumaa haga argatu osoo hin eegin ajaja yeroof kanname irraa ol'iyyatamuun walqabatee murtii dirqisiisaa kanneen ajajni dhorkii yeroof kenname akka ka'uuf gaafatamee yoo kufaa ta'e ajaja kennamerraa ol'iyyatamuu ni danda'a jechuun murteessee jira.
===========================
DHIMMWF lakk galmee: 234500 tahe dhaddacha gaafa 29/05/2016 ooleen kanneen daangaa pilaani bulchiinsa magaalotaa keessatti qabiyyee lafa qonnaa argamu irratti abbootiin qabiyyee ijaarsaa haaraa gaggeessuufis tahe ijaarsaa duraan jiru haaroomsuuf labsiin gamoowwani labsii lakk 624/2001dhimmichaaf raawwatiinsa hin qabu jechuun murtii dirqisiisa kanneera.
===========================
DHIMMWF Jildii 21ffaa Lakk galmee 122740 tahe irratti murtii dirqisiisa kanneen namni qabiyyee lafaa kennaan karaa seera qabeessa ta'e qaama kennaa raawwachuuf rogummaa qabu irraa argatee yeroo dheeraaf itti fayyadamuun isaa mirkanaa'e lafichi maqaa nama kennaa raawwatuutiin galmaa'ee gibirri kanfalamaa turuu isaa qofti lafichi waliigalteen hin darbine kan nama jechisiisuu miti jechuum murtii dirqisiisaa kanneera.
https://t.me/http_Ijooseeraa
DHIMMWF lakk galme 275196 ta'e dhaddacha gaafa 27/06/2017 ooleen Mirga wabii yakka namaan daldaluu fi seeraan ala daangaa ceesisuu daddabalamaan nama himatame ilaalchisee Murtii dirqisiisa kanneera.
====Murtichi👇====
Dubbiin akkana.  Himatamaa  yakka namaan daldaluu fi seeraan ala daangaa ceesisuu ittisuu fi toohachuuf  bahe Labsii Lakk 1178/2012 kwt-12 fi 18(1) jalatti himannaawwan 10n himatame. Himatamaanis yakki ittiin himatame mirga wabii kan dhorku waan hintaaneef wabiin akka bahu Mana murtiitti mirga wabii gaafate.
AA yaada kenneen himatamaan  yakka daddabalamaa himannaawwan 10 jalatti himatamuu isaa fi balleessaa yoo jedhame waggaa 15n ol adabamuu waan danda’uuf bu'ura  SDFY kwt-63 mirga wabii kan dhorku ta’uu fi otuma hin dhorku jedhameeyyuu yakkichii fi adabbiin hordosiisu ulfaataa waan ta’eef himatamaan mirga wabiin yoo bahe sodaatee baduu danda’a waan ta’eef SDFY kwt 67(1(a)) tiin gaaffichi kufaa akka ta’u jechuun morme.

Manni Murtii sadarkaa  jalqabaa Fedraalaa yaaduma AA fudhatee himatamaan balleessaa yoo jedhame adabbii itti murtaa’uu danda’u sodaatee baduu waan maluuf wabiin yoo bahe dirqama wabummaa seene kabajee ni dhiyaata jedhamee kan amanamuu miti jechuun mirga wabii himatamaan gaafate  kufaa godhee ture.
Manni Murtii Olaanaa Federaalaa fi Waliigalaas murticha ni cimsan.

Kanumaan dubbiin DHIMMWF gahee ijibbaanni murtii kanneen Murtii Manneen Murtii jalaa dogongora hiikkoo seeraa bu’uraa qaba jechuun murticha diigee himatamaaf mirgi wabii eegamuu qaba jechuun  murtii Manneen murtii jalaa diigee manni murtii sadarkaa  jalqabaa wabii gahaa jedhu waamaisee to'annaa jalaa himatamaa  akka baasu qajeelfamaan dhimmicha itti deebisee ture.

Sababiin DHIMMWF ibse 1ffaan  himannaawwan 10n himatamuun adabbii hidhaa waggaa 15 oliin adabsiisuu akka danda’u ifa ta’ullee kophaa isaa otuu hintaane miidhaa gahe waliin ilaalamuu qaba.
Miidhaan gahe immoo waan hinjirreef adabbii waggaa 15 ol adabsiisuu kan danda’u ta’uun kophaa isaatti ulaagaa SDFY kwt  63 kan guutu waan hintaaneef sababiin gama kanaan dhiyaate bu’ura seeraa hinqabu jedheera.
Sababiin 2ffaa himatamaan ulfaatina yakka raawwatee fi adabbii ulfaataa itti murtaa’u gamanumaan sodaatee baduu danda’a sababa jedhu ilaalchisee jalqabarratti yakka ulfaataan himatamuun bakka seerri ifatti mirga wabii daangessu hinjirretti adabbii cimsuu ykn ulfeessuu irraan kan hafe mirga wabii dhoorkuuf rogummaa hinqabu.
Adabbii sodaachuu danda’a kan jedhus adabbii sodaachuun amala uumamaa nama hundaati malee amala addaa himatamaa kan qofaa waan hintaaneef sababii biroo gahaa ta’een yoo deeggarame malee kophaa isaatti SDFY kwt 67(1(a)) kan guutuu miti.
Sababiin 3ffaan sababiin AA kaasee fi Manni Murtii jalaa mirga wabii himatamaa ittiin daangesse hiikkoo dirqisiisaa sababoota lamaan olitti ibsaman kana caqasuun kanaan dura galme Lakk 67874, Lakk 131863, Lakk 134228 fi lakk 253740 irratti kennamee tureen fudhatama kan hinqabne  tahuu  kanaan dura murtiin dirqisiisaan kannamee ture waan ta’eef murtiin Manneen Murtii jalaa hiikkoo duraan kenname kanas kan hinhordofnedha.

Waliigalatti yakkoota dachaan daddabalamaan himannaawwan hedduu himatamuun, yakki ulfaataa ta’uu fi adabbii ulfaatu kan hordofsiisu ta’uun qofaa isaatti bu'ura  SDFY kwt-63nis ta’e kwt- 67(1(a))tiin mirga wabii  daangeessuuf gahaa akka hintaane murtiin kun hiikkoo duraan kennamee ture irra deebiin yaadachiisuun kan cimsedha.


💫Chaanaala ✈️ W.ra A/A Aanaa Mag.Aggaaroo

Haqaan Haqaaf Hojjanna!!!

🎆⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ክፍት የሥራ ቦታ ማስታወቂያ
የኢፌዲሪ የፍትሕ ሚኒስቴር በሕግ የተጣለበትን ኃላፊነት በአግባቡ ለመወጣት ይችል ዘንድ የአሰራር እና የአደረጃጀት ማሻሻያዎችን ሲያደርግ ቆይቷል። የዚህ ማሻሻያ አንዱ አካል ከሆኑት መካከል የፍትሕ ሚኒስቴር ተገልጋዮች የተሻለ ጥራት፣ ቅልጥፍና እና ምቹ አገልግሎት ማግኘት እንዲችሉ የደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት የሥራ ክፍል ማደራጀት ይገኝበታል። በዚህ የሥራ ክፍል ተመድበው ለመስራት ፍላጎቱ እና ተነሳሽነቱ ያላቸው እና ከዚህ በታች የተመላከቱ መስፈርቶችን የሚያሟሉ የሕግ ባለሙያዎችን በዐቃቤ ሕግነት ለመቅጠር ይህ ማስታወቂያ ወጥቷል። በመሆኑም ይህ ማስታወቂያ በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ከወጣበት ቀን 26/03/2018 ዓ/ም ጀምሮ ባሉት ተከታታይ 30 ቀናት ውስጥ በተወዳዳሪነት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናስታውቃለን።

አስፈላጊ የሆኑ መስፈርቶች

· ኢትዮጵያዊ የሆነ/የሆነች እና በኢትዮጵያ የሚኖር የምትኖር፤ ለሕገ መንግስቱ እና ለሕግ የበላይነት ተገዢ የሆነ/የሆነች፤ የየትኛውም የፖለቲካ ድርጅት አባል ያልሆነ/ያልሆነች፤ በታታሪነቱ/ቷ፣ በታማኝነቱ/ቷ፣ በሥነ-ምግባሩ/ሯ መልካም ስም ያተረፈ/ች መሆኑን/ኗን ይ/ት/ሰራበት ወይም ከሚኖሩበት የመንግስት ተቋም ማቅረብ የሚችል /የምትችል፤ የወንጀል ቅጣት ሪከርድ የሌለበት/ባት፤ የፌዴራል መንግስቱን የሥራ ቋንቋ የሚችል/የምትችል፤ እንደ አስፈላጊነቱ የሚሰጠውን የጽሁፍም ይሁን የቃል ወይም ሁለቱንም ፈተና ማለፍ የሚችል /የምትችል

1.  የደንበኞች/ ተገልጋዮች አገልግሎት ዐቃቤ ሕግ

የዐቃቤ ሕግ ደረጃ - ዐቃቤ ሕግ ደረጃ ሦሥት

ተፈላጊ የትምህርት ደረጃ

· ከከፍተኛ ትምህርት ተቋም በሕግ ትምህርት በመጀመሪያ ዲግሪ በ2016 ወይም በ2017ዓ.ም የተመረቀ /የተመረቀች፤ የመመረቂያ ነጥብ (Cumulative GPA) 3.25 እና ከዚያ በላይ ያለው/ያላት፣ የመውጫ ፈተና (Exit Exam) ውጤት 85 ፐርሰንታል እና ከዛ በላይ በማምጣት ፈተናውን ያለፈ/ያለፈች፤ ሴት እና አካል ጉዳተኛ ተወዳዳሪዎችን እናበረታታለን፤

የሥራ ልምድ - 0 አመት

ብዛት - 20

የስራ ድርሻ/የስራ መዘርዝር፡-

· ለተቋሙ በጥሪ ማዕከሉ በኩል ከተገልጋዮች በስልክ ወይም በኢሜል ወይም በሌላ ማንኛውም የግንኙነት መንገድ የሚቀርቡ የአግልገሎት ጥያቄዎችን ተቀብሎ አክብሮትን የተላበሰ ፈጣን፣ ትክክለኛ ምላሽ መስጠት፣ መርዳት፣ ጉዳዩ ወደሚመለከተው አካል መምራት፤

· በሚኒስቴር መስሪያ ቤቱ የደንበኞች አገልግሎት ዴስክ በአካል የሚመጡ ተገልጋዮችን ተቀብሎ አክብሮትን የተላበሰ ፈጣን፣ ትክክለኛ ምላሽ መስጠት፣ መርዳት፣ ጉዳዩ ወደሚመለከተው አካል መምራት፣ ተገልጋዮች ትክክለኛ መረጃ ማግኘታቸውን፣ ጊዜውን የጠበቀ አገልግሎት ማግኘታቸውን እንዲሁም ያገኙትን ፍትሕን የተመለከተ አገልግሎት አስመልክቶ አዎንታዊ እይታ ወይም እርካታ የተሰማቸው መሆኑን ማረጋገጥ

· ተቋሙን የሚመለከቱ ልዩ ልዩ መረጃዎች በአግባቡ ማደራጀት፤ መተንተንና መቀመር፣ የአዝማሚያ ትንተንና መስራት፣ ለህትመት የሚሆኑ ፅሁፎችን ማዘጋጀት እና የአርትኦት ሥራዎችን መስራት፣ ለማህበራዊ ሚዲያ፣ ለጋዜጣዊ ጉባኤ፤ ለጋዜጣዊ መግለጫና ለቃለ-ምልልስ የሚሆኑ ፅሁፎች የሚረዱ መረጃዎችን ማደራጃት፣ መቀመር፣ የአርትኦት ሥራ መስራት፣ የሁነት ዝግጅቶችን ማቀድና ማስተባበር፣ ዜና ማዘጋጀት፤ ወቅታዊ መልዕክት መቅረፅ፤ የሚዲያ ዳስሳ ማካሄድ፣ በሚኒስቴር መሥራያ ቤቱ የሚከናወኑትን የተግባቦት እና የህዝብ ግንኙነት ስራዎች ማከናወን እና ማስተዳደር፣

· ሌሎች በአስተባባሪው የሚሰጠው/የሚሰጣት ተግባራት

ተጠሪነት - ለደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት አስተባባሪ / ለህዝብ ግንኙነት እና ኮሚዩኒኬሽን ዳይሬክቶሬት

2.  የደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት ዐቃቤ ሕግ አስተባባሪ

የዐቃቤ ሕግ ደረጃ - ከፍተኛ ዐቃቤ ሕግ ደረጃ ሦሥት

የትምህርት ዝግጅት እና የሥራ ልምድ - እውቅና ካለው የመንግስት ዩንቨርሲቲ በመደበኛው የትምህርት ሂደት በሕግ የመጀመሪያ ዲግሪ፤ በሕግ 2ኛ ዲግሪ ወይም በሕግ 3ኛ ዲግሪ ያለው/ያላት እና እንደ ቅደም ተከተላቸው 7 ዓመት፣ 5 ዓመት ወይም 3 ዓመት በሕግ የስራ ልምድ ያለው/ያላት ፣ የመጀመሪያ ዲግሪ የመመረቂያ ነጥብ (Cumulative GPA) 3.25 እና ከዚያ በላይ ያለው/ያላት ፣ ሴት እና አካል ጉዳተኛ ተወዳዳሪዎችን እናበረታታለን።

ብዛት - 1

የስራ ድርሻ/የስራ መዘርዝር፡-

· የሚኒስቴር መስሪያ ቤቱን የደንበኞች አገልግሎት ዴስክ፣ ዲጂታል አገልግሎቶች እና የጥሪ ማዕከል አገልግሎቶችን መከታተል እና ማስተባበር

· የተገልጋዮች የመረጃ ጥያቄዎችን፣ ቅሬታዎችን እና የአገልግሎት ጥያቄዎች በተገቢው መንገድ እና በውጤታማነት መስተናገዳቸውን ማረጋገጥ እና አጠቃላይ የአገልግሎት አሰጣጥ ጥራትን ማረጋገጥ

· ፈጻሚዎች በማስተባበር፣ የአገልግሎት አሰጣጥ ደረጃዎችን በመከታተል፣ ዲጂታል ሥርዓቶችን በመጠቀም እንዲሁም ቀጣይነት ያላቸው ማሻሻያዎችን በመለየት ተቋማዊ አገልግሎት አሰጣጥን ማሳደግ

· ሌሎች በኃላፊው የሚሰጠው/የሚሰጣት ተግባራት

ተጠሪነት - ለደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት ጽ/ቤት ኃላፊ

የምዝገባ ሁኔታ፡-  http://www.justice.gov.et በሚለው የተቋሙ ዌብሳይት ክፍት የሥራ ቦታ በሚለው ሥራ ባለው ማስፈንጠሪያ https://forms.gle/zbjpMSUtvxNPaSou6 በመጠቀም የሚጠይቀውን መረጃ በመሙላት እና ማስረጃዎችን በማያያዝ ወይም mojprosecutorsadministration@justice.gov.et ወይም mojpublicprosecutorsa@gmail.com ወይም በስልክ ቁጥር 0913154067 Telegram/ WhatsApp መረጃዎችን በመላክ መመዝገብ ይቻላል።

የምዝገባ ቀን፡- ይህ ማስታወቂያ በጋዜጣ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ባሉት 30 ተከታታይ ቀናት ውስጥ፤

ማስታወሻ፡- ተወዳዳሪዎች ሲመዘገቡ ሊያሟሏቸው የሚገባቸው ሰነዶች፡-

1. ኢትዮጵያዊ መሆናችሁን የሚገልጽ መታወቂያ/ፓስፖርት እና ብሔራዊ መታወቂያ በpdf scan የተደረገ፤

2. ለተራ ቁጥር 2 ላይ ለሚወዳደር ተወዳዳሪዎች ይሰሩበት ከነበረው መስሪያ ቤት የተጻፈ የሥነ-ምግባር ማስረጃ በpdf scan የተደረገ፤

3. ዋና የትምህርት ማረጃ student copy ጨምሮ በpdf scan የተደረገ፤

ለበለጠ መረጃ ፡- በስራ ሠዓት በስልክ ቁጥር ፡- +251-15-15-7432 በመደወል፤ እንዲሁም በኢሜል አድረራሻ፡- mojprosecutorsadministration@justice.gov.et ወይም mojpublicprosecutorsa@gmail.com ላይ በመፃፍ ማግኘት ይችላሉ፡፡

የኢፌዲሪ ፍትሕ ሚኒስቴር
Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Manni Murtii dhaddacha har'a ooleen Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama FI Adabbii Maallaqaa qarshii 5,000 akka adabaman murteesse!
Deetaan Ministeera Nagaa duraaniifi miseensi Caffee Oromiyaa obbo Taayyee Danda'aa Labsii Bulchiinsa fi To'annoo Meeshaa Waraanaa 1177/12 keewwata 4 (1) fi 22 (3) meeshaa waraanaa heeyyama hin qabne kilaashiin tokko, kaazinaa kilaashii lama fi rasaasa kilaashii 60 mana isaanitti argameera kan jedhudha.
Dhimmi isaanii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti ilaalamaa erga turee booda keewwatuma jalatti himataman jalatti bu'uura s.d.f.yakkaa kwt 149/1 tiin balleessaa qabu jechuun Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa dhaddacha guyyaa har'aa gaafa guyyaa 26/03/2018 Ooleen himatamaa hidhaa Cimaa waggaa 7 fi Ji'a 2 fi adabbii maallaqaa qarshii kuma shaniin akka adabamanu murteessee jira.

Maddi:-
#chaanaala tgm @lawstudentsunion
#Toora fb Yoobsan Jr
#Toora fb BBC Afaan Oromoo
#Toora fb OMN
1
Waliigaltee Bittaafi Gurgurtaa Qabeenya Hin Sochoonee, Kan Ulaagaa Foormii SHH kwt 1723 Hin Guutneen Walqabatee Mallattoon Waliigalticha Irra Jiru Haalamee Wayita Foorensikiidhaan Qoratamu Kan Nama Haalee Ta'ee Argamuun Isaa Falmii Seera Qabeessummaa Waliigaltichaa Ilaalchisee Ka'e Gatii Ni Dhabsiisaa?

°°°✓✓✓°°°°°°✓✓✓✓°°°°°°✓✓✓✓✓

ውል ላይ የተፈረመ ፊርማ መረጋገጥ ህጋዊ ውጤት

የሰ/መ/ቁጥር 185708
 
ውል ለማዋዋል ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት ባልተደረገ የማይንቀሳቀስ ንብረት ሽያጭ ውል መነሻነት ገዢ ቤቱን ያስረክበኝ ብሎ በሻጭ ላይ ክስ ሲያቀርብ ተከሳሽ /ሻጭ/ “ከከሳሽ (ገዥ) ጋር ውል አልፈጸምኩም። ምንም ገንዘብ አልተቀበልኩም” በማለት ክዶ ተከራከረ። በመቀጠል ፍርድ ቤቱ በውሉ ላይ ያለው ፊርማ በፎሬንሲክ እንዲመረመር ካደረገ በኋላ የሻጭ መሆኑ ተረጋገጠ። በዚህ መልኩ የፊርማው መረጋገጥ ህጋዊ ውጤቱ “በጸና አኳኋን የአጻጻፍ ስርዓቱን ተከትሎ ባለመደረጉ በሕግ ፊት ውጤት አይኖረውም የተባለ ውል በፍ/ብ/ሕግ ቁጥር 1808(2) ስር በተደነገገው መሰረት ፈርሶ ውለታውን ለመፈጸም የተደረገ ነገር ቀሪ ሆኖ ተዋዋዮች ውሉ ከመደረጉ በፊት ወደነበሩበት ሁኔታ እንዲመለሱ ማድረግ እንደሚገባ ፍ/ብ/ሕግ ቁጥር 1815 ስር በመደንገጉ ውሉ ውጤት የለውም የሚባል ከሆነ ገዥ ከፈልኩኝ ያሉትን ገንዘብ ሻጭ ሊመልሱ የሚገባ መሆን አለመሆኑ መወሰን ስላለበት ነው።” በውሉ ላይ ሻጭ መፈረማቸው በፎረንሲክ ምርመራ መረጋገጡ ግራ ቀኙን ወደነበሩበት ሁኔታ ለመመለስ ጥቅም ላይ የሚውል ማስረጃ ሆኖ ከሚቀር በስተቀር ሻጭ ውሉን አልተዋዋልኩም ብለው በግለጽ ክደው ያቀረቡትን ክርክር እና ውሉ በፍ/ብ/ሕግ ቁጥር 1723/1 ስር በተደነገገው መሰረት በጸና አኳኋን አልተደረገም በማለት ያሰሙትን ክርክር ዋጋ የሚያሳጣ ማስረጃ ተደርጎ ሊወሰድ የሚችል አይደለም፡፡
    (ያልታተሙ የሰበር ውሳኔዎች በዳንኤል ፍቃዱ /ጠበቃ የሰ/መ/ቁጥር 185708)

    Join:-
@desberofMM

         Desalegn B.

https://t.me/http_Ijooseeraa
2
#Vacancy
=======
Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested candidates for the following positions:

1.  Legal Trainee
2.  District Attorney
3.  Associate District Attorney II
4.  Legal Advisor
5.  Legal Compliance Officer 
6.  Legal and Regulatory Change Management Officer
7.  Associate District Attorney I

Interested and qualified job seekers should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from December 08 – 14, 2025.

For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/uploads/Legal_External_Vacancy_Decmber_6_2025_6cfd71879a.pdf
Ajaja Dhoorkii SDFHH kwt, 151, 152 fi 154 gaafatamuu fi kennamu gidduu garaagarummaa akkamiittu jira?
========================================
Ajaja dhoorkii SDFHH kwt, 152 fi 154 gidduu garaagarummaan jiru gabaabumatti inni seericha kwt 152 ajaja kabachiinsa qabeenyaa murtiin duraa yoo ta’u kaayyoon isaatis himataan yoo murtaa’eef waan irratti raawwachiifatu akka hindhabne wabii kennuudha. Ajajni seericha kwt 152 himatamaan wabii seericha 151n gaafatame qabsiisuu ykn dhiyeessuu yoo dide ykn dadhabe kan raawwatamudha.
Sadarkaa falmii kam irratti iyyuu yoo ta’e, himatamaan ykn qaxxaamuraan himatamaan, himata gufachiisuuf kan karoorfate ykn ajajni kenname akka hin raawwatamne danquudhaaf malataa kan jiru ta’uu iyyataan iyyata kakuun deeggarameen ykn haala biraatiin yoo hubachiise. Himatamaan qabeenyaa isaa guutummaa guutuutti ykn gar-tokkee maqsuudhaaf ykn balleessuudhaaf kan karoorfate yoo ta’e ykn tilmaama qabeenya kabachiifamuu himataan yoo beeksise ykn ;
Himatamaan qabeenyasaa guutummaa guutuutti ykn gar-tokkee isaa aangoo tooraa MM himanni itti dhiyaate jalaa baasuudhaaf kan karoofate ta’uu MM yoo hubate, Himatamaan sababa wabii hin waamneef MMtti dhiyaatee hubachiisuu yoo baate ykn maallaqa jedhame qabsiisuu yoo baate, qabeenyaa isaa tarraa’ee dhiyaate keessaa hanga itti murtaa’u waliin kan wal-gitu kabajamee akka turu  bu’ura SDFHH klwt, 152tiin ajajama. Haata’u malee, wabii gahaa, maallaqa baasiif kisaaraa qabeenyaa kabachiisuuf bahe waliin yoo qabsiise ykn himanni dhiyaate kufaa yoo ta’e hangi wabummaan qabame kan gadhiifamu ta’a.
Dhuma irratti dhimmichi himataaf kan murtaa’e yoo ta’e, sababa raawwii murtichaatiif qabeenyaa kabachiisuuf iyyata haaraa dhiyeeffachuun otoo hin barbaachisin murtiin duratti qabeenyaan kwt, 151n qabsiifame ykn kwt 152n dhorkame akkuma jirutti ta’ee raawwiin akka itti fufu gochuun ni danda’ama (SDFHH kwt,153(5)). Namnii mirga qaba jedhe gaafatu bu’uura SDFHH kwt 418 tiin iyyachu fi MM adeemsoota 418 jalatti jiraniin qulqulleesse ajaja kennu qaba.
Gama biraan akkaataa SDFHH kwt, 154n dhoorkiin kennamu dhimma falmiirra jiru ta’uu kan qabu yemmuu ta’u; iyyanni dhiyaatu kakuun deeggaramee ykn haala biraatiin kan mirkanaa’e ta’uu qaba; Ajaja kwt, 154n kennamu kan kwt, 152 irraa adda kan godhu dhoorkichi qabeenya falmii irra jiru ykn falmiif sababa ta’e qofa kan ilaalu ta’uu isaatidha.  Innis Qabeenyaan falmiidhaaf sababa ta’e kan badu, kan manca’u, himatamaan dabarsee nama biraatiif kennudhaaf, gurguruudhaaf, murtii kan biraa sababeeffachuun qabeenyaa dabarsee kennuudhaaf kan karoorse ta’uun yoo beekame kan raawwatu ta’ee kaayyoon isaatis raawwii murtiif wabii argachuu otuu hintaane qabeenyichuma irra dantaa qabu kabachiisuudha.
Adeemsa dhoorkiin ittiin kennamu ilaalchiseetis seericha kwt, 157 jalatti tumamee kan jiru yoo ta’u kunis akka qajeeltootti MM ajaja dhorkaa kennuun duratti garagalchi iyyata dhorkaa garee faallaa akka qaqqabu ajajni kennamuu qaba. Haa ta’u malee, haala addaatiin kaayyoo ajaja dhorkaa kan fashaleessu yoo ta‟e garee faallaa otoo hin beeksisin kallattiin ajaja dhorkaa kennuu danda‟a (SDFHH kwt  157). Gareen faallaan akka beeku gochuu irraan kan hafe iyyannoo dhoorkii irratti yaada isaa akka kennu hintaasifamu. Kunis iyyannoo dhoorkii irratti sababa dhiyaate seera waliin ilaalee/qoratee aangoon waan jechuudhaa guutumaan guututti kan MM qofadha.
Iyyannoon ajaja dhoorkii qabeenyaa sadarkaa falmii kamuu irratti dhiyaachuu kan danda’u yoo ta’u kunis eega himannaan baname booda dhiyaachuun baratamaa fi beekamaadha. Haata’u malee otuu himannaan MMtt hinbanamin duras iyyannoon dhoorkii qabeenyaa dhiyaachuu akka danda’uu fi ulaagaa kan guute taanaan MM ajaja kennuu akka danda’us Dh Ijb MMWF hiikkoo kennee jira (glm lkk,191402, Jld 25) .
https://t.me/http_Ijooseeraa