Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Beeksisa doorgoomii Jijjirraa Addaa Abbootii Alangaa Godinaa fi Aanaa Magaalaa Shaggar.
Waldiddaan Qabiyyee Lafa Baadiyaa Irratti Ka’u Dursa B/Gandaa Irratti Jaarsaan Ilaalamuu Kan Qabu Eenyuun Ilaallata?
================================
Labsii Bulchiinsaa fi Ittifayyadama Lafa Baadiyaa Lkk 130/1999 Kwt 16; Labsii Lkk 248/2015 kwt 33 fi; Murtii Dh Ijb MMWF glm Lkk 102406 (Jld 21) .
================================
Waldiddaan Qabiyyee Lafa Baadiyaa irratti ka’u kamiiyyuu kallattiin gara Manneen Murtii Idilee dhufuu akka hinqabnee fi jalqaba karaa B/Gandaa Jaarsota bitaa fi mirgi filataniin ilaalamuu akka qabu Labsii Lafa Baadiyaa Oromiyaa duraanii Lkk 130/1999 kwt 16 jalatti tumamee ture.
Haaluma walfakkaatuun labsiin Lkk 248/2015 Labsii Lkk 130/99 fooyyesses kwt 33 (1) jalatti gosa Dhimmoota waldiddaawwan sadarkaa Bulchiinsa gandaatti jaarsaan ilaalamuu qabanii tarreessuun ibsee jira.
Isaanis; falmii daangaan walqabatu, falmii mirga abbaa qabiyyummaa Lafa mana jireenyaa, dheedichaa, bishaanii , ooyruu ykn jallisiin fi akkasumas dhaaltotaa fi Nama dhaalaa hintaane giddutti ka’uun walqabatee ka’u jalqaba Bulchiinsa Gandaa qabiyyichi itti argamutti dhiyaachuun jaarsota filayamaniin ilaalamuu akka qabu labsicha kwt 33(1(a-c)) jalatti tarreeffamuun ibsamee.
Akkasumas adeemsi ittiin ilaalamus labsicha kwt 33(2) jalatti bal’inaan diriirfamee argama.
Egaa kanaan walqabatee gaaffiin ka’u tumaan seerichaa kun qaama/garee falmii akkamii ykn eenyuun ilaala kan jedhu yemmuu ta’u jecha biraatiin namoota dhuunfaa qofa moo dhaabbilee/jaarmiyaslees niilaala kan jedhudha.
Kanaan walqabatee labsiin duraanii Lkk 130/1999 s ta’ee labsiin Lkk 248/2015 eenyummaa gareewwaniin wanti adda kan hinjirre ta’us Dha Ijbta MMWF garuu Murtii glm Lkk 102406(Jld 21) irratti gaafa 09/03/2009 kenneen akkaataa Labsii Lkk 130/99 kwt 16n waldiddaawwan qabiyyee Lafa Baadiyaa ilaalchisee B/Gandaatti dhiyaachuun Jaarsa araaraa filatamaniin ilaalamuu qaba jedhame falmii qotee bultoota namoota uumamaa ta’an giddutti kan ka’an malee falmii Nama uumamaa fi jaarmiyaa ykn dhaabbata seeraan namoomee giddutti ka’u kan ilaalu/dabalatu akka hintaane hiikkoo laatee jira.
Akka hiikkoo kenneettis Labsii Lkk 130/99 kwt 16 Labsii Lafa Baadiyaa Mootummaa Federaalaa waliin haala walsimuun hiikamuu kan qabu ta’uun alattis kaayyoo Caffeen tumaa kwt 16 labsicha keessatti hammachiiseef waliin hubatamuu qaba jedhee jira.
Haaluma kanaan Caffeen keewwaticha kan labseef qotee bultii dhuunfaa Waldiddaa qabiyyee lafaa irratti godhatan otuu fagoo deemuun yeroo fi qabeenya isaanii hinqisaasin dhiyeenyatti dhimmicha karaa araaraa fi jaarsummaan akka furatqn yaadeeti malee jaarmiyaalee qaama seerummaa Federaalatti ykn Naannotti galmaa’an akka hammatuuf yaadanii miti waan ta’eef qotee bultoota malee jaarmiyaalee seeraan uumaman hinilaallatu jedheera Dh Ijbta MMWF.
Labsiin Lkk 248/2015 kwt 33 tumaa Labsii Lkk 130/99 kwt 16 kan hinjijjiirre waan ta’eef hiikkoon Dhaddacha Ijbt olitti ilaalame kwt 33 Labsii Lkk 248/2015 irratti raawwatiinsa akka qabu ifadha.
NB: akkaataa tumaa kwt 16 Labsii Lkk 130/99tis ta’ee Labsii Lkk 248/2015 kwt 33tti namni kamiiyyuu jalqaba falmii isaa B/Gandaatti dhiyeeffachuun/jaarsota araaraatti ilaalcjifachuun fedhii malee dirqama akka hintaanee fi namni barbaade kallattiin Mana Murtii idilee aangoo qabutti himachuu akka danda’u glm biroo irratti Dh Ijbta MMWF hiikkoon kennes niyaadatama.
https://t.me/http_Ijooseeraa

Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Hiikoo fi Gosa Jeequmsaa SHH kewt.1149 (1)f Murtii DH.IJ.MMWF Lakk.Galmee 219736ttin Kennamee.
-----------#######-----------
☑️Namaa abbaa qabiyyee ta’e tokko karaan mirgaa abbaa qabiyyummaa isaa itti kabajachiiftuu kan seeran kennamee keessaa tokko himanna jeequmsi narraa haa dhaabattuu jedhuu akka tahe SHH kewt.1149(1) jalatti kan tumamee yoo tahu.
☑️Haala kanan namni himanna dhiheessu firiin dubbii ijoon inni mirkanneessu qabu qabiyyee jeequmsi irratti uumammee karaa seeraa qabeessan ykn haala waliin dhahiinsa (fraud) irraa bilisa ta’e argate ykn qabatee kan harkaa qabu fi dhugumman irratti ajaja jiru tahu fi qabiyyee kana irratti namni ykn qaamni biroo qabiyyicha irraa mirgaa tokko illee hin qabne karaa seeraan alattin jeequmsa kan irratti uumaan ykn kaasan tahu akka qabu kewt.1140.1148 fi kewt.1149 walitti qabun yoo ilaalaan kan hubatamuudha. Haa tahuu malee seericha kewt.1149(1) jalattis firiwwan dubbii jeequmsi jiraachuu agarsiisan ibsuu jecha “Jeequmsa” jedhuuf hiikaa ifaa tahe kan kennee hin qabu.
☑️Firriwwan dubbii gocha jeequmsa hundeessan lama yoo ta’an, 1ffaa abbaan qabiyyee nagayaan mirgaa isaa akka itti hin fayyadamne dhoorkuu ykn gufuu tahu ykn jidduu seentumma( interference) jiraachuu yoo tahu, 2ffaan immoo qabiyyee harkaa isaa turee gocha humnaan ykn karaa birootin qabiyyee abbaa qabiyyee harka ture guutuman ykn gartokken harka fudhachuun qabiyyumma dhabsiisuu (dispossession) kan ilaaltuudhaa.
☑️Gama birattin gochi jeequmsa karaa lama raawwachuu akka danda’u qorannowwan naannawwa kanatti godhaman kan agarsiisan akka tahee ibsameera. Kunis 1ffaa gocha jeequmsa qabatama raawwatamu( Disturbance in fact) kunis qabxiilee firiwwan dubbii 2ffaa irratti ibsaman kanneen akka abbaan qabiyyee nagayaa akka qabiyyee isatti hin fayyadamne dhoorkuu fi jidduu seentumma ykn qabiyyee harka fudhachuu ykn jala qabachuu kan qaama ykn namaa mirgaa hin qabneen raawwatamuu yoo taha, gosti jeequmsa 2ffaan immoo jeequmsa karaa seerattin mirgaa abbaa qabiyyummaa isaa beekkamtii dhoorkuu (Disturbance in law) kanneen akka waraqaa ragaa abbaa qabiyyumma jala haquu ykn balleessuu ta’uu danda’a.
☑️Gosatti jeequmsa 2ffaan kun yeroo baay’ee gocha qaamni bulchiinsa kakka’umsa mataa isattinis ta’e gaaffii qaamni biroottin karaa adda addattiin haala mirgaa abbaa qabiyyummaa abbaa qabiyyee tuqun ykn miidhuun taarkaanfii bulchiinsaa yeroo fudhatuu kan uumamuudhaa. Taarkaanfii bulchiinsa fudhatamus akkummaa haala isaatti abbaan qabiyyee waan tokko akka raawwatuu ykn akka hin raawwannee kan taasiisuu ykn immoo mirgaa abbaa qabiyyummaa illee kan dhabsiisuu ta’uu danda’a jechuudhaa.
☑️Haala olitti ibsameen namni qabiyyee isaa irratti jeequmsi uumamee waantii jala fudhatame akka deebi’uuf ykn gochi jeequmsi ummamee akka irraa dhabbatuufi kisaara sababa gocha jeequmsatti isaa irraa gahee yoo jiraatees daangaa yeroo seeraan taa’e keessatti gaafachuu kan danda’uu fi manni murtiis gochonni kunneen raawwatamu isaa yoo mirkanneeffate jeequmsi akka dhaabbatuu fi kisaaran akka kaffalamu murteessuu kan danda’an akka tahe SHH kewt.1149 (1) irraa ni hubatama.
☑️Gama birattin qabeenyaa hin sochoone irratti waraqaa ragaa mirkanneessa abbaa qabiyyummaa kennuus ta’e adeemsi ragaan sun itti kenname seeraa fi sirnaa kan hin hordofne tahu yoo mirkanneeffate ragaan duraan kenname haquun aangoo qaama bulchiinsatiif seeraan kennameedhaa. Ta’us qaamni bulchiinsa aangoo seeraan isaaf kenname yeroo hojitti hiikuu seeraa fi sirnaa hordofe hojii irraa kan oolchee tahuu isaa manni murtii qorachuu ni danda’a.
☑️Haala kanan qaamni bulchiinsa taarkaanfii yeroo fudhatu seeraa fi sirnaa kan hin hordofnee maal na dhibdeen taarkaanfii kan fudhatee ta’u isaa manni murtii kan mirkanneeffate yoo tahe taarkaanfii bulchiinsa fudhatame kufa gochuu ni danda’a.
☑️Kanaaf dhimmaa lakk.galmee gubbatti caaqafame irratti dhihaateen walqabate deebii kennan(waajjirri bulchiinsa fi itti fayyadama lafa magaalaa kutaa magaalaa Nifa silkii Laaftoo) sababa kaartaa oliyyaata haqeef yoo dhiheessu qabiyyicha irratti kaartaan qaama birootiif waan kennameef kan jedhu yoo tahu, gargalchaa murtii mana

murtii jala irraa immoo qabiyyichaa irratti kaartaa dursee oliyyaataf kan kennamee turee ta’utu mirkanna’ee jedhee.
☑️Kanaaf taarkaanfiin kaartaa oliyyaata kana haquu sababan kan hin deeggarame fi aangoo garmalee fayyadamuun waan taheef taarkaanfiin kun gocha jeequmsatti.
☑️Kanaaf gochichi jeequmsa erga jedhame jeequmsi akka dhaabbatuu fi sababa kanan kaartaa haqame ture bakka duraan turtetti akka deebi’uu jechuun murtii kenname amaala dhimmicha fi SHH kewt.1149(1) bu’uureffate kan kennamee waan taheef dogongoraa kan qabu miti jechuun murteesseera.
☑️Kanaaf dhaddachi ijjibaata murtii kana keessatti haala adda ta’en gosa fi hiikoo gocha jeequmsa bal’isee kan xiinxalee ta’un isaa ni hubatama.
Kan dogongore sirreessa kan hafe itti guuta!!

❤1
Forwarded from Law School Media (Tilahun Silesh)
#ክፍት የስራ ቦታ ማስታወቂያ
Qualification: LLB in Law
Job: Junior legal officer and contract Adminstration service officer
ተጨማሪ መረጃዎችን ከላይ ከተያያዘው ምስል ይመልከቱ።
Join Us Your Trusted Legal Info Centre
@Law_school_media

DhIMMWF lakk.galmee 201427 ta'e irratti gaafa 23/07/2014 kennee jirun:-falmii qabiyyee lafa baadiyaa irratti namni himatamaa ta’e jiru tokko darbiinsa yeroo akka mormii SD dhiyeessuuf qabiyyee lafichaa karaa seera qabeessaan kan argatee ta’u isaa ykn immoo eeyyama himataatiin kan qabatee ta’u isaa dursa hubachiisu akka qabu murtii sagalee caalmaan 4 fi 3 murtii kanaan dura jildii 24ffaa lakk.galmee 178927 ta'e irratti kennamee jiru foyyeessun kennamee
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Forwarded from Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Waamicha Eeeggataa Gargaaraa Abbaa Seeraa
-------------------------------
(Sadaasa 11,2018 MMWO, Caffee Araaraa, Finfinnee)- Gargaartota Abbaa Seeraa leenjii akka galan murtaa'e keessaa dhiironni dabalataa 3 leenjii otoo hin galiin kan hafan ta'uu Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa nu beeksisee jira. Waan ta'eefis eeggattoota dorgomtoota dhiiraa kan turtan 1ffaa-Abduuba Gaayoo Huqqaa 2ffaa-Didhaa Naggasaa Xaafaa fi 3ffaa-Umar Abdallaa Jamaa leenjii akka eegaltan waan murtaa'eef waajjiraalee AA dhiyeenya keessanitti argamtti argamuun wabii erga guuttanii booda unkaa wabummaa itti guuttan waraabbii 1 fi xalayaa nama wabii isniif ta'ee waraabbii 1 qabattanii hanga gaafa 15/3/2018tti Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatti argamuun leenjii akka jalqabdan ni beeksifna.

Ragaa jijjiirachuun mirga. MM gareen kaan akka beeku gochuu irraan kan hafe dhoorkuu hinqabu.
Dh Ijb MMWF glme Lkk 45984 (Jld 9ffaa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Dh Ijb MMWF glme Lkk 45984 (Jld 9ffaa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
❤1
DhIMMWF lakk.galmee 201427 ta'e irratti gaafa 23/07/2014 kennee jirun:-falmii qabiyyee lafa baadiyaa irratti namni himatamaa ta’e jiru tokko darbiinsa yeroo akka mormii SD dhiyeessuuf qabiyyee lafichaa karaa seera qabeessaan kan argatee ta’u isaa ykn immoo eeyyama himataatiin kan qabatee ta’u isaa dursa hubachiisu akka qabu murtii sagalee caalmaan 4 fi 3 murtii kanaan dura jildii 24ffaa lakk.galmee 178927 ta'e irratti kennamee jiru foyyeessun kennamee
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
❤1
Forwarded from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Labsii fi Dambiii.pdf
8.2 MB
👉Labsii Liizii Fedaraalaa Lakk. 721/2004
👉 Dambii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lafa Magaalaa Liiziin Bulchuuf Bahe Lakk. 155/2005
👉Qajeelfama Lafa Magaalaa Naannoo Oromiyaa Liiziin bulchuuf Bahe lakk 9/2005
(Iddoo tokkootti)

#Qabiyyee_Lafa_Dhaalaa_Irratti_Dhaalaan_Mana_Ijaare_Mirga_Akkamii_Qabaata❓
==========================
⚖️ Heera Mootummaa kwt 40(3,7), SHH kwt 1179(2), 1180, Murtii Mana Maree Federeeshiinii glme Lkk 106/15 ta’erratti gaafa 28/10/2015 kennamee fi Murtii Haaraa Dha Ijb Mana Murtii Waliigala Federaalaan galmee Lkk 242314 ta’erratti gaafa 30/11/2017 kenname
==================================
⚖️ Namni qabiyyee lafaa nama biroo irratti eeyyama abbaa qabiyyeetiin ykn abbaan qabiyyee otuu hinmormin ijaarsa raawwate/ mana ijaare qabiyyicha irratti mirga akka argatu SHH kwt 1179 jalatti tumamee kan jiru yoo ta’u Dhaddachi Ijb MMWFtis yeroo adda addaatti murtiilee adda addaa kennaa turee jira.
Fkn, glme Lkk 22563 ta’erratti dhaaltuu Lafa Dhaalaa irratti mana ijaaree ykn falmii dhaaltota giddutti ka’uuf tumaan SHH kwt 1179 raawwatiinsa akka hinqabne kan murtaa’e yoo ta’u glmee Lkk 96628 ta’erratti murtii kenneen immoo bakka Manni mormii dhaalchisaa malee ykn eeyyama dhaalchisaan ijaarame irra qubate qofa ilaalchisee SHH kwt 1179 raawwatiinsa akka qabu hiikkoo kennee ture.
⚖️ Glme Lkk 30101 ta’erratti immoo mormii malee ykn eeyyama dhaalchisaatiin ykn abbaa qabiyyeetiin mana ijaarame irratti mirga akka argatu kan murteesse yoo ta’u Manni Maree Federeeshiinii gama isaan glmee Lkk 106/15 ta’erratti hiikkoo kenneen lafti qabeenya mootummaa fi ummataa ta’uu fi namni dhuunfaa mootummaa irraa karaa seeraan yoo argate malee lafa Nama biroo irratti ijaarsa raawwateef baasii baase gaafachuu irraan kan hafe laficha irratti mirga argatu hinqabu jechuun Heera Mootummaa kwt 40(3) waliin tumaan SHH kwt 1179 walsimee hiikamuu akka qabu hiikkoo heerawaa kennee jira.
⚖️ Murtii Mana Maree Federeeshiinii kana bu’ura gochuuni fi hiikkoowwan walhinsimnee fi ifa hintaane garaagaraa galmeewwan olitti caqafaman irratti kennee ture akka walsimuu fi ifa ta’u gochuuf jecha Dh Ijb MMWF galmee Lkk 242314 ta’erratti murtii haaraa gaafa 30/11/2017 kenneen dhaalaan Lafa Dhaalaa irratti eeyyama dhaalchisaatiin ykn mormii dhaalchisaa malee mana ijaara ijaarsa raawwate qofa ilaalchisee SHH kwt 1179n kan ilaalamu ta’uu fi sanaan alatti Lafa irratti mirgi akka hinjirree fi tumaan SHH kwt 1179-1180 jiru mirga abbaa qabiyyummaa lafaa dabarsuu ilaalchisee raawwatiinsa akka hinqabne abbootii seeraa Nama torbaan hiikkoo dirqisiisaa haarawa kennee jira.
Credit to:: Jemal K Keweti

Namni Qabeenya Hin Sochoone Murtiin Abbaa Idaarraa Waliigalteedhaan Biteen Jira Jedhu Waliigalticha Osoo Hin Galmeessisin Akka Ittisaatti Murtiin Abbaa Mirgaa Irratti Kaasuu Ni Danda'aa?
===✓✓=====✓✓✓======✓✓✓✓✓
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa dhaddacha gaafa 22/01/2011 ooleen Lakk.Ga.150157 ta'e irratti kenne keessatti:
👉Namni qabeenya hin sochoone murtiin abbaa idaarraa waliigalteedhaan biteen jira jedhu bittaa isaa akka ittisa seera qabeessaatti murtiin abbaa mirgaa qabeenyicha irratti raawwachiifachuu barbaadu irratti kaasuuf waliigalticha bu'uura SHH kwt 2878tiin galmee qabeenya hin sochoonee keessatti galmeessisuu qaba jedheera.
👉Dhaddachichi murticha keessatti waliigalteewwan bittaa bu'uura SHH kwt 2878tiin akka galmeeffaman kan taasifamaniif gareewwan 3ffaan akka beekaniifi of eeggannoo barbaachisaa ta'e akka taasisaniif ta'uu ibseera.
👉Kana malees, qabeenyichi maqaa murtiin abbaa idaatiin galmaa'ee jiraachuufi haala kanaan galmaa'uun isaa immoo akkaataa SHH kwt 1195tiin tilmaama seeraa abbummaa kan uumu ta'uu ibseera.
👉Dabalataan, namni bitate bakka bu'ummaa fudhatee ijaarsa raawwachuun isaa abbaa idaa manichi maqaa isaatiin galmaa'ee jiru caalaatti mirga fooyya'aa ta'e hin kennisiisuuf jedheera.
👉Gama tokkoon, waa'een seera qabeessummaa waliigaltee bitataafi gurgurataa gidduutti jiruu (kwt 1723) fi gama birootiin immoo gocha bitataan garee 3ffaa irratti akka ittisaatti kaasuuf raawwachuu qabu (kwt 2878) manneen murtii adda baasuun ilaaluu kan qaban ta'uu ibseera.
✅Murticha gadi fageenyaan dubbisuu yoo barbaaddan Pdf olitti dhoobame banaa.
Desalegn B.
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
❤1👍1
➡️ DhIMMWF 𝑳𝒂𝒌𝒌 𝒈𝒂𝒍𝒎𝒆𝒆 218470 irratti gaafa guyyaa 28/11/2014 ooleen iyyata keessa deebii murtii(review of judgment) ilaalchisee murtii kennamee!
Ragaan haraa argamuu qofti bu'uura S.d.f.h.h. keewwata 6 tiin iyyata keessa deebii murtii(review of judgment) dhiyeeffachuuf gahaa miti.
Bu'uura S.d.f.h.h. keewwata 6(1) jalatti tumamee jirun iyyata keessa deebii murtii ilaalamu kan dandahu murtiin dura kennamee jiru ragaa barreeffamaa sobaan qophaa’e ykn jecha ragaa sobaan mana murtiitti namaan kenname ykn ragaan dhihaatee dhagaahame sun mattaa’aa fudhateera yoo ta’e ykn dhiibbaan seeraan alaa karaa kamiin iyyuu irraan geessifamee jiru bu'uura godhachuun kan kennamee jiru yoo ta'e dha.
ሰ/መ/ቁ. 218470 አዲስ ማስረጃ መገኘት በፍብ/ሥ/ሥ/ሕ/ቁ. 6 መሠረት የዳግም ዳኝነት ጥያቄ ለማቅረብ በቂ አይደለም።
በፍብ/ሥ/ሥ/ሕ/ቁ. 6(1) ላይ ዳግም ዳኝነት ሊታይ የሚችለው የተሠጠው ፍርድ በሀሰት የተዘጋጀ ሠነድ ወይም ሀሰተኛ የምስክርነት ቃልን ወይም መደለያን ወይም ወንጀል ጠቀስ የሆነ ተግባርን መሠረት ያደረገ ከሆነ ብቻ ነው።

Sirrummaan waraqaa ragaa mirkaneessa abbaa qabeenyummaa qabeenya hin sochoonee shakkisisaa ta’uun isaa yoo beekkame, qaama dhimmi ilaalu irraa ibsaa fi ragaa barbaachisu osoo hin gaafatin murtiin kennamu sirri akka hin taane, MMWFDHI Jild. 5ffaa lakk.galmee 27548 ta’e irratti murtii dirqisiisaa kennee jira.
የማይንቀሳቀስ ንብረት ባለቤትነት ማረጋገጫ ደብተር አጠራጣሪነቱ በታወቀ ጊዜ ከሚመለከተው አካል ተገቢውን ማብራሪያና ማስረጃ ሳይጠየቅ የሚሰጥ ውሣኔ ተገቢነት የሌለው መሆኑ የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በቅፅ 5 የሰ/መ/ቁ 27548 አስገዳጂ ዉሳኔ ሰቷልːː
https://t.me/http_Ijooseeraa
የማይንቀሳቀስ ንብረት ባለቤትነት ማረጋገጫ ደብተር አጠራጣሪነቱ በታወቀ ጊዜ ከሚመለከተው አካል ተገቢውን ማብራሪያና ማስረጃ ሳይጠየቅ የሚሰጥ ውሣኔ ተገቢነት የሌለው መሆኑ የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በቅፅ 5 የሰ/መ/ቁ 27548 አስገዳጂ ዉሳኔ ሰቷልːː
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
DHIMMWF galme Lakk:241349 tahe dhaddacha gaafa 07/2/2017 ooleen waliigaltee foormii seeraa hin guunne keessatti ciroo adabbii (penality clause) waliigaltoonni himmachifatan seeraan raawwatamuu fi dhabu isaa ilaalchise SHH kwt-1731 hiikuun murtii dirqisiisa kannera.
=======================
Waliigalteen gurgurtaa manaa bu'uura SHH kwt-1723tiin qaama aangoo qabu duratti raawwatamu baatus gareen qabiyyee waliigalteen hin haalle garu gareen sababa hanqina foormii waliigalteetiin waliigaltichi akka diigamu taasise keewwata adabbii qofaa raawwachiisuun fi gareen waliigalticha diigee qarshii 500,000 kafala jechuun irratti waliigalame ture kana manni murtii raawwachiisuu akka qabuu fi gareen waligalticha diige adabbii waligalticha keessatti hammatame raawwachuuf ni dirqama.
=======================
Seera qabeessummaa waliigaltee adabbii ilaalchisee gareen waliigalticha diige qarshii 500,000 akka adabamu irratti waliigaluun kan mirkanaa’e fi iyyataan jiraachuu waliigalticha kan hin haalle akkasumaas kaffaltii dursaa qarshii 350,000 akka fudhate mirkanaa’eera bakka jirutti waliigalteen haadhoon foormii sababeeffachuun kan diigame tahuus adabbiin waliigalteen irra ga’ame manni murtichaa keewwata adabbii hojiirra oolchuu qaba jechuun murtii dirqisiisa kanneera.

DHIMMWF lakk galmee 208397 tahe dhaddacha gaafa 30/08/2014 ooleen kanne irratti, dhimmi haadhoon Murtii dhumaa haga argatu osoo hin eegin ajaja yeroof kanname irraa ol'iyyatamuun walqabatee murtii dirqisiisaa kanneen ajajni dhorkii yeroof kenname akka ka'uuf gaafatamee yoo kufaa ta'e ajaja kennamerraa ol'iyyatamuu ni danda'a jechuun murteessee jira.
===========================
DHIMMWF lakk galmee: 234500 tahe dhaddacha gaafa 29/05/2016 ooleen kanneen daangaa pilaani bulchiinsa magaalotaa keessatti qabiyyee lafa qonnaa argamu irratti abbootiin qabiyyee ijaarsaa haaraa gaggeessuufis tahe ijaarsaa duraan jiru haaroomsuuf labsiin gamoowwani labsii lakk 624/2001dhimmichaaf raawwatiinsa hin qabu jechuun murtii dirqisiisa kanneera.
===========================
DHIMMWF Jildii 21ffaa Lakk galmee 122740 tahe irratti murtii dirqisiisa kanneen namni qabiyyee lafaa kennaan karaa seera qabeessa ta'e qaama kennaa raawwachuuf rogummaa qabu irraa argatee yeroo dheeraaf itti fayyadamuun isaa mirkanaa'e lafichi maqaa nama kennaa raawwatuutiin galmaa'ee gibirri kanfalamaa turuu isaa qofti lafichi waliigalteen hin darbine kan nama jechisiisuu miti jechuum murtii dirqisiisaa kanneera.

DHIMMWF lakk galme 275196 ta'e dhaddacha gaafa 27/06/2017 ooleen Mirga wabii yakka namaan daldaluu fi seeraan ala daangaa ceesisuu daddabalamaan nama himatame ilaalchisee Murtii dirqisiisa kanneera.
====Murtichi👇====
💫 Chaanaala ✈️ W.ra A/A Aanaa Mag.Aggaaroo
Haqaan Haqaaf Hojjanna!!!
🎆 ⭐️ ⭐️ ⭐️ ⭐️ ⭐️ ⭐️ ⭐️ ⭐️ ⭐️
====Murtichi👇====
Dubbiin akkana. Himatamaa yakka namaan daldaluu fi seeraan ala daangaa ceesisuu ittisuu fi toohachuuf bahe Labsii Lakk 1178/2012 kwt-12 fi 18(1) jalatti himannaawwan 10n himatame. Himatamaanis yakki ittiin himatame mirga wabii kan dhorku waan hintaaneef wabiin akka bahu Mana murtiitti mirga wabii gaafate.
AA yaada kenneen himatamaan yakka daddabalamaa himannaawwan 10 jalatti himatamuu isaa fi balleessaa yoo jedhame waggaa 15n ol adabamuu waan danda’uuf bu'ura SDFY kwt-63 mirga wabii kan dhorku ta’uu fi otuma hin dhorku jedhameeyyuu yakkichii fi adabbiin hordosiisu ulfaataa waan ta’eef himatamaan mirga wabiin yoo bahe sodaatee baduu danda’a waan ta’eef SDFY kwt 67(1(a)) tiin gaaffichi kufaa akka ta’u jechuun morme.
Manni Murtii sadarkaa jalqabaa Fedraalaa yaaduma AA fudhatee himatamaan balleessaa yoo jedhame adabbii itti murtaa’uu danda’u sodaatee baduu waan maluuf wabiin yoo bahe dirqama wabummaa seene kabajee ni dhiyaata jedhamee kan amanamuu miti jechuun mirga wabii himatamaan gaafate kufaa godhee ture.
Manni Murtii Olaanaa Federaalaa fi Waliigalaas murticha ni cimsan.
Kanumaan dubbiin DHIMMWF gahee ijibbaanni murtii kanneen Murtii Manneen Murtii jalaa dogongora hiikkoo seeraa bu’uraa qaba jechuun murticha diigee himatamaaf mirgi wabii eegamuu qaba jechuun murtii Manneen murtii jalaa diigee manni murtii sadarkaa jalqabaa wabii gahaa jedhu waamaisee to'annaa jalaa himatamaa akka baasu qajeelfamaan dhimmicha itti deebisee ture.
Sababiin DHIMMWF ibse 1ffaan himannaawwan 10n himatamuun adabbii hidhaa waggaa 15 oliin adabsiisuu akka danda’u ifa ta’ullee kophaa isaa otuu hintaane miidhaa gahe waliin ilaalamuu qaba.
Miidhaan gahe immoo waan hinjirreef adabbii waggaa 15 ol adabsiisuu kan danda’u ta’uun kophaa isaatti ulaagaa SDFY kwt 63 kan guutu waan hintaaneef sababiin gama kanaan dhiyaate bu’ura seeraa hinqabu jedheera.
Sababiin 2ffaa himatamaan ulfaatina yakka raawwatee fi adabbii ulfaataa itti murtaa’u gamanumaan sodaatee baduu danda’a sababa jedhu ilaalchisee jalqabarratti yakka ulfaataan himatamuun bakka seerri ifatti mirga wabii daangessu hinjirretti adabbii cimsuu ykn ulfeessuu irraan kan hafe mirga wabii dhoorkuuf rogummaa hinqabu.
Adabbii sodaachuu danda’a kan jedhus adabbii sodaachuun amala uumamaa nama hundaati malee amala addaa himatamaa kan qofaa waan hintaaneef sababii biroo gahaa ta’een yoo deeggarame malee kophaa isaatti SDFY kwt 67(1(a)) kan guutuu miti.
Sababiin 3ffaan sababiin AA kaasee fi Manni Murtii jalaa mirga wabii himatamaa ittiin daangesse hiikkoo dirqisiisaa sababoota lamaan olitti ibsaman kana caqasuun kanaan dura galme Lakk 67874, Lakk 131863, Lakk 134228 fi lakk 253740 irratti kennamee tureen fudhatama kan hinqabne tahuu kanaan dura murtiin dirqisiisaan kannamee ture waan ta’eef murtiin Manneen Murtii jalaa hiikkoo duraan kenname kanas kan hinhordofnedha.
Waliigalatti yakkoota dachaan daddabalamaan himannaawwan hedduu himatamuun, yakki ulfaataa ta’uu fi adabbii ulfaatu kan hordofsiisu ta’uun qofaa isaatti bu'ura SDFY kwt-63nis ta’e kwt- 67(1(a))tiin mirga wabii daangeessuuf gahaa akka hintaane murtiin kun hiikkoo duraan kennamee ture irra deebiin yaadachiisuun kan cimsedha.
Haqaan Haqaaf Hojjanna!!!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ⚖️Shields Law🇪🇹 የህግ አገልግሎት / Legal service ⚖️
ክፍት የሥራ ቦታ ማስታወቂያ
የኢፌዲሪ የፍትሕ ሚኒስቴር በሕግ የተጣለበትን ኃላፊነት በአግባቡ ለመወጣት ይችል ዘንድ የአሰራር እና የአደረጃጀት ማሻሻያዎችን ሲያደርግ ቆይቷል። የዚህ ማሻሻያ አንዱ አካል ከሆኑት መካከል የፍትሕ ሚኒስቴር ተገልጋዮች የተሻለ ጥራት፣ ቅልጥፍና እና ምቹ አገልግሎት ማግኘት እንዲችሉ የደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት የሥራ ክፍል ማደራጀት ይገኝበታል። በዚህ የሥራ ክፍል ተመድበው ለመስራት ፍላጎቱ እና ተነሳሽነቱ ያላቸው እና ከዚህ በታች የተመላከቱ መስፈርቶችን የሚያሟሉ የሕግ ባለሙያዎችን በዐቃቤ ሕግነት ለመቅጠር ይህ ማስታወቂያ ወጥቷል። በመሆኑም ይህ ማስታወቂያ በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ከወጣበት ቀን 26/03/2018 ዓ/ም ጀምሮ ባሉት ተከታታይ 30 ቀናት ውስጥ በተወዳዳሪነት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናስታውቃለን።
አስፈላጊ የሆኑ መስፈርቶች
· ኢትዮጵያዊ የሆነ/የሆነች እና በኢትዮጵያ የሚኖር የምትኖር፤ ለሕገ መንግስቱ እና ለሕግ የበላይነት ተገዢ የሆነ/የሆነች፤ የየትኛውም የፖለቲካ ድርጅት አባል ያልሆነ/ያልሆነች፤ በታታሪነቱ/ቷ፣ በታማኝነቱ/ቷ፣ በሥነ-ምግባሩ/ሯ መልካም ስም ያተረፈ/ች መሆኑን/ኗን ይ/ት/ሰራበት ወይም ከሚኖሩበት የመንግስት ተቋም ማቅረብ የሚችል /የምትችል፤ የወንጀል ቅጣት ሪከርድ የሌለበት/ባት፤ የፌዴራል መንግስቱን የሥራ ቋንቋ የሚችል/የምትችል፤ እንደ አስፈላጊነቱ የሚሰጠውን የጽሁፍም ይሁን የቃል ወይም ሁለቱንም ፈተና ማለፍ የሚችል /የምትችል
1. የደንበኞች/ ተገልጋዮች አገልግሎት ዐቃቤ ሕግ
የዐቃቤ ሕግ ደረጃ - ዐቃቤ ሕግ ደረጃ ሦሥት
ተፈላጊ የትምህርት ደረጃ
· ከከፍተኛ ትምህርት ተቋም በሕግ ትምህርት በመጀመሪያ ዲግሪ በ2016 ወይም በ2017ዓ.ም የተመረቀ /የተመረቀች፤ የመመረቂያ ነጥብ (Cumulative GPA) 3.25 እና ከዚያ በላይ ያለው/ያላት፣ የመውጫ ፈተና (Exit Exam) ውጤት 85 ፐርሰንታል እና ከዛ በላይ በማምጣት ፈተናውን ያለፈ/ያለፈች፤ ሴት እና አካል ጉዳተኛ ተወዳዳሪዎችን እናበረታታለን፤
የሥራ ልምድ - 0 አመት
ብዛት - 20
የስራ ድርሻ/የስራ መዘርዝር፡-
· ለተቋሙ በጥሪ ማዕከሉ በኩል ከተገልጋዮች በስልክ ወይም በኢሜል ወይም በሌላ ማንኛውም የግንኙነት መንገድ የሚቀርቡ የአግልገሎት ጥያቄዎችን ተቀብሎ አክብሮትን የተላበሰ ፈጣን፣ ትክክለኛ ምላሽ መስጠት፣ መርዳት፣ ጉዳዩ ወደሚመለከተው አካል መምራት፤
· በሚኒስቴር መስሪያ ቤቱ የደንበኞች አገልግሎት ዴስክ በአካል የሚመጡ ተገልጋዮችን ተቀብሎ አክብሮትን የተላበሰ ፈጣን፣ ትክክለኛ ምላሽ መስጠት፣ መርዳት፣ ጉዳዩ ወደሚመለከተው አካል መምራት፣ ተገልጋዮች ትክክለኛ መረጃ ማግኘታቸውን፣ ጊዜውን የጠበቀ አገልግሎት ማግኘታቸውን እንዲሁም ያገኙትን ፍትሕን የተመለከተ አገልግሎት አስመልክቶ አዎንታዊ እይታ ወይም እርካታ የተሰማቸው መሆኑን ማረጋገጥ
· ተቋሙን የሚመለከቱ ልዩ ልዩ መረጃዎች በአግባቡ ማደራጀት፤ መተንተንና መቀመር፣ የአዝማሚያ ትንተንና መስራት፣ ለህትመት የሚሆኑ ፅሁፎችን ማዘጋጀት እና የአርትኦት ሥራዎችን መስራት፣ ለማህበራዊ ሚዲያ፣ ለጋዜጣዊ ጉባኤ፤ ለጋዜጣዊ መግለጫና ለቃለ-ምልልስ የሚሆኑ ፅሁፎች የሚረዱ መረጃዎችን ማደራጃት፣ መቀመር፣ የአርትኦት ሥራ መስራት፣ የሁነት ዝግጅቶችን ማቀድና ማስተባበር፣ ዜና ማዘጋጀት፤ ወቅታዊ መልዕክት መቅረፅ፤ የሚዲያ ዳስሳ ማካሄድ፣ በሚኒስቴር መሥራያ ቤቱ የሚከናወኑትን የተግባቦት እና የህዝብ ግንኙነት ስራዎች ማከናወን እና ማስተዳደር፣
· ሌሎች በአስተባባሪው የሚሰጠው/የሚሰጣት ተግባራት
ተጠሪነት - ለደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት አስተባባሪ / ለህዝብ ግንኙነት እና ኮሚዩኒኬሽን ዳይሬክቶሬት
2. የደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት ዐቃቤ ሕግ አስተባባሪ
የዐቃቤ ሕግ ደረጃ - ከፍተኛ ዐቃቤ ሕግ ደረጃ ሦሥት
የትምህርት ዝግጅት እና የሥራ ልምድ - እውቅና ካለው የመንግስት ዩንቨርሲቲ በመደበኛው የትምህርት ሂደት በሕግ የመጀመሪያ ዲግሪ፤ በሕግ 2ኛ ዲግሪ ወይም በሕግ 3ኛ ዲግሪ ያለው/ያላት እና እንደ ቅደም ተከተላቸው 7 ዓመት፣ 5 ዓመት ወይም 3 ዓመት በሕግ የስራ ልምድ ያለው/ያላት ፣ የመጀመሪያ ዲግሪ የመመረቂያ ነጥብ (Cumulative GPA) 3.25 እና ከዚያ በላይ ያለው/ያላት ፣ ሴት እና አካል ጉዳተኛ ተወዳዳሪዎችን እናበረታታለን።
ብዛት - 1
የስራ ድርሻ/የስራ መዘርዝር፡-
· የሚኒስቴር መስሪያ ቤቱን የደንበኞች አገልግሎት ዴስክ፣ ዲጂታል አገልግሎቶች እና የጥሪ ማዕከል አገልግሎቶችን መከታተል እና ማስተባበር
· የተገልጋዮች የመረጃ ጥያቄዎችን፣ ቅሬታዎችን እና የአገልግሎት ጥያቄዎች በተገቢው መንገድ እና በውጤታማነት መስተናገዳቸውን ማረጋገጥ እና አጠቃላይ የአገልግሎት አሰጣጥ ጥራትን ማረጋገጥ
· ፈጻሚዎች በማስተባበር፣ የአገልግሎት አሰጣጥ ደረጃዎችን በመከታተል፣ ዲጂታል ሥርዓቶችን በመጠቀም እንዲሁም ቀጣይነት ያላቸው ማሻሻያዎችን በመለየት ተቋማዊ አገልግሎት አሰጣጥን ማሳደግ
· ሌሎች በኃላፊው የሚሰጠው/የሚሰጣት ተግባራት
ተጠሪነት - ለደንበኞች/ተገልጋዮች አገልግሎት ጽ/ቤት ኃላፊ
የምዝገባ ሁኔታ፡- http://www.justice.gov.et በሚለው የተቋሙ ዌብሳይት ክፍት የሥራ ቦታ በሚለው ሥራ ባለው ማስፈንጠሪያ https://forms.gle/zbjpMSUtvxNPaSou6 በመጠቀም የሚጠይቀውን መረጃ በመሙላት እና ማስረጃዎችን በማያያዝ ወይም mojprosecutorsadministration@justice.gov.et ወይም mojpublicprosecutorsa@gmail.com ወይም በስልክ ቁጥር 0913154067 Telegram/ WhatsApp መረጃዎችን በመላክ መመዝገብ ይቻላል።
የምዝገባ ቀን፡- ይህ ማስታወቂያ በጋዜጣ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ባሉት 30 ተከታታይ ቀናት ውስጥ፤
ማስታወሻ፡- ተወዳዳሪዎች ሲመዘገቡ ሊያሟሏቸው የሚገባቸው ሰነዶች፡-
1. ኢትዮጵያዊ መሆናችሁን የሚገልጽ መታወቂያ/ፓስፖርት እና ብሔራዊ መታወቂያ በpdf scan የተደረገ፤
2. ለተራ ቁጥር 2 ላይ ለሚወዳደር ተወዳዳሪዎች ይሰሩበት ከነበረው መስሪያ ቤት የተጻፈ የሥነ-ምግባር ማስረጃ በpdf scan የተደረገ፤
3. ዋና የትምህርት ማረጃ student copy ጨምሮ በpdf scan የተደረገ፤
ለበለጠ መረጃ ፡- በስራ ሠዓት በስልክ ቁጥር ፡- +251-15-15-7432 በመደወል፤ እንዲሁም በኢሜል አድረራሻ፡- mojprosecutorsadministration@justice.gov.et ወይም mojpublicprosecutorsa@gmail.com ላይ በመፃፍ ማግኘት ይችላሉ፡፡
የኢፌዲሪ ፍትሕ ሚኒስቴር

Manni Murtii dhaddacha har'a ooleen Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama FI Adabbii Maallaqaa qarshii 5,000 akka adabaman murteesse!
Maddi:-
#chaanaala tgm @lawstudentsunion
#Toora fb Yoobsan Jr
#Toora fb BBC Afaan Oromoo
#Toora fb OMN
Deetaan Ministeera Nagaa duraaniifi miseensi Caffee Oromiyaa obbo Taayyee Danda'aa Labsii Bulchiinsa fi To'annoo Meeshaa Waraanaa 1177/12 keewwata 4 (1) fi 22 (3) meeshaa waraanaa heeyyama hin qabne kilaashiin tokko, kaazinaa kilaashii lama fi rasaasa kilaashii 60 mana isaanitti argameera kan jedhudha.
Dhimmi isaanii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti ilaalamaa erga turee booda keewwatuma jalatti himataman jalatti bu'uura s.d.f.yakkaa kwt 149/1 tiin balleessaa qabu jechuun Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa dhaddacha guyyaa har'aa gaafa guyyaa 26/03/2018 Ooleen himatamaa hidhaa Cimaa waggaa 7 fi Ji'a 2 fi adabbii maallaqaa qarshii kuma shaniin akka adabamanu murteessee jira.
Maddi:-
#chaanaala tgm @lawstudentsunion
#Toora fb Yoobsan Jr
#Toora fb BBC Afaan Oromoo
#Toora fb OMN
❤1
Waliigaltee Bittaafi Gurgurtaa Qabeenya Hin Sochoonee, Kan Ulaagaa Foormii SHH kwt 1723 Hin Guutneen Walqabatee Mallattoon Waliigalticha Irra Jiru Haalamee Wayita Foorensikiidhaan Qoratamu Kan Nama Haalee Ta'ee Argamuun Isaa Falmii Seera Qabeessummaa Waliigaltichaa Ilaalchisee Ka'e Gatii Ni Dhabsiisaa?
°°°✓✓✓°°°°°°✓✓✓✓°°°°°°✓✓✓✓✓
ውል ላይ የተፈረመ ፊርማ መረጋገጥ ህጋዊ ውጤት
የሰ/መ/ቁጥር 185708
ውል ለማዋዋል ስልጣን በተሰጠው አካል ፊት ባልተደረገ የማይንቀሳቀስ ንብረት ሽያጭ ውል መነሻነት ገዢ ቤቱን ያስረክበኝ ብሎ በሻጭ ላይ ክስ ሲያቀርብ ተከሳሽ /ሻጭ/ “ከከሳሽ (ገዥ) ጋር ውል አልፈጸምኩም። ምንም ገንዘብ አልተቀበልኩም” በማለት ክዶ ተከራከረ። በመቀጠል ፍርድ ቤቱ በውሉ ላይ ያለው ፊርማ በፎሬንሲክ እንዲመረመር ካደረገ በኋላ የሻጭ መሆኑ ተረጋገጠ። በዚህ መልኩ የፊርማው መረጋገጥ ህጋዊ ውጤቱ “በጸና አኳኋን የአጻጻፍ ስርዓቱን ተከትሎ ባለመደረጉ በሕግ ፊት ውጤት አይኖረውም የተባለ ውል በፍ/ብ/ሕግ ቁጥር 1808(2) ስር በተደነገገው መሰረት ፈርሶ ውለታውን ለመፈጸም የተደረገ ነገር ቀሪ ሆኖ ተዋዋዮች ውሉ ከመደረጉ በፊት ወደነበሩበት ሁኔታ እንዲመለሱ ማድረግ እንደሚገባ ፍ/ብ/ሕግ ቁጥር 1815 ስር በመደንገጉ ውሉ ውጤት የለውም የሚባል ከሆነ ገዥ ከፈልኩኝ ያሉትን ገንዘብ ሻጭ ሊመልሱ የሚገባ መሆን አለመሆኑ መወሰን ስላለበት ነው።” በውሉ ላይ ሻጭ መፈረማቸው በፎረንሲክ ምርመራ መረጋገጡ ግራ ቀኙን ወደነበሩበት ሁኔታ ለመመለስ ጥቅም ላይ የሚውል ማስረጃ ሆኖ ከሚቀር በስተቀር ሻጭ ውሉን አልተዋዋልኩም ብለው በግለጽ ክደው ያቀረቡትን ክርክር እና ውሉ በፍ/ብ/ሕግ ቁጥር 1723/1 ስር በተደነገገው መሰረት በጸና አኳኋን አልተደረገም በማለት ያሰሙትን ክርክር ዋጋ የሚያሳጣ ማስረጃ ተደርጎ ሊወሰድ የሚችል አይደለም፡፡
(ያልታተሙ የሰበር ውሳኔዎች በዳንኤል ፍቃዱ /ጠበቃ የሰ/መ/ቁጥር 185708)
Join:-@desberofMM
Desalegn B.
https://t.me/http_Ijooseeraa
Telegram
https://t.me/ijoo seeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa
❤2
Forwarded from ⚖️Shields Law🇪🇹 የህግ አገልግሎት / Legal service ⚖️
#Vacancy
=======
Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested candidates for the following positions:
1. Legal Trainee
2. District Attorney
3. Associate District Attorney II
4. Legal Advisor
5. Legal Compliance Officer
6. Legal and Regulatory Change Management Officer
7. Associate District Attorney I
Interested and qualified job seekers should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from December 08 – 14, 2025.
For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/uploads/Legal_External_Vacancy_Decmber_6_2025_6cfd71879a.pdf