๐ Yeroo Waan takka Dalagudhaaf Deemtu Dura Lubbuu Teetiin Mari.adhu Keyrii Taatu Dalag Hamtu Taatu Dhiis Nafsiyyaatee Lameenuu Nibeekti waan Ta.eef Jecha ๐http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
๐1
Qorannoon akka jedhutti namni hirriibni qabe Ni Rafa jedha๐๐คฒ๐คฒ
โ
Namoonni akka sirraa Fagaatan yoo barbaadde Rakkadhe jedhiin sana booda nama tokkollee of biratti hin argitu!
http://t.me/httpsMidega
http://t.me/httpsMidega
Warra muuziqaa jaalatuuf...deebisaa akka taatu.....๐ซ๐ซ๐ซโ๏ธ
Namni ta'e wahii muuziqaa (sirba)dhaggeeffachuu jaalata...Ganama...galgala...halkan guyyaa......yeroo hunda Gurra isaatti earphone godhatee......ittiin dhaggeeffata....
''Guyyaa tokko barumsa isaa fixee....gara manasaatti gala...Qalbii isaa keessa kan jiru...har'a sirba akkamii buusee dhaggeeffadhaadha๐ฅachi booda...firaasha isaarra taa'ee....silkii isaa banee.....otoo dhaggeeffachaa jiruu..Ifaan gola isaa tasuma ni bade....
Rifatee silkii isaa ibsatee...earphone isaa baasuuf yoo yaalu ni dideef....earphone(isa gurratti godhatee jiru)bahuufi dide baay'ee yaalee ni dide๐ญ..dhumarratti hifatee maatii isaatiif hime๐ฅ
Maatiin sirba dhaggeeffachuu isaatiif aaranis...yeroodhaaf fala barbaaduu akka qaban murteessan......achi boodas..gara mana yaalii baqaqsa mormaa olii geessan....๐
๐ซDoctoroonnis rifaatuudhaan...wanti akkanaa muudatee akka hin beeknee fi...gara iddoo biraatti akka geessan itti himan...sababii humnaa ol ta'eef....maatiinis ni rifatan:dhiphatan๐ฅบ
mucichis cal'iseera...,ija isaa qofa birbirsa...mataa isaa isa dhukkeen irraan garagale....sosochoosaa waan namoonni isa marsanii jiran haasa'an dhaggeeffachuuf yaala๐๐ซ
Garuu homayyuu hin dhagahu....sababiinis....earphonichi waan hin ba'iniif....๐
Gara mana yaalaa biraa geessan...earphone sana baasuuf dirqama gurri isaa muramuun jedhame...ni murames๐ญ.....
Achi Qur'aana isa yeroo fayyaa qabu hin qara'in....gaddaa fi Dhiphinaan dubbisuuf yaaluu eegale jedhama๐๐ญ
Seenichi dubbisa afaan amaaraa irraa kan fudhatameedha...ni fayyada jedhamee waan yaadameef jecha...โ๏ธ
๐ซ
Yeroo ammaa kana wanti nama ajaa'ibu muuziqaan
1 akka halaalaatti..ilaalamuudha.....
2 akka waan....guddina namaaf dabaluu๐ซyookiin immoo akka waan namni isa dhaggeeffate Qaruutomee๐kuunimmoo...gowwaatti ilaallama๐
Yeroo ammaa kana silkiin kee yoo sirba of keessaa hin qabne๐๐jechama
าแดแดสแดแด
jedhamu tokkoon arrabsamta
Namoonni hedduun...jecha...
FAARAA
Jedhamu kana jalaa bahuuf...sirba dhaggeeffatu yookiin silkii ofiitti gadi buusu....
Yookiin immoo....akka waan wanti miira namaa ibsu sirba qofa ta'eetti...nafsiyaa fi sheyxaana jala deemun๐ฅ๐ฅbar miiruma ittiin ibsachuufii๐๐jedhu
Jechamoonni kun hunduu๐ซ๐ซ๐ซโ๏ธsirrii miti Eeyyen sirrii miti
QABRII DHIPHOO SAN OFIRRATTI HIN DAGATIN:YOOKIIN RABBIIN OTOO ACHI HIN GEENNE ASITTIS SI ADABEE ACHITTIS SI ADABUU DANDA'A....
ikhwaani wa ikhwatii.....Waan rabbiin keenya tola nutti oole..isaan haa galateffannu
isaaf ittiin haa hojjannu
Hojii kheyriitiin haa dalagnu
Yoo hin dandeenye ta'emmoo akkanumatti....Qaama keenyatti adaba haa godhannuu dhaamsa kooti...๐
SEENICHA IRRAAYIS AKKA BARATTAN ABDII GUDDAAN QABA๐
OBBOLOOTA KEESSANIIFIS SHARE GODHAA..SABABA SIRBARRAA FAGAACHUU TA'AAFII
GALATOOMAA
Share๐บ๐บ๐๐

๐Halkan arraa kuni Halkan rakkoonte hundi itti furamtu Rabbiin siif hagodhu!!!
๐1
Namoonni yeroo nuti mataa keenya gadi qabanne arguu feetan , masjida koottaa!๐
http://t.me/httpsMidega
http://t.me/httpsMidega
โค1
Toltuu hojjachuun waan sadarkaa namaa Rabbi biratti ol nama fuudhu
Jedhe Rasuul ๏ทบ .
Jedhe Rasuul ๏ทบ .
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo hundaa yaadadhu โฅ๏ธ
Yaadadhu yeroo hunda โฅ๏ธ
Yaadadhu yeroo hunda โฅ๏ธ
โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkasuma guyyaa juma'aa rabbiin nama salawaata buuse hunda Nabiyyii Muhammad irratti ibse โฅ๏ธ
Jaarsa fi jaartiin bishaan tokko irraa waraabamani jechun san maal jechudha sa guys.?๐ณ
Daqiiqaalee xumura guyyaa jumu'aa booji'achuu irraa dagataa hin ta'in. Obboleewwan kee haajamoo du'aa'iin hin dagatin.ยปแฆ
โค1
"Yaa Rabbi qalbii koo naa qajeelchi" jechuu hin dagatin.
Rabbiin yoo qalbii kee qajeelche wanti hundi siif salphata.
Yaa Rabbi qalbii keenya qajeelchi towbaa keenya qeebali ๐คฒ

๐3
Taateen jabduun hunda keenya eeggattu taatee guyyaa addunyaa kana lakkisnee deemnu garuu
nuti hin hubannu malee.
nuti hin hubannu malee.
๐1
Yaa Allah waan sodaanne nun dhibin, waan sodaannes nun qormaatin, tasgabbiifi tasgabbii sammuu nu milkeessi, yaa Allah, yaa Allah, waan yaadne hunda caalaa bareedaa fi gammachuutti nuuf jijjiiri, yaa Allah, waan yaadne hunda nuuf guuti. Dandettin teeti yaa rabbi kheeyri hunda nu milkessi hamtuu nurra qabi yaa rabbal aalamiin yaa rahmaan
๐1
Yaa Rabbi arjummaa fi rahmata
keetiin onnee teenya nuuf gammachiisi
Yaa rabbi guyyaa gammachuu nuuf godhi guyyaa gammachuu nu gammachiisi. Yaa rabbi gammachuutti nuuf jijjiiri yaa rabbi rahmata keetiin arjummaa keetiin.
Yaa rabbi guyyaa keenya zikrii fi Salawata nabiyyii fi qur'aanaatiin nuuf guuti hamtuu waan dabre nurraa qaabi yaa rabbii

Gorsa Arraa! By Hakim Hassen
ุณูุฃุชูู ุนูู ุงููุงุณู ุณููุงุชู ุฎุฏูุงุนุงุชูุ ููุตุฏูููู ูููุง ุงููุงุฐูุจูุ ููููุฐููุจู ูููุง ุงูุตุงุฏูููุ ูููุคุชูู ููู ูููุง ุงูุฎุงุฆูููุ ููุฎูููููู ูููุง ุงูุฃู ูููุ ูููุทููู ูููุง ุงูุฑูููููุจูุถูุฉู . ููููู : ูู ุง ุงูุฑูููููุจูุถุฉู ุ ูุงู : ุงูุฑุฌููู ุงูุชูุงูููู ูุชูููููู ู ูู ุฃู ุฑู ุงูุนุงู ุฉู
ุงูุฑุงูู : ุฃูุณ ุจู ู ุงูู ูุฃุจู ูุฑูุฑุฉ | ุงูู ุญุฏุซ : ุงูุฃูุจุงูู | ุงูู ุตุฏุฑ : ุตุญูุญ ุงูุฌุงู ุน | ุงูุตูุญุฉ ุฃู ุงูุฑูู : 3650 | ุฎูุงุตุฉ ุญูู ุงูู ุญุฏุซ : ุตุญูุญ
๐ Mu'jizaa Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam ) Mee Laalaa Obboleeyyan Kiyya!
โค Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akkana je'an, "Wuliidha Dhufuf Jiraata ilma Namaatirra Amatooleen Gantuu taate, Amatoolee san keessatti kan Dhugoonfamu Kijibaan Namaa, ammas Amatoolee san keessatti kan Kijibsiifamu Dhugaan Namaa, ammallee Amatoolee san keessatti ka Amanamu Ganaan Namaa, ammas Amatoolee san keessatti ka Ganatti Lakkaawamu Amanamaan Namaa, ammallee Ni Dubbata Amatoolee san keessatti #Ruweeybidaan}
โ Ni Je'ame: Yaa Ergamaa Rabbii maali Ruweeybidaan?
โค Nabiin keenya (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) ni je'an: ((Ruweeybidaa jechuun: Gurbaa Gowwaa tahe kan Amrii Walii Galtee Muslimaa keessatti Dubbatuu)) je'aniiti deebisaniif. #Subhaanallaah
โ Kitaabni ๐ irraa fudhame (Silsilatu Sahiihaa' #Hadiisa 1887) #Subhaanallaah!
โ Haalli amma deemaa jiru akkanumaamii? Eenyu follow godhaa jirra? Namni #Atii fi #An follow godhaa jirru? Iimaanni keenya isa follow godhuun nuuf dabalee? Akhlaaqni keenya nuuf tolee? Waa'ee Amantaa teenya irraa barree? Duuba maal godhaa jirra? #Haa_Dammeynu!

Badhaasni rabbii jabaan tokko Tasgabbii dha
๐
Burqaan tasgabbiitis Islaamummaa dha
๐
Burqaan tasgabbiitis Islaamummaa dha
Hojiin Kheyrii niyyaa dhabnaan hin qeebalamtu
Niyyaan kheyrii hojii dhabus ni qeebalama
Kheyrii haa niyyannu