Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Rizqiin teessan: ๐Ÿ‘‰Yaroo gabaabdutti
Yoo samii keessa jiraatte Rabbi haa buusu !!
Yoo dachii keessa jiraatte Rabbi haa baasu !!
Yoo fagoo jiraatte Rabbi haa dhiheeysu !!
Yoo waa xiqqo taate Rabbi haa heddummeeysu !!
Yoo hedduu taate Rabbi haa barakeeysu !!
Yoo isin bira jiraatte Rabbi harka keessan keessa haa naqu !!

Akkuma Aamiin jatteen share Godhii Nama Jaalattu biraan gahi Jzk kheir
Yoo Dandeesse Wantoota Torban Kana Guyyuu Dalagi
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข

1: Salaata Yeroon Salaati
2: Qurโ€™aana Hanga Dabdeeyse Guyyarraa Qaraโ€™i
3: Zikrii Jabeessi : Rabbii Kee Yaadachuu Guddisi

4: Duโ€™aaโ€™ii Guyyarraa Godhuun Hulaa Rabbii Dhadhahi
5: Warra Badii Hojjatu Irraa Fagaadhu
6: Sadaqaa Hanga Dandeeyse Guyyarraa Kennadhu

7: Nabiyyii Keenya Irratti Salawaata Buusuu fii Araarama Rabbirraa Barbaaduu Heddummeessi

Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

โ€ข Yaa Rabbi Wantoota asii olitti dabarsine kana hunda dalaguu nuuf laaffisi.

โ€ข Erga daleeyne boodallee Yaa Rabbi Dalagaa Teenya Gaaggaarii Hunda Nurraa Qeebali

Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa
โค3
brother muudin ke kun hin naffahu firra dhiisi ๐Ÿ˜ƒmuudiin kun dabree jira ok ๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘Š๐Ÿค›
Maarre tiyya ๐Ÿ˜
๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘‰ Gaafa Rabbiin fedhe wanni hin dandaโ€™amne tokkos addunyaa tanarra akka hin jirre beekiโ€ฆ!

#Oolmaa_gaarii๐Ÿ‘‡
Namota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse.

1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin )
2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin )
3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahu yuhibbul tawwaabiin)
4 Rabbin warren Qalbi keysa fi gubban qulqullawan jalata ( wallaahu yuhibbul mutaxahhiriin)
5 Rabbin warren isatti hirkatan jalata (Wallahu yuhibbul Mutawakkiliin)
6 Rabbin warren haqa dalagan jalata (Wallahu yuhibbul muqsixiin)
7 Rabbin warren kara Isa keysatti qabsawan Jalata.
8 Rabbin warren wan hunda keysatti Obsa qabatan jalata (wallaahu yuhibbul Saabiriin ).
โœดYaa Rabbi warren Ati farsite kanarra nutasisi. Jalalate nuf kenni Ya Allah.
Ammiiiiiin http://t.me/httpsMidega
โค3
Midega Abdela pinned ยซNamota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse. 1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin ) 2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin ) 3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahuโ€ฆยป
Nama tokko hoomaร  iyyuu barsiisuu hin dandeessu, garuu keessaasaa barbaadee akka hubatu gochuu dandeessa. Galiiliyoo

http://t.me/httpsMidega
Channel photo updated
Channel name was changed to ยซ๐™ข๐™ž๐™ž๐™™๐™๐™–๐™œ๐™–๐™–ยป
Allahumma Inni As'aluka Al Jannah
"Yaa Rabbi Jannata Si kadhadha."
๐Ÿ”ป๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ waan sirraa na fageessu hunda narraa fageessi.!
Alhamdulillaah Rabbil Aalamin
ยซRabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.

โŸจ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaariโŸฉ
โŸจ Yaa Rabbi! Anaa fii muโ€™uminoota hunda kanneen salaata dhaabnu nu taasisiโŸฉ
Yaa Rabbi, si waliin
biizii nu godhi, sirraa hin
fagaanne โค๏ธโ€ฆ See more
Muslima taโ€™anii salaataa wallaaluun salphina โค๏ธ
โค3
Goowwaa yoo gorsite, Itti Hinaafte si saha.
โ€œ Lubbuu keetii fi kan biraatiifis jecha ๐—ต๐—ถ๐—ฟ๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ/๐—ด๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ irraa fagaadhu.โ€
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kanaafu rabbii kee araarama gaafadhu jedheen โ™ฅ

Kanaafin rabbiin dhiifama gaafadhaa jedhe โ™ฅ
โžง ๐–ฉ๐–บ๐–บ๐—…๐–บ๐—…๐–บ ๐—‡๐–บ๐—†๐—‡๐—‚ ๐—Œ๐—‚๐—‚๐–ฟ ๐—Š๐–บ๐–ป๐—Ž๐—Ž๐–ฟ ๐—๐—‚๐—‡ ๐–ฝ๐—๐—‚๐—‰๐—๐–บ๐—๐—‚๐—‚๐—‡,๐—ˆ๐—‡๐—‡๐–พ๐–พ๐—‡ ๐—‚๐—…๐—†๐–บ ๐—‡๐–บ๐—†๐–บ๐–บ ๐—‡๐—‚ ๐—ƒ๐—‚๐—ƒ๐—ƒ๐—‚๐—‚๐—‹๐–บ๐—†๐–บ.

โžง ๐–ฉ๐–บ๐–บ๐—…๐–บ๐—…๐–บ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๏ทป ๐—Œ๐—‚๐—‚๐–ฟ ๐—Š๐–บ๐–ป๐—Ž๐—Ž๐–ฟ ๐–ฝ๐—๐—‚๐—‰๐—๐–บ๐–ฝ๐—๐—Ž. ๐–ฒ๐–บ๐–ป๐–บ๐–ป๐—‡๐—‚ ๐—‚๐—Œ๐–บ๐–บ๐—Œ, ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๏ทป ๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐˜€๐—ถ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ฒ ๐—‡๐–บ๐—†๐–บ ๐–ป๐—‚๐—‹๐–บ๐—๐—๐—‚๐—Œ ๐—ƒ๐–บ๐–บ๐—…๐–บ๐—๐–บ๐—†๐–บ๐–บ ๐—Œ๐—‚ ๐—๐–บ๐–บ๐—Œ๐—‚๐—Œ๐–บ.
Yeroon ati keessa busy taatu qananiidha moo, miidhama siif taha..!?
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!