Carraan Carraa Caalu Hordofaa #Nabi_Muhammed Ta'uu dha!
๏ทบ SAW ๐ซถ๐โ๐ปhttps://t.me/httpsMidega
๏ทบ SAW ๐ซถ๐โ๐ปhttps://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Wanti beekhuu qabnu wanni Amma irra jirru Khun akka hammeenya kheenyaatiin nuun malee osoo tahin RAHMATA RABBIITIINI!.โค๏ธโ๐ฉน๐
https://t.me/httpsMidega
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
"Post Abaluu Like goote" naan jedhanii torbee lama booda hidhaa bahe je'e tokko. ๐
Single Akkaan Tahee yeroon Yaddaadhu Yaddoo Tokko malee Rafaa๐คญ๐ฅฒhttps://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
โwanti 3 beellama malee dhufaa
โRizqii,
โQadaraa,
โDu'aa
โ yaa rabbii..........
- Rizqii kenyaa halala
- Qadaraa kenyaa midhagaa nuuf godhii
- Du'aa kenyaa immoo shahadaa nuuf godhii
Aamiin hin jettanii?
โRizqii,
โQadaraa,
โDu'aa
โ yaa rabbii..........
- Rizqii kenyaa halala
- Qadaraa kenyaa midhagaa nuuf godhii
- Du'aa kenyaa immoo shahadaa nuuf godhii
Aamiin hin jettanii?
Ramadaanaaf guyyoota 10 qofatu hafa Rabbiin ittiin nu haa gahu.
Ramadaana barakaa Rabbiin nuuf haa godhu.
Ramadaana barakaa Rabbiin nuuf haa godhu.
โโโ๏ทฝโโโ
โYaa nama salaata dhiisu.......
๐ชตyaa Nama salaanni subhii isa dabarte.......
๐ชตBar Yeroo ati sagalee azaanaatti hajaa dhabdee osoo dhageettu xiqqo jedha jettee ciiftu san.......
๐ชตMaaltu beeka qabriin takka iyyutti jirti......takkuma na deebisaa dalgaa gaggaarii dalagadhaa.jettee.......
https://t.me/httpsMidega
โYaa nama salaata dhiisu.......
๐ชตyaa Nama salaanni subhii isa dabarte.......
๐ชตBar Yeroo ati sagalee azaanaatti hajaa dhabdee osoo dhageettu xiqqo jedha jettee ciiftu san.......
๐ชตMaaltu beeka qabriin takka iyyutti jirti......takkuma na deebisaa dalgaa gaggaarii dalagadhaa.jettee.......
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
๐2
Kan #Like๐ siif godhe hundaan na Jaalata yeroo jatte, #Comment Kan siif godhe immoo ulfa si ba'achiise๐คฐjira jechuudhaka.๐ https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
#Kophummaa Kophummaan kan sitti dhagahamu kophaa kee jirachu qofa mitii โ๏ธOsoo namoota kumaataman lakkawamanin marfamtee Teessu Osoo maati fi biyya kee kessa danbalaatu osoo hiriyaa fi jaarti tantee waliin teessuu kophaa jirachu dandessa โ๏ธkophummaan nama yaadaa fi hamilee kee hubatu nama gubbaa kee ilaalee kessa kee Dubisuu nama siif quuqamuu of bira dhabuu irra madda ๐บ๐บ https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
โค2
Wanni gama jalaatiin garaa kee keessaa bahu akka ajaa'u namuu ni beeka. Please wanni afaan kee keessaa bahu akka hin ajooyne of eeggadhu ๐๐ธ
#Of_eeggadhu
https://t.me/httpsMidega
#Of_eeggadhu
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Guyyaan akkaan bareedaa guyyaa waan Rabbiin khee sirraa jaalatu hojjachaa oolte.
Yaa Rabbi narraa qeebali ๐คฒhttps://t.me/httpsMidega
Yaa Rabbi narraa qeebali ๐คฒhttps://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Namni jireenya isaa keessatti akka gammadaa ta'uuf "Nama isa hubatu qabaachuu qaba" kanaafuu nama isin hubatu Rabbi isinii haa kennu ๐คฒ
#Aaamiinhttps://t.me/httpsMidega
#Aaamiinhttps://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Adeeroo dubartii amanamummaa hin qabne osoo leeylii dhaabbataa bultee, osoo guyyuu soomanaa ooltee itti hin dhiyaatin, biraa fagaadhu.
Km 1000 fagaadhu man ๐
#fagaadhu
https://t.me/httpsMidega
Km 1000 fagaadhu man ๐
#fagaadhu
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
ุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ูฐู ุงูุฑุญูู
โจ
โ Yoo sii bariituu fi sii dhiitullee......
๐Osoo nama tokkoon walitti hin bu'in bariifadhuu dhiisifadhu.
๐Osoo nama tokkootti hamatuu hin yaadin bariifadhuu dhiisifadhu...
โGuyyaa waan qoma kee keessa jiruu mul'isuuf deemutu jiraa rabbiin waan qomq kee keessatti qabattu....tolfadhu..,laalladhu...

ุงุฐูุฑูุง ุงููู!
โ๏ธ Guyyaa takkaafis taatu, gatii Zikrii godhuun qabu imagine gootee beektaa?
Altakka qofa โAlhamdulillaahโ jechuu kee qofaan, miizaanni kee toltuudhaan guutama. Dubbii tana Rasuulatu jedhee beeki (Sallallaahu aleyhi wasallam):
ยซูุงูุญู ุฏููู ุชู ูุฃ ุงูู ูุฒุงู ยป
ยซ Alhamdulillaahiin miizaana guutti ยป
๐๐ผ Kan yeroo takka qofa Alhamdulillaah jechuun Miizaana siif guuttu, osoo halkanii fi guyyaa kankee Zikriidhaan guuttee galmeen tee akka guuttu beeki obboleessoo..!!
Kanaan alatti kan keessi kee tasgabbii fi boqonnaa argachuudhaa waan haasahamee dhumaa miti..!!
Rabbiin nuuf haa laaffisu๐๐ป

๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

Forwarded from Dhaamsa Nabi Muhammad๏ทบ
Waan ofii keetii jaalattu obboleessa keetiinis jaaladhu jedhan ergamaan rabbii
๏ทบโค๐1