Yaa Rabbi akkuma ala kiyya bareechite keessa kiyyas bareechi
ألهم أحسن خلقي كما أحسنت خلقي
Yoon dogoggore na sirreessaa
ألهم أحسن خلقي كما أحسنت خلقي
Yoon dogoggore na sirreessaa
🌸🫀Boqonnaa keessoo🥰😍....
Yaaddoon keessa kee jiru...akka siif bahu☀️yoo barbaadde...Rabbii kee yaadachuu🤔Istighfaaraa fi...QUR'AANA Qara'uu hamma dandeetten🌸Qalbii kee SIIF Fayyisa💯Iimaana kee...siif CIMSA🫀Rabbii kee GABBARUU IRRATTI Si yaachisa😍GARA Rabbii kees si DHIHEESSA....🥀
🍃...takkaammoo Rabbii keetti dhihaatte jechuun WAAN ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑡𝑡𝑒 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎✅Du'aahii kees siif QEEBALA🌺BAKKA ᴀᴛɪ ʜɪɴ ʏᴀᴀɴɴᴇᴇ sɪ..ʀᴀᴢᴢᴀǫᴀ💯 ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀ ᴋᴇᴇ...ɪsᴀ...ᴅʜᴜᴋᴋᴜʙᴀ ǫᴀʟʙɪɪᴛɪɴ ɢᴜᴜᴛᴇ....gαммα¢нυттι ...ѕιιf ᴊɪᴊᴊɪɪʀᴀ😍..ɪɴᴜᴍᴀʏʏᴜᴜ jireenya 𝚔𝚎𝚎 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚜𝚒 𝚏𝚊𝚢𝚢𝚊𝚍𝚞..sif taasisa....yeroo hundumaa yoo ta'e....Rabbii kee...ᴡᴀʟɪɪɴ ᴛᴀ'ᴜᴜғ ʏᴀᴀʟɪ...RAHMAAN SI WALIIN TA'AATII💯
Itti fayyadamaa.... keessi keessan nagaa argata....Inshaa'allah🫀
Waan dubbistaniif JAZAAKALLAAHU KHEYR....SININ JAALLADHA OBBOLOOTA KOO😍
Yoo dubbistan KANAAFIS

👍1
Rasuulli ﷺ «Namni tokko yeroo gara salaataa ka'e diliin isaa hundi fidamteeti gateetii isaa irra kaa'amti. Yeroo inni rukuu'aa fii sujuuda godhu hunda isarraa gad bubuuti.» jedhan
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Maalumaaf jarjarsitu?!
✍️ Salaata keessatti wayta ariifattu waan tokko qofa yaadadhu...!! 👇
wanti ati dhaqqabuu barbaadduu fi wanti ati na jala dabrinnaa laata?! jettee sodaattu hunduu... harka isaa ati fuuldura isaa dhaabattee salaataa jirtuu akka jiru....!! 🤔

Milkii hunda duuba Rabbiin akka jiruu hin dagatiin jedhaan
#Nabii_Muhammad [ﷺ]🌹
Sallallaahu Aleeyhi wasallam ❤️
#Nabii_Muhammad [ﷺ]🌹
Sallallaahu Aleeyhi wasallam ❤️
Nagaan naaf bulaa hundi keessanuu mee tap tap emoji😹harki .. ....
https://t.me/httpsMidega
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
YAA RABBIII.....🤲🤲🤲
Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.»
Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan
kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko😍

❤1
Rabbanaa aatinaa fidduniyaa hasanatan wa fil aakhirati hasanatan waqinaa azaabannaar.🤲🤲🤲https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
❤2
1. Nafsiin (Nafsii): Nafsiin jechuun lubbuu, jireenya, fi amala namaa kan ibsuudha. Nafsiin jechuun nafsa, hawaasni, fi amaloota namaa kan akka fedhii, yaadda, fi murteessummaa ibsuudha. Nafsiin kun waan namaa fi amala isaa kan ibsuudha.
2. Ruuhii (Ruuhii): Ruuhiin jechuun waan qaamaa ala ta'e, waan Rabbii irraa kan dhufe, fi waan lubbuu namaa uumuu fi bulchuudha.
2. Ruuhii (Ruuhii): Ruuhiin jechuun waan qaamaa ala ta'e, waan Rabbii irraa kan dhufe, fi waan lubbuu namaa uumuu fi bulchuudha.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jirenyi kankee Arra qabaatus Irrinaaaa borutu Caala Nii dhufaa guyyaan ballinaa sin afarsaa hogayyuu shukriya ilaahi tollii nimaa teeeti hedduudha waallaahi http://t.me/httpsMidega
❤1
Yaa rabbii yaa Allah Gooftaa koo,
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid
# إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۞
❤1
Forwarded from Midega Abdela
Yaa rabbii yaa Allah Gooftaa koo,
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid