Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Forwarded from muhammad kadiir
Raabbii yaada murada kee sif haa guuttu bakkaa yaadee gahii
ο·½
πŸͺ΅Irra fokkotaa fi badaan fageenyaa.....
πŸͺ΅Rabbirraa fagaachuudha ati osoo inni siin jedhuu....
"nuti hidda dhiiga isaarraa isatti kaluudha."
"πŸ‘ŒΩˆΩ†Ψ­Ω† Ψ§Ω‚Ψ±Ψ¨ Ψ§Ω„ΫŒΩ‡ Ω…Ω† Ψ­Ψ¨Ω„ Ψ§Ω„ΩˆΨ±ΫŒΨ―"

πŸͺ΅Bakka jirtutti rabbii kee zakkari.
πŸͺ΅Aayatoota isaatiin gorfami.
πŸͺ΅is qulqulleessi.
πŸ“Ώ Ψ³Ψ¨Ψ­Ψ§Ω† Ψ§Ω„Ω„Ω‡.
πŸ“ΏΨ§Ω„Ψ­ΩŽΩ…Ω’Ψ―Ω ِلله.
πŸ“ΏΨ§Ω„Ω„Ω‡ Ψ£ΩƒΨ¨Ψ±.
πŸ“ΏΨ£ΩŽΨ³Ω’ΨͺΩŽΨΊΩ’ΩΩΨ±Ω Ψ§Ω„Ω„Ω‘Ω°Ω‡.
πŸ“ΏΩ„Ψ§ Ψ­ΩˆΩ„ ΩˆΩ„Ψ§ Ω‚ΩˆΨ© Ψ§Ω„Ψ§ Ψ¨Ψ§Ω„Ω„Ω‡
❀1
Simalee guutuu tahuun kiyya hin jiru. Lubbuun lubbuu jaalatturraa fagaachuun hir'ina.
Bakka jirtutti Sitti haa tolu!
2:00 AM
πŸ‘1
Forwarded from HARIIROO JALAALA (Robsan Ali)
1Gafa nama tokko jalaattu isa male adunyaa kanarra wan namni hin jire siti fakkata
2 nama sanan yeroo hunda wal argu feta, 3bilbila nama sana gafa bilbiltu ykn sif bilbilamu gamachu addaatu siti dhagahama,
4 nyattus tesus katus wahema nama sana yadda,
5 wan gotuf ykn wan tatuf walaalta, jireenya gara fulduraa nama sana wajjin jiraattu of birati ilaala rafta, gutuma gututi bakka nama sanaa enyuun bufachu hin dandessu.
Har'a Qarshii 100 Badhee
Eegumsii akka na barbachiisuu Maliif Sammu koo nati himaπŸ˜†
"Nama si qabaachuu isaatti boonu, kan si dhabuu sodaatu, kan siif lolu, kan si kabaju, ka si kunuunsu barbaadi" 🀍

✌️
#oroict irraa.

#Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!

#Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala.

#Namni yoo isiniif Bilbilu β€œBilbilli kun tajaajila irra hin oolle” akka jedhu yoo barbaaddan: *21*900# ykn
Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun lakkoofsa keessanitti deebisaa hidhaa[divert] fkn *21*091234567#

#Guutummaa Ergaa bilbila keessanii bilbila biraarratti hidhuuf[divert] gochuuf: *21*0912345678# 0912345678 lakkofsa irratti divert gootaniidha.

#21# divert irraa balleessuuf

*#21# odeeffannoo divert ta’emoo hin taane jedhu argachuuf

#Bilbilli keessan yeroo Jaatanaawaa [Busy] ta’e qofa bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf: *67*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#67# irraa Haquuf

#Bilbilli keessan yoo isin kaasuu dhabdan qofa Bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf:

Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#61# irraa Haquuf

#Bilbilli keessan yoo isin Sarara Gahiinsaa [Network] ala jirtan qofa Bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:

*62*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#62# irraa Haquuf

#Osoo isin nama biraa wajjiin haasawutti jirtan namni biraa yoo isinii bilbile, Akka sararatti isin eegu koompuutarri akka itti himu [Call Waiting] tajaajilamuuf:

*43# Kakaasuuf[to activate]

#43# Irraa Haquuf

*#43# akka irra jiruuf hin jirre ilaaluuf
Forwarded from HEARTS FEELING
Sad Boys Cute Profile Picture
πŸ’Œ @heart_beat_g πŸ’“
πŸ’Œ @heart_beat_g  πŸ’“
πŸ‘      ❀         πŸ—¨οΈ         ♂️
π’π’Šπ’Œπ’†    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   π’„π’π’Žπ’Žπ’†π’π’•  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
Forwarded from HEARTS FEELING
Wallpaper profile picture

πŸ’Œ @heart_beat_g πŸ’“
πŸ’Œ @heart_beat_g  πŸ’“
πŸ‘      ❀         πŸ—¨οΈ         ♂️
π’π’Šπ’Œπ’†    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   π’„π’π’Žπ’Žπ’†π’π’•  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆