Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Forwarded from HEARTS FEELING
Islamic profile picture

๐Ÿ’Œ @heart_beat_g ๐Ÿ’“
๐Ÿ’Œ @heart_beat_g  ๐Ÿ’“
๐Ÿ‘      โค         ๐Ÿ—จ๏ธ         โ™‚๏ธ
๐’๐’Š๐’Œ๐’†    ๐’“๐’†๐’‚๐’„๐’•   ๐’„๐’๐’Ž๐’Ž๐’†๐’๐’•  ๐’”๐’‰๐’‚๐’“๐’†
Jiraattee nagaan dhabin
Jaalattee qalbiin cabin
Imaltee karaan dabin
Hiixattee hamaan qabin
๐Ÿ’š๐Ÿ’š๐Ÿ’šโค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹
#Sagalee kee yaade!
#Kolfa kee yaade!
#Fuula kee yaade!
#Qoosaa kee yaade!
#Na hammachuu kee yaade!
#Waan hunda kee yaade!
#Loveโค๏ธ
.
Nageenyi warra ..........

Warra hirriba gaarii hin rafneef, qalbii yeroo hunda yaadaan badeef..

Rabbiin hiree isaanitti haa dhiheessu ๐Ÿคฒ
:
Forwarded from โšก B.Pro โšก
Yoo deeggaraa Roonaaldoo, mootii kubbaa miilaa taate, chaanaalii mootii ๐Ÿ๐Ÿ”ฅ kana join godhaa
Isin Maal jettu โ—โ—โ—

Gaazzexeessaan BBC News Afaan Oromoo haasa amma #live Jawar Mohammed waliin taasisaa jiran irratti;Abiyyi diinagdeen biyyaa baayyee guddatee itti fufeera jedha,atimmoo laamsha'ee kufeera jetta.kana irratti maal jenna jennaan,Jawar yoo maal jedha gaariidha?
Anas Abiyyis hin amaniin bilbilii warrakee gaafadhu! "Jireenya isinittti ulfaatee,qaala'eeramoo isinitti tolee jiraachaa jirtu jedhi" jedhe
Sin biraa akkami sinitti tolee jiraachaa jirtuu? Asii ciree malee Buna dhugaa jirra!...๐Ÿค—๐Ÿ˜”
๏ดฟู„ูŠุณูŽ ุดูŠุกูŒ ุฃูƒุฑู…ูŽ ุนู„ูŽู‰ ุงู„ู„ู‡ู ู…ู† ุงู„ุฏูู‘ุนุงุกู๏ดพRasuulli Rabbii ๏ทบ akkana jahan
wanti akka Du'aai Rabbii biratti kabajaa qabu hin jiru.
#Du'aaitii_ha jabanuu
Assalaamu Aleykum warahmatullah wabarakatuhAssalaamu Aleykum warahmatullah wabarakatuh https://t.me/httpsMidega
As wr wb

Oolmaan maal fakkatti Yaa Jama'a?


httpsMidega
Forwarded from @๏ธNural-Islamโ˜ช (ูŠุง ุฑุญู…ุงู†)
Du'aa'ii dheereeysi. Deddeebisi,Rabbii keetii waliin maqoo bahaa of gad cabsii,garbichummaa isaaf qabdu saniin isaaf if gad qabii if gad xiqqeeysi. Haajomummaa fii miskiinummaa kee mul'ifadhu. Malaa fii humna kamuu irraa qulqullaa'i. Du'aa'ii tee qabadhuu Yaa Rabb! Yaa Rabb! Yaa Rabbb! Jechuu itti fufi.
( ุฅูู†ูŽู‘ ุฑูŽุจูู‘ูŠ ู„ูŽุณูŽู…ููŠุนู ุงู„ุฏูู‘ุนูŽุงุกู ) .


@Nuralislam2nd
Forwarded from @๏ธNural-Islamโ˜ช (ูŠุง ุฑุญู…ุงู†)
Rabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.

โŸจ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaariโŸฉ
โŸจ Yaa Rabbi! Anaa fii ilmaan kiyyallee kanneen salaata dhaabnu nu taasisiโŸฉ
Forwarded from @๏ธNural-Islamโ˜ช (Ezedin Muhidin)
      RAMADAAN MUBAARAK
      AFOWNAALILLAAH
_Yoo Si hamadhee jiraadhe
_Yoo Si Arrabsee jiraadhe
_Yoo Si miidhe jiraadhe
_Yoo Si Aarsee jiraadhe
_Yoo Si waanyee jiraadhe
_Yoo Si Tuffadhee jiraadhe
_Yoo Maqaa Si xureessee jiraadhe
_Yoo waan hamtuu sitti Yaadee jiraadhe
_obboleessaa Aakiraa obboleetti Aakiraa Rabbuma Si uume sanii jedhiitii dhifama naa godhi ilmi ni dogongoraa
Forwarded from FAZAKKIRใ‹›๏ธŽ
Ramadaanni Yeroo itti Rabbii Ergamaa rabbii hagam akka jaalannu ka itti mirkaneessinuudha. Caalatti moo Lubbuu Teenya!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€



@fazakkir12
Das jetta sin jaalladha.....โ™ก
๐Ÿคช1
โœHunda keessanuu Rabbumaaf isin jaalladha..!
๐Ÿ’˜ุฃุญุจูƒู… ููŠ ุงู„ู„ู‡ ุฌู…ูŠุนุง.....
๐Ÿ‘2