Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Forwarded from @️Nural-Islam☪ (يا رحمان)
Du'aa'ii dheereeysi. Deddeebisi,Rabbii keetii waliin maqoo bahaa of gad cabsii,garbichummaa isaaf qabdu saniin isaaf if gad qabii if gad xiqqeeysi. Haajomummaa fii miskiinummaa kee mul'ifadhu. Malaa fii humna kamuu irraa qulqullaa'i. Du'aa'ii tee qabadhuu Yaa Rabb! Yaa Rabb! Yaa Rabbb! Jechuu itti fufi.
( إِنَّ رَبِّي لَسَمِيعُ الدُّعَاءِ ) .


@Nuralislam2nd
Forwarded from @️Nural-Islam☪ (يا رحمان)
Rabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.

⟨ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaari⟩
⟨ Yaa Rabbi! Anaa fii ilmaan kiyyallee kanneen salaata dhaabnu nu taasisi⟩
Forwarded from @️Nural-Islam☪ (Ezedin Muhidin)
      RAMADAAN MUBAARAK
      AFOWNAALILLAAH
_Yoo Si hamadhee jiraadhe
_Yoo Si Arrabsee jiraadhe
_Yoo Si miidhe jiraadhe
_Yoo Si Aarsee jiraadhe
_Yoo Si waanyee jiraadhe
_Yoo Si Tuffadhee jiraadhe
_Yoo Maqaa Si xureessee jiraadhe
_Yoo waan hamtuu sitti Yaadee jiraadhe
_obboleessaa Aakiraa obboleetti Aakiraa Rabbuma Si uume sanii jedhiitii dhifama naa godhi ilmi ni dogongoraa
Forwarded from FAZAKKIR㋛︎
Ramadaanni Yeroo itti Rabbii Ergamaa rabbii hagam akka jaalannu ka itti mirkaneessinuudha. Caalatti moo Lubbuu Teenya!.🖤🥀



@fazakkir12
Das jetta sin jaalladha.....♡
🤪1
✍Hunda keessanuu Rabbumaaf isin jaalladha..!
💘أحبكم في الله جميعا.....
👍2
Osoon Si Qabuu Maal Dhabuutu Natti Dhagahamaa #Yaa_يارب
🥀❤️‍🩹
@https:Midega//t,m/httpsMidega
Rabbiin Niyyaa teessan cufa isiniif Guutee, isin haa Gammachiisuhttps://t.me/httpsMidega
Ati ilma kee qur'aana barsiifnaan: qur'aanni immoo waa hunda barsiisa !

Ilma yoo inni bahatti dubbatu warri dhihaa jalaa caqasu RAHMAAN  si haa badhaasu
👍1
Astagfrullaah wa,atuubu ileyihi
Waan sadii irraa of fageessi
👉 Nama kabajuu dhabuu irraa
👉 gowwoomsuu irraa
👉 Liqii irraa
•

Nagaan Naaf Bulaa 🥰

•
“Some people are poor by
money, but rich by heart.”
“Are you okay?” No,
I miss my favorite person.
As wr wb....Namni 10 salaamtaa deebisnaan Ergaa wahii isiniif maxxansuuf deema...🌼
Waleykumsalaam warahmatullah wabarakaatuhu
🔗 . * Hamilee fii Khaayyoon kee tokko qofa Akka ta'uuf bololi. Innis Allaahaa qofa ta'uudha.

🌿وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلۡمُنتَهَىٰ