Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Forwarded from HEARTS FEELING
Sad Boys Cute Profile Picture
💌 @heart_beat_g 💓
💌 @heart_beat_g  💓
👍      ❤         🗨️         ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
Forwarded from HEARTS FEELING
Wallpaper profile picture

💌 @heart_beat_g 💓
💌 @heart_beat_g  💓
👍      ❤         🗨️         ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
Forwarded from HEARTS FEELING
Islamic profile picture

💌 @heart_beat_g 💓
💌 @heart_beat_g  💓
👍      ❤         🗨️         ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
Forwarded from Amaanaa Dhalootaa🥰
Jiraattee nagaan dhabin
Jaalattee qalbiin cabin
Imaltee karaan dabin
Hiixattee hamaan qabin
💚💚💚❤️❤️❤️🦋🦋
#Sagalee kee yaade!
#Kolfa kee yaade!
#Fuula kee yaade!
#Qoosaa kee yaade!
#Na hammachuu kee yaade!
#Waan hunda kee yaade!
#Love❤️
.
Nageenyi warra ..........

Warra hirriba gaarii hin rafneef, qalbii yeroo hunda yaadaan badeef..

Rabbiin hiree isaanitti haa dhiheessu 🤲
:
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
Yoo deeggaraa Roonaaldoo, mootii kubbaa miilaa taate, chaanaalii mootii 🐐🔥 kana join godhaa
Isin Maal jettu ❗❗❗

Gaazzexeessaan BBC News Afaan Oromoo haasa amma #live Jawar Mohammed waliin taasisaa jiran irratti;Abiyyi diinagdeen biyyaa baayyee guddatee itti fufeera jedha,atimmoo laamsha'ee kufeera jetta.kana irratti maal jenna jennaan,Jawar yoo maal jedha gaariidha?
Anas Abiyyis hin amaniin bilbilii warrakee gaafadhu! "Jireenya isinittti ulfaatee,qaala'eeramoo isinitti tolee jiraachaa jirtu jedhi" jedhe
Sin biraa akkami sinitti tolee jiraachaa jirtuu? Asii ciree malee Buna dhugaa jirra!...🤗😔
﴿ليسَ شيءٌ أكرمَ علَى اللهِ من الدُّعاءِ﴾Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jahan
wanti akka Du'aai Rabbii biratti kabajaa qabu hin jiru.
#Du'aaitii_ha jabanuu
Assalaamu Aleykum warahmatullah wabarakatuhAssalaamu Aleykum warahmatullah wabarakatuh https://t.me/httpsMidega
As wr wb

Oolmaan maal fakkatti Yaa Jama'a?


httpsMidega