Isin Maal jettu ❗❗❗
Gaazzexeessaan BBC News Afaan Oromoo haasa amma #live Jawar Mohammed waliin taasisaa jiran irratti;Abiyyi diinagdeen biyyaa baayyee guddatee itti fufeera jedha,atimmoo laamsha'ee kufeera jetta.kana irratti maal jenna jennaan,Jawar yoo maal jedha gaariidha?
Anas Abiyyis hin amaniin bilbilii warrakee gaafadhu! "Jireenya isinittti ulfaatee,qaala'eeramoo isinitti tolee jiraachaa jirtu jedhi" jedhe
Sin biraa akkami sinitti tolee jiraachaa jirtuu? Asii ciree malee Buna dhugaa jirra!...🤗😔