Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Kadhaa isin baatii tana keessa kadhattan hunda, Rabbiin yeroo dhihotti isiniif Qeebalee isin haa gammachiisu! http://t.me/httpsMidega
Rabbiin soomana keessan qeebaltiin isin haa hiiku
Nabiyyii wajjin jannata keessatti si haa qubsiisu
Iida gammachuu fi gammachuu addaan hin cinne isiniif haa godhu.http://t.me/httpsMidega
☆☆☆﷽☆☆☆

🍂Yoo nutti jijjiiramtan isinitti jijjiramna jedha rabbiin
.!لم يك مغيرا نعمة انعمها على قوم حتّى يغيروا ما بأنفسهم....
Akkuma beekamu ramadaannni dhufee ibaadaadhaan zikriin qiraatii qur'aanaatiin sadaqaa dhaan hojiilee kheyrii hedduudhaan dabarsine.
Yoonif kheyrii sanniin amma ramdaana wajjiin itti dhaamattee ifirraa dhiiste.
Beeki.....!
Rabbii keetti jijjiiramtee rabbiinillee sitti jijjiirama.
🍂IF EEGI.....!
👍1
🥀°•Haala hunda Kolfaa fudhadhu.°http://t.me/httpsMidega
Haasidaa fi Hisdii
Rabbi Sirraa Haa Qabu http://t.me/httpsMidega
Abjuu fi hawwiin garaa koo keessa dhokatee jira, ati immoo jirta.http://t.me/httpsMidega
Shayxaanni Hiikamee jira Rabbitti Maganfadhaa.!!

( وقل رب أعوذ بك من همزات الشياطين )http://t.me/httpsMidega
#Du.aaii Tana Aammiin jadhii sheer
Godhi Yaa Nama Haajaa qabdu Rabbi
Haajaakee sihaa baasu Yaa Nama
Rakkoon sitti Jirtu Rabbi Rakkoo
Keessaa sihaa baasu Yaa Nama Cinqiin
Sitti jiru Rabbi cinqii keessaa sihaa baasu
Yaa Nama dhabni sitti Jiru Rabbi Ammatti
Siif haa kannu Yaa Allaah Du.aaii tana
Nuuf qeebali🤲🤲😭☝️
Yaa Rabbii qalbii argitu garaa keenya ilaali.
Ilmaan khee copy tee godhuuf of hin dadhabsiisin.. ni ulfaata..
zamana isaan kheeysa jiraachuuf taa'an kheeysatti akka milkaawuu dandeeyaniif dandii baniif..
قال الإمام علي رضي الله عنه وكرم الله وجهه.. "ربوا أولادكم لزمان غير زمانكم.."
‏اللّٰهُمَّ تُبْ عَلَيْنَا إِنَّكَ أَنتَ التَّوَّابُ الرَّحِيـمُ .Yaa Rabbi rahmata nuuf godhi, Ati araaramaa, rahmata godhaa waan taateef.
Dilii Numa Hojjannaa Rabbiin Maaliif Nun Qixaaxne ?
Dhaamsa Ajaa'ibaati; Dubbiftu malee Bira hin Dabrin !!

🔴 Namni Gariin Dilii Hunda numa hojjanna ta Dhiifne hin qabnuu Maaliif Rabbiin nun Qixaaxne ? Je'ee Gaafata.

👉🏻 Obboleysa kiyya ... Qixaaxa Akkami beyta Ati ?? Qixaaxni balaan samirraa bu'uu fii Dachiin Sosso'uu qofaa ? Irra Guddaan qixaaxaa Rabbiin ofirraa nama fageessuudha.

🔵 Dhiifamaa wajjiin mee waa si gaafadhuu ??

👉🏻 Mi'aa iimaanaa Rabbiin qalbii tee keessaa hin fuunee ??

👉🏻 Ibaadaa yeroo hoojjatte mi'aa Ibaadaa Qalbii tee keessatti ni Argitaa ??

👉🏻 Osoo ati qur'aanan Dubbifne Guyyaan hedduun tokko sirra hin dabarree ??

👉🏻 Salaata yeroo salaattu of hifachaa (sitti ulfaachaa)n salaattuu ??

👉🏻 Eega Zikrii hin godhinii guyyaa meeqa tehe ??

👉🏻 Fedhii (shahwaa) dubartii tiin Hin mokkoramnee? Dubartiin Halaal siif hin taane ija tee keessatti sitti bareedaa hin jirtuu ??

🔴 Nama hamachuu fii hanqina namaa haasawuun Bishaan Dhuguu rra Sitti haffallachaa hin jiruu ??

❗ ❗ ❗ ❗ ❗ ❗

🔴 Duuba rabbiin nan Qixaaxne akkamitti jetta ?? Qixaaxni kana caalu Eessa jira ?

🔵 Yaa rabbi nu jaaladhuu ofitti nu dhiheessi ... yaa rabbi Addunyaa fii Aakirattis nun Qixaaxin !!

🔴 Dhaamsa Kana Obboleeyyan kee Cufaafuu Ergi .. sababa keetiin namni Tokko bu'aa irraa buufachuutu mala http://t.me/httpsMidega
Lubbu fi qabeenya ofii caalaa Rasuula jaalachun dirqama Muslimati ۝ﷺ🖤
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Lixa aduu guyyaa kamisaa irraa kaasee hanga lixa aduu guyyaa jimaataatti qabeenya… See more
Yaa rabbi halkan jummati... Guyyoota siif nan jaalladha.. Yaa rabbi rahmata salaawata habiibii kee Muhammad irratti buusuun yaaddoo keenya nurraa furi, gadda onnee keenya keessaa balleessi, gammachuu fi tidrii muraada keenya ol nuuf buusi, kayrii du'aa'iin keenya nuuf qeebalamtu, tola kee nu hubachiisi. Dhiifamni kee nu dabalata, eebba keetiinis nu marsa. Har'aa fi yeroo hundaa.. ORO ❤️
🔥1
𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐧𝐮𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐚 𝐪𝐞𝐞𝐛𝐚𝐥𝐮 ,𝐰𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐤𝐡𝐞𝐞𝐲𝐫𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐮𝐦𝐫𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚𝐭𝐞 𝐑𝐚𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢’𝐮 𝐧𝐮 𝐡𝐚𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮 Allahuma ammiin Ya Rabbal Allamiin 🤲 🤲🤲🤲🤲
❤1
Aslamualykum werahmatullahi webrkatuh. juman kesan akm jea http://t.me/httpsMidega
❤1
Osoo Sommanni shawwal kuni hin dhumne Haajan tessan Marti isiniif hadhumtu!!!
❤1
✍️ Yeroo hundaa akka Rabbiin Iimaana isaa irra gadi isin dhaabu Rabbiin kadhadhaa, miila keessan jala mucucatu jira waan taheef uf hin amaninaa.

Yoo Rabbiin gadi nun dhaabnee, boolla halaakaa keessa seenna..!

Rabbiin gadi nu haa dhaabu.
https://www.facebook.com/share/12Jt8aTBVpW/
❤1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yaa rabbi obboleeyyan keenya gaaza jiran bira nuuf dhaabbadhu
Obboloota keenya gaa… See more
❤1
Namni oduu wayii sitti odeessa. Oduu addaa! Oduu sana baay’eema jaallattee akka ajaa’ibaatti dhaggeeffatta.

Xiqqoo turtee…oduu sana eenyurraa akka dhageesse dagatta.

Guyyaa biraa oduu sana miidhagsitee, itti daddabaltee, damee itti uumtee, waan meeqa haaressitee akka oduu addaatti namichuma gaafa duraa sitti odeesse sanatti odeessuu jalqabda. Namichi haga dhumaatti callisee si dhaggeeffata.

Gaafa ati fixxu, “Oduu kana anarraa dhageesseem.”🏃🏾‍➡️http://t.me/httpsMidega