Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
du'aa'ii godhi

Allahumma inni dhimma kiyya sitti maganfadha, kanaafu ballina kiyyarra, ijaarama kiyyarra, obsa kiyyarra, na taasisi, yaa Allah, warra ati rahmata kee laalte fi waan isaa dhageeyse, du'aa'ii isaa qeebaltef, na godhi. http://t.me/httpsMidega
Iji kee Harama irra yoo bu'e, of jajuu hin godhin, ati isa caaluun kee immoo qorumsa
Akkasumas rahmata rabbiitiin irraa hafte, kanaaf rabbiin akka si qajeelchu gaafadhu of sattari.
❤1
الويل يا عائشة لمن لا يراني يوم القيامة
قالت : ومن ذا الذي لا يراك يا رسول الله
قال : من ذكرت عنده فلم يصل عليّ ﷺ
Rizqiin teessan: 👉Yaroo gabaabdutti
Yoo samii keessa jiraatte Rabbi haa buusu !!
Yoo dachii keessa jiraatte Rabbi haa baasu !!
Yoo fagoo jiraatte Rabbi haa dhiheeysu !!
Yoo waa xiqqo taate Rabbi haa heddummeeysu !!
Yoo hedduu taate Rabbi haa barakeeysu !!
Yoo isin bira jiraatte Rabbi harka keessan keessa haa naqu !!

Akkuma Aamiin jatteen share Godhii Nama Jaalattu biraan gahi Jzk kheir
Yoo Dandeesse Wantoota Torban Kana Guyyuu Dalagi
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Salaata Yeroon Salaati
2: Qur’aana Hanga Dabdeeyse Guyyarraa Qara’i
3: Zikrii Jabeessi : Rabbii Kee Yaadachuu Guddisi

4: Du’aa’ii Guyyarraa Godhuun Hulaa Rabbii Dhadhahi
5: Warra Badii Hojjatu Irraa Fagaadhu
6: Sadaqaa Hanga Dandeeyse Guyyarraa Kennadhu

7: Nabiyyii Keenya Irratti Salawaata Buusuu fii Araarama Rabbirraa Barbaaduu Heddummeessi

Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

• Yaa Rabbi Wantoota asii olitti dabarsine kana hunda dalaguu nuuf laaffisi.

• Erga daleeyne boodallee Yaa Rabbi Dalagaa Teenya Gaaggaarii Hunda Nurraa Qeebali

Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa
❤3
brother muudin ke kun hin naffahu firra dhiisi 😃muudiin kun dabree jira ok 👍 👊🤛
Maarre tiyya 😁
👍2
👉 Gaafa Rabbiin fedhe wanni hin danda’amne tokkos addunyaa tanarra akka hin jirre beeki…!

#Oolmaa_gaarii👇
Namota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse.

1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin )
2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin )
3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahu yuhibbul tawwaabiin)
4 Rabbin warren Qalbi keysa fi gubban qulqullawan jalata ( wallaahu yuhibbul mutaxahhiriin)
5 Rabbin warren isatti hirkatan jalata (Wallahu yuhibbul Mutawakkiliin)
6 Rabbin warren haqa dalagan jalata (Wallahu yuhibbul muqsixiin)
7 Rabbin warren kara Isa keysatti qabsawan Jalata.
8 Rabbin warren wan hunda keysatti Obsa qabatan jalata (wallaahu yuhibbul Saabiriin ).
✴Yaa Rabbi warren Ati farsite kanarra nutasisi. Jalalate nuf kenni Ya Allah.
Ammiiiiiin http://t.me/httpsMidega
❤3
Midega Abdela pinned «Namota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse. 1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin ) 2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin ) 3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahu…»
Nama tokko hoomaà iyyuu barsiisuu hin dandeessu, garuu keessaasaa barbaadee akka hubatu gochuu dandeessa. Galiiliyoo

http://t.me/httpsMidega
Channel photo updated
Channel name was changed to «𝙢𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙜𝙖𝙖»
Allahumma Inni As'aluka Al Jannah
"Yaa Rabbi Jannata Si kadhadha."
🔻𝗬𝗮𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶 waan sirraa na fageessu hunda narraa fageessi.!
Alhamdulillaah Rabbil Aalamin
«Rabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.

⟨ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaari⟩
⟨ Yaa Rabbi! Anaa fii mu’uminoota hunda kanneen salaata dhaabnu nu taasisi⟩
Yaa Rabbi, si waliin
biizii nu godhi, sirraa hin
fagaanne ❤️… See more
Muslima ta’anii salaataa wallaaluun salphina ❤️
❤3
Goowwaa yoo gorsite, Itti Hinaafte si saha.
“ Lubbuu keetii fi kan biraatiifis jecha 𝗵𝗶𝗿𝗶𝘆𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮/𝗴𝗮𝗱𝗵𝗲𝗲 irraa fagaadhu.”