Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Aswrwb ikhawani fillah baati soomana seenuf guyya 1/2 hafee garuu akkami qophawu jira batii ramdan kessuma ajaaiba tana ikhwaani kheyrii isii kessa jirtu samachuu dhaf socila midea cuufu /firra xiqqeysu dha malif jana kheyrii irra nu shakkalti sanifuu bakka fb....#zikrii ha busnu
bakka tg .....sunna salatu ha heddumsinu
bakka imo&whattsap ...#duaii ha heddumesinu
bakka misegii dubbisuf cinqamnu....#qura:ana qarauu ha heddumeysinu ....obboleyyan kiyya baatin tuun baati qura'na waan tatef qura'ana qarauu ha heddumesinu gamnuman #RAMDAN KARIM isini ja'a wswrwb