Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
#Erdogan| ยซJabana Orodgaanยป

Jabana Mootii Ordogaan Lakkoofsi Ijoollee Qur'aana Haffazanii Dabalaa Jiraachuun Himame

Turkiyaa Keessatti Erga Amiirri Ordogaan Taayitaa Qabatanii Baayyinni Ijoollee Qur'aana Haffazanii Shamarran Dabalatee Lakkoofsi Isaanii Kuma 138 Ga'ee Jira, Kana Qofa Osoo Hin Taane Wiirtuun Qur'aana Haffaziisu Jabana Ordogaan Keessa Ijaarame Baayyinni Isaa 1450 Ol Ta'ee Jira
#MaashaaAllah
โŠ™ Yoo Si Gammachiise SHARE Godhi

โ— Rabbi Umurii Isaa Haa Dheeressu

ยฉJechoota Gaggaarii
#Like_Share

Join

@Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii
๐Ÿ‘‰Yaanni walidhufee haasawa jijjiira
๐Ÿ‘‰Haasoyni walidhufe hujii jijjiira
๐Ÿ‘‰Hujiin walidhufte aadaa/amalaa jijjiirti
๐Ÿ‘‰Aadaan/amalli walidhufee eenyuma jijjira,
๐Ÿ‘‰Eenyumman hiree tee jijjiramti
๐Ÿ‘‰Tanaafuu yaada ati amma yaadduutu hireetee tafulduraa murteessa yaada kee tolchi.
ูˆุฅู†ู…ุง ู„ูƒู„ ุงู„ู…ุฑุก ู…ุงู†ูˆุง
๐Ÿ‘‰Namuu waanuma yaade/Niyyate arkataa ja'a nabii kenya Muhammad S.A.W๐Ÿ’–๐Ÿ’ž๐Ÿ’
Aswrwb yaadcisa hatatam obboleyyan keenya warri qadaan soomana isinirra jiru guyya da dafee waan deema jiruuf akka qadaa firaa baastan ุงู„ู‡ู‡ู… ุจู„ุบู†ุง ุฑู…ุถุงู†
๐Ÿ˜Ž helloo

๐Ÿ™„helloo eenyu

๐Ÿ˜Žobsadhaami akkami ngya obsa !?

๐Ÿ™„ dogongorte obsa miti !! Lakkofsa sirriti miti

Bilbila itti cufe

Ammaas deebi'e bilbile

๐Ÿ˜Ž helloo

๐Ÿ™„ helloo ? Lakkofsirriiti miti dogongorte siin ja.e bar

๐Ÿ˜Ž bekhee bar

๐Ÿ™„ duuba maa bilbilta ?

๐Ÿ˜Ž lakkoofsa sirrii yoo beeyte naaf himi jachuufi

๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜

@ibsaabdi4
@ibsaabdi4
"Namni hedduun Maallaqa ๐Ÿ’ท๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ถ qabaatteef #Gammachuu๐Ÿ˜Šhin argattu ja'a..An garuu #Goojjoo_jalloo kheysa taa'ee #gammaduu irra maallaqa qabaadhee,gammachuu dhabee makiinaa๐Ÿš˜ 'Ferrari' kheysa taa'ee #booyuu ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ข naaf wayya.!" JISON
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
#InjifannooKuwater|
ยซKuwater Yoo Injifattee Geeba Kaaste Hajjii Dhufu Miskiinota/Harka Qalleeyyii 100 Addunyaa Irraa Walitti Qabeen Maallaqa Kiyyaan Gara Hajjii 'tti Ergaยป Abbaa Qabeenyaa Biyya Kuwater 'tu Akkana Jedhe

Injifannoon Guyyaa Kaleessaa Kuwater Galmeessite Gama Kubbaa Miillaatiin Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalata Kan Jedhanis Nii Jiru
Sababni Akkana Jedhaniifis Akkuma Beekamu Biyyoota Galoo Galaana Sawud Arabiyaa, Emirates, Dubayii Fi Kanneen Isaan Fakkaatan Afrikaa Irraas Egypt Dabalatee Duula Kuwater Irratti Erga Banuu Eegalanii Waggoota Lakkoofsisanii Jiru Kanumaan Wal Qabatee Wal Dorgommii Tapha Kubbaa Miillaa Tapha Ardii Eeshiyaa Dubayii Qopheessite Kana Irratti Sadarkaa Kuffisanii Darbu Irratti Guyyaa Lama Dura Gareen Biyyoolessa Sawudii Fi Kuwater Taphatanii Turan Haala Ajaayiba Ta'een Kuwater Injifattee Gara Xumuraatti Dabarte Sawud Arabiyaa Kuwatareen Injifatamuun Isaa Hedduu Dallansuu Keessa Isa Seensise
Tapha Biyyoota Siyaasaan Dubbii Keessa Wal Seensisanii Jiran Jedhamee Taphichi Xiyyeeffannoo Guddaa Keessa Akka Seenu Ta'ee Ture Haa Ta'u Malee Injifachuu Kuwater Biyyoota Garii Dallansiisee Ture Gad Aantummaan Siyaasaa Sawudiitti Dhaga'amus Hoogganaan Garee Biyyoolessa Sawud Arabiyaa "Kan Nuti Injifatamneef Jabina Taphattoota Kuwateriif Osoo Hin Taane Xiiqii Fi Miira Jaalala Biyya Isaanii Dhabuu Taphattoota Keenyaati" Jedhee Dallansuu Isaa Of Irraa Salphisee Ture

Eda Galgala Dorgommii Geebaaf Gareewwan Lammeen Kuwaateriif Jaappaan Wal Morkachaa Turan
Miidiyaaleen Emirates, Egypt Fi Xiinxaltoonni Isaanii Jibba Kuwateriif Qaban Irraa Ka'uun Tilmaama Isaanii Injifannoo Garee Biyyoolessa Jaappaaniif

Tilmaama Ol Aantummaa Raaganii Turan Kana Malees Namni Marti Akka Jaappaniin Deeggaruu Qabu Ibsanii Turan
Rabbiin Garuu Akka Isan Fedhanii Fi Hawwan Didee Injifannoo Harka Biyya Gootitti Harka Kuwateriin Kaa'e Guyyaa Kaleessaa Ol Aantummaa Kuwaateriin 3:1 Xumurame Halkan Edaa Kuwataroonni Gammachuun Guutamanii Yoo Bulan Faallaa Kanaa Diinonnii Kuwater Salphinaan Rifeensa Ofirraa Ciraa Bulan

Warri Sawudii Mo'amanii Diinummaa Kuwaater Labsanis Mootiin Kuwater Amiir Tamiim Garuu Injifannoo Gareen Biyyoolessa Kuwaater Galmeessise Irratti Ergaa Baga Gammaddanii Miidiyaa 'f Dubbatan Irratti Eda Galgala Akkana Jedhan
ยซInjifannoon Guyyaa Har'aa Galmaa'e Kan Kuwater Qofa Osoo Hin Taane Kan Araboota Maraati
Ijoollewwan Keenya Waan Qabdan Maraan Osoo Of Hin Qusatiin Kuwateriif Seenaa Haaraa Galmeessitan Baga Gammaddan Isiniin Boonnee Jirra
Deeggartoonni Garee Keenyaa Cina Dhaabbattanii Deeggarsa Gootan, Deeggarsa Gootaniif Baga Gammaddan Baga Gammanne
Injifannoon Kun Kan Araboota Maraati Baga Gammanne Baga Gammaddanยป
Jedhee Ergaa Baga Gammadanii Isaa Goolabe Mootiin Kuwaater

Waan Nama Ajaayibu Osoo Mootoliin Arabaa Teessuu Injifannoo Kanaan Baga Gammadde Jedhee Kan Ergaa Baga Gammaddanii Kuwateriin Ga'e Biyya Jaappaan Ture

Viva Qatar Kuwaater
ยซDeeggarsa Biyya Tokkoo Malee Geeba Kaaste Kuwaater Hedduun Si Jaallannaยป Jedheen Barruu Kiyya Xumura

โ—ยซInjifannoo Kubbaa Miillaa Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalataยป
เน #MaashaaAllah

เนYoo Si Gammachiise #SHARE Godhi

ยฉJechoota Gaggaarii

ยฎBarruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa

Join
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
Hamiltan tv saglee ummata obboleyyan kiyya tv kana serch godha ferquncy asi olaa jira kanan hamiltan sagalee ummata
Channel photo updated
๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ๐ŸŒณ

ASOOSAMA AJAAYIBAA KAM DUBBISUU BARBAADDU? FILADHAA. KAN FILATTAN TUQAA OK JEDHAA DUBBISAA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Viidiyoo ajaayibaa addunyaa ajaayibsiise kana ilaaluuf isin afeereera daqiiqaa 4.18 qofa
Kanneen ilaaluu barbaaddan gara gadii kan jiru "๐Ÿ‡ตโ€‹๐Ÿ‡ฑโ€‹๐Ÿ‡ฆโ€‹๐Ÿ‡พโ€‹" Tuqaa OK jedhaa daawwadhaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Maashina ATM Addunyaa Dinqisiise !!


Akka ATM Kaardii Keessan Itti Galchitanii Lakkoofsa code Iccitii keessanii itti naqnaan Maallaqa isin baankiidha qabdan Isiniif baasuu Akka isinitti hin fakkaanne.!!

Fayyadamtoonni ATM Kanaa Saantima 5 Baankii irraa hin qaban Harka Qalleeyyidha. Osoo saantima 5 hin qabaatin Akkamitti ATM Bira dhaabbatu Gaaffin jedhu Sammuu keessan keessa dhufuu hin oolu deebin isaa Waan ajaa'ibaati.

Ulaa Masjiida Al Akram Kan Biyya Maaliziyaa Keessatti argamu ATM kun Fayyadamtooni isaa Miskiinota Qofaadha.

Kaardii isaanif kenname yoo itti naqan Ruuzaa Mi'aawaa kiiloo 2 isaanif gadi baasa. Miskiinonni Kanatti fayyadamanis Wogga wogga irraa Maallqani zakaa wolitti Funaanamee Haala kanaan isaanif kennama.

Liinkii Asii Gadi Kana Banaati vedio isaa Daawwadhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


http://www.nidatube.us/mobile/watch.php?vid=dd08ac4d7

Nama Kana Hojjateef rabbiin Mindaa Khayirii isaaf haa kennu.

โ€ข-----โ€ขโ€ขโ€ข๐ŸŒน๐ŸŒนโ€ขโ€ขโ€ข-----โ€ข
Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi
Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
By Temam