Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Oddu gammachiftuu taphatan nageria kan maqan isa okkocho'n ja'amu isalmuma fudhate (qeebalee)jira mashallah maqaa isaatile maqa nabiyyi(saw)mohammed jechuun moggafame jira β™₯β™₯β™₯mashallah nama amantuma tana irrati du'u isaa haa godhuuΨ§Ω„Ψ­Ω…Ψ― Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„Ω‰ Ω†ΨΉΩ…Ψ© Ψ§Ψ³Ω„Ψ§Ω…
🌻🌻🌻yaa rabbi waa afur nuuf laaffisi
1 hadha du'aa
2 gaafi qabrii
3 rakko guyya qiyaama
4 dildila siraax
Ammiin allahuma Ammiiin
⇨‒‒‒‒‒‒══════════‒‒‒‒‒
⇨═══ ‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒‒═══
⇨Bashannana🀣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalalaβ€’β€’β€’β€’β€’β€’ ❀️
⇨walalooβ€’β€’β€’β€’β€’β€’βœ
⇨ gorsaβ•β•β•β•βš οΈ

Telegram irratti argachuf

β˜žπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡β˜œ


▒▓⇨JOIN β–Ίβ–“β–’
▒▓⇨JOIN β–Ίβ–“β–’
▒▓⇨JOIN β–Ίβ–“β–’


 β•β•β€’‒‒‒══‒‒‒‒══
"αˆ°α‰’α‰΅αŠ’(Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ)" α‰  አሊ አል αŠ αˆšαŠ•"

αˆ˜α‰½ α‹αˆ΅αŒ€ α‹­αˆ¨αŒ‹αŒ‹αŠ“
አፈር αˆ³αˆαŒˆα‰£ α‰ αˆ΅αˆαˆαŠ“!
α‰ αˆ°αˆ‹αˆ αˆ³αˆ‹αˆα ሲራαŒ₯αŠ•
α‰ α‰€αŠœαˆ αˆ³αˆŠα‹ αŠͺα‰³α‰€αŠ•!
αˆ³α‹­αˆˆα‰€αŠ α‹¨αˆ¨αˆ±αˆ αŠ“αα‰†α‰΅
αŠ¨αˆ³α‰Έα‹ αˆ†αŠœ αŒŽαˆ¨α‰€α‰΅!
αˆ³α‹­αˆ°αŒ αŠ α‹¨αŒ€αŠα‰΅ α‰αˆαŒ
αˆαˆ‰αŠ• αˆα‰°αŠ“ አልፌ!

Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ
Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ...
αŒ€αŠα‰΅αŠ• αŠ₯αŠ•α‹°αˆšα‹ˆαˆ­αˆ³α‰΅!
ረሱል α‰ƒαˆ‹α‰Έα‹αŠ• α‹¨αˆ°αŒ‘α‰΅
α‹«α‰…αŠ‘ ባαˆͺα‹« αŠ α‰£α‰ αŠ­αˆ­!
αŠ₯αŠ•α‹²αˆ…αˆ΅ α‰₯ሎ αŠ αˆαŠα‰ αˆ­,,
ሰαŠͺαŠ“ αŠ¨α‰Ά αˆ›α‹­αˆ°αˆ›αŠ
αˆ΅αŒ‹α‰± αˆ‹αŠ•α‹΄ αˆ›α‹­αˆˆα‰€αŠ!
αŠ αŠ•α‹΅ αŠ₯ግሬ ረግጦ αŒ€αŠα‰΅αŠ•
αŠ₯αˆ΅αŠ«αˆ‹αˆ΅αŠ¨α‰°αˆαŠ© αˆŒαˆ‹α‹αŠ•!

Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ**
Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ...
αŠ αŠ•α‰°α‹ α‰£α‹˜α‹αŠ¨αŠ αˆαŠ”α‰³
αˆ΅αŒˆα‹›αˆ… α‰₯αŠ–αˆ­ αŒ α‹‹α‰΅αˆ αˆ›α‰³!
αˆαŠ•αˆ α‹‹αˆ΅ α‹¨αˆˆαŠ αˆˆαˆ˜α‹³αŠ”αŠ”αŠ”
αŠ₯αˆ΅αŠ«αˆ‹αˆ›αˆ¨ αŠ»α‰²αˆ›α‹¬α‹¬α‹¬α‹¬!
α‰€αˆα‰¦α‰½αŠ• αˆα‰΅αŒˆαˆˆα‰£α‰₯αŒ₯αŒ₯αŒ₯!
αŠ₯αŠ•α‹³αˆ»αˆ… αˆα‰΅αˆˆα‹‹α‹αŒ₯αŒ₯αŒ₯
α‹­αŠΈα‹ αˆα‰€ α‰  αŠ₯αŒ…αˆ… αŠ“α‰΅αŠ“αŠ“αŠ“!
ርጊ α‰°α‹­ α‰ αˆ‹α‰΅ αˆ¨α‰ αŠ“αŠ“αŠ“αŠ“!

Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ*
**Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†ΩŠ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ†...
α‰ α‹±αŠ•α‹« αŠ α‰†α‹¨αŠ በዒባዳ!
αˆžα‰΄αŠ• αŠ α‹΅αˆ­αŒˆα‹ α‰ αˆΈαˆ€α‹³
α‹˜αˆ˜α‹΅ αˆ²αˆ‹α‰€αˆ΅ ነፍሴ α‹ˆαŒ₯ታ!
α‰€αŠ‘αŠ• αŠ α‹΅αˆ­αŒˆα‹ αˆˆαŠ” α‹¨α‹°αˆ΅α‰³...(X 2)
<<Ψ«Ψ¨Ψͺ Ω‚Ω„Ψ¨ΩŠ ΨΉΩ„ΩŠ Ψ―Ω†ΩŠΩƒ
ءرف Ω‚Ω„Ψ¨ΩŠ ΨΉΩ„ΩŠ Ψ·Ψ§ΨΉΨͺΩŠΩƒ>>...
Ω…Ω† Ψ΅Ω„Ω‰ ΨΉΩ„ΩŠ واحد Ψ΅Ω„Ω‰ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΨΉΨ΄Ψ±Ψ§
Qulqullummaa Ofii Eeggachuu
Qulqullummaa ofii eeggachu amaloota gaggaarii keessaa tokko.
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Qulqullummaa ofii eeggachuu keesatti namoonni gaariin daangaa darbuu gariin immoo ni hanqisu.

πŸ‘‰Lamaan isaanitu mazmuum (kan komatamaniidha).
πŸ‘‰ Namni daangaa darbuu qabeenya qisaasessuun jireenya ofitti danqa.
πŸ‘‰Namni hanqisu immoo suuraa jibbisisaa fi foolii badaan namatti dhiyaachun namoonni akka irraa dheessan of taasisaa jira.

♻️Warroonni gamnaa akkana jedhaniii dubbatan:
"Namni uffata ofii qulqulleessu dhiphinni isaa ni xiqqaata, namni fooliin isaa urgaa'e aqliin (dandeetti sammuu) isaa ni dabala." Kanaafu akkamitti of qulqulleessuun danda'amaa?

Gabaabumatti qulqullinna ramaddi afur jalatti ramaduu dandeenya. Isaanis:

⏩➑️Qulqullinna qalbii,
⏩➑️qulqullinna suuraa alaa (mul'atu),
⏩➑️qulqullinna foolii fi
⏩➑️qulqullinna naannooti.
γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°
πŸ”ƒQulqullinna qalbii- yaada fi amala badaa irraa of qulqulleessuudha

πŸ”ƒQulqullinna suuraa alaa- qaama fi uffata xurii irraa qulqulleessu

πŸ”ƒQulqullinna foolii- foolii badaa afaanii fi qaama irraa dhufan irraa of qulqulleessu.

πŸ”ƒQulqullinna naannoo- manaa fi naannoo keenyatti xurii fi balfa jiran qulqulleessu.

βœ”οΈNamni qulqullinna afran kana haala madaalawaa ta'een eeguf tattaafachu qaba.

♻️Akkuma inni qulqullina kanniin eeguf tattaafatuun beekumsi isaa dabalaa, kabajni fi sadarkaan isaa ol deema.
γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°
https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
By Bro Jemal Sheikh Bakri
"""""Faashiina Fashion"""
""""---""""----"""""---""""---"""""---""""---"""
--------Kutaa Tokkeysaa-------
___________
-Faashiina jachuun maali?
-Eysarraa dhufe?
-Maalif dhufe?
-Miidhaan inni qabu maali?
-Akkamitti irraa tiyfamna?
____/_______/_____
-Mata duree kana jalatti waan heddu nama fayyadu baranna eysa akka jirru qoranna eysa dhaqu akka qabnu hubanna
-Hadara hadara mata duree kana haga xumuraatti hordofuu qabna hadaraa
______________
----Barumsa Jalqabaa---

#Faashiina_jachun_maali?
-Faashiina jachuu kana wanni nuti itti beynu uffata fi kobee amma baate jachutti beyna
-Faashiina jachuun waan yahuudaan ittin islaama jallisuuf qabattee dhufteen keessa isa tokko.
-Faashiinni tooftaa ittin sunnaa yahuudaa nama qabachisaniin irraa isa hangafaati
________///////___/__/
Faashiinii eysa dhufe?
__________________
-Faashinni kun yahuuda biraa dhufe karaa heddun dhufe san kessa media uffata nyaata fi waan heddun dhufe waluma galatti jiruu guutun faashiina akka taatun dhufe
_______/\_______
Faashinni maalif dhufe?
_____/\_____
Yahudoonni ummata islaama jallisuuf akka namni osoo hin beyne isaan jaalate aadaa isaani qabatu godhuf yaada fidan yaadni isaanii guyya guyyaan waan haraya baasani akka namni waan isaan guyyaan jijjiran kana qabatu laalan san boda waan sunnaa Rassula saw faalleysu fidan namni duraan isaan hordofe waan isaan fidan hunda qabatee waan jiruuf faalla shariya Kanas harka lamaan irra qeebala
------itti fufa----- insha allah
__________/\___________
t.me/Sanduyusra
t.me/Sanduyusra
❀️❀️❀️😘😘😘❀️
Waayee jaalalaa
Walaloo jaalalaa
Bashannanna
Beekumsa
Dhoksaa jaalalaa
Xiindammuu keetiin nama hunda amansiisuuf
Click
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡



https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw
πŸ‘‰πŸŒ΄ gurbaan tokko gara sahaabticha guddaa abdallaah binu Abbaasitti dhufeeti akkana ja"en...
Yaa ilma adeera rasuulaa lubbuu takkaan ajjessee rabbiin towbaa narratti ni deebi"aa.?!!
Haati tee lubbuudhaan ni jirti ja"en ibnu abbaas..!!
Lakkii ja"en gurbaan..
Istikfaara heddummeysi rabbiin siif araarama ja"en ibnu Abbaas...

# yeroo gurbaan gaafii gaafate achi garagale.darastichi ibnu Abbaas guddaan Axaa"a binu yasaar : yaa ilma adeera rasuulaa maalif haadha isaa gaafatte ja"en..!!?
Ibnu Abbaas : dalagaa takkallee tan rabbi biratti akkaan jaalatamtu hin beeku haadhaa fi abbatti tola oolurra ja"en..!!
برو Ψ£Ψ¨Ψ§Ψ‘ΩƒΩ… ΨͺΨ¨Ψ±ΩƒΩ… Ψ£Ψ¨Ω†Ψ§Ψ‘ΩƒΩ…
Haadhaa fi Abbaa kessanitti tola oolaa, ilmoo teeysaniitu tola isinitti oola.!!

πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ join..
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
@httpsmuazmohamed
#Erdogan| Β«Jabana OrodgaanΒ»

Jabana Mootii Ordogaan Lakkoofsi Ijoollee Qur'aana Haffazanii Dabalaa Jiraachuun Himame

Turkiyaa Keessatti Erga Amiirri Ordogaan Taayitaa Qabatanii Baayyinni Ijoollee Qur'aana Haffazanii Shamarran Dabalatee Lakkoofsi Isaanii Kuma 138 Ga'ee Jira, Kana Qofa Osoo Hin Taane Wiirtuun Qur'aana Haffaziisu Jabana Ordogaan Keessa Ijaarame Baayyinni Isaa 1450 Ol Ta'ee Jira
#MaashaaAllah
βŠ™ Yoo Si Gammachiise SHARE Godhi

● Rabbi Umurii Isaa Haa Dheeressu

Β©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share

Join

@Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii
πŸ‘‰Yaanni walidhufee haasawa jijjiira
πŸ‘‰Haasoyni walidhufe hujii jijjiira
πŸ‘‰Hujiin walidhufte aadaa/amalaa jijjiirti
πŸ‘‰Aadaan/amalli walidhufee eenyuma jijjira,
πŸ‘‰Eenyumman hiree tee jijjiramti
πŸ‘‰Tanaafuu yaada ati amma yaadduutu hireetee tafulduraa murteessa yaada kee tolchi.
وΨ₯Ω†Ω…Ψ§ Ω„ΩƒΩ„ Ψ§Ω„Ω…Ψ±Ψ‘ Ω…Ψ§Ω†ΩˆΨ§
πŸ‘‰Namuu waanuma yaade/Niyyate arkataa ja'a nabii kenya Muhammad S.A.WπŸ’–πŸ’žπŸ’
Aswrwb yaadcisa hatatam obboleyyan keenya warri qadaan soomana isinirra jiru guyya da dafee waan deema jiruuf akka qadaa firaa baastan Ψ§Ω„Ω‡Ω‡Ω… Ψ¨Ω„ΨΊΩ†Ψ§ Ψ±Ω…ΨΆΨ§Ω†
😎 helloo

πŸ™„helloo eenyu

😎obsadhaami akkami ngya obsa !?

πŸ™„ dogongorte obsa miti !! Lakkofsa sirriti miti

Bilbila itti cufe

Ammaas deebi'e bilbile

😎 helloo

πŸ™„ helloo ? Lakkofsirriiti miti dogongorte siin ja.e bar

😎 bekhee bar

πŸ™„ duuba maa bilbilta ?

😎 lakkoofsa sirrii yoo beeyte naaf himi jachuufi

πŸ˜πŸ˜‚πŸ˜πŸ˜‚πŸ˜πŸ˜‚πŸ˜πŸ˜‚πŸ˜

@ibsaabdi4
@ibsaabdi4
"Namni hedduun Maallaqa πŸ’·πŸ’°πŸ’Ά qabaatteef #Gammachuu😊hin argattu ja'a..An garuu #Goojjoo_jalloo kheysa taa'ee #gammaduu irra maallaqa qabaadhee,gammachuu dhabee makiinaa🚘 'Ferrari' kheysa taa'ee #booyuu 😭😒 naaf wayya.!" JISON
😁😁😁😁