Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Beeka moo beekkamaa tahuuf hawwaa jirta

Dhuga ilmi namaa kan hawwii hin qabne hin jiru garuu akkuma bifaaf Uffanni namaa wal dhabu hawwiin namaas wal dhaba
An amma kaniin qabadhee dhufe ajandaan koo garaagarummaa hawwii namaa isiniif himuu koo miti kaniin an qabadhee dhufe beeka moo beekkamaa tahuuf hawwu jirta ka ja'uudha!!!
Obboleeysa koo obboleeytii too maqaa beekkama ja'amu kan qofa argachuuf hedduun hawwin namni fadheehuu gocha fadheen beekkamaa tahuu ni dandahaa nama meeqa kan,walalloon,nashiidaan kubbaadhaan,muuziqaan,diraaman.......walumaa galatti waan rabbiin fadhuufi hin feenen addunyaarratti beekkamaa tahee jiru
Obboleeysa koo obboleeytii too ati nama beeekaa tahuuf hawwi akkasuma ammaas nama beekaa hordofi nama meeqa kan beekkumsa akka bishaanii odoo qabuu namni isan beeyne nama meeqa kan nama meeqa odoo caaluu namni isan beeyne nama meeqa kan namni........

Walumaa galatti an dhaamsi koo kan dhumaa beekkamaa tahuuf odoo akka taahuufi hin taane hunda taatuu karaarratti ifin hambisin

Hawwi beekaaa tahoof
@AlfalahDawagrp
@AlfalahDawagrp
@AlfalahDawagrp
@AlfalahDawagrp
,,,,,,,,,, @AlfalahDawagrp
#Breaking| Kibba Goondar Magaalaa Samada Ganda Sargawit Keessatti Bubbeen Cimaan Ka'uun Dhaabbata Mootummaa Lamaa Fi Bataskaana Tokko Mancaasuun Hojiin Ala Godhee Jira

Itti Gaafatamaan Bataskaana Kana Akka Jedhanitti «Bataskaanni Kun Kan Hundeeffame Bara 1988 Yoo Ta'u Balaa Bubbee Kanaan Bataskaanichi Guutummaan Guututti Barbaadeessee Jira Gochi Asiin Dura Bataskaana Kana Irratti Argamees Dhaga'amees Kan Hin Beekne Yoo Ta'u Bataskaana Kana Deebisnee Dhaabuuf Ammallee Gargaarsa Obbooleewwan Keenyaa Nu Barbaada»

✔️ Osoo Oollee Hin Buliin Rabbiin Ajaayiba Isaa Nu Agarsiise Isaan Mana Rabbii Masjiida 'tti Duulanii Gubanis Abbaan Masjiidichaa Allah'n Kunoo Masjiida Isaatiif Birmate #ALHAMDULILLAH

● Kuni Mallattoo Dha Keessatti Of Xiinxalaa

©Jechoota Gaggaarii
#LIKE #SHARE


®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa

Join
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
Chanela taphaaf jaalalaa fi walaloo adda addaa fo beekumsa guutuu argachuuf
👇👇👇👇👇👇👇


https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw
SEENAA DARGAGGEESSA TOKKO MEE DUBBISSI SHARE LIKE GODHIII JZKL

walhii seenaan tunii akkana natti dhagahamee
Haadha manaa koo wajjiin hangabultii ijaaranne waggaa 21 tahee jira. Haati manaa koo gaaf tokko gaaffii keessa koo deebi'ee of gamaaggamuu qabu tokko naaf dhiheessite. Waggaa 21 yommuu si wajjiin jiraadhu guyyaa tokko yeroo Aayyoo kee wajji baatee bashannantu si argee hin beeku. Mee har'a haadha kee irbaata
affeeriitii ishee bashannansiisiin naan jette. Yaadni haati manaa koo
naaf dhiheessite na dinqisiise. Natti tole. Yaada ishee kana fudhadhee hatattamaan gara Aayyoo kootti bilbile. "Harmee koo! Har'a galgala
si wajjiin bahee bashannanuu barbaada."isheen jedhe. Ni rifatte.
"Maal nagumaanii? Ijoolleen kee
maal tahan? Haati manaa kee ni
dhukkubsatte moo?" Gaaffilee
rifannaa ishee irraa agarsiisu hunda
na gaafatte. "Abshiirii harmee koo!
Nagayumaani. Suma wajji
bashannanuu barbaadeeti." Isheen
jedhe. Baay'ee tokko gammadde.
Affeerraa koos narraa fudhatte. Gara
galgalaa irratti qophaawii na eegi
dhufeen si fudhadhaa jedheen.
Sa'aatii beellamaa irratti gara mana
aayyoo kootti deeme. Balbala
fuuldura dhaabbattee na eegaa
turte. Harmee koo qaamni ishee
hundi jijjiiramee jira. Dullummaan
ishee dhuunfateera. Nagaya eega
waliin jennee booda konkolaataa koo
keessa ishee aseensiseen. "Ilma koo
har'a si wajjiin akka shirri shirrii
bahuuf jiru ollaa koo hundumatti
himadhee jira. Oduu gammachuu
kana hunduu naaf dhagahuu qaba"
yommuu naan jettu ollaan ishee
tokkollee hin hafne hundumtuu
yaa'ee dhufe. Harmeen too
gammachuu isheetti dhaga'ame irraa
kan ka'e ollaa ishee hundatti
himattee jirti.
Gara hoteelaatti ishee fuudhee
deemeen. Kessummeessaan Kuppanii
filannoo nyaataa ofirraa qabu nuuf
dhiheesse. "Harmee koo! Kunoo
hoodhu nyaata filadhu" jedhee itti
kenne. Natti seeqatte. Dubbisi
jedheen. Dullummaa ishee irraa kan
ka'e ilaaluu akka hin dandeenye
hubadhe. "Tole siif haa dubbisuu"
jedheen. "Duri yommuu ati xiqqaa
nyaata nyaachuuf yommuu hoteela
seennu filannoo nyaataa anatu siif
dubbisaa ture. Amma ati harka
deebifadhu" naan jette. Anis
seeqadhee dubbiseef. Uffata isheen
uffattee jirtu yommuun ilaalu kan
abbaan koo du'uu isaatiin dura
waggaa 19 dura yeroo dhumaatiif
isheef bite akka tahe yaadadhe.
Nyaatni ni dhihaate. Aayyoon koo
gammachuu irraa kan ka'e homa
takkaa nyaataa hin turre. Baay'inna
gammachuutiin fuulli ishee
calaqqisee natti mul'ata. Anafis
jireenya koo keessatti mudannoo
guyyaa itti gammachuun dabarse
ture.
Bashannannee yommuu geessinuu
gara mana isheetti ishee deebisuu
kootiin dura guyyaan akka har'aa
kun akka irra deddeebi'ee dhufuuf
barbaadee "Harmee koo! Yoom
deebi'ee dhufeetiin akka har'aatti si
bashannansiisa" jedheen. " Guyyaa
akkanaa-akkaanaa koottuu ti na
fudhadhu. Garuu yeroo itti aanu
anatu si affeera" naan jette. Anis
seeqadhee "Abshiirii harmee koo! Na
affeerta!" Isheen jedhee gargar
baane.
Jiddumaan harmeen koo
dhukkubsatte. Yeroo aafiyaa itti
taatee ishee waliin tahee itti
bashannanu yaade. Haatahuu garuu
harmee koo wajjiin lammata bahuu
hin dandeenye. Harmeen too gara
imala du'aa eenyuuf iyyuu hin
oolletti imalte. Duniyaa tana gadi
lakkifte. Nin booye. Baay'een😭😢 gadde.
Guyyaa harmeen koo itti si affeera
naan jettee beellama naaf kennitee
turte sanatti hoteela beekkamaa
guddaa tokko irraa bilbilli naaf
bilbilame. "Guyyaa har'aa haadha
manaa kee wajji hoteela keenya
keessatti tola irbaata affeeramtanii
jirtu" naan jedhan. Eenyu?
Akkamitti? Waan hundaafu hayye ni
dhufna jedhee bilbila cufe.
Galgala irratti haadha manaa koo
wajjiin deeme. Affeerraan nyaataa
xalayaa tokko wajji nuuf dhihaate.
Xalayicha ni bane. Akkana jedhaa
ture. "Ilma koo nageenyi Rabbii sirra
haa jiraatu. Yommuu affeerraa
irbaata siin wal beellamu akka
argamuu hin dandeenye garaan na
beekee jira. Yeroo sanatti iyyuu
hedduu na dhukkubaa ture. Akka
duuti koo geessee jirtu natti
dhaga'amaa ture. Ilma koo! Kinoo
waadaa siif galeen har'a si affeeree
jira. Bakka koo haadha manaa kee
wajji akka taatu siif hayyamee jira."
Jedha xalayichi. Nin booye.😢😭
Qabeenya qaalii waggaa 21 guutuu
irraanfadhee ture yommuu dhabu
natti dhaga'ame. H
Islaamummmaa fi Waaqeffannaa!

Yaa ilmaan Oromoo sagantaa wal bira qabiinsaa tana #share waliif godhaa!

Hin dagatin #Share godhi akhii wa ukhtii

Waaqeffannaan yeroo ammaa erga gama bilisummaa deebinee amaloota addaa fidaa akka jiran hedduun keessan quba qabdan je'eetin yaada.

Obboleewwan kiyya qaqqaalii Rabbiin amantii nuuf buusee jira isii boodaan amantiin takkallee dhugaa akka hin ta'in Qur'aanni ifa baase!.

" إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُ ۗ "
"Amantiin dhugaa Rabbi biratti islaamummaa"
Suuraa Aala imraan 3:19

Rabbiin amantii islaamummaa tana ergamaa isaa Nabi muhammaditti(s.a.w) yoo ergu guutuu hir'uu hin qabne godheeti erge. Rabbiin guddaan Qur'aana keessatti akkana ja'a.

"ٱلْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِى وَرَضِيتُ لَكُمُ ٱلْإِسْلَٰمَ دِينًا ۚ "

"Arraantanaan Keessatti diin keessan isiniif guuteetin jira Qananii tiyyaas, Islaamummaas gama Diiniitiin isiniif jaaladhe"
Suuraa Maa'idaa 5:2

Warreen hedduun amantii islaamaa tana balleessuuf yaalan hedduutu jira garuu isaaniif akka hin milkoofne Rabbiin nuuf himee jira!

"إِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا ٱلذِّكْرَ وَإِنَّا لَهُۥ لَحَٰفِظُونَ"
"Qur'aana kana nuutu buusee nuutu eegaa/tiksaa" Hijri 15:9

Kanaafuu mee waaqeffattummaan maaliif Shirkiidha akka jenne haa ibsinuu.

WAAQEFFATTUMMAAN.

Waaqeffattummaan akkuma beekkamu
Warri waaqeffataa kun kiraaba waaqeffannaa ja'u tokko barreessanii turan anis kitaaba san waanin dubbiseef waan takka takka hubadheetin jira.

Garaagarummaa Islaamummaafi Waaqeffattummaa!

Dura waa'ee waaqeffataa yoo haasofnu jechi 'waaqa' ja'u maal akka ta'e beekuun dirqama aniis isiniifin himaa qaceellotti na hordofaa

'Waaqa' jechuun jecha lama irraa kan uumameedha innis ummani gurraachi kun osuma jiraatuu uumamni bareedaan kun eenyuun akka uumame baruu yaaduu jalqaban ergasii baruu dabadhabanis waanni dhugaa takka jiraatuu hubatanii akkas ja'an.

'Waan' fi 'Haqa' ja'anii jecha waaqa ja'u baakka lamatti baasnee ilaaluu. Ni danda'ama
Innis hiinkkaan isaa "Waan Haqaa" jechuudha.

Waa'ee kanaa ilaalchisee Amantiin islaamaa ibsa bal'aa qabdi ummanni kun yeroo uumame qaceelcha (Manual) qabaachuu qaba innis akka Rabbii isaanii beekaniif isaan gargaara.

Kanaaf Maqaan Rabbii kan namni yaadee isaaf baasu maqaa Rabbiiti jennee fudhachuun waa Rabbi jaalatuu hin taatu.

Maqaan Rabbii nuti kan beeknu kan Rabbiin ofiin yaame qofaa fi qofa tahuu hubadhaa ergasii ergamaan isaa kan dubbatan qofaafi qofa.

Kanaafin jecha 'Waaqa' ja'u hin fayyadaminaa jechuun barbaada. Kunis maqaa namni Rabbiif baase waan ta'eef.

Inni 2ffaa.
Waaqeffattoonni akkaataa gabbara (ibadaa) waaqa isaanii ofumaaf uummachuun kitaabota isaanii irratti barreessanii jiran.

Fakkeenyaaf
"Waaqeffannaa" jechuun jecha gabbara saniin yaamaniidha

Waaqeffannaa jechhuun jecha lama irraa uumame ja'an isaanis.

"Waaqaa fi Aanfannaadhaa"
Waaqa olitti akkuma ibsine
Waaqa jechuun 'Waan Haqaa' jechuudha. Walumaa galatti
Aanfannaa jechuun ofitti dhiheessuu of jaalachiisuufii hiikkaa kana fakjaatu qabaachuu isaa ni hubanna.

Walumaa galatti hikkaan 'Waaqeffannaa' ja'u Waaqa san gabbaruu illallata.

Kun ija amantii islaamaatti akkam fakkaata?

Ergamaan Rabbii (s.a.w) jaalatamaan akkana ja'an
"من عمل عمل ليس عليه امرنا فهو رد"
متفق عليه
"Namni hojii ajajni keenya keessa hin jirra hojjate isa irratti deebiti"

kanaafuu Waaqeffattoonni ajaja Eenyuutiin akka deemutti jiran isinummaan yaadaa.

Kitaabaa fi ergamaa isaaniitis isinummaa naaf himaa.

Obboleewwan kiyya Dubbii tana laaftutti hin laalinaa jarri amantaa teenya balleessuuf osoo nuti qabsotti jirruu nu dagachiisaa jiran.

Dhaamsa obboleessa keessan Jemal Sheikh Bakri waliif ergaa hadaraa akka namayyuu ergaan tun dhaqqabdu na gargaaraan isiniin ja' Galatoomaa Horaa bulaa ilmaan Oromoo

https://t.me/JemalSheikhBakri1/665
@JemalSheikhBakri1
@JemalSheikhBakri
Mashallah dr zakir&faruq naik rabbi ummri nuuf haa dhereysuu
Oddu gammachiftuu taphatan nageria kan maqan isa okkocho'n ja'amu isalmuma fudhate (qeebalee)jira mashallah maqaa isaatile maqa nabiyyi(saw)mohammed jechuun moggafame jira mashallah nama amantuma tana irrati du'u isaa haa godhuuالحمد لله على نعمة اسلام
🌻🌻🌻yaa rabbi waa afur nuuf laaffisi
1 hadha du'aa
2 gaafi qabrii
3 rakko guyya qiyaama
4 dildila siraax
Ammiin allahuma Ammiiin
⇨••••••══════════•••••
⇨═══ •••••••••••••••••═══
⇨Bashannana🤣
⇨Beekumsa 🌹
⇨ Jaalala•••••• ❤️
⇨walaloo••••••
⇨ gorsa════⚠️

Telegram irratti argachuf

👇👇👇👇👇


▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒
▒▓⇨JOIN ►▓▒


 ══••••══••••══
"ሰቢትኒ(ثبتني)" በ አሊ አል አሚን"

መች ውስጤ ይረጋጋና
አፈር ሳልገባ በስልምና!
በሰላም ሳላልፍ ሲራጥን
በቀኜም ሳሊዝ ኪታቤን!
ሳይለቀኝ የረሱል ናፍቆት
ከሳቸው ሆኜ ጎረቤት!
ሳይሰጠኝ የጀነት ቁልፌ
ሁሉን ፈተና አልፌ!

ثبتني*ثبتني
ثبتني*ثبتني...
ጀነትን እንደሚወርሳት!
ረሱል ቃላቸውን የሰጡት
ያቅኑ ባሪያ አባበክር!
እንዲህስ ብሎ አልነበር,,
ሰኪና ከቶ ማይሰማኝ
ስጋቱ ላንዴ ማይለቀኝ!
አንድ እግሬ ረግጦ ጀነትን
እስካላስከተልኩ ሌላውን!

ثبتني*ثبتني**
ثبتني*ثبتني...
አንተው ባዘዝከኝ ሁኔታ
ስገዛህ ብኖር ጠዋትም ማታ!
ምንም ዋስ የለኝ ለመዳኔኔኔ
እስካላማረ ኻቲማዬዬዬዬ!
ቀልቦችን ምትገለባብጥጥጥ!
እንዳሻህ ምትለዋውጥጥጥ
ይኸው ልቤ በ እጅህ ናትናናና!
ርጊ ተይ በላት ረበናናናና!

ثبتني*ثبتني*
**ثبتني*ثبتن...
በዱንያ አቆየኝ በዒባዳ!
ሞቴን አድርገው በሸሀዳ
ዘመድ ሲላቀስ ነፍሴ ወጥታ!
ቀኑን አድርገው ለኔ የደስታ...(X 2)
<<ثبت قلبي علي دنيك
صرف قلبي علي طاعتيك>>...
من صلى علي واحد صلى عليه عشرا
Qulqullummaa Ofii Eeggachuu
Qulqullummaa ofii eeggachu amaloota gaggaarii keessaa tokko.
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆

Qulqullummaa ofii eeggachuu keesatti namoonni gaariin daangaa darbuu gariin immoo ni hanqisu.

👉Lamaan isaanitu mazmuum (kan komatamaniidha).
👉 Namni daangaa darbuu qabeenya qisaasessuun jireenya ofitti danqa.
👉Namni hanqisu immoo suuraa jibbisisaa fi foolii badaan namatti dhiyaachun namoonni akka irraa dheessan of taasisaa jira.

♻️Warroonni gamnaa akkana jedhaniii dubbatan:
"Namni uffata ofii qulqulleessu dhiphinni isaa ni xiqqaata, namni fooliin isaa urgaa'e aqliin (dandeetti sammuu) isaa ni dabala." Kanaafu akkamitti of qulqulleessuun danda'amaa?

Gabaabumatti qulqullinna ramaddi afur jalatti ramaduu dandeenya. Isaanis:

➡️Qulqullinna qalbii,
➡️qulqullinna suuraa alaa (mul'atu),
➡️qulqullinna foolii fi
➡️qulqullinna naannooti.

🔃Qulqullinna qalbii- yaada fi amala badaa irraa of qulqulleessuudha

🔃Qulqullinna suuraa alaa- qaama fi uffata xurii irraa qulqulleessu

🔃Qulqullinna foolii- foolii badaa afaanii fi qaama irraa dhufan irraa of qulqulleessu.

🔃Qulqullinna naannoo- manaa fi naannoo keenyatti xurii fi balfa jiran qulqulleessu.

✔️Namni qulqullinna afran kana haala madaalawaa ta'een eeguf tattaafachu qaba.

♻️Akkuma inni qulqullina kanniin eeguf tattaafatuun beekumsi isaa dabalaa, kabajni fi sadarkaan isaa ol deema.

https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
By Bro Jemal Sheikh Bakri