Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Wa sadii hanga bira deemu sittin tolu
1wasawasa
2liqii
3 sahiba hamaa
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
❀...α‹¨αŠ αˆ‹αˆ… α‹ˆα‹³αŒ… αŠ αˆ΅α‰³αˆ«α‰‚
የαŠ₯α‹αŠα‰΅ ነα‰₯α‹­ α‰°αŠ“α‹α‰‚...❀
πŸ’–πŸ’–πŸ–€πŸ’•β£πŸ’”πŸ’žπŸ’“πŸ’”πŸ’—πŸ’–πŸ’œπŸ’™πŸ’šβ€οΈ
αˆ±αˆ‰ አለ αŠα‰’!
β€οΈαˆ°αˆˆαˆ‹αˆ αŠ αˆˆα‹­αˆ‚ α‹ˆαˆ°αˆˆαˆ ❀️
@Maherzain123
Ah wlh garaan wa na gubate lola sabaa fakkeysani amntiiti seena jira wlh garuu qura'ana abba akkati ciccire jaza isa ni arrkata wlh wa akkanati hin hafuu akkanti ciccire osoo addunyarra baleysuuf yaadanis wlh qura'ani addanuyarra hin baduu sababni wan ulmaaoota hafizoota heddu waan qabnuu qura'ani lafa deenu waan jiruuf sanifuu yaboo adabatan adabadha wlh Amntii teenyaaf dune banna male akkanti oso agruu itti hin taphatan wlh yaa rabbi atuman nu diramadhu
Assalamualaykum warahamatulahi wabarakatuh πŸ‘‹πŸ‘‹ 😍
β­οΈπŸ™πŸ™πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Maherzain123
@Maherzain123
🌴Namni du'a yaadatuπŸ€”!
🌴Kan qabri sodaatu😒
🌴Yoomu haraam dalaguuf waa garaan jabaatu!πŸ˜’
🌴Namni beeku hin jiruu guyyaa ruuhin baatu!😞
🌴Jaalanus jibbinus duuti silaa hin haftu!πŸ‘Œ
🌴Rabbiin nu haa taasisu kan isa sodaatu!☺️
🌴Kan keyri hojjatee jannata bitatu!πŸ™
🌴Kan duuti yoo dhuftees nagayaan simatu!πŸ™
🌴Kan qabriin Isaatis caffe jannataa isaaf taatu!πŸ™
@Maherzain123
🌴Yaa Rabbii nu taasisi nama guyyaa boru jannatulfirdowsi keessa Zalalam jiraatu!!πŸ™πŸ™
@Maherzain123
@Maherzain123 @Maherzain123
@Maherzain123
Namni Lubbuu Nama Takkaa Ajjeese Rabbi Biratti Akka Nama Lubbuu Nama Hundaa Ajeeseeti

Garuu Ammaan Namni Lubbuu Namaa Takka Baraare Akka Nama Lubbuu Nama Hundaa Baraareeti Saniifuu Obboleeysi Keenya Muaz Mohamed Guyyaa Arraa Haala Kanaan Dhiiga Kannachaa Oole
Akkanaatu Natti Mullata.....!πŸ‘‡

Amata Tokkoofii walakkaa Geenyee Jirra Erga Shufeertichi Makiinaa Teenya Gubbaatti bahee Nuun Oofuu Jalqabee...

Akkuma Namuu Beekhu Gaa Shufertichi Makiinaa Teenya Oofaa Jiru khun Na Malee Namuu makiinaa Oofuu hin beekhu saha, Baqqaa! isa qofaatu Firisiyoona ukkamsee maarshii naquu beekha, isuma qofaatu 'fireechaa' ibsee makiinaa dhaabuu beekha, Isa Qofaatu Kharaa saayinsaawaa teheen makiinaa oofatti of beekha.....

Akki Inni itti if beekhuufii wamti inni hojjachaa ture immoo Wal adda. Khasaaraa Kheysa Nu naqe! Yero yerotti Makiinaa gidaaraan dhaha, Ammaa Amma 'Ispookyoo' fi 'Fireechaa' cabsaa oola
Baqqaa Ofuu hin beekhu, Garuu sirrittin oofaa jira of saha....Abbootiin Makiinaatis 'akkaataan An itti makiinaa oofu khun ni tahaaf ,Na jaalatan' ja'ee yaada.

yeroo hedduuf 'If sirreysi, Gaafii teenya nuuf deebisi, #mootara Makiinaatis kunuunsi...' jannee itti waywaannus Nu dhagahuu dideetuma Makiinaa Gidaaraan dhahaa oola!

shufeertichi Makiinaa Gidaaraan dhahuu bira khuteeti Abbootii Makiinaa Tuffachuu Jalqabe, Inumaa #Mootara Makiinaatis Halkan kheysa Gubuu Hawwus Abbootiin Makiinaa Daftee Irratti dhaqqabdee yaaliin Mootara Gubuu sunis harkaa Fashalaawee Makiinaanis Najaa Baate.( Alhamdulillah!)

Haganaa ol Oobsinee , Shufeerticha Ammaa Amma waa Balleysu Khana Waliin Imaluu hin dandeenyu.
Nutis Abbootiin makiinaa Ji'a Torba Booda Wal dorgommiin amata 5 kheysaa hoggu takka shufeerota Makiinaa Jiddutti gaggeyfamtu waan jirtuuf shufeera nuuf tahu , Khan Makiinaa teenya Ummata Garajaa bira bulchaa hin oolle, khan Hojjatee Galii nuuf galchu, Khan Shufeerronni akka isaa hin tuffanneen Yoo Filannee Makiinaa Gubbatti Baasnee Nuun Oofe hoo...?

Khuni Yaada Khiyya‼️
Hasan Albasriin ollaa kiristaana tokko qabaachuu ture,sagaraan ollaa isaa gonbisaa mana Hasan irratti jaarame, yaroo ollaan isaa kun fincaane mana hassan kessatti fincaan yaa'a,Hasan okolee jala kaayee waan guyyaa walitti qabamu halkan gad naqa,halaa kanaan amata 20 jiraate.
yeroo kessa hasan dhukkubsate,gurbaan ollaa kiristaana kun isa gaafachuu seene ,yaroo kana fincaan arke,
"yoomirraa eegaleeti azaa kiyya kana naba'achaa jiraatte?je'een.
"amata 20 "je'e Hasan
gurbaan ollaa kiristaana maattaba isaa baasee shahaadaa qabatee islaamawe.
naafii ati ollaa kenyaaf hagam takka obsinaaf
share godhi jzk mee #senaa tanarraa mall #maltuu sif #galee #obbolleeyyaan