Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Watch "Coming Soon Nasheed β™‘ SIIN JAALADHA β™‘ | 2020" on YouTube
https://youtu.be/0l1a76kuLtY
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "BARAKIINAA || Comedy Afaan Oromoo β€’β€’β—‹ New Oromic Short Video comedy" on YouTube
https://youtu.be/KSn6T_70WxE
β˜†Ya kha akkaan garaa laafu ☝️
Rabbii khoo ya ra'uufu
Jaalaala ❀️ Te naf khenni β—‡Akkaa kheysi khoo iifu.....❣
@Miyaahabiibii
YAA ALLAAH !!! YAA ALLLAAH !!! YAA ALLAAH !!!

YAA ALLAAH Islaama Nu Godhi
YAA ALLAAH Badii Balleessaa Teenya Nuuf Araarami
YAA ALLAAH rakkataa rakkoo baasi.
YAA ALLAAH kennataa bakka buusiif.
YAA ALLAAH dhabaa biratti cabsi.
YAA ALLAAH qabaataa kannachiisi.
YAA ALLAAH waliif nu galchi.
YAA ALLAAH walittiis nu tolchi.
YAA ALLAAH qalbii nu qulqulleessi.
YAA ALLAAH qalbittiis waa nuuf qabi.
YAA ALLAAH sabaata nuuf kanni.
YAA ALLAAH daba nurraa qabi.
YAA ALLAAH rakkoo qabnuus furi.
YAA ALLAAH shakkiiss nurraa fuudhi.
YAA ALLAAH Haqa Nuuf mullisi
YAA ALLAAH tokkummaa ummata keenyaa cimsi.
YAA ALLAAH hamturraa nu qabi.
YAA ALLAAH hamtuus nurraa qabi.
YAA ALLAAH jajjabduus laaffisi.
YAA ALLAAH kan qabnees nyaachisi.
YAA ALLAAH kan qabnees deessisi.
YAA ALLAAH wallaalaa barsiisi.
YAA ALLAAH beekaas dabaliif.
YAA ALLAAH Nagaya Nu Godhi.
YAA ALLAAH moohaan waa hundumaa si tahuus beeysisi, ittiis garsiisi, jallataa f jallisaa of isaan barsiisi.

Aamiin Aamiin Aamiin
Aammiin Aammiiin
SHARE GODHUU HIN DAGATIN
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
Watch "የαŠ₯αˆ­α‹³α‰³ αŒ₯αˆͺ | ሡለ ሰሚራ (αˆ›αˆ‚) αˆ°αˆα‰³α‰½αˆα‰΅ α‹¨αˆ›α‰³α‹α‰α‰΅ ታαˆͺክ😒 | ሚሡαŒ₯αˆ―αŠ• α‰°αŠ“αŒˆαˆ¨α‰½ TRY NOT TO CRY" on YouTube
https://youtu.be/w5QjY0CAPhU
Biyyi Ethiopia kun
Jibbisiistuudhaam badduu
Torban tokko gammadan
Waggaa guutuummoo gaddu

Bakkattafaan rabbi
Hunduun jijjiiramaa
Gammachuukee ammaatu
Eger gaddat-jijjiramaaaaaa

Gaaf gaaf abdii guutuudhaan
Kolfaa taphachaa fiiguuuuuu
Gaaf gaaf abdii kutuudhaan
Isa jaaranuu diiguuuuuuuuu

Wagguma lama dura yoona kana
Gammannee kolfaan turree?
Hardha gaddaan boquu buufnee
Dhibba wal hin abaarree?

Hardha gammachuu dhabnee
Hulaan bannee gaddaa?
Kun amala duuniyaati
Beeki yeroo hundaa
Kan hin jijjiiramne garuu
Gooftaa uume wanta hundaa

Osoo haqni jiraatee
Silaa achi dhaqatuu
Biyya akka dhabde kana
Eessumaatti baqatuu?
😒😒😒😒😒😒😒😒😒
YAA ALLAH NUUF DIRMADHU !
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii