Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "IMIMMAAN QOORE || Gammachuu haadha teenyaa garaa baqeeyfattee πŸ₯°" on YouTube
https://youtu.be/quKJBG_s91Q
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
αŠ α‹²αˆ΅ ግαŒ₯ም 🀩🀩
α‹«αˆ€α‰’α‰’--α‰ αŒˆαŒ£αˆš/αˆ˜αŠ α‹΅ አα‰₯α‹±αˆ‹αˆ‚
#SHARE_____&JOIN

@meadabdulahi
=====================
GORSA IMAAM IBNUL QAYYIM AL-JOOWZII IRRAA
=====================

πŸ’’Waa afur qaama nama laaffiftee akka dafanii
dullooman nama gooti :

1: Haasawa hedduu
2: Hirriba hedduu
3: Nyaata hedduu
4: Qunnamtii saalaa daanga taree

πŸ’’Waa afur qaama nama diiyde akka dhukubaaf
saaxilaman nama gooti jechuudha.

1: Yaaddawuu
2: Gadduu
3: Beela
4: Gurzaa(qaaxira) heddumeessu

πŸ’’Waa afur qaama goggoysitee bareeduma nafarraa fuute.

1: Kijiba
2: Falmii hintaane falmu.
3: Gaafii hintaane gaafatu beekkomsaan maletti
4. Haqa dabuu heddumeessu

πŸ’’Waa afur qaama keessatti bareedumaafi nuura
idaati.

1: Sodaa Rabbi
2: Baallama guutuu
3: Arjummaa
4: Kabajaa

πŸ’’qabaachuu(haala toluu) Waa afur sababaa rizqii nama fiduu taati

1: Halkan yeroo namni rafe san salaatuu
2: Yeroo bariisaa araarama Rabbi kadhachuu
3: Yero mara sadaqaa kennachuu
4: Ganamaafii galgala

πŸ’’Rabbi zakkaruu(S.W.)
Waa afur sababaa rizqii nama irra dhoorguu taha

1: Ganama rafuu
2: Salaata laaffisuu
3: Ceem,uu(hifachuu)
4: Nama ganuu...

Rabbi irraa nuhaa baraaru! Amiiin amiiin
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@obsasule
@obsasule
@obsasule
Aswrwb obboleyyan keenya qa qaali
arra guyya juma'a wan taheef sunnale juma'a kessa takka waan salawata tahef sallu ala nabii (saw)
β˜†Gufadhee yoon kufe
Khan na khaasu suma😊
❀️Tolli siin jalqabee
Sumarratti dhuma❀️
Khophaa khiyya taheeπŸ€¦β€β™‚
Sin if biratti arka❣
Akkan lafan dhooyne
Sii na qaba harkaπŸ’•
Duris siinin jira☝️
Ammas an sumaani
🌟Borus an kheetumaa😊
Akkuma Duraanii
😒Booddeen Too hallayyaa
Ati na dhiifnaanii
Qalbiin too xurooytee
Rahmaan na wal'aani😒
πŸ™πŸ™πŸ™
JOIN πŸ‘‡
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii

πŸ—£Jachoota mi midhagofi
Heddu nama boharsan 😊
Arkachuf chanel khanaπŸ‘‡πŸŒΉ

JOIN GoDhaπŸ‘‡
πŸ€™@MiyaahabiibiiπŸ‘Œ
Forwarded from Bishaaraγ‚·οΈŽ
Suhayla Bi...😊
β›₯CHANEL KANARRAβ™₯πŸ‘ˆ
β™§DAΨΉWA ♀NASHIIDA
●WALALO β˜† PHOTOLE
β™§VIDEOLE fi WANTOTA
NAMA buharsan salphatti arkachuf
β›₯CHANEL KANA JOIN GODHAπŸ™πŸ˜Š
@Suhye_bi
❣Jzkl πŸ™
β˜† Yaada qabdu ibsachufπŸ‘‡πŸ˜Š
@Bishuu_hapipti
https://telegram.me/suhye_bi
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
#Dajjaal#
Gaafi fi deebii masiihi dajjal irra !!!
G1:Eessa jiraata masiihi dajjal ?
D:biyya ykn jazeera rabbiin malee namni hin beyne keessa jiraata .
G2:guyya hagam jiraata dajjal dachii irra eega bahee?
D:guyyaa 40.
G3:hagam dheerata guyyaan afurtamaa ?
D:guyyaan duraa haga waggaa tokko dheerata guyyaan lammaffaa ji'a tokko dheerata guyyaan sadaffa torbaan tokko dheerata guyyan hafe akkuma guyya keennaati.
G4:dajjaal maaltu isa wajjiin jira ykn qaba ?
D:isa wajjiin jannataa fi azaabatu jira ykn laga ykn bishaan lamatu isa wajjiin jira laga bishaan qabbanaa,aan keessa jiruu fi laga bishaan how,aan keessa jiru.
G5:dhugumaan isa wajjiin jiraa jannata dhugaati fi azaabni dhugaa?
D:lakki jannati isaa azaaba azaabni isaa jannata.
G6:hagam takka ariifata dajjaal dachii addunyaa tana gubbaa ?
D:ni deemaa deemsa cimaa akka ariifannaa bubbee ykn qilleensaatti
G7:maali dandeettiin ykn qudraan dajjaal ?
D:rabbiin isaaf keenne qudraa ajaa'ibaa isiin hoggaa samiidhaan roobi jedhuun niroobdi hoggaa dachiidhaan biqilchi jedhuun ni biqilti
dachii ni ajaja warqii olbaasi jedhaan nibaafti
G8:bootaa tami bootaa dajjaal seenuu hin dandeenye?
D:makkaa fi madiina.
G9:nama meeqa ajjeesa dajjaal?
D:dargaggeessa tokko qofa ajjeesa dargaggeessi kun irra shahiidee namaati rabbii aalamaa biratti.
G10:maali bifti dajjaal ?
D:iji isaa takka haqamtuudha ykn foon ifirraa qabdi ija takkaan malee hin argu jechuudha ija isaa lamaan jiddutti kafira jedhamee barraahe jira ykn chaapaa kaafiraa al masiih jedhame namni tokko hin argu mu.umina malee ni baqata hogga arge kaafirri ammo hin argu achumaan itti amana.
G11:eennutu dajjaal ajjeesa ?
D:nabiyyullahi iisaa aleyhissalam.
G12:fitnaan dajjaal caaltu nijirtii?
D:hinjirtu ergamaan rabbi jedhee jira jidduu ilma aadami fi qiyaamaa fitnaan dajjaal caaltu hin jirtu.
G13:namni dajjaal hordofu nijiraa?
D:nijira kuma torbaatamatu isa hordofa asbahaan botaa jedhamu iraaq irra isa hordofan ummata yahuudaa irraa kan ta.an irra guddinni dubartii isa hordofan hanga namtichi mana seene dubartii isaa hunda hidha akka baate dajjaal jala hin deemneef hanga namtichi dajjaal bira dhufee nama gorsuudhaaf haasaya dajjaal dhageeffatee achumaan itti amana saniif ergamaan rabbi nu gorse akka gaaratti baqannuf.
G14:akkamitti dajjaal irraa najaa baha ?
D:aayaa kudhan awwalaa haffazi suura kahfi irraa Rabbitti maganfadhu salaata gara boodaa irratti osoo salaamata hin baafatin salaata hundaa booda.
Dubbiftee yoo geessite laa ilaaha illallaah barreessi πŸ‘Ž ykn zikrii rabbii ykn shere akka fayyaddu nama uf dagate β™₯️β™₯️
(ALLAAHUMMA INNA NA'UUZU BIKA MIN AZAABIL QABRI WAMIN FITNATIL MAHYAA WAMIN FITNATIL MAMAATI WAMIN FITNATIL MASIIHI ADDAJJAL)
Yaa rabbi nu barsiisi waan nu fayyadu nu fayyachisi waan nu barsiifteen.
β˜†Joinβ˜†
βœ―β”„β”…β”…βœΏβ€β™₯οΈβ€βœΏβ”…β”…β”„βœ―
https://t.me/joinchat/AAAAAFb8ZDMDeDWzRy9Bvw
Seeqi mee al takka πŸ˜†

Gurbaa tokkootu ja'e Anaafi haati mana khiyyaa amata 25 wajji jirra takkaa wal hin khilaafne πŸ‘Š

Sababnis gaafa dura wal fuuneπŸ‘©β€β€οΈβ€πŸ‘© Aruuza kheysa wajji deemneπŸ‘« Turizimiif Bakka takka dheyne Isiin fardaan🐎 deemu jirti ture Gizee xiqqo deemne fardaatu Lule(ol kha'een ) Fardarraa khufte Achi booda lafaa khaatee dhaabbattee Farda san Harka matarra babaastee Akkana jatteen Yeroo jalqabaatiifi Na darbuun kee garuu lamada (ganaa) ittin deebi'in...

Ammaas fardi lulatee firraa darbe Irraa khufte Lafaa khaatee yeroo sadaffaaf ittin deebi'in jatteenii irratti deebite...

Yeroo sadaffaatis firraa darbe Achi booda haati manaa khiyya BoorsaaπŸ‘œ Deemtun keysaa Shuguxii as baafattee farda achitti ajjeefte...😳

Achi booda akkanaan ja'een πŸ‘‡
πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚
Haadha mana khiyyaa
maali gowwummaan tun☹️
Aylii hin qabdu!😠
maalif ajjeefta miskiina πŸ˜–

Sana booda haati manaa khiyya Natti as dhihaattee Harka matarra na babaastee akkana naan jatte...πŸ‘‡
Yeroo jalqabaatiif Na arrabsuu kheeti Lammata Akka itti hin deebine...

Achi booda Takka waa hin balleysine wii πŸ˜‚πŸ€£πŸ˜‚πŸ€£πŸ˜‚πŸ€£

Wantoota Nama Buhaarsan fi Akkasumas Nama Seeqqachiisan πŸ˜„
JOIN GODHUUN NUTTI DHIHAADHAA !!!
JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡JOIN

@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
Watch "አሽαˆͺፍ - αˆšαˆ΅α‰΄αŠ• αˆ°αˆ­α•αˆ«α‹­α‹ αˆ‹α‹°αˆ­αŒ‹α‰΅ αŠα‹! - TikTok -Ethiopian Funny Videos compilation #2 TikTok Habesha 2020" on YouTube
https://youtu.be/akB8xYNr2tE