Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Aswrwb ikhawani fillah baati soomana seenuf guyya 1/2 hafee garuu akkami qophawu jira batii ramdan kessuma ajaaiba tana ikhwaani kheyrii isii kessa jirtu samachuu dhaf socila midea cuufu /firra xiqqeysu dha malif jana kheyrii irra nu shakkalti sanifuu bakka fb....#zikrii ha busnu
bakka tg .....sunna salatu ha heddumsinu
bakka imo&whattsap ...#duaii ha heddumesinu
bakka misegii dubbisuf cinqamnu....#qura:ana qarauu ha heddumeysinu ....obboleyyan kiyya baatin tuun baati qura'na waan tatef qura'ana qarauu ha heddumesinu gamnuman #RAMDAN KARIM isini ja'a wswrwb
๐Ÿ‘ฌ๐Ÿ‘ฌ๐Ÿ‘ฌ๐Ÿ‘ฌ๐Ÿ‘ฌ
Sin bana Ee ati nama hunda naf calta ....
Heddun si jaladha san atu ni beyta....
An si mufachisus bar irra naf kutta...
Hanga na jalatu bar hoggu naf himta..
Si arsuu kiyya an garaa yom dagataa...
Nama akkan jalatuu ma fi mufachista...
Afanuma kamin me dhifama gafataa...
Dhifama sin jachun heddu na jabataa...
๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ๐Ÿ˜ฃ

Tahule garan kho abdi wan muratuu..
Nin bekha akka ati dhifama naf gotuu ... Jechan si balleyse hojin na mufatuu... Dhifama sin ja.e narra hin qebaltu ?.... Ramadanis dhufe bati jalatamtuu...
afowena lillah narra hin qebaltuu...
๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š

๐Ÿ‘‰erga tana nama jalatuu hundaf dabersi
๐Ÿ‘‰bati ramadana jalalaa gaggeysiii..
Ergaan tun sif akka tate ni beyta hogga ergaa tana agarte akka dhifama naf gotu abdin qaba
By #Hamza_Naik

@EidAbdusalam
๐ŸฅŠ FAYYAAN FAAYA ๐ŸฅŠ

Kanneen dhukkuboota armaan gadiif furmaata isaa argachuu barbaaddan click gochuun tooftaalee ittiin dhukkuboota armaan gadii ofirra ittisan dubbisaa

Furmaata dhukkuba FINNIISA guutummaa guutuutti ofittii balleessuuf fayyadu barreeffama kana tuqii tooftaalee 4 dubbisi

Furmaata dhukkuba BAAROLLEE jedhamu guutummaa guutuutti ofirra dhabamsiisuuf barreeffama kana tuquun tooftaalee 5 dubbisi.

Dhukkuboota deddeebi'oo fi dhukkuboota qaama keenya irratti mullatan hunda maloota ittiin ballessitu tooftaalee 9 dubbisuuf barreeffama kana tuqi.

๐ŸŽ– HUBANNOOLEE

Durba durbummaa qabdu tokko utuu bira hin gahin maloota akka isheen durbummaa qabdu ibsan 7 dubbisuuf. Barreeffama kana Tuqi.

Dhiirota amanuun baayyee rakkisaadha kanaaf maloota dhiirri tokko dhugaadhaan nu jaallachuuf dhiisuu isaa afaan isaarraa gaafannee maloota ittiin adda baafannu 6 dubbisuuf.

Maloota dhukkuba suusii akka sigaaraa,caatii,alkoolii,Facebook,fi wantoota suusii ta'an hunda maloota ittiin ofirraa ittifnu 8 dubbisuuf.

Walaloowwan jaalalaa jechoota jaalalaa garaa nama qabbaneessaniifi nama amansiisan argachuuf.

โœ… Qormaata biyyoolessaa kan fudhattaniif group armaan gadii seenuun guyyaa qormaata qoramtan barattoonni jajjaboofi filatamoon irratti hirmaatanii waan hojjetaniif group armaan gadii tuquun seenaa gaafa qormaataa deebii argattuโœ…

โœ”๏ธGroup ijoollee qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa 2011

โœ”๏ธGroup ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 10ffaa 2011

โœ”๏ธGroup ijoollee qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa 2011

๐Ÿ‘† gaaffii keessan kan ta'e tuquun maloota ittisa dhukkubaa dubbisaa
Channel photo updated
ุงู„ู„ู‡ ูŠุจูŠุถ ูˆุฌู‡ูƒ ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุดุฑุญ ุตุฏุฑูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุฑูุน ู‚ุฏุฑูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุนู„ูŠ ูƒู„ู…ุชูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠูˆูู‚ูƒ ููŠ ุญูŠุงุชูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠู‚ุถ ุนู†ูƒ ุฏูŠู†ูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠูˆุณุน ููŠ ุฑุฒู‚ูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุจุงุฑูƒ ู„ูƒ ููŠ ุนู…ุฑูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุฌุนู„ ู…ุญุจุชูƒ ููŠ ู‚ู„ูˆุจ ุนุจุงุฏู‡๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุณุฎุฑ ู„ูƒ ู…ู† ุชุนุฑู ูˆ ู…ู† ๏ปปุชุนุฑู๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุฌุนู„ูƒ ู…ุจุงุฑูƒุง ููŠ ุงู„ุฏู†ูŠุง ๐Ÿ•Š ูˆ ู…ุบููˆุฑุงู‹ ุฐู†ุจูƒ ููŠ ุงู„ุขุฎุฑุฉ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุญู…ูŠูƒ ู…ู† ุนูŠู† ุงู„ุญุงุณุฏูŠู†๐Ÿ•Š ูˆ ู…ู† ู†ุธุฑุงุช ุงู„ุดูŠุงุทูŠู† ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุฑุฒู‚ูƒ ุจุฑุฒู‚ ู„ูŠุณ ู„ู‡ ุญุฏูˆุฏ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุณุฎุฑ ู„ูƒ ูƒู„ ุงู„ุฌู†ูˆุฏ๐Ÿ•Š ูˆ ู…ู† ุงู„ุดุฑ ูŠููƒ ุนู†ูƒ ูƒู„ ุงู„ู‚ูŠูˆุฏ๐Ÿ•Š ูˆูŠุตู„ุญ ุญุงู„ูƒ ูˆุจุงู„ูƒ ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุฑูŠุญ ู‚ู„ุจูƒ๐Ÿ•Š ูˆ ูŠุบูุฑ ู„ูƒ ูƒู„ ุฎุทูŠุฆุฉ๐Ÿ•Š ุนู„ู…ุช ุจู‡ุง ุฃูˆ ู„ู… ุชุนู„ู… ุจู‡ุง๐Ÿ•Š ูˆ ุฃุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ูƒุฑูŠู… ุฃู† ูŠุนูŠุฐูƒ๐Ÿ•Š ู…ู† ุฌู‡ุฏ ุงู„ุจู„ุงุก ๐Ÿ•Š ูˆ ุฏุฑูƒ ุงู„ุดู‚ุงุก ๐Ÿ•Š ูˆ ุณูˆุก ุงู„ู‚ุถุงุก๐Ÿ•Š ูˆ ุดู…ุงุชุฉ ุง๏ปทุนุฏุงุก๐Ÿ•Š ูƒู…ุง ุฃุณุฃู„ู‡ ุฃู† ูŠุนูŠุฐูƒ๐Ÿ•Š ู…ู† ุฒูˆุงู„ ู†ุนู…ุชู‡๐Ÿ•Š ูˆ ู…ู† ุชุญูˆู„ ุนุงููŠุชู‡๐Ÿ•Š ูˆ ูุฌุฃุฉ ู†ู‚ู…ุชู‡๐Ÿ•Š ูˆ ุฌู…ูŠุน ุณุฎุทู‡๐Ÿ•Š ูˆ ุฃุณุฃู„ู‡ ุฃู† ูŠุฑุถู‰ ุนู†ูƒ ๐Ÿ•Š ุฑุถุงู‹ ๏ปป ูŠุนู‚ุจู‡ ุณุฎุท๐Ÿ•Š ูˆ ุฃุณุฃู„ู‡ ุฃู„ุง ูŠุญุฑู…ูƒ ูƒู„ ุญุณู†ุฉ๐Ÿ•Š ูˆ ุฃู† ูŠุจุนุฏ ุนู†ูƒ ูˆ ูŠู…ุญูˆ ูƒู„ ุณูŠุฆุฉ๐Ÿ•Š ุงู„ู„ู‡ู… ูˆ ุงุฑุญู… ุฃู…ูˆุงุชู†ุง ูˆ ุฃู…ูˆุงุช ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู†๐Ÿ•Š ุงู„ู„ู‡ู… ุฅู†ูƒ ุนููˆ ูƒุฑูŠู… ุนุธูŠู… ุชุญุจ ุงู„ุนููˆ ูุงุนู ุนู†ุง๐Ÿ•Š ุงู„ู„ู‡ู… ุขู…ูŠู†๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š ูˆ ุตู„ ุงู„ู„ู‡ู… ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ ูˆ ุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆ ุตุญุจู‡ ูˆ ุณู„ู… ุชุณู„ูŠู…ุง ูƒุซูŠุฑุง๐Ÿ•Š๐Ÿ•Š..
ุขู…ูŠู†

๐ŸŒนู‡ุฐุง ุฏุนุงุฆูŠ ู„ูƒ ููŠ ู‡ุฐู‡ ุงู„ุฃูŠุงู… ุงู„ู…ุจุงุฑูƒุฉ ๐ŸŒน

ุงู‡ุฏู‡ ุฃู†ุช ู„ู…ู† ุชุญุจโค