Oddu gammachiftuu taphatan nageria kan maqan isa okkocho'n ja'amu isalmuma fudhate (qeebalee)jira mashallah maqaa isaatile maqa nabiyyi(saw)mohammed jechuun moggafame jira β₯β₯β₯mashallah nama amantuma tana irrati du'u isaa haa godhuuΨ§ΩΨΩ
Ψ― ΩΩΩ ΨΉΩΩ ΩΨΉΩ
Ψ© Ψ§Ψ³ΩΨ§Ω
π»π»π»yaa rabbi waa afur nuuf laaffisi
1 hadha du'aa
2 gaafi qabrii
3 rakko guyya qiyaama
4 dildila siraax
Ammiin allahuma Ammiiin
1 hadha du'aa
2 gaafi qabrii
3 rakko guyya qiyaama
4 dildila siraax
Ammiin allahuma Ammiiin
β¨β’β’β’β’β’β’βββββββββββ’β’β’β’β’
β¨βββ β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’βββ
β¨Bashannanaπ€£
β¨Beekumsa πΉ
β¨ Jaalalaβ’β’β’β’β’β’ β€οΈ
β¨walalooβ’β’β’β’β’β’β
β¨ gorsaβββββ οΈ
Telegram irratti argachuf
βπππππβ
βββ¨JOIN βΊββ
βββ¨JOIN βΊββ
βββ¨JOIN βΊββ
βββ’β’β’β’βββ’β’β’β’ββ

"α°α’α΅α(Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ)" α α α α α α αα"
αα½ αα΅α€ αα¨ααα
α αα α³ααα£ α α΅ααα!
α α°αα α³ααα α²α«α₯α
α ααα α³αα αͺα³α€α!
α³αααα α¨α¨α±α αααα΅
α¨α³αΈα αα αα¨α€α΅!
α³αα°α α α¨ααα΅ ααα
ααα αα°α α αα!
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ...
ααα΅α α₯αα°αααα³α΅!
α¨α±α αααΈαα α¨α°α‘α΅
α«α α α£αͺα« α α£α αα!
α₯αα²α α΅ α₯α α ααα α,,
α°αͺα α¨αΆ ααα°αα
α΅αα± ααα΄ ααααα!
α αα΅ α₯αα¬ α¨αα¦ ααα΅α
α₯α΅α«αα΅α¨α°αα© αααα!
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ**
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ...
α αα°α α£ααα¨α ααα³
α΅ααα α₯αα α αα΅α αα³!
ααα αα΅ α¨αα ααα³ααα
α₯α΅α«ααα¨ α»α²αα¬α¬α¬α¬!
ααα¦α½α αα΅ααα£α₯α₯α₯α₯!
α₯αα³α»α αα΅αααα₯α₯α₯
ααΈα αα€ α α₯α α αα΅ααα!
αα α°α α αα΅ α¨α αααα!
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*
**Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ...
α α±αα« α αα¨α α αα£α³!
αα΄α α α΅ααα α αΈαα³
ααα΅ α²ααα΅ ααα΄ αα₯α³!
ααα α α΅ααα αα α¨α°α΅α³...(X 2)
<<Ψ«Ψ¨Ψͺ ΩΩΨ¨Ω ΨΉΩΩ Ψ―ΩΩΩ
Ψ΅Ψ±Ω ΩΩΨ¨Ω ΨΉΩΩ Ψ·Ψ§ΨΉΨͺΩΩ>>...
αα½ αα΅α€ αα¨ααα
α αα α³ααα£ α α΅ααα!
α α°αα α³ααα α²α«α₯α
α ααα α³αα αͺα³α€α!
α³αααα α¨α¨α±α αααα΅
α¨α³αΈα αα αα¨α€α΅!
α³αα°α α α¨ααα΅ ααα
ααα αα°α α αα!
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ...
ααα΅α α₯αα°αααα³α΅!
α¨α±α αααΈαα α¨α°α‘α΅
α«α α α£αͺα« α α£α αα!
α₯αα²α α΅ α₯α α ααα α,,
α°αͺα α¨αΆ ααα°αα
α΅αα± ααα΄ ααααα!
α αα΅ α₯αα¬ α¨αα¦ ααα΅α
α₯α΅α«αα΅α¨α°αα© αααα!
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ**
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ...
α αα°α α£ααα¨α ααα³
α΅ααα α₯αα α αα΅α αα³!
ααα αα΅ α¨αα ααα³ααα
α₯α΅α«ααα¨ α»α²αα¬α¬α¬α¬!
ααα¦α½α αα΅ααα£α₯α₯α₯α₯!
α₯αα³α»α αα΅αααα₯α₯α₯
ααΈα αα€ α α₯α α αα΅ααα!
αα α°α α αα΅ α¨α αααα!
Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*
**Ψ«Ψ¨ΨͺΩΩ*Ψ«Ψ¨ΨͺΩ...
α α±αα« α αα¨α α αα£α³!
αα΄α α α΅ααα α αΈαα³
ααα΅ α²ααα΅ ααα΄ αα₯α³!
ααα α α΅ααα αα α¨α°α΅α³...(X 2)
<<Ψ«Ψ¨Ψͺ ΩΩΨ¨Ω ΨΉΩΩ Ψ―ΩΩΩ
Ψ΅Ψ±Ω ΩΩΨ¨Ω ΨΉΩΩ Ψ·Ψ§ΨΉΨͺΩΩ>>...
Qulqullummaa Ofii Eeggachuu
Qulqullummaa ofii eeggachu amaloota gaggaarii keessaa tokko.
πππππππππππ
Qulqullummaa ofii eeggachuu keesatti namoonni gaariin daangaa darbuu gariin immoo ni hanqisu.
πLamaan isaanitu mazmuum (kan komatamaniidha).
π Namni daangaa darbuu qabeenya qisaasessuun jireenya ofitti danqa.
πNamni hanqisu immoo suuraa jibbisisaa fi foolii badaan namatti dhiyaachun namoonni akka irraa dheessan of taasisaa jira.
β»οΈWarroonni gamnaa akkana jedhaniii dubbatan:
"Namni uffata ofii qulqulleessu dhiphinni isaa ni xiqqaata, namni fooliin isaa urgaa'e aqliin (dandeetti sammuu) isaa ni dabala." Kanaafu akkamitti of qulqulleessuun danda'amaa?
Gabaabumatti qulqullinna ramaddi afur jalatti ramaduu dandeenya. Isaanis:
β©β‘οΈQulqullinna qalbii,
β©β‘οΈqulqullinna suuraa alaa (mul'atu),
β©β‘οΈqulqullinna foolii fi
β©β‘οΈqulqullinna naannooti.
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
πQulqullinna qalbii- yaada fi amala badaa irraa of qulqulleessuudha
πQulqullinna suuraa alaa- qaama fi uffata xurii irraa qulqulleessu
πQulqullinna foolii- foolii badaa afaanii fi qaama irraa dhufan irraa of qulqulleessu.
πQulqullinna naannoo- manaa fi naannoo keenyatti xurii fi balfa jiran qulqulleessu.
βοΈNamni qulqullinna afran kana haala madaalawaa ta'een eeguf tattaafachu qaba.
β»οΈAkkuma inni qulqullina kanniin eeguf tattaafatuun beekumsi isaa dabalaa, kabajni fi sadarkaan isaa ol deema.
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
By Bro Jemal Sheikh Bakri

"""""Faashiina Fashion"""
""""---""""----"""""---""""---"""""---""""---"""
--------Kutaa Tokkeysaa-------
___________
-Faashiina jachuun maali?
-Eysarraa dhufe?
-Maalif dhufe?
-Miidhaan inni qabu maali?
-Akkamitti irraa tiyfamna?
____/_______/_____
-Mata duree kana jalatti waan heddu nama fayyadu baranna eysa akka jirru qoranna eysa dhaqu akka qabnu hubanna
-Hadara hadara mata duree kana haga xumuraatti hordofuu qabna hadaraa
______________
----Barumsa Jalqabaa---
#Faashiina_jachun_maali?
-Faashiina jachuu kana wanni nuti itti beynu uffata fi kobee amma baate jachutti beyna
-Faashiina jachuun waan yahuudaan ittin islaama jallisuuf qabattee dhufteen keessa isa tokko.
-Faashiinni tooftaa ittin sunnaa yahuudaa nama qabachisaniin irraa isa hangafaati
________///////___/__/
Faashiinii eysa dhufe?
__________________
-Faashinni kun yahuuda biraa dhufe karaa heddun dhufe san kessa media uffata nyaata fi waan heddun dhufe waluma galatti jiruu guutun faashiina akka taatun dhufe
_______/\_______
Faashinni maalif dhufe?
_____/\_____
Yahudoonni ummata islaama jallisuuf akka namni osoo hin beyne isaan jaalate aadaa isaani qabatu godhuf yaada fidan yaadni isaanii guyya guyyaan waan haraya baasani akka namni waan isaan guyyaan jijjiran kana qabatu laalan san boda waan sunnaa Rassula saw faalleysu fidan namni duraan isaan hordofe waan isaan fidan hunda qabatee waan jiruuf faalla shariya Kanas harka lamaan irra qeebala
------itti fufa----- insha allah
__________/\___________
t.me/Sanduyusra

β€οΈβ€οΈβ€οΈπππβ€οΈ
Waayee jaalalaa
Walaloo jaalalaa
Bashannanna
Beekumsa
Dhoksaa jaalalaa
Xiindammuu keetiin nama hunda amansiisuuf
Click
ππππππππ
https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw
Waayee jaalalaa
Walaloo jaalalaa
Bashannanna
Beekumsa
Dhoksaa jaalalaa
Xiindammuu keetiin nama hunda amansiisuuf
Click
ππππππππ
https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr70FeXob1vd_Lw
ππ΄ gurbaan tokko gara sahaabticha guddaa abdallaah binu Abbaasitti dhufeeti akkana ja"en...
Yaa ilma adeera rasuulaa lubbuu takkaan ajjessee rabbiin towbaa narratti ni deebi"aa.?!!
Haati tee lubbuudhaan ni jirti ja"en ibnu abbaas..!!
Lakkii ja"en gurbaan..
Istikfaara heddummeysi rabbiin siif araarama ja"en ibnu Abbaas...
# yeroo gurbaan gaafii gaafate achi garagale.darastichi ibnu Abbaas guddaan Axaa"a binu yasaar : yaa ilma adeera rasuulaa maalif haadha isaa gaafatte ja"en..!!?
Ibnu Abbaas : dalagaa takkallee tan rabbi biratti akkaan jaalatamtu hin beeku haadhaa fi abbatti tola oolurra ja"en..!!
Ψ¨Ψ±Ω Ψ£Ψ¨Ψ§Ψ‘ΩΩ ΨͺΨ¨Ψ±ΩΩ Ψ£Ψ¨ΩΨ§Ψ‘ΩΩ
Haadhaa fi Abbaa kessanitti tola oolaa, ilmoo teeysaniitu tola isinitti oola.!!
πππππππ join..
@httpsmuazmohamed

#Erdogan| Β«Jabana OrodgaanΒ»
Jabana Mootii Ordogaan Lakkoofsi Ijoollee Qur'aana Haffazanii Dabalaa Jiraachuun Himame
Turkiyaa Keessatti Erga Amiirri Ordogaan Taayitaa Qabatanii Baayyinni Ijoollee Qur'aana Haffazanii Shamarran Dabalatee Lakkoofsi Isaanii Kuma 138 Ga'ee Jira, Kana Qofa Osoo Hin Taane Wiirtuun Qur'aana Haffaziisu Jabana Ordogaan Keessa Ijaarame Baayyinni Isaa 1450 Ol Ta'ee Jira
#MaashaaAllah
β Yoo Si Gammachiise SHARE Godhi
β Rabbi Umurii Isaa Haa Dheeressu
Β©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share
Join
@Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii

πYaanni walidhufee haasawa jijjiira
πHaasoyni walidhufe hujii jijjiira
πHujiin walidhufte aadaa/amalaa jijjiirti
πAadaan/amalli walidhufee eenyuma jijjira,
πEenyumman hiree tee jijjiramti
πTanaafuu yaada ati amma yaadduutu hireetee tafulduraa murteessa yaada kee tolchi.
ΩΨ₯ΩΩ Ψ§ ΩΩΩ Ψ§ΩΩ Ψ±Ψ‘ Ω Ψ§ΩΩΨ§
πNamuu waanuma yaade/Niyyate arkataa ja'a nabii kenya Muhammad S.A.Wπππ

Aswrwb yaadcisa hatatam obboleyyan keenya warri qadaan soomana isinirra jiru guyya da dafee waan deema jiruuf akka qadaa firaa baastan Ψ§ΩΩΩΩ
Ψ¨ΩΨΊΩΨ§ Ψ±Ω
ΨΆΨ§Ω
π helloo
πhelloo eenyu
πobsadhaami akkami ngya obsa !?
π dogongorte obsa miti !! Lakkofsa sirriti miti
Bilbila itti cufe
Ammaas deebi'e bilbile
π helloo
π helloo ? Lakkofsirriiti miti dogongorte siin ja.e bar
π bekhee bar
π duuba maa bilbilta ?
π lakkoofsa sirrii yoo beeyte naaf himi jachuufi
πππππππππ
@ibsaabdi4

"Namni hedduun Maallaqa π·π°πΆ qabaatteef #Gammachuuπhin argattu ja'a..An garuu #Goojjoo_jalloo kheysa taa'ee #gammaduu irra maallaqa qabaadhee,gammachuu dhabee makiinaaπ 'Ferrari' kheysa taa'ee #booyuu ππ’ naaf wayya.!" JISON
ππππ
ππππ