Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
🌳. Adduniya Tana fi wontti isii keessa jirtu Cuftii isiitu Abaaramtudha Nama 2 malee Je'an Ergamaan Rabbii ﷺ Isaan Aalima fi muta'allim
( Muslim Gabaase)
Anaafi Attii kam keessa jirra Aalima. Muta'allim mo worra Abaarame san keeysa jirra ofumaaf of haa gaafnu???.

. Abaarama Hin tayiin
dandeettu Aalima tayi
Dadhabdu Barata Aalimaa tayi
Dhabdu sahiba Aalima tayi
Dhabdu Aalima jaaladhu Hin jibbiin.

🔹. Ergamaan Rabbii ﷺ‎ Akkana jedhan namni Aalima Biyya isaa keessa jiru kan diini Rabbii isa Barsiisu tokko jaalate kabaje Akka nama Na Agree na kabajee na jaalateetti je'an.

Rabbiin nama Aalima isaa jaalatee jaalala Ergamaa Rabbii ﷺ‎ Argattu isiin haa Taasisu

Jaalala Sahaabotaf kenne jidduu
Muslima Nuuf Haa kaayu
Worra Abaarama san keessas mitti
Worra Aalima fi muta'allim irraa nu Haa Taasisu Rabbiin.
Forwarded from Mr. Geme 🔅
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa:
👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Forwarded from Mr. Geme 🔅
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa:
👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Ni yaadatta garuu gaafa duranii gaffiin nuti dubartii gaafannu Dubrummaa ni qabda dha ture........garuu Yeroo ammaa kallittiidha gaffiin keenya gara........ Ilma ni qabdatti cehee jira.
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@Orosarcasm
Forwarded from Deleted Account
🎤Nashida afan oromo group tami barbaddu 🎧



Filladha caqasa
🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧
Forwarded from Mr. Geme 🔅
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa:
👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs