Qiyaamaan Dhufuun Haqa
๏ฟผ
โ(1)-Wal duraa duubaan [bubbeewwan] ergamaniin; (2)-Humnaan bubbisuu bubbisaniin; (3)-Faffacaastota faffacaasaniin nan kakadha; (4)-Adda baastota adda baasaniin, (5)-Yaadannoo darbitootaan nan kakadha, (6)- sababa dhabamsiisuuf yookiin akeekachisaaf. (7)- Dhugumatti wanti isin waadaa galamtan ni argama.โ Suuratu Al-Mursalaat 77:1-7
Jecha โmursalaatโ jedhu ilaalchise hayyoonni hiikota beekkamo lama kennanii jiru. Isaanis, bubbee fi malaykoota. Garuu harki caalaan hayyootaa, โbubbeeโ jedhanii jiru.[1] Kanaafu, nutis gara Afaan Oromootti yommuu deebisnu bubbee jechuun fayyadamne jirra.
โWal duraa duubaan [bubbeewwan] ergamaniinโ Kana jechuun bubbee wal duraa duubaan qananii fi rahmataan ergamaniin Nan kakadha. Bubbeen tuni rooba rahmata Rabbii taโeen nama gammachiisti. Rabbiin subhaanahu wa taโaalaa ni jedha:โInni bubbee gammachiisa taasisee rahmata Isaa dura Kan erguudha.โ Suuratu Al-Aโaraaf 7:57 (Asitti rahmanni Isaa rooba)
โHumnaan bubbisuu bubbisaniinโ Ammas bubbee humnaan bubbistuun Nan kakadhaa. Aayaata keessatti jecha heddumminna agarsiisu waan fayyadameef akkuma jiruutti gara Afaan Oromootti deebise. Garuu ibsa keessatti akka namaaf galuuf jecha tokke (singular) fayyadame. Bubbeen humnaan bubbistu tuni wanta dachi irra jiru fuutee bakka tokko irraa bakka biraatti geessun hojii adda addaa hojjatti. Hojii kana keessaa namoota kan fayyadu jira, ammas isaaniif qormaata kan taโuu fi isaan adabuufis kan taโu jira. Bubbeen humnaan bubbistu tan adabbii fiddu akka aadaa fi seeraa Rabbiitti bubbee rahmataa fi qananiin ergamtu booda dhufti.
โFaffacaastota faffacaasaniin nan kakadhaโ Kana jechuun bubbee faffacaastu taaten nan kakadha. Bubbeen tuni hurka bishaani ni faffacaasti. Hurka kanarraayis duumessi ni uumama. Akkasumas, bubbeen tuni sanyii biqiltootaa fi daakuu habaaboo bakka tokko irraa bakka biraatti faffaacasun biqiltoonni akka bilchaatanii fi wal horan gahee taphatti. Ammas, bubbeen tuni gaazi fi wantoota nama ukkaamsan ni faffaasti.[2] Rabbiin subhaanahu wa taโaalaa haqa guddaa gara fuunduraatti dhufu tokko mirkaneessuf bubbeewwan faayda guddaa fi baayโee qaban tanniinin kakate.
โAdda baastota adda baasaniinโ Kana jechuun Malaaykota wanta dhugaa fi soba addaan baasu fidaniin nan kakadha.[3]
โYaadannoo darbitootaan nan kakadhaโ Kana jechuun Malaykoota ergaa fi beeksisa (wahyii) Rabbii gara Ergamtootatti geessaniin kakadha.[4] Wahyiin (ergaa fi beeksisni) Rabbiin irraa gabrootatti dhufu isaaniif yaadannoo taโa. Wahyi kana keessatti faayda isaanii isaan yaadachiisa.
โsababa dhabamsiisuuf yookiin akeekachisuuf.โ Ergaa fi beeksisni Rabbiin irraa gara namootaa dhufe kuni wantoota sodaachisoo gara fuunduraatti isaanitti dhufu akeekachiisu, ammas, sababa isaan dhiyeefatan dhabamsiisu. Kanaafu, Rabbiin biratti ragaa ittiin mormatan hin qaban.[5] Guyyaa Qiyaamaa, โRabbiin irraa ergaan nutti hin dhufneโ jechuun akka sababa hin dhiyeefanneef Rabbiin subhaanahu kitaabban ni buuse, ergamtoota ni erge. Keeyyattoonni Rabbii erga isaaf ibsamanii booda namni kafaruun adabbiif of saaxile, sababa dhiyeefatu hin qabu. Mataa ofii malee eenyullee hin komatu.
Rabbiin subhaanahu wa taโaalaa wantoota armaan oliitin kan kakatuuf haqa shakkiin keessa hin jirre namootaaf mirkaneessu fi isaan amansiisuufi. Haqa kanas akkana jechuun ibse: โDhugumatti wanti isin waadaa galamtan ni argama.โ Kana jechuun โGuyyaa Qiyaamaa xurunbaan ni afuufama, qaamonni duโan ni kaafamu, namoota jalqaba irraa kaasee hanga dhumaa jiran dirree tokko irratti walitti qaba, hunda isaanitiifu jazaa Nan kafalaโ jechuun waadaan Ani isiniif gale ni argama. โni argamaโ kana jechuun wanti waadaa galame kuni dirqamaan ni taโa, shakkii hin qabu.

Assalamu'aleeykumโ
10
Warahamatullahiโ 10
Wabarakaatuhโ 10
Obbolleeyyan Muslima โฅโฅโฅmee Hangam Takka Addunyaa Jaalanna Hadiisa kanan wal cinaa if ha qabnu!
ูุนู ุฃุจู ูุฑูุฑุฉ ุฑุถู ุงููู ุนูู โ ุนู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู โ :- (( ุงูุฏููุง ุณุฌู ุงูู ุคู ู ูุฌูุฉ ุงููุงูุฑ)) ุฑูุงู ู ุณูู
๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
Abu Hureeyirraan oddeesse( R.a) โฅErgamaan Rabbii ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู Akkana ja'eโฅ ((Addunyaan Mu'uminaaf mana Hidhaatti ykn Kharshalleedha Kaafiraaf Ammoo Jannataa ja'e )) muslimii gabaasee
โ โ โ โฅโฅโฅโ โ โ โฅโ โฅ
Kanaaf obbolleeyyan khiyyaa Addunyaan tun Nutif mana Hidhaa waan taatef Akka mana hidhaa jirrutti beeynee kheeyirrii Carraqachuu nu qabdi
โโโโโโโโโโโโโ
Rabbiin warraa Addunyarratti toltu dalagattee Aakhiratti milkaahu nuhaa godhu...Aammiiiiin Allahummaa Aammiiin

Watch "Diraamaa Islama Haarawa Afaan oromootiin " Fuudhi New Islamic short film แ แญแญ แขแตแแแ แแแ " แแแ แ แณแแฃแ" on YouTube
https://youtu.be/JmqtPjYRu0Q
https://youtu.be/JmqtPjYRu0Q
Forwarded from Mr. Geme ๐
Foolii afaan keenyaa maaltu ajaawu godha, ykn maaltu nutti fida
Furmaanni saahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Furmaanni saahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Watch "Diraamaa Islaamaa Gabaabaa Afaan Oromootiin kijiba hin kijiba" on YouTube
https://youtu.be/y4SCgdUEhuQ
https://youtu.be/y4SCgdUEhuQ
YouTube
Diraamaa Islaamaa Gabaabaa Afaan Oromootiin kijiba hin kijiba
Watch "comeedii Boharsituu " Hin kijibin ๐คฃ๐คฃ๐คฃ afaan Oromootiin oro comedy" on YouTube
https://youtu.be/N1ZHa8gkR5A
https://youtu.be/N1ZHa8gkR5A
YouTube
comeedii Boharsituu " Hin kijibin ๐คฃ๐คฃ๐คฃ afaan Oromootiin oro comedy
Warren channel keenyaaf Haaraya taatan Subscribe godhuu hin dagatinaa!
โกโก HABIIBII โกโก
Yaa abbaa jaalalaa
Ifaa jiruu dunyaa
Maddi jaalalaatuu
Sihi lubbuu khiyya
Yaa rasuula rabbii
Yaa urjii aalamaa
Galanni nuuf oolte
Yoom waa wallaalama
Ergaa ati fiddeen
Dhibdeen wal'aanamaa
Sallallaahu 3aleyka
Habiib jaallatamaa.
Join for more๐๐
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Yaa abbaa jaalalaa
Ifaa jiruu dunyaa
Maddi jaalalaatuu
Sihi lubbuu khiyya
Yaa rasuula rabbii
Yaa urjii aalamaa
Galanni nuuf oolte
Yoom waa wallaalama
Ergaa ati fiddeen
Dhibdeen wal'aanamaa
Sallallaahu 3aleyka
Habiib jaallatamaa.
Join for more๐๐
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Telegram
Hamza mohammed๐offical
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ดjoin ๐ด godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
Hayyoonni islaamaa akki ja,an waa sadi deeminsaan tolani waa sadi teessumaan tolan kanneen deeminsaan tola n
1 aalima๐ณ
2 hayyuu๐จโ๐ฌ
3 bishaan. ๐
๐Kanneen teesumaan tolan๐
1 wallaalaa๐คฆโโ
2 goowwaa๐โโ
3 ibidda!!!!!๐ฅ
Kanaafu obbleeyyan Kenya nama waa sadeen duraa San arkate nu haagodhu'
๐บBirahmatika ya mowlana
Nashiida daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana๐ดjoin๐ดgodhaa jzk kheyran๐
@httpsHamzamohammed

ุงู ุงููู ูุฑุฒู ู
ู ูุดุงุก ุจุบูุฑ ุญุณุงุจ๐๐๐๐
Rabbiin bakkaa atii quba hinqabnerraa Siharazaqu๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
แ แแ แจแแฐแแแ แฆแณ แญแจแแ แ ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Rabbiin bakkaa atii quba hinqabnerraa Siharazaqu๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
แ แแ แจแแฐแแแ แฆแณ แญแจแแ แ ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Nashiida daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana๐ดjoin๐ดgodhaa jzk kheyran๐
@httpsHamzamohammed
@httpsHamzamohammed
Forwarded from Mr. Geme ๐
Foolii afaan keenyaa maaltu akka ajaawu godha, ykn maaltu nutti fida
Furmaanni isaahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Furmaanni isaahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Ethiopian gutuun qoy fb keessa jiranisa datan cal nu godhe bar ๐๐๐galata gudda nu bira qabda ethio telecom kiyya๐๐
Dooniin hundinuu xiqqaatus guddatus bishaan irra deemuu ni danda'a.
Sa'aatiin hundinuu xiqqaatus guddatus yeroo lakkaa'uu ni danda'a.
Atiis xiqqaattus guddattus Ofitti amantii yoo qabaatte waan barbaadde ni argatta.
๐๐๐๐๐๐๐๐
Nashiida daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana๐ดjoin๐ดgodhaa jzk kheyran๐
@httpsHamzamohammed
Sa'aatiin hundinuu xiqqaatus guddatus yeroo lakkaa'uu ni danda'a.
Atiis xiqqaattus guddattus Ofitti amantii yoo qabaatte waan barbaadde ni argatta.
๐๐๐๐๐๐๐๐
Nashiida daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana๐ดjoin๐ดgodhaa jzk kheyran๐
@httpsHamzamohammed
Obaaleytiin tenya tun maqan isii maryam adegbite jedhamti lammi Nigeria olla Kenya UNIOSUN mana barumsa irra firii qormaata isii kan waliif galatiin qabxii walii galan xumurtee.
Mashaallah๐isiin rifeensa isii cuufatte male sammu isii hin cuufanne jachu barbaadetii..ijollen jimmatti dararama jiran sababa hijaba ufachuutif mana barnoota akka hin senne godhamuun waan barbaachisu miti sammutti hin uffanne kanuuma jachu barbadeeti hubaadha naf.

Mee dubbisi..!! Joollummaa yaadadhu.
Khubbaa โฝ๏ธGanda kheysaa..๐โฝ๏ธ๐
๐#Daanyaa hin qabdu๐
๐Taphni Erga namayyuu #Dadhabee ykn erga salaanni #maghriibaa azaanee halkanawe dhuma ๐
๐tapha kheysatti yoo xiqqaate Gooliin 20-30โฝ๏ธ๐ฅ ni galti
๐Taphataan "..wallaahi...wallaahi #Miila na cabsan." Ja'ee #Kakate Ligooreen/penalty'n ni kaayamtiif ๐
๐Taphataan #Furdaan Barranyaa taha๐ฅ ๐
๐Taphataan Irree qabu hundaa ol kabajama,sodaatama ๐
๐Abbaan Khubbaaโฝ๏ธ yoo Aare Khubbaa isaa fudhatee deema
๐yoo taphattoonni cufti irratti walii galaan Taphataa isaan #jeeqe #tumanii arihan๐
๐Gareen teetii fii tan taphataa humna ๐ชqabuu #takka yoo taate ati #milkooyte.๐๐๐
๐yoo ligooreen/penalty'n kannamte Barranyaa wal jijjiiruun ni taha๐๐๐
๐Taphataan #Maallaqa fidatee dhufe hedduu kabajama ,jaalatama ....sababnis eega taphni dhumee booda waan #Bishaan namaaf #bituuf๐๐
#Hubadhu:- Jiruu tee kheysatti #guyyoota akkanaa #dabarsitee yoo jiraatte ati dhugumaan #Goota!๐