#Breaking| Kibba Goondar Magaalaa Samada Ganda Sargawit Keessatti Bubbeen Cimaan Ka'uun Dhaabbata Mootummaa Lamaa Fi Bataskaana Tokko Mancaasuun Hojiin Ala Godhee Jira
Itti Gaafatamaan Bataskaana Kana Akka Jedhanitti «Bataskaanni Kun Kan Hundeeffame Bara 1988 Yoo Ta'u Balaa Bubbee Kanaan Bataskaanichi Guutummaan Guututti Barbaadeessee Jira Gochi Asiin Dura Bataskaana Kana Irratti Argamees Dhaga'amees Kan Hin Beekne Yoo Ta'u Bataskaana Kana Deebisnee Dhaabuuf Ammallee Gargaarsa Obbooleewwan Keenyaa Nu Barbaada»
✔️ Osoo Oollee Hin Buliin Rabbiin Ajaayiba Isaa Nu Agarsiise Isaan Mana Rabbii Masjiida 'tti Duulanii Gubanis Abbaan Masjiidichaa Allah'n Kunoo Masjiida Isaatiif Birmate #ALHAMDULILLAH
● Kuni Mallattoo Dha Keessatti Of Xiinxalaa
©Jechoota Gaggaarii
#LIKE #SHARE
®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa
Join
@Jechotagaggaarii

Islaamummmaa fi Waaqeffannaa!
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Yaa ilmaan Oromoo sagantaa wal bira qabiinsaa tana #share waliif godhaa!
Hin dagatin #Share godhi akhii wa ukhtii
Waaqeffannaan yeroo ammaa erga gama bilisummaa deebinee amaloota addaa fidaa akka jiran hedduun keessan quba qabdan je'eetin yaada.
Obboleewwan kiyya qaqqaalii Rabbiin amantii nuuf buusee jira isii boodaan amantiin takkallee dhugaa akka hin ta'in Qur'aanni ifa baase!.
" إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُ ۗ "
"Amantiin dhugaa Rabbi biratti islaamummaa"
Suuraa Aala imraan 3:19
Rabbiin amantii islaamummaa tana ergamaa isaa Nabi muhammaditti(s.a.w) yoo ergu guutuu hir'uu hin qabne godheeti erge. Rabbiin guddaan Qur'aana keessatti akkana ja'a.
"ٱلْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِى وَرَضِيتُ لَكُمُ ٱلْإِسْلَٰمَ دِينًا ۚ "
"Arraantanaan Keessatti diin keessan isiniif guuteetin jira Qananii tiyyaas, Islaamummaas gama Diiniitiin isiniif jaaladhe"
Suuraa Maa'idaa 5:2
Warreen hedduun amantii islaamaa tana balleessuuf yaalan hedduutu jira garuu isaaniif akka hin milkoofne Rabbiin nuuf himee jira!
"إِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا ٱلذِّكْرَ وَإِنَّا لَهُۥ لَحَٰفِظُونَ"
"Qur'aana kana nuutu buusee nuutu eegaa/tiksaa" Hijri 15:9
Kanaafuu mee waaqeffattummaan maaliif Shirkiidha akka jenne haa ibsinuu.
WAAQEFFATTUMMAAN.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Waaqeffattummaan akkuma beekkamu
Warri waaqeffataa kun kiraaba waaqeffannaa ja'u tokko barreessanii turan anis kitaaba san waanin dubbiseef waan takka takka hubadheetin jira.
Garaagarummaa Islaamummaafi Waaqeffattummaa!
Dura waa'ee waaqeffataa yoo haasofnu jechi 'waaqa' ja'u maal akka ta'e beekuun dirqama aniis isiniifin himaa qaceellotti na hordofaa
'Waaqa' jechuun jecha lama irraa kan uumameedha innis ummani gurraachi kun osuma jiraatuu uumamni bareedaan kun eenyuun akka uumame baruu yaaduu jalqaban ergasii baruu dabadhabanis waanni dhugaa takka jiraatuu hubatanii akkas ja'an.
'Waan' fi 'Haqa' ja'anii jecha waaqa ja'u baakka lamatti baasnee ilaaluu. Ni danda'ama
Innis hiinkkaan isaa "Waan Haqaa" jechuudha.
Waa'ee kanaa ilaalchisee Amantiin islaamaa ibsa bal'aa qabdi ummanni kun yeroo uumame qaceelcha (Manual) qabaachuu qaba innis akka Rabbii isaanii beekaniif isaan gargaara.
Kanaaf Maqaan Rabbii kan namni yaadee isaaf baasu maqaa Rabbiiti jennee fudhachuun waa Rabbi jaalatuu hin taatu.
Maqaan Rabbii nuti kan beeknu kan Rabbiin ofiin yaame qofaa fi qofa tahuu hubadhaa ergasii ergamaan isaa kan dubbatan qofaafi qofa.
Kanaafin jecha 'Waaqa' ja'u hin fayyadaminaa jechuun barbaada. Kunis maqaa namni Rabbiif baase waan ta'eef.
Inni 2ffaa.
Waaqeffattoonni akkaataa gabbara (ibadaa) waaqa isaanii ofumaaf uummachuun kitaabota isaanii irratti barreessanii jiran.
Fakkeenyaaf
"Waaqeffannaa" jechuun jecha gabbara saniin yaamaniidha
Waaqeffannaa jechhuun jecha lama irraa uumame ja'an isaanis.
"Waaqaa fi Aanfannaadhaa"
Waaqa olitti akkuma ibsine
Waaqa jechuun 'Waan Haqaa' jechuudha. Walumaa galatti
Aanfannaa jechuun ofitti dhiheessuu of jaalachiisuufii hiikkaa kana fakjaatu qabaachuu isaa ni hubanna.
Walumaa galatti hikkaan 'Waaqeffannaa' ja'u Waaqa san gabbaruu illallata.
Kun ija amantii islaamaatti akkam fakkaata?
Ergamaan Rabbii (s.a.w) jaalatamaan akkana ja'an
"من عمل عمل ليس عليه امرنا فهو رد"
متفق عليه
"Namni hojii ajajni keenya keessa hin jirra hojjate isa irratti deebiti"
kanaafuu Waaqeffattoonni ajaja Eenyuutiin akka deemutti jiran isinummaan yaadaa.
Kitaabaa fi ergamaa isaaniitis isinummaa naaf himaa.
Obboleewwan kiyya Dubbii tana laaftutti hin laalinaa jarri amantaa teenya balleessuuf osoo nuti qabsotti jirruu nu dagachiisaa jiran.
Dhaamsa obboleessa keessan Jemal Sheikh Bakri waliif ergaa hadaraa akka namayyuu ergaan tun dhaqqabdu na gargaaraan isiniin ja' Galatoomaa Horaa bulaa ilmaan Oromoo
https://t.me/JemalSheikhBakri1/665
@JemalSheikhBakri1
@JemalSheikhBakri

Telegram
Hakaan Bakri
#InjifannooKuwater|
«Kuwater Yoo Injifattee Geeba Kaaste Hajjii Dhufu Miskiinota/Harka Qalleeyyii 100 Addunyaa Irraa Walitti Qabeen Maallaqa Kiyyaan Gara Hajjii 'tti Erga» Abbaa Qabeenyaa Biyya Kuwater 'tu Akkana Jedhe
Injifannoon Guyyaa Kaleessaa Kuwater Galmeessite Gama Kubbaa Miillaatiin Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalata Kan Jedhanis Nii Jiru
Sababni Akkana Jedhaniifis Akkuma Beekamu Biyyoota Galoo Galaana Sawud Arabiyaa, Emirates, Dubayii Fi Kanneen Isaan Fakkaatan Afrikaa Irraas Egypt Dabalatee Duula Kuwater Irratti Erga Banuu Eegalanii Waggoota Lakkoofsisanii Jiru Kanumaan Wal Qabatee Wal Dorgommii Tapha Kubbaa Miillaa Tapha Ardii Eeshiyaa Dubayii Qopheessite Kana Irratti Sadarkaa Kuffisanii Darbu Irratti Guyyaa Lama Dura Gareen Biyyoolessa Sawudii Fi Kuwater Taphatanii Turan Haala Ajaayiba Ta'een Kuwater Injifattee Gara Xumuraatti Dabarte Sawud Arabiyaa Kuwatareen Injifatamuun Isaa Hedduu Dallansuu Keessa Isa Seensise
Tapha Biyyoota Siyaasaan Dubbii Keessa Wal Seensisanii Jiran Jedhamee Taphichi Xiyyeeffannoo Guddaa Keessa Akka Seenu Ta'ee Ture Haa Ta'u Malee Injifachuu Kuwater Biyyoota Garii Dallansiisee Ture Gad Aantummaan Siyaasaa Sawudiitti Dhaga'amus Hoogganaan Garee Biyyoolessa Sawud Arabiyaa "Kan Nuti Injifatamneef Jabina Taphattoota Kuwateriif Osoo Hin Taane Xiiqii Fi Miira Jaalala Biyya Isaanii Dhabuu Taphattoota Keenyaati" Jedhee Dallansuu Isaa Of Irraa Salphisee Ture
Eda Galgala Dorgommii Geebaaf Gareewwan Lammeen Kuwaateriif Jaappaan Wal Morkachaa Turan
Miidiyaaleen Emirates, Egypt Fi Xiinxaltoonni Isaanii Jibba Kuwateriif Qaban Irraa Ka'uun Tilmaama Isaanii Injifannoo Garee Biyyoolessa Jaappaaniif
Tilmaama Ol Aantummaa Raaganii Turan Kana Malees Namni Marti Akka Jaappaniin Deeggaruu Qabu Ibsanii Turan
Rabbiin Garuu Akka Isan Fedhanii Fi Hawwan Didee Injifannoo Harka Biyya Gootitti Harka Kuwateriin Kaa'e Guyyaa Kaleessaa Ol Aantummaa Kuwaateriin 3:1 Xumurame Halkan Edaa Kuwataroonni Gammachuun Guutamanii Yoo Bulan Faallaa Kanaa Diinonnii Kuwater Salphinaan Rifeensa Ofirraa Ciraa Bulan
Warri Sawudii Mo'amanii Diinummaa Kuwaater Labsanis Mootiin Kuwater Amiir Tamiim Garuu Injifannoo Gareen Biyyoolessa Kuwaater Galmeessise Irratti Ergaa Baga Gammaddanii Miidiyaa 'f Dubbatan Irratti Eda Galgala Akkana Jedhan
«Injifannoon Guyyaa Har'aa Galmaa'e Kan Kuwater Qofa Osoo Hin Taane Kan Araboota Maraati
Ijoollewwan Keenya Waan Qabdan Maraan Osoo Of Hin Qusatiin Kuwateriif Seenaa Haaraa Galmeessitan Baga Gammaddan Isiniin Boonnee Jirra
Deeggartoonni Garee Keenyaa Cina Dhaabbattanii Deeggarsa Gootan, Deeggarsa Gootaniif Baga Gammaddan Baga Gammanne
Injifannoon Kun Kan Araboota Maraati Baga Gammanne Baga Gammaddan»
Jedhee Ergaa Baga Gammadanii Isaa Goolabe Mootiin Kuwaater
Waan Nama Ajaayibu Osoo Mootoliin Arabaa Teessuu Injifannoo Kanaan Baga Gammadde Jedhee Kan Ergaa Baga Gammaddanii Kuwateriin Ga'e Biyya Jaappaan Ture
Viva Qatar Kuwaater
«Deeggarsa Biyya Tokkoo Malee Geeba Kaaste Kuwaater Hedduun Si Jaallanna» Jedheen Barruu Kiyya Xumura
●«Injifannoo Kubbaa Miillaa Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalata»
๏ #MaashaaAllah
๏Yoo Si Gammachiise #SHARE Godhi

YAA DHALA KOO MAAF GARAA JABAATTA ?
~ guddisa keen cabee
~ miixuu daha keerraa
~ guddisa keen cabee
~ harka qullaan hafe
~ of biraa si dhabee
~ garaa kootti caalaa
~ harka kootti si baadhe
~ moofaa dhaaf Fincaan kee
~ hundaa boraafadhee
~ gadameessi Ko hin fayyine
~ dhiigni sitti dhiige
~ yaadadhu si guddisuuf
~ sabbata sitti hiikee
~ tokko lamaan sittin himuu
~ Maal godha gadi diigee ×2😭😭😭
~ ofii kootii daareen
~ sitti uwwisee mucaa
~ har'a bakka yaadde geesse
~ maaliif nattibaacca!
~ sabbata koo hiikeen
~ marxoon si barsiise
~ nadagatte? dhalakoo
~ buddeen bira geessee
~ lafaaf horii kankoo
~ sitti dhadhahadheen
~ ammas baar gamatti
~ dafqee si ergadhee ×2
~ Ani haadhi kankee
~ bakkichuman jiraa
~ rakkinaaf gadadoon
~ jirti na daradaa
~ yoo muman mucaa koo
~ sitti Aara galfadha?
~ sitti hirkadhee
~ yoomin boqonnaa fudha!
~imimmaan koo Roobee
~ taliilli akka bishaanii
~ Afuura keen dhabee
~ of dadhabe ani
~ innin si barsiiseen
~ boruu na fayyiftaaf
~ rakkootti na laatte
~ maaliif na ajjeefta ?×2😭
~yoomuu sirraan dhumu
~galanni Oolmaa koo
~ kutuu na ilaali
~ Maal taate dhala koo
~ maaliif na dagattee
~ utuun sin argineen du'aa ?
~ Halkaniifi Guyyaa
~ si arguufin booha 😭
~ Narraa hin fagaatin
~ najjabaattee garaa
~ Jedhii naaf bilbilii
~ kunoo asin jiraa
~ Ani waanin siif tahe
~ akka nama taatuuf jecha
~ ibsuu hin dan deessuu
~ yoomiyyuu gochaan
~ ijuma kiyyumaan
~ si arguu bar baade
~ dhuguma na yaaddaa?
~ An hedduun si yaadee! ×2
~ erbittiima koo duriin
~ uffadha hammayyu
~ dhala hin qabu jechuuf
~ arge Akaakayyuu!
~ maaloo yaa Gooftaa koo
~ Ati na jabeessi
~ Obsa kee naaf kennii
~ na tasgabbeessi
~ dhala koo waliin
~ wal na agarsiisi
~ bakka gadda kootii
~ gammachuu naaf buusi ×2
Qopheessaan wlaloo Barataa #Umar_Ahmad
yuunivarsiitii Haroomaayaa irraayyi JZkll jennan.
Namni Harmee teessan Jaallattan #Like & #Share 👌"https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Hamza mohammed👉offical
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
♻️Ergaaman rabbii 《ﷺ》 akkanaa jedhan
"Yaa ummataa kiyyaa har'aa duniyaa boru akiraa Anii wantii isiinif sodadhuu du'a osoo hin taane Qabriidha"jedhan
★★★★★★★★★★
Yoom akka duutu ni beekta ??
Bakka itti duutu nu beekta ??
Akka itti duutu ni beekta ??
Hundii keenyaa hin beeknu guyyadha eynaa malee.haa qophofnuu mee osoo guyyaa sun hin gahiin .
♻️Rassullii rabbii 《ﷺ》 akkana jedhan "Qabriin tuun yoo ilaalan bolaa biyyeeti garuu keessi ishii wahumaa lama jedhan
1 #Takkaa Caffee Jannata
2 #Takkaa Bolaa ibiddati jedhaan "
Yaa rabbii laala gubaa Azaaba jaala janaa nuu baasii
Rabbiin Katiima Teenya Nuuf Haa Tolchuu
#Share__godhu__hin__dagatinaa #Obbolleyyan keetiif Jzkl★★★
Barakallaahu fiikum
@official Hamza m/d

#ODUU_GAMMACHIIFTUU
As wr wb Kabajamtoota Obboleeyyan keenya qaqqaalii
Nashiidaa Haaraya Video Clip'n kan Hojjatame Bu,aa Bahii Hedduu fi Ifaajjee Guddaan kan Hojjatame.
Video Clip'n kun Obboleeyyan Keessan #Muaz_Mohamed fi #Hamza_Mohamed'iin kan kan Hojjatame yeroo dhihotti kan Gad dhiifamu taha.
Obboleeyyan Kiyya #Share Waliif Godhuun Waliif Dabarsaa !
Liinkii armaan gadii tuqaa YouTube keenyas Subscribe Godhaa ! Nu Eegaa
🤏https://www.youtube.com/channel/UCcJpVBWCi77SqjDWbTQ2jdw

Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "HAMZAAN || Mana hidhaa bahee Mudannoo Achi keessaa Yoo dubbatu 😎" on YouTube
https://youtu.be/3iWsxujUHlE
https://youtu.be/3iWsxujUHlE
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch ""Eenyuutu Abbaadha ? || Filima Gabaabaa Afaan Oromoo 2020 Guutuu Isaa _ Oromic Film 2020 Who Is Fthr" on YouTube
https://youtu.be/rnvFLVvwljY
https://youtu.be/rnvFLVvwljY
YouTube
"Eenyuutu Abbaadha ? || Filima Gabaabaa Afaan Oromoo 2020 Guutuu Isaa _ Oromic Film 2020 Who Is Fthr
Guutuun Isaa Kunooti kana Warreen Channel Keenyaaf haaraya Taatan #Like #Share #Subscribe Godhaa Videoleen teenya Saffisaan Isin dhaqqabdi
Forwarded from Robsan Mohammed