Forwarded from Reality๐ง via @Hopeprobot
๐งฉViidiyoo daqiiqaa lamaa addunyaa boossise barumsa guddaa qabu kana ilaalaa
๐๐๐๐๐๐
๐ต ๐ฑ ๐ฆ ๐พ ๐ป ๐ฎ ๐ฉ ๐ช ๐ด
๐๐๐๐๐๐
๐ HUBANNOOLEE
โฃDurba durbummaa qabdu tokko utuu bira hin gahin maloota akka isheen durbummaa qabdu ibsan 7 dubbisuuf. Barreeffama kana Tuqi.
๐Dhiirota amanuun baayyee rakkisaadha kanaaf maloota dhiirri tokko dhugaadhaan nu jaallachuuf dhiisuu isaa afaan isaarraa gaafannee maloota ittiin adda baafannu 6 dubbisuuf.
๐Maloota dhukkuba suusii akka sigaaraa,caatii,alkoolii,Facebook,fi wantoota suusii ta'an hunda maloota ittiin ofirraa ittifnu 8 dubbisuuf.
๐Walaloowwan jaalalaa jechoota jaalala garaa nama qabbaneessaniifi nama amansiisan argachuuf.
๐Asoosamoota ajaayibsiisoo fi dinqisiisoo ,jechamoota jaalalaa ,saayikooloojii , hubannoofi kaka'umsaa๐บ

Forwarded from Odaa Electronics via @Hopeprobot

You tube keenya khana subscribe godhaa da'awalee adda adda fi dirmalee ba babarda ittin bohratan irra arkatan
JABALUU FII BEETIIN ARRA AKKNATTI WAL SALAAMAN !!!
==========================================
By: Ibsaa Dhugaa
Rasuulli Rabbii S.A.W ani dubartii harka hin fuudhu jedhe.
Ustaaz Ahmaddiin jabaliis Jechuma Rasuulaa San dhugoomsuun Jaartii Dr. Abiy taate akkasuma gaazeexeessituu beekkamtuus harka hin fuudhu jadhee dide.
Yoo ati if kabajje namni hundi si kabaja akkasuma yoo ati daangaa amantii teetii eeggattee amantii tee kabajje RABBIIN addunyaa fii aakhiratti kabajaa sitti godha.
Dargaggoonni keenya hundi Ustaaza keenya kana fakkeenya godhadhaa amantii teessaniif Dhugaan dhaabbadhaa falmaa.
Galatoomaa

Beeksisa amma karaa telegram argachuu dandeessan tuquun galmaahaa
Dv (carraa amerikaa bahuu) karaa telegram maqaa keessanii kaaftanii hamma dhumaatti guutuun galmaahuun lakkoofsa fudhadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
Lootirii Ethiopia galmaahuun book Acount keessan guutuun yoo isiniif bahe
Badhaafamaa
Galmaahuuf >>OK<<
Barattoonni akka Gaaffii afaan oromoo dorgomuun karaa book account keessanii badhaafamuu barbaaddan carraa tolaa kanatti fayyadamuun gaafficha irratti hirmaadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
carraa gaarii abbaa carraaf
Hub. Dorgommiin kun kaffaltii hin barbaadu

Robsan Mohammed
๐Gorsale adda adda fi nashidale harawa arkkachuf channela khenya join godha๐ittin buhara kofla gammada obaleyyan khessanifis #sher #sher ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@officialrobsan
@officialrobsan
@officialrobsan
https://t.me/officialrobsan

Telegram

Yada yo qabattan
@Hubbishka
@officialrobsan
@officialrobsan
Yada yo qabattan
@Hubbishka
Rasulii keenya saw akkana ja'an namni guyyatiุณุจุญุงู ุงููู ูุจุญู
ุฏู (subhan allah wa bi hamdihi) yeroo100 ja'e osoo diliin isa akka ommacha bahara kanalle taate diliin isa irra haqamti ja'an sanifuu ikhwani jecha lafa khana guyyarra yeroo 100 jechu dhan dilii teenya firra ha haynu (ุณุจุญุงู ุงููู ูุจุญู
ุฏู)
Yeroon Seenuufi Yeroon galuu Wanti Abbaan kee fuula natti guuraa oluuf Maaltu Jira?, ani siin gaafadhe malee yoomin Harmee tee gaafadhe?๐๐ณ
๐๐๐๐๐๐๐
@Orosarcasm @Orosarcasm
๐๐๐๐๐๐๐
@Orosarcasm @Orosarcasm
Forwarded from Mr. Geme ๐
Akkamitti user name fb keessanii akka jijjiirtaniifii akkamitti akka fb keessanitti liinkii gootan viidiyoo kanarraa ilaalaa.
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/ToJRaiJ8Ge8
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/ToJRaiJ8Ge8
ALLAAHU YA RABBII๐คฒSi BONYEE๐ญ๐ญ๐ญ๐ญYA RAHMAAN.
HADAARA AKKA NUN GUBNE AZAABNI KHEE SAN HAMMAAN. ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
@Maherzain123

๐๐พโฅ๏ธ๐Dafaa tokko filadhaa! Filannoo keessan tuquun " join " jedhaa๐ฉโโ๏ธ๐
๐ โโHub: Tokko caalaa filachuun dhorkaa dha. Wal gahuu dhiisuu danda'a waan taโeefโฃ๐๐ฟ

Forwarded from Deleted Account
โคnashidan
๐senale sahaban
โคhadisa rasulatin
๐ณ Qalbi if qabbanessuf๐ณ
Filanno asin gadi khana
Filadha
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐Ittin buhara ๐
๐senale sahaban
โคhadisa rasulatin
๐ณ Qalbi if qabbanessuf๐ณ
Filanno asin gadi khana
Filadha
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐Ittin buhara ๐
Mootummaan naannoo Amaaraa miidhaa Mooxaa sanaaf jecha Muslimootuma irratti tarkaanfii fudhachuuf qophaa'aara
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
Itti gaafatamtoonni sababa shororkaa Mooxaa hidhamanii turan hiikamaniiru
Naannichi daldaltootaaf beenyaa kennuu dhiisee gibira kafaluu gaafataara.
Wixata Muddee 27/2012 Finfinnee Itoophiyaa
@ Sagaleen keenya haadhaga'amu
Miidhaa magaalaa Mooxaatti aangawoota mootummaafi poolisoota dabalatee masjida afuriifi dhaabbilee daldala Musljmaa irratti raawwatame ilaalchisee gaaffiin 5 manni marii dhimma Islaamaa isaaniif dhiheesse hanga ammaatti hin deebine. Miidhaa sanaan wal qabatee aangawoonni afur hidhamanii turanis hiikamaniiru.
Miidhaa kanaan dura masjidota naannichaa irratti raawwatameef kan godhames kanuma. Naamnicha keessatti masjidni baay'een gubatee baay'een diigameera. Garuu namni itti murteeffame tokkollee hin jiru. Fafakkeessuu qofaaf guyyaa murtaa'aa namoonni murtaa'oon hidhamanii ba'u.
Miidhaa Mooxaa kanaan manneeniifi suuqii 400 ol akka gubaman godhameera. Garuu mootummaan naannichaa warri harka keessa galfatan dura bu'ootas dabalatee warra miidhameef beenyaa kafaluufi gadi dhaabuu dhiisanii ariitiin gibira akka kafalan ajaja dabarsaniiru. Warra daldalee qaraxa kafalu tiksuu dhiisanii warra saamame gibira gaafachuun namooma dhabuudha.
Miidhaan kun hundi ga'uu didee rakkoo dhaqqabeef itti gaafatamaa muslimootuma gochuun baay'ee nama gaddisiisa. Har'a bulchaan naannichA Ob. Tamasgen Xiruneh ibsa kennaniin "warri majlisa seera qabeessa diiguuf socho'aa turan gubaa masjidichaatti hirmaataniiru" jedhee ibse. Kana jechuun naannichi Muslimootuma irratti tarkaanfii fudhachuufi erga saamichaatii tarkaanfii mootummaatiif saaxilamuuf deemu. Akkuma Mooxaa isaan kaan irrattis tarkaanfiin ni fudhatamaa akeeka.
Miidhaa kana hundaaf bulchaan naannichaa warra ergama addaa qabu jalatti kufee Muslimoota qoqooduuf hojjataa jiruuf majlisni naannoo Amaaraa yeroo wayyaaneetii kaasee hin jijjiiramintu itti gaafatama; seenaattis galmaa'ee taa'uu qaba.
Lammii dhugaatti dabuufi haqaaf qabsaa'u uumuudhaan biyya keenya gara qaroominaatti ceesifna.