Forwarded from Deleted Account
β€mal arkachu barbaddan
π³Filannon tessaniπ³
ππππππππππ
π³Filannon tessaniπ³
ππππππππππ
π³ Yaa Rabbii Adduniyaa tana irratti bishaan zamzamaa nu obaasii
Aakiritti bishaan laga kowsar nu obaasi kan namni isa dhuge lamuu Hin Dhoobane jedhan Nabiin ο·Ί
Ollaah Ergamaa Rabbii ο·Ίο·Ίο·Ίο·Ίο·Ίο·Ίο·Ί nu qubsiisii yaa Allaah

Robsan Mohammed
πGorsale adda adda fi nashidale harawa arkkachuf channela khenya join godhaπittin buhara kofla gammada obaleyyan khessanifis #sher #sher ππππππππππππππ
@officialrobsan
@officialrobsan
Yada yo qabattan
@Hubbishka
https://t.me/officialrobsan

Telegram

#Oduu_Aammee π€π€π€
Dammaqi dammaqi " jecha kana yeroo hedduun itti deddeebi.aa jira
Akkuma suuraa Armaan gadii irratti argitanitti itti aanaan kaantiibaa finfinnee enjiner takkala uumaan
Manni amanataa betakiristiyaanni 15n akka ijaaramuuf dachii kaarre meetira kuma 325 kannee jira isaaniif gammachuun haala kanaan badhaasaniiru .
Nuti Asii masjiida keenya gubaa beetakiristiyaana 15 yeroo tokko ijaaruun maal jachuudha ???
Masjiidni akka ijaaramuuf dachii kaarre meetira kuma 3 gumaachee bahati tokko boodaa ijarraa ni regalia ja.ae ijaarsi eegalamees hin jiru dura bu.aan majlisa federaalaa xalayaa itti erguu dhageettii hin arganne
Yaa Rabbi silaa simalee maal qabnaa miti isaan Amantii islaama dhabamsiisuudha kaayyoon isaanii atummaan nuuf dirmadhu
Share Share godhaa waliin gahaa

Watch "Nashiida hamza sheikh Jabir" on YouTube
https://youtu.be/q0FtB9sz7sg
https://youtu.be/q0FtB9sz7sg
YouTube
Nashiida hamza sheikh Jabir
Duniyaa
Dalagaan Ilma Nama Guyyaa Kamisaa Gara Samii Ol Fuudhamti Rabbiin Galmee keeyrii Irraati Isiin Haa Galmeessu Ergamaa Rabbii ο·Ί Irratti Salawata Buusa {S.A.W }
"Ergamaan Rabbii ο·Ί Akkii Jedhee
Salawataa Narrati Heeddummeesa Halkaan Kamisaa fi Guyyaa Jumu'aa Namnii Salawataa Takka Irrati Buusee Rabbii Rahamata Kudhii Isinii Irraati Buusaa"
βΨ§ΩΩΩΩΩΩΩ ΩΩ Ψ΅ΩΩΩΩ ΩΩ Ψ³ΩΩΩΩΩ Ω ΩΩΨ¨ΩΨ§Ψ±ΩΩΩ ΨΉΩΩΩΩ ΩΩΨ¨ΩΩΩΩΩΩΨ§ Ω ΩΨΩΩ ΩΩΨ―Ω ο·Ίβ€

Forwarded from Mr. Geme π
Asoosama ajaayibaa SI-MALEE kutaa 1ffaa.
Asoosama seenaa namatti toluuf nama hawwatu qabudha daawwadhaa hamma dhumaatti hordofaa.
ππππππππ
https://youtu.be/P7z6OxtA-1s

Watch "Prank Comedy Ittiin booharaa π€£π€£π€£" on YouTube
https://youtu.be/s8XHIAD2nKY
https://youtu.be/s8XHIAD2nKY
YouTube
Prank Comedy Ittiin booharaa π€£π€£π€£
Warren channel YouTube keenyaaf Haaraya taatan Subscribe godhuu hin dagatinaa Galatoomaa !
ππΎβ₯οΈπDafaa tokko filadhaa! Filannoo keessan tuquun " join " jedhaaπ©ββοΈπ
π ββHub: Tokko caalaa filachuun dhorkaa dha. Wal gahuu dhiisuu danda'a waan taβeefβ£ππΏ

π³. Adduniya Tana fi wontti isii keessa jirtu Cuftii isiitu Abaaramtudha Nama 2 malee Je'an Ergamaan Rabbii ο·Ί Isaan Aalima fi muta'allim
( Muslim Gabaase)
Anaafi Attii kam keessa jirra Aalima. Muta'allim mo worra Abaarame san keeysa jirra ofumaaf of haa gaafnu???.
. Abaarama Hin tayiin
dandeettu Aalima tayi
Dadhabdu Barata Aalimaa tayi
Dhabdu sahiba Aalima tayi
Dhabdu Aalima jaaladhu Hin jibbiin.
πΉ. Ergamaan Rabbii ο·Ί Akkana jedhan namni Aalima Biyya isaa keessa jiru kan diini Rabbii isa Barsiisu tokko jaalate kabaje Akka nama Na Agree na kabajee na jaalateetti je'an.
Rabbiin nama Aalima isaa jaalatee jaalala Ergamaa Rabbii ο·Ί Argattu isiin haa Taasisu
Jaalala Sahaabotaf kenne jidduu
Muslima Nuuf Haa kaayu
Worra Abaarama san keessas mitti
Worra Aalima fi muta'allim irraa nu Haa Taasisu Rabbiin.