﷽
إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﷺ
@Hanuudi_Mohamed

Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (mame jarba)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
irra caala uuma
irra bareeda nama
jaalalle miliyoona
dasi ganda lama
rahmata aalama
irratti haa bu'uu rahmanni rabbi aalama
صلى الله عليه وسلم
صلى الله عليه وسلم
@mustaqbal11
@mustaqbal11
irra bareeda nama
jaalalle miliyoona
dasi ganda lama
rahmata aalama
irratti haa bu'uu rahmanni rabbi aalama
صلى الله عليه وسلم
صلى الله عليه وسلم
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Deleted Account
YouTube
Nama qalbii qabu qofaaf
Forwarded from Deleted Account
Oboleeyan Rabbiin jannataan isin haa qananiisuu maati tana haa dhaqabnu rakkoo cimtuu kheysa jiranii share godha waliin gehaa
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jechi ilma nama jabeenya siif haa tahu male sababa dadhabina keeti hin tahin
Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from SALAH MOHAMMED
Eeyba kiyya narra hin
hafinaa guyya isiniif himama😜😍
Kanaatu isinirra nabachiise jecha dhifama🙏🙏 gaafanna rabbi jecha isin jaaladha
@OfficialSalah

Forwarded from meerkurii Rabsitu Diini Official
As. War. Wab. Obboleeyyan Islaamaa Bakkuma Jirtan Maratti Nageeyni Rabbii Isin Waliin Haa Jiraatu, Oduu Gammachiiftuu, Jamal Abu Muaz, Abdii Rabbiitiin Waamicha Gama Kheeyriidhaa Afeerraa Nuuf Godheeti Jira. Sababaan Waamicha Kanaatiis Gumaacha Yookaan Deeggarsa Ahlu Zikr Dawah Show Haala Yeroo Waliin Akka Deemuu Danda’uuf Abu Muaz Qophii Isaa Xumuree Amantii Islaamaa Saba Keenya Barsiisuudhaaf Tamsaasa Isaa Gara Marsaalee Socail Miidiyaa Irraan Tamsaasuuf Kan Xiyyeeyfate Itti Fufuudhaaf Qophaawee Jira. Yoom Kana Qofa, Namoottan Gara Amantii Islaamummaa Dhufaniis, Garee Amanuu Fi Amantiin Wal Bari Jettu Keeysattiis, Namoottan Hedduudhaatu Barachaa Jira Alhamdulillaah. Akkasuma Rakkataa Fi Miidhamaa Harka Qalleeyyii Keenya Hundaaf Sagalee Ta’uudhaan Hawaasaan Wal Qunnamsiisaa Dirqama Bahaa Jira. Arra Studio Ahlu Zikr Dawah Show Kana Guddisuudhaaf, Qabeenyaa Fi Humna Waan Barbaachisuuf Meeshaalee Studio Akka Gara Kameraa Bilbilaarraa Gara Digital Camera, Compura, Softi Werii, Fi Kan Kana Fakkaatan Waan Barbaachisuuf Wal Bira Dhaabbannee Akka Amantii Teenya Waliin Calaqqisiifuuf, Hawaasa Muslimaa Kan Addunyaa Tanarra Biyyoota Adda Addaa Keeysa Jiraattan Hundaaf Afeerraa Bara Haaraya Dhufaa Jiru 2021 Kana Baatii Amajjiidhaa Akka Gumaacha Gootanii Qoodha Guddaa Irraa Fudhattan Kabajaadhaan Waamicha Obbolummaa Islaamaa Fi Sabaa Isiniif Godheeti Jira. Kanaaf Ahlu Zikr Dawah Show Bira Dhaabbachuudha Qabna. Waan Kheeyrii Fi Sodaa Rabbii Irratti Wal Haa Gargaarruu.
*** وَمَنۡ أَحۡسَنُ قَوۡلاً۬ مِّمَّن دَعَآ إِلَى ٱللَّهِ وَعَمِلَ صَـٰلِحً۬ا وَقَالَ إِنَّنِى مِنَ ٱلۡمُسۡلِمِينَ ( ٣٣ ) فُصّلَت ***
Nama Gara Rabbiin Tokkichoomsuu Fi Shari’aa Isaatti Yaame Kan Hojii Gaarii Rabbiin Jaalachiisu Hojjate, Ammaas Ani Warra Harka Kennuun Ajaja Isaa Jala Deeme Iraaahi Ja’e Irra Namni Jecha Baredu Inuma Hin Jiru. Namni Kana Hunda Hojjate Namoota Hundarra Jechaan Bareedaadha Ykn Caala.
Kanumatti Aansee Guyyaaniis:
Amajjii {January} 29 Fi 30 2021
Guyyaa Sabtii (Sambata Xiqqaa Fi Guddaa) Kana. Sa’aa U.S.A Minnesota Ganama @11AM Jalqaba. Ammoo Sa’aa Oromiyaa Galtala Alhadaa Sa’aa Isaa’ii Booda Jala Qaba.
Yoo Gaafii Qabaattan Lakkoofsa Bilbilaa Kanaan Koree Qindeeysituu Alhu Zikr Dawah Show Qunnamaa. +1952-288-1284 +966594348458 +1612 5458528 Fi 1+5874096505 As. War. Wab
Tun Afeerraa Obbolummaa Islaamaati. Deeggarsa Alhlu Zikr Dawah Show Beeytuu Laataa? Linkii Kana Share Waliif Godhaa Jzk Kheeyran
Liknk Garee 1FFaa
https://chat.whatsapp.com/JnlM0xocm8kIFWDlsNuUuO
Garee 2FFaaa https://chat.whatsapp.com/J4rn7Y5EaG10BkLw2ENQ1w
Gare 3Fffaa
https://chat.whatsapp.com/E6GfCXPO7L7LBmjnNTFZPO
Telegiram 👇
https://t.me/joinchat/HEbhg0Zhmf6cMtX39A3j8A

WhatsApp.com
2️⃣𝐆.𝐄𝐲𝐛𝐚 𝐀𝐡𝐥𝐮𝐳𝐢𝐤𝐫 𝐃𝐚𝐰𝐚 𝐒𝐡𝐨
WhatsApp Group Invite
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (mame jarba)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🎑Ergaa galgalaa
wlh dhugaa dubbachuuf diliin nuti daleynu hedduudha akkasuma wajjin rabbi nu sattara san gubbaan akka nuti dhiifama isa gaafannuf nu yaama deebi'ee dilii san nuuf araarama
qananii tana hundaafu الحمد الله jachu hin dagatin الحمدالله لحمدالله
@mustaqbal11
@mustaqbal11
wlh dhugaa dubbachuuf diliin nuti daleynu hedduudha akkasuma wajjin rabbi nu sattara san gubbaan akka nuti dhiifama isa gaafannuf nu yaama deebi'ee dilii san nuuf araarama
qananii tana hundaafu الحمد الله jachu hin dagatin الحمدالله لحمدالله
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤ (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤ (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from Eid Abdusalam
Wal dorgommii nashiidaa ( CAN YOU SING ? )
Marsaa afuritti (4)kan raawwatu yommu tahu marsaa duraa nama kudhan ( top 10) filama
Marsaa lammadaatti nama jaha(top 6) filama marsaa sadaffaa nama sadi ( top 3) boodarra sadeen wal dorgomsiifne kan moohate badhaasa walaloo fi yadaloo kafaltii studio wajjiin kannamaaf.
1: Haalaataan sagalee kheeysan ittiin nuuf ergita videon tahuu qaba.
2: Daqiiqaa lamarra kan hin gabaabanne tahuu qaba.
3: Yeroo video kheeysan nuuf ergitan maqaa kheeysan ilaa akhaakhoo fi magaalaa jiraattan nuuf barreeysitan.
Nashiidaan jattan yoo tan afaan oromoo tahe filatama: jattanii gama telegram @Eidofficial gubbatti nuuf ergitan eegasii gama YouTube gubbatti kan gad dhiifnu taha.
https://youtube.com/c/EidAbdusalam
Qaphxiin 30% hordaftootaan kan comment jalatti kannamu yommuu taha 70% Anaafi munshidoota birootiin kan kannamu taha
Gaafiin yoo qabaattan @Eidofficial nuqunnamaa
@EidAbdusalam