Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hijaabni khoo bareedina khootti ❀
bareedina khootti ❀
Khabajaaf ulfiinaa dubrra islaamaati ❀ dubbartii islaamaatii ❀

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Nuru Al Shams Official (Mahdi A Yusuf)
As wr wb Odayfannoo gammachiisaa

Hawwiin isin filmii Arthoghrol/Usmaaniyyaaf qabdan hedduu bareedaadha. Galatoomaa.
Baaylamni kheenya Khan filmii Arthoghrol/Usmaaniyyaa gad lakkisurratti isiniif seenne san insha Allah guyyaa boru Dec.6. 2020 ganamarraa sa'aa 2:00 am waan isiniif gad lakkisnuuf akka nu hordoftan kabajaa fi jaalalaan isin beeksifna

Facebook page:Nuru Al Shams
Telegram:Nuru Al Shams Official
Youtube:Nuru Al Shams
Like
Share
Subscribe
Forwarded from Nuru Al Shams Official (Seid A Yusuf)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Artaghrool Kutaa 1ffaa
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
Audio
Best Nashed🎀
Muneshid: Elemo Shakur Cover by:Abdufe
JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘
@elemoshekur
@elemoshekur
@elemoshekur
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Aaya yoo yadatte si gammachistu☺☺☺ siif sodaachistu 😟😟😟

By suheyba Adam
join πŸ‘‡πŸ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Audio
αˆ±αˆ¨α‰±αˆ αŠ«αˆ…α πŸŒΈα‰°αŒ‹α‰ α‹™ ልኝ🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
rabbi wajji irakachun hatta yaaduulleen gehaadha rahaa arakchuuf

@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (mame jarba)
✍Ergaa galgala
ibnul joyziin rabbi haa araaramuufi akkana ja'aa Haala khee khana laali yoo kha du'aafi qabrii tahu tahe itti fuufi ammoo yoo laman khanaf tahuu baate dafii khara RABBII deebi'ii
@Mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Robsan Mohammed
Namatti hin koflinπŸ˜‚
Namaas hin jejin😏
QubaaπŸ‘‰namatti laattee ittin qoosin😁
Atis boru maal akka si mudatu hin beeytu😒

Warreen dhiraaπŸ§β€β™‚ammoo dubartiinπŸ§β€β™€tun daimaπŸ™‡β€β™€ guddaadha yoo takka si jaalatte❀️ akka waan si malee namni biraa hin jirretti si jaalatti❀️
Ati isi fuutee nikaa godhatte jaalala❀️isii san bakaan gahuufi yoo hin dandeenye itti dhiyaatte akka isiin booda midhamtu😒hin godhin namni oboleeytii😒dhala qabu dubartii hin miidhu😒
Yoo dandeeysan tan jaalattan❀️ nikaa goradhaa fuudhaa yoo dadhabdan hujii tessanitti jabadhaπŸ’ͺ

Garuu dubartii miidhurraa of qusadhaa😒😒😒😒Plss

#Dubartiin_haadhaπŸ‘΅πŸ»
#Dubartiin_obbolleeytidhaπŸ‘©
#Dubartiin_jaartiidhaπŸ‘Έ
#Dubartiin_wahunda wi 😊

Horaa bulaa
Carraa tolaa

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed