Forwarded from Iyyaasuu Post
Yoo nama gaarii taate namatu si dhaba malee ati nama hin dhabdu.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Waanti akka of tuulummaa nama salphisu Addunyaa kana irra hin jiru.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Maqaan Yeroo hundumaa waamnaan nama hin nuffisiifne, YESUUS Qofaadha!
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Murteessan Addunyaa hojii keessatti ka'umsadha. Ka'umsike hin jabaanne(Sirrii) miti taanaan kufuunke waan hin oolle.
___ Plato
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
___ Plato
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota 2ffaa.(1).pdf
295.9 KB
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 2ffaa kunooti.
Kutaan 3ffaa itti fufa.
Tarkaanfiin Fulduratti.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Kutaan 3ffaa itti fufa.
Tarkaanfiin Fulduratti.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
(Sammuun kee Baankii yaadaati)
***
'Maaltu sammuufi Baankii wal fakkeessa?' jechuu dandeessa. Ilaamee, Baankiin inni ati qarshii itti qusattu akkuma jirutti tahee, sammuun ammoo iddoo ati yaadakee itti qusattuudha. Yaadatu qarshiitti jijjiiramee si jiraachisa. David Schwartz yaada kee guyyuu guyyuu iddoo 'Mind Bank' jedhutti qusatta jedha. Yaadonni kuni guddatanii yaadannoo kee tahu. Yeroo rakkoon si mudatu akkuma qarshii baankiitti qusatte baastee dhimma itti baatu, yaada keetiis 'Mind Bank' keessaa baastee dhimma itti baata. Yaadoota gaarii yoo qusatte yaadota gaarii baasatta! Yaada badaas yoo kuufatte ammoo akkasuma!
Yaadota kana eessan argadhee kuufadha jettee yaaddaa laata? Naannoon kee madda yaadaati, kitaabni ati dubbistu madda yaadaati, hiriyaan kee madda yaadaati...! Garuu dogoggorri ati uumuu hin qabne yaada badaa (Negative thoughts) gonkuma hin kuufatin! Mind Bank kee haalatti (Efficiently) itti fayyadamuuf waa lama raawwadhu:
Tokko:- Yaada gaarii qofa kuufadhu (Deposit only positive thoughts in

Dubbii Afriikaanota!
- Xalayaan Onnee fuulaan(miiraan) dubbifama.
Keeniyaanota
- Gurri gorsa hin dhaggeeffanne, xiyyaara kompaasii hin qabnedha.
Chaad
- Gorsi akka keessummaati, galgala dhufa, yoo simatan yeroo hunda nama waliin jiraata.
Malaagaayi.
- Bakka jaalalli jiru dukkanni hin jiru.
Buruundota
Guyyaa Gaarii Qabaadhaa!

Yoo Ogummaa qabaatte Maallaqatu si barbaada, yoo hin qabne immoo situ maallaqa barbaada.
Atileetin beekkamaan biyya JAMAICA Useen Bolt Meedaliyaa Warqii 9 Oloompikii 3 irratti moo'achuu kan danda'e yoo ta'u, walumaa galatti kan inni fiige daqiiqaa 2 hin guutu sekondii 115 qofa. dorgommii kanaanis doolaara America miiliyoona 119 argate. Giddu galaan sekondii takkatti miiliyoona tokko jechuudha,
Garuu sekondii 115n kana fiiguf waggaa 20 guutuu dhama'aa ture.
Ogummaa yoo qabaatte kan dhabdu hin qabdu. Hammamuu yoo dhamaate gatii dhamaatiikee sirriitti akka argattu waan beektuuf.

Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaan kuno sin qaqqabeera. Dubbisaa Yaada keessan naaf qoodaa.
Tarkaanfiin Fulduratti.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Tarkaanfiin Fulduratti.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaa(1).pdf
291.7 KB

βCabbiin bonaaf, bokkaanis yeroo makariif akka hin taane, akkasuma ulfinni immoo nama gowwaadhaaf hin ta'u.β
β Fak. 26:1
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
β Fak. 26:1
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Gonkumaa! Wallaalaa fi Gowwaan sin kabaju, KABAJA irraa hin eegiin.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Hanga ati mootee( milkooftee) argamtuutti eenyullee dhimmake hin qabu( hin dubbatuuti) mo'ii(milkaa'ii) malee.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
βNama sobee afaaniin namatti kuulu irra, nama balleessaa namaa namatti mul'isee nama ifatutu, gara booddeetti caalaa jaallatama.β
β Fak. 28:23
Nama Afaaniin si jaallatu irraa fagaadhu! Inni Qodaa seexaniiti. Isaafu kadhadhu akka fayyu. Inni dhukkuba hamaadha qaba.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
β Fak. 28:23
Nama Afaaniin si jaallatu irraa fagaadhu! Inni Qodaa seexaniiti. Isaafu kadhadhu akka fayyu. Inni dhukkuba hamaadha qaba.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Bakka Argama Kitaaba #Sagalichaa.
1. Mana Kitaabaa Yoomiyyuu Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Baankii Bunnaa cinaa.
2. Yunivarsiitii Wallaggaa Bilbila +251900342123
3. Yuniversiitii Madda Walaabuu Bilbila +251979652622
4. Mana Kitaabaa Taarraqaa Abarraa Amboo
5. Yuniversiitii Mattuu bilbila 0918951900
6. Yuniversiitii Arbaa Mincii bilbila +251972549826
7. Yuniversiitii Amboo Kaampaasii HAACALUU HUNDEESSAA +251943581848
8. Yuniversiitii Gaambeellaa. Bilbila 0983215058
9. Naqamete Marfata Lammaffaa Ijoollota Daandii Irratti kitaaba gurguran bira.
11. Mana Kitaabaa Bakir Saphaloo Shaambuu
12. Focus, Yuniversiitii Amboo
13. Focus Yuniversiitii Dambidollo
14. Focus Yuniversiitii Mattuu
16. Focus Yuniversiitii Madda Walaabuu
17. Waldaa Dhagaa Goolee Shaambu
18. Yuniversiitii Dambidollo bilbila +251 91 713 4900
Bakkeewwan raabsame birootii dhumee jira, bakka kanatti qofa argama
Dubbisuun itti kufa
Tarkaanfiin Fulduratti