Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaa(1).pdf
291.7 KB
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaan kuno sin qaqqabeera. Dubbisaa Yaada keessan naaf qoodaa.
Tarkaanfiin Fulduratti.
π JION
@Iyyaasuupost

βCabbiin bonaaf, bokkaanis yeroo makariif akka hin taane, akkasuma ulfinni immoo nama gowwaadhaaf hin ta'u.β
β Fak. 26:1
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
β Fak. 26:1
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Gonkumaa! Wallaalaa fi Gowwaan sin kabaju, KABAJA irraa hin eegiin.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Hanga ati mootee( milkooftee) argamtuutti eenyullee dhimmake hin qabu( hin dubbatuuti) mo'ii(milkaa'ii) malee.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
βNama sobee afaaniin namatti kuulu irra, nama balleessaa namaa namatti mul'isee nama ifatutu, gara booddeetti caalaa jaallatama.β
β Fak. 28:23
Nama Afaaniin si jaallatu irraa fagaadhu! Inni Qodaa seexaniiti. Isaafu kadhadhu akka fayyu. Inni dhukkuba hamaadha qaba.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
β Fak. 28:23
Nama Afaaniin si jaallatu irraa fagaadhu! Inni Qodaa seexaniiti. Isaafu kadhadhu akka fayyu. Inni dhukkuba hamaadha qaba.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Bakka Argama Kitaaba #Sagalichaa.
1. Mana Kitaabaa Yoomiyyuu Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Baankii Bunnaa cinaa.
2. Yunivarsiitii Wallaggaa Bilbila +251900342123
3. Yuniversiitii Madda Walaabuu Bilbila +251979652622
4. Mana Kitaabaa Taarraqaa Abarraa Amboo
5. Yuniversiitii Mattuu bilbila 0918951900
6. Yuniversiitii Arbaa Mincii bilbila +251972549826
7. Yuniversiitii Amboo Kaampaasii HAACALUU HUNDEESSAA +251943581848
8. Yuniversiitii Gaambeellaa. Bilbila 0983215058
9. Naqamete Marfata Lammaffaa Ijoollota Daandii Irratti kitaaba gurguran bira.
11. Mana Kitaabaa Bakir Saphaloo Shaambuu
12. Focus, Yuniversiitii Amboo
13. Focus Yuniversiitii Dambidollo
14. Focus Yuniversiitii Mattuu
16. Focus Yuniversiitii Madda Walaabuu
17. Waldaa Dhagaa Goolee Shaambu
18. Yuniversiitii Dambidollo bilbila +251 91 713 4900
Bakkeewwan raabsame birootii dhumee jira, bakka kanatti qofa argama
Dubbisuun itti kufa
Tarkaanfiin Fulduratti

Eeyyee!
βOf gurguddisuun, gad deebii namatti fida, kan gad of deebisu garuu, ulfina in argata.β
β Fak. 29:23

Waaqayyo balbala guddaa utuu siif hin baniin balbala xiqqaake hin cufu.
Inni suuta jedhee garake dhufee si dinqifachiisa.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Inni suuta jedhee garake dhufee si dinqifachiisa.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
βWarra kakuu isaa fi abboommii isaa eegan hundumaaf, karaan Waaqayyoo hundinuu karaa gaarummaatii fi karaa dhugaa ti;β
β Far. 25:10
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
β Far. 25:10
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Bakka beektonni hedduu jiranitti rakkoon wallaalummaa hin jiru.
Suwahilii
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Suwahilii
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
- Kan akka Gowwaa beekumsaa fi Ogummaa jibbu hin jiru.
- Waan dubbattu beekuun beekumsa, yeroo itti dubbattu beekuun garuu Ogummaadha.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
- Waan dubbattu beekuun beekumsa, yeroo itti dubbattu beekuun garuu Ogummaadha.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Wanta Yaaddu to'achuu hin dandeessu taanaaan wanta gootus to'achuu hin dandeessu.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Warra jaallannu jaallachuu irratti Yeroo keenya waan fixnuuf warra nu jibban jibbuuf yeroo hin qabnu.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
- Doggorike si ibsuu hin danda'u. Ati dogoggorake caalaa nama cimaadha.
- Nama cimaa utuu hin taane irra caalaattI kan ajaa'ibsiifatamuun ta'uuf, akka inni nama cimaa ta'u isa barsiisedha.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
- Nama cimaa utuu hin taane irra caalaattI kan ajaa'ibsiifatamuun ta'uuf, akka inni nama cimaa ta'u isa barsiisedha.
π JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Qajeelfamoota galma baafachuu fi milkeessuu nu dandeessisan salgan-
Kana itti fayyadamee waanan milkaa'eef sinillee akka kolfootan siniif qooduufan jaalladhe; mee itti dhiyaadhaa.
1. Jireenyakee keessatti bakka ga'uu barbaaddu yaadi.
2. Kaayyoo jireenyakee kana murteeffadhuu ejjennoo irratti qabaadhu.
3. Galmake hima salphaatti hubachuu dandeessun barreeffadhu.
4. Galmake ilaalchisee waan dandeessu hundumaa qorannoon baruuf dhama'I.
5. Yeroo itti galmake milkeessitu murteeffadhu.
6. Murtiinke sirrii ta'uusaa adda baafachuuf Waaqayyon kadhadhu. Murtiinke dogoggora yoo ta'e waan bu'uurumaan dogoggora ta'e sirrii gochuun waan hin danda'amneef dhiisi.
7. Galmake milkeessuuf kutannoon hojjedhu.
8. Wanti gaarii akka ta'u yaadi.
9. Galma tokkon yeroo milkoofte milkaa'een jira jettee hin yaadiin kan biraa milkeessuuf galma biraa qopheessi malee.
Qajeelfamoota kana kitaaba Normaan V.Pill [ Why some positive thinkers get Powerful Result] jedhurraan siniif qoode. Kitaaba kana yoo argattan dubbisaa baay'ee baay'ee kitaaba nama barsiisuuf namatti toludha.
Barruu miidhagaa biraan waliitti deebina nagaan ammasitti nagaan turaa.
#Tarkaanfiinfulduratti

Gaaffii Yeroo Hedduu Nagaafattaniifan Har'a Kuno Deebiisaa Fidee dhufeera itti dhiyaadhaa kanan dubbise irraa.
Gaaffii:
Nama Yaada Gaaruu( Possitive) qabuu akkamiin bifa salphaan beekuu dandeenya? isa jedhuuf, namoonni yaada qajeelaa( positive) qaban.
1. Waaqayyotti guddaa guddaa amanu. Akka namaatti immoo Ofirratti amanti cimaa qabu. .
2. Cimina namoota biroo irratti xiyyeeffatu, male dadhabina namootaa funaananii ittiin ceeppha'an.
3. Yeroo rakkinni isaan mudatu furmaata qofarratti xiyyeeffatu malee waa'ee rakkinnichaa hin dhaadhessan.
4. Namoota gargaaruuf ni dhama'u, burqaan gammachuu achi keessa akka jiru beeku.
5. Murannoo ol aanaa qabu kaayyoo isaanii irratti xiyyeeffatu
6. Itti gaafatamummaa guutuu guutuutti fudhatu.
7. Namoota kabajuu fi jaallachuun amala isaaniiti.
8. Jechoonni Afaan isaanii keessaa ba'u hedduu kan nama onnachiisudha.
9. Dogoggora isaanii irraa ni baratu malee ittiin of hin ceeppha'an of hin jibban.
10. Yeroo hunda mul'ata isaaniif jiraatu!
11.
Barruu Biraan waliitti deebina.

Hubadhu Yaale.
- Jabinake dabaluudhaaf gatii kaffalta.
- Ariitiike dabaluuf gatii kaffalta.
- Utaalchookee dabaluuf gatii kaffalta
- Bakkuma duraan turte/ akkuma duraan turtetti turuudhaaf gatii kaffalta.
Waanti kaffaltii sin gaafanne hin jiru jedha barreessaan kitaabaa 'life's little instruction book' jedhu H. Jaaksan.