Mindset
36 subscribers
51 photos
10 videos
67 files
48 links
Mind sets
Download Telegram
Forwarded from Iyyaasuu Post
Mallattoowwan Namoota Bilchinaa Qabanii.

- Baayyee dhiifama godhu.
- Jaalala argisiisuu...jaallachuu danda'u
- Dafanii hin murteessani
- Garaa garummaa kabaju.
- Yaada qajeelaa(Sammuu banamaa) qabaachaa dabalaa deemu.
- Falmii( baay'ee dubbachuurraa) callisuu filatu.
- Gammachuu ofii ofirratti hundeessuu, nama biraarratti utuu hin taane.

Namoonni amala akkasi qaban isaan bilchaatoota. Isaan kabaji, yoo dandeesse hiriyyoonfadhu.
Oolmaa gaarii qabaadhaa!

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Hojjettee Yoo badhaafamte gammachuu guddaa qabda. Hojii gaarii hojjedhu, badhaasni, Kabajni, Jaalalli ofiisaanii dhufu.

Yoo dandeesse hiriyyoota amala akka kanaa qaban cinaakee hin dhabiin.

1. Kan si kakaasan,
2. Kan si Onnachiisan
3. Sammuun isaanii ifaa kan ta'e( Possetiv thinker)
4. Gaarumma fi amanamummaa kan qaban.
5. Fedhiike akka bakkeetti baastee hojiirra oolchitu, warra si utuban.
6. Warra si barsiisan( si hubachiisa)

Isaani akkasiI cinaakee qabda taanaan ati nama milkaa'aadha.

Oolmaa Gaarii qabaadhaa!

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Yoo nama gaarii taate namatu si dhaba malee ati nama hin dhabdu.

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Waanti akka of tuulummaa nama salphisu Addunyaa kana irra hin jiru.

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Maqaan Yeroo hundumaa waamnaan nama hin nuffisiifne, YESUUS Qofaadha!

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Murteessan Addunyaa hojii keessatti ka'umsadha. Ka'umsike hin jabaanne(Sirrii) miti taanaan kufuunke waan hin oolle.
___ Plato

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota 2ffaa.(1).pdf
295.9 KB
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 2ffaa kunooti.

Kutaan 3ffaa itti fufa.
Tarkaanfiin Fulduratti.


πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Forwarded from Iyyaasuu Post
Forwarded from Iyyaasuu Post
Forwarded from Iyyaasuu Post
(Sammuun kee Baankii yaadaati)
***
'Maaltu sammuufi Baankii wal fakkeessa?' jechuu dandeessa. Ilaamee, Baankiin inni ati qarshii itti qusattu akkuma jirutti tahee, sammuun ammoo iddoo ati yaadakee itti qusattuudha. Yaadatu qarshiitti jijjiiramee si jiraachisa. David Schwartz yaada kee guyyuu guyyuu iddoo 'Mind Bank' jedhutti qusatta jedha. Yaadonni kuni guddatanii yaadannoo kee tahu. Yeroo rakkoon si mudatu akkuma qarshii baankiitti qusatte baastee dhimma itti baatu, yaada keetiis 'Mind Bank' keessaa baastee dhimma itti baata. Yaadoota gaarii yoo qusatte yaadota gaarii baasatta! Yaada badaas yoo kuufatte ammoo akkasuma!

Yaadota kana eessan argadhee kuufadha jettee yaaddaa laata? Naannoon kee madda yaadaati, kitaabni ati dubbistu madda yaadaati, hiriyaan kee madda yaadaati...! Garuu dogoggorri ati uumuu hin qabne yaada badaa (Negative thoughts) gonkuma hin kuufatin! Mind Bank kee haalatti (Efficiently) itti fayyadamuuf waa lama raawwadhu:

Tokko:- Yaada gaarii qofa kuufadhu (Deposit only positive thoughts in
Forwarded from Iyyaasuu Post
Dubbii Afriikaanota!

- Xalayaan Onnee fuulaan(miiraan) dubbifama.
Keeniyaanota

- Gurri gorsa hin dhaggeeffanne, xiyyaara kompaasii hin qabnedha.
Chaad

- Gorsi akka keessummaati, galgala dhufa, yoo simatan yeroo hunda nama waliin jiraata.
Malaagaayi.

- Bakka jaalalli jiru dukkanni hin jiru.
Buruundota

Guyyaa Gaarii Qabaadhaa!

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Yoo Ogummaa qabaatte Maallaqatu si barbaada, yoo hin qabne immoo situ maallaqa barbaada.
Atileetin beekkamaan biyya JAMAICA Useen Bolt Meedaliyaa Warqii 9 Oloompikii 3 irratti moo'achuu kan danda'e yoo ta'u, walumaa galatti kan inni fiige daqiiqaa 2 hin guutu sekondii 115 qofa. dorgommii kanaanis doolaara America miiliyoona 119 argate. Giddu galaan sekondii takkatti miiliyoona tokko jechuudha,
Garuu sekondii 115n kana fiiguf waggaa 20 guutuu dhama'aa ture.
Ogummaa yoo qabaatte kan dhabdu hin qabdu. Hammamuu yoo dhamaate gatii dhamaatiikee sirriitti akka argattu waan beektuuf.

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaan kuno sin qaqqabeera. Dubbisaa Yaada keessan naaf qoodaa.

Tarkaanfiin Fulduratti.
πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaa(1).pdf
291.7 KB
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaan kuno sin qaqqabeera. Dubbisaa Yaada keessan naaf qoodaa.

Tarkaanfiin Fulduratti.
πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaa(1).pdf
291.7 KB
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaan kuno sin qaqqabeera. Dubbisaa Yaada keessan naaf qoodaa.

Tarkaanfiin Fulduratti.
πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaa(1).pdf
291.7 KB
Caqasawwan Afriikaanota Kutaa 3ffaan kuno sin qaqqabeera. Dubbisaa Yaada keessan naaf qoodaa.

Tarkaanfiin Fulduratti.
πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Forwarded from Iyyaasuu Post
β€œCabbiin bonaaf, bokkaanis yeroo makariif akka hin taane, akkasuma ulfinni immoo nama gowwaadhaaf hin ta'u.”
β€” Fak. 26:1


πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Gonkumaa! Wallaalaa fi Gowwaan sin kabaju, KABAJA irraa hin eegiin.

πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
Forwarded from Iyyaasuu Post
Hanga ati mootee( milkooftee) argamtuutti eenyullee dhimmake hin qabu( hin dubbatuuti) mo'ii(milkaa'ii) malee.
πŸ‘‰ JION
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost
@Iyyaasuupost